Gaafa namanii harkaa isiinif rukkutu duwwaa hin egiinaa guyyaa tokko isaa amma gochaa jiruu kan waaqayyo nu gaafata dhugaa isaa har'aa jeetanii isa boruu hin dhabbiina maloo
Waqaayyoo sin haa ebiissu kun dhuugaadhuma bara kana jirudha tajajjiiltooni heeddun misseensaf male lubu mootuma waqaayyooti daabalamtuf dhiima hin qaban
maloo yerotti namni bayye gara mana waqqayyotti dhufa jiranitti wanta nama gufasisu irratti hinhojetina ,,,yadaa nama qajelchuu iirrattti xiiyyeffadha yaa obbollee ko
😁😁😁😁 ebifamaa jajabadhaa barusaa gaaridha
Waqaayyoo isinf haa araraamu. Maqaa waqayyootin hin qosiina issayyuu macaa qulqulluu of funduraa kesee ittin hin qosin Hin qosin Wangeeli qosaa mitii
Gaafa namanii harkaa isiinif rukkutu duwwaa hin egiinaa guyyaa tokko isaa amma gochaa jiruu kan waaqayyo nu gaafata dhugaa isaa har'aa jeetanii isa boruu hin dhabbiina maloo
Safuu maal kun 😢😅😢
Waqayyyo isinf ha dhisu
Waaqaayyoo issin haaebbiissuu Hubbaanaa fii ogummaa hundummaa keenyaaf haa keenuu ebbiiffamaa baayyee n kolffaa n du,ee jaabbadha💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯
Tolee Sanyii Koo Guddaa Eebbifami
Yeroo isan bunaa dhugaan shaayii DHUGAA 🤔🙄😋🤣
Kkkkk Yeroo Isaan Farsoo Dhugan Ati Qariboo Dhugaa
Ebbifaama Saba waqayyo dacha dacha torb ebbifaama nama waqayyo bay'ee kolfee ani obboleti keesani ameen bay'ee namati tolaa ameen ameen ameen kuuni diqii maloo nama waqayyo☝️☝️☝️😂😂😂😂😂😂😂😘😘😘❤❤❤
Amennn Atis Dachaa Keenya Eebbifami Obboleetti Koo
Kolfi Kolfi Madda Gammachuuti.
Maalre #Like #Share Gochuun Nu Jajabeessuu Keessan Hin Dagatiina
ua-cam.com/video/u5FQWgi_lcQ/v-deo.html
😂😂😂😂😂❤❤❤
heddu namati tolaa Eebbifaama ijoolee waaqayyoo
Amen Dachaa Eebbifami Sanyii Koo
@@ililleemedia Ameen atilee dacha dhuma hin qabne Eebbifaami qomoo koo jabadha hiti fufa
Kkkkkkkkkkkkkkkkk wayyoo garaa koo 💚🌹💚💚💚💚💚💚💚🤲🤲🤲💚💚💚💚💚.tajajiltoota bara kanaa irra dhukkedhukke kastan. Waqayyoo isini haa ebbisuu
Amen Dachaa Eebbifami Sanyii Koo
@@ililleemedia ameen ameen ameen!isini illee eebbifamaa dacha dacha
Waqayoo qosaa
Miti ebifamaa isaa sifii yaa bayisuu
Waqayoo dhuga dubata
Malee soba hin dubatuu
Bayee
Sifii garden💆💆
Gubata Marqaa Hubataatu Arga Jedha Oromoon
Waqayoo siniti haa araramu dhuga isayu wanigela batetu qalada safu yesusi nuti araramii atii🤔🤔🤔🤔😭😭😭😭😭😭😭
Gubata Margaa Hubataatu Arga Jedha Oromoon.....
Dhugaa Rabbiin jedha,kolfuu guddina garaatu na dhukkube.
Maloo maltuu dhufaa jiraa safuu yaa waqqyoo wanii godhanii hin bekanii atii dhisifii itii araramii maloo qalti tadhee sagaleen waqayoo 😥😥😥
Gubata Margaa Hubataatu Arga Jedha Oromoon.Sirriiti Ergaa Isaa Hubachuuf Yaali
Wangeellaa batani hoji waqayyoo irraa qoostuu waqayyoo isinif haa dhisuu isinit gaarii fakkata .
Uuuuuuffffff kkkkk waqayyoo issiinnaa ebbiissuu barumsaa ergaa qabuu ittii fufaa matii goftaa ebiifaamaa dachaa
Guddaa Galatoomi Sanyii Koo
Tolee Isin Immoo #SHARE