Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah muccaa saan yaa rabbii nuu gadiisii bay,ee namaatii tollaa jabadhaa ittii fuffaa 💯👌💞💞💞💞💖💖💖💖💖💖😍😍😍😍😍😍🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️😂😂😂😂😂
Absolutely amiro is successfully one of up coming artist of this generation saahibii haganumaa keessaa baate viewers bareedaa qabdaa subscribe gahaa qabdaa hojii kee ittii fufii if dura malee if duuba hin milltin ilma biyya koo sanyii bakar waaree ❤️🔥🔥
What an amazing movie specially that kid has a wonderful skill Filmii bareedaadha keessaafuu daa’imni kun baay’ee dandeettii qaba fuulduraaf aartii oromoo nama guddisuu danda’uudha kanaaf jabeessaa hirmaachisaa
Muccan tiqan san nama artif umamee jajabesuu qabdanii.yadaa nama diramaf hin malee faa hin fidinaa nama gurgudaa hin dararina namuma likkii bakkaa bufadhaa.wan garii jirtaa garuu filanoo nama heddduu si barbachisaa .idos diree dawwan hundinuu tenyaa iddoo babekamatii ossoo daleydaanii garidhaa .l love you orommo koo
Jaalloowwan Keenya Qaqqaalii Chaanaala Kanaaf Haaraya Yoo Taatan #Subscribe Godhaa
Vedio Kanatti Akka Buhaartan Abdii Guddaan Isinirraa Qaba #Like #Share #Comment Godhuudhaan Akka Na Cinaa Dhaabbattan Gamanumaan Isin Gaafadha. Wantootaan Akkaan Irratti Hojjadhu Barbaaddan Naaf Barreeysaa.
Galatoomaa Isiniin Jaaladha
ua-cam.com/channels/xAesKQUXZQB2Q3oQo-2geQ.html
Anilleen Kaayyoon Kiyya Aartii Oromoo guddisuuf Shoora Guddaa Tabachuudha
RORAS TUBE Baayye galatomi
Anni yeroo 10000000 subscribe godhe yaa sahiba kiyya
haayaa jaabadhuu saboona sabaaa
😃😃😃😃😃😯😃😯😯😯😯😂😂😂😂😂😂
I am from Somalia 🇸🇴 but I love Oromo peaple 🙏🙏😍😍🇸🇴🇩🇯🇩🇯
👍
Kkkkkkkfffffffuuuu koolafan duuee muucaakanaa rabin sii hagudiisuu 🤣👌👌👌💯💯✔🌷🌷🌷🌷🌷
jabaadhaa, artii keenya beeksisaa.
Masha allah mucan hedu lola namaii. Bikan rabii ha gawu
Rabbiin sii haa guddisu habibi
kkkk mashalaa daimatii kanaa rabumaan sii haa gudisuu
Ufffff Yaa gaara kiyaa Itti fufaa namati tolaa wwwwwww ilmaan oromo😍😍😍😍😘
Jabadhaa hedu nama tolaa
Kkkkkkkkkkkkkkkkk wayoo garaa koo Kolfaan du'ee maloo Mucaa xiqqoo Rabbi Nuf yaa guddisu heddu Nama boharsaa jabadhaa itti fufa
Aboo baayee namatti tola jabaadhaa
Waaaw Oromo Hadalkooda ayan Jeclahay I am From Somalia 🇸🇴🇸🇴
Sxb wax ma ka fahan tay wax kama fahmin ani nio
Dhugaa dhala dhugaatti ati jabbaadhu amire artii oromo abdii suma fa qabdii jabbadhu
Mucaa ajaa'ibaa mucaa xiqaaa sammuu guddaa kana jabeeyssaa filmii afaan oromoo keessattiis akka hirmaatu Taasisaa. nama joollummaan dandeetii hangana gahu qabu kana jabeeyssuun barbaachisaadha.
Hayye Abshir Ni Jajjabeeysina Wuliidhaan Diraamaa Baayyee Hojjachiisa Yaada Naaf Laatteef Baayyee Galatoomi
@@Roras-Aamirshow galatarraa hafi bro hojii teetii fi hojii mucaa xiqqaa sanii hedduun dinqisiifadhe
@@Roras-Aamirshow waawuu jabadhaa baye namati tolaa mucicha siriti jajabeessaa
Waziir
Mashallah
Waaqa koo guddaa kichuu koo Amazing drama and fuuny
Mashaa'Allah da'imaa sani rabbii haa guudisu wollahi halumaa kanan itti fufaa……
Mucaa diqqaa kana rabbi haa guddisu ija hamtuu irraa haa qabu . Waaaaayiiiiiii iccitii akka daaima kanaa eeguu haa barannuu dhiirooo
Bayee Namttii tolla Jabadhaa ittii Fufaa mucatii Rabbii haa Gudisuu
Heeddduuu namati toltuu
Guddadhuuu muucaatiii
G
Matii nuf tayaa warii shamranii mudanoo biyaa oromaa wal iraa baranaa
Mashaa Allah mashaa allh tabarakkallah rabbiin haa guddisuu muca xiqqo san habibii guddadhuu sammu gudda qaba rabbi haa guddisu❤❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍 wan meqa dalagee mashaa allh hoji gudda isatu hojjate as kessatii
Waan aja'iibaa hojatan dhugaa jaabadha Amir sho sii jaaladha
Uuuuuuuuuffffff mucaan akkam namatii tolla ❤️
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤❤❤❤🙏🙏❤❤❤❤
Way ajaaibaa mucaa xinnaa kana rabbi si haa guddisu
Jabaadhu diraamanke bareedaadha, waan hafees suutuma suuta itti guutatta, garuu waan Shariaa falleysuus eegacha deema, dilii akka ofitti hin omishneef.
Abduselam Mohamed 2
I love this movie filmi khana aja iba waa numa zamana khana jiru odaysa 😂😂😂
Kkkkkkkk koflan dhumne akan wly jabadhaa artisti kenya Amir❤
Wwwoo mucaa kaan yaa Rabii Atii nuuf gudisii 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Qimamii dimmatii. Yaa rabii kiyyaa tokko ilee akkanati sammu isaa Naaf banii. Yaa rabii🤲🤲🤲🤲🤲
Kkkkkkkkkkkkkkk diramaan kun xumuramuu hin qabuu ittii haa fufuuu
Yaa rabbii dayimmaa san guddiisii bakkaan gahii attii yaa allah 👍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wolahi mucaa xiqoon sun samuu nama gudaa olii qabaa
Rabbin bakka guddan nuf haa gahuu ❤️💘
*Masha Allah Tabarakallah daa'imaa kana rabbiin ha guddisuu ❤❤❤🌷🌹🌹🌹🌹🌷🌷🌷 garuu waa'ee iraacha san keessa baasa*
Uuuuuufffff waqayyoo si haa gudissuu wowww baye,baye dassii nama jedhaa itti fuffaadha ☝️💯📖🙏❤❤❤❤🙏🙏🌷💐💐💐💐💐💐💐🌷🌷🌷💯🌷🌷🌷🌷🧡❤📖❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Kkkkkkkkkkkkk mucanii kolifanii nuu jesee kkkkkk rabbii sii yaa gudisuu kichuu koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💋💋💋💋💋💋💋
Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah muccaa saan yaa rabbii nuu gadiisii bay,ee namaatii tollaa jabadhaa ittii fuffaa 💯👌💞💞💞💞💖💖💖💖💖💖😍😍😍😍😍😍🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️😂😂😂😂😂
Kkkkkkkkk
Uuuuuuuuuufuuu
Kolfaan dhumnee osoo danda'amee mucaa xiqishaa saniif yeroo kudhan like godha😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Maashaa Alh
uuuuuuuuuuuuuuu kkkkkkkkkkk kolfan dhumnee
Mucan sun 💪💪💪💪👄
U
Amina Galato. Dhugaa jetaa
Daagaa rabbii hin darbiina issin issini maali jartidhamoo
anii daimumaa kana lalee qufuu rabiin ijaa hamtuu siraa haa qabuu❤❤❤💋
Kkkkkkkkkkk rabbii Da'imma Sanii haa guddisu dhugaa baayee namatti tolaa 😘😘
Kkkkkkkk mucaa xiqqaa San guddadhuu habibi😘😘😘😘😍😍
Amiir qashti diraama akkana itti nuuf debisi jabaadhu
Diraamaa bareedaa ajaa'ibaa lol haalaan bareedaa dha jabaadhaa
Rabbi sii haa guddisu daima kan umpaaaaaaa
Kkkkkk baye.ee namatti tolaa jabadhaa daimni kaa ajaibatti
Mashallaa mashallaa Ok 👍👍 👍💞💞💞💯💯💯💋💋💋 mucaa xiqaa kana Rabbini haa gudisuu
Si jaaladhaaa oromo I’m from Somalia 🇸🇴 God bless you
Wwwwoooo mucaa ajaaibaaa uuuuuphaaaaa yene mar ❤❤💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
kkkkkkk waya muca diqishu ilimi dhiraa diqen hin qabu rabi si hagudisu❤❤❤👏👏👏
Aamir Sho kiyaa wwwwwooo baayyee baredaa Diramaa kee
kkkkkkkkk wayoo garakoo dayimaa damaa uff gudadhuu hbibii
Mashaa Allah nuuf jiradhu qeerroo fi qaarreen oromo bayyee gariidha jabadha
Maashaalaa mucaa xiqaa san raabbii haa gudiisuu
Absolutely amiro is successfully one of up coming artist of this generation saahibii haganumaa keessaa baate viewers bareedaa qabdaa subscribe gahaa qabdaa hojii kee ittii fufii if dura malee if duuba hin milltin ilma biyya koo sanyii bakar waaree ❤️🔥🔥
Leenca kiyya Heedduu Galatoomi
0
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤❤🙏🙏❤❤❤❤
Dirama bayye baredadha jabadha amir kena hoji barumsa qabu hojata jirtu
Amirshoo akkaa atii bakkaa Guddatuu getuu Abdii gudaa siraa qabaa
grew to7
Mashallaa Dayimaa Diqaa Samuu gudaa heduu baredadhaa 🤣🤣 jabadhaa Akanumanii itifufaa💖💖💖💖💖💖💖♥️💔💔💔💔💔💔🌹🌹🌹🌹💗💗💗🇾🇪
Oh daa imma mi aawaa akka dammaa rabbini si ha gudisu💕💕💕💕💕💖💖💖💖uuuuuuuuphhhhhhaaa
Uuuuuuuffffff dhugaa rabbii mucaa xiqoon kun bayyee namatii tolaa rabbii sii yaa Gudisuu nuuf jabadhuu
Eebbade anaa mucaa sanittuu baa kolifisee Aja'ibbaa qabda abboo mucaanni jaabbadha
Kkkkkkkk hojii keessannii mucanni isinii himee kaa isiini daa'immaa jettaannii kaa Rabbii sii haa guddisuu mucaa
Wowowowo
mucaani xiqqani suni baayyee gaarriidha guddadhu
Wow hedduu namatti toltu keessumattuu mucaa artii uumamee saniin jajjabeessa
Mashaa Allah mucan na kolfisisaa rabbin isaa haa guddisu
Diramaan keessan hedduu tolaa jabadhaa garuu dhumni isaa nattii hin toluu wanta kolfa kana osoo dhiiftanii dhuma irrattii
Wow bayy'ee bareeda jabadhaa ilmaan biyya ko
Wwwwaaawww jabadhaa wayii dahimaa kana rabi hagudisuu
Woliyiii dimini suuni naa bochisee raabii isaa haa godhisuu ❤️👍
Mashaa allah allaah allah ke kefu yetabike
Jabaadhu diraamaan ke barumsa gudda qaba nubashannansiifte dhuga
Wallah mucaa kana rabbii haagudisuuu mashalallh jedhaanimee
Kkkkkk woyii muca xiqishuu Sanaa gudadhu 🤠🤠🤠😇😇💖
I'm from somali minun vereni oromo like oromo people 🤝
What an amazing movie specially that kid has a wonderful skill
Filmii bareedaadha keessaafuu daa’imni kun baay’ee dandeettii qaba fuulduraaf aartii oromoo nama guddisuu danda’uudha kanaaf jabeessaa hirmaachisaa
An aran lalee jabadhaa akanunatii itinufufaa
Muccan tiqan san nama artif umamee jajabesuu qabdanii.yadaa nama diramaf hin malee faa hin fidinaa nama gurgudaa hin dararina namuma likkii bakkaa bufadhaa.wan garii jirtaa garuu filanoo nama heddduu si barbachisaa .idos diree dawwan hundinuu tenyaa iddoo babekamatii ossoo daleydaanii garidhaa .l love you orommo koo
Mucaa sana Rabbi isaa haa gudisuu baka guddan rabbi isaa haa gahuu kan biyaa bulchu nuf haa tahuu Insha Allah 💞💞💞
Heedduu Nama tolaa jabadhaa
Mashallaa mashallaa Mashallaa mucani kunii jabesa mashallaa
I like watching this video and am not understanding the language
Love u frm Somalia 🇸🇴
Waa afka garre
Waa af garre
Oromo/boran waya gaare AF meleh AF born ayu Ku xadla
Soo dhawow walaal
Subahanllah wan rabbii hin jaalalane irra akkamitii dirama irra hojatan ho
Kkkkkk jabadhaa micaa dishaa gudadhuu 👍👍👍
Kkkkkkkk😂😂😂😂😂dhugaa daa,imnni sun kama Aja,ibaati Rabbiin Hamttu sirra haa qabu nuuf guddadhu😍😍😍😍😘😘😘😘😘😘😘😘😘
Kolfa duune barana Daa'iimatti wayyyoookaa Rabbin sihaa guddisu jabadhu itti fufii ishi sanyii leenca
Kkkkkkk wayii mucatin numa ajaibaa qabdi mashaa allaah gudadhu
Adeero jabaadha mucaa xiqqaa kana nuuf jajjabeysa
Kkkkkkkkkk mucaani xiqaa sunii Aja.iiba qabaa Rabbi isaa ha gudiisu
Dhugaakee jetee birkoo ijolee Baraa kanaa jalaa bahuun ulfatadhaa
Jajabeewaan kenaa ittii fuffaa
I was just watching till the end even though sielewi... am somali... alxamdulilah
Also mi
@@abdihakimrage7070 hhhh haina shida
Maashaa allaah isin jaallanna nuuf jiraadhaa sanyii
Mucaan xiqqa kun naaf tahe wly 🥰👏👏👏kkkkkkkk
warka
j
Wlyh mucan xiqan kunii habasadhaa jabefadhaa
Wowoowowo mashaa Allah hedduu namati tollaa diraman teysan wly jaabadhuu amiirishaa kiyyaa akkanumatii itti fufaa
Maa shaa Allaaah maatii adda dureee natti toltani Rahmaa dha godina gujiirraa
Kkk amiree mucan huma hin bekku miti keep goin my bro👌👌❤❤❤❤❤👌👌👌👌👌👌
Kkkkkk woyi Amir Dalaga kee Namiti Nama badhate salphate
Daima sana Rabbin sii haa guddisu jabadha
Garuu ilmoo tun ajjabaa qabdii garuu mucaa xiqaa san jabeeysa akka filmi irratii hirmatuu sababnii isaa samuu qabdii ilmoo dubii qabtii akka ajaibatii
Noo
@@nasmawadi7873 maashaallah Taabarakah mucaan akkaam Ayyyyiiiii
Wow hedu dasi ja,a jabadha😍😍
Wwwwoooo bayee namati tola daimni ❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍👍👍👍💪💪💪💋💋💋💋💋🌹🌹🌹🌹🌹
Kkkkkkkkk waayi mucaa ajaa'iba guddadhu❤itti fufa waawu
Wly.kolfaan du'ee daimaa kanaa rabbin isaa haa guddisuuu uuuuuufff rajidhaa hojatee daimiti kun.wly❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😍😍❤😍😍❤❤😍😍😍❤❤❤😍😍❤❤❤❤❤
Kkkkkkkkk wayii mucaa xiqqaa san 😍😍😍😁😁😁😁😁😁
Raabbii sii haa gudiyssuu daa'imaa kana guddaadhuu ❤❤😅😅😅
Kkkkkkkkk yaa gurba sana
Uuuuuuuuuuffffffuuu Baayee Gaaridhaa jabadha Iti Fufa Sanyi wani koo
Wow akam namati tola draman itti nuf fufa 🥰🥰❤️❤️❤️❤️
Heedduu namattii tola
Uuuuuuuuuuuuuufffff wollahi mucaani xiqoo Suni cimadha Rabbiin haa gudisuu
Kkkkkk dai'maattin kolfaan nama ajeeftii
Waw! Diraama addaati hedduu nam gammachiisaa, hunda ol mucaan xiqqaan sun ilma hayyudha hedduu hedduu jajjabeeyfamuu qabaa jenna.
Wowow mashallah bayee namatii tolaa jabadha❤❤❤❤❤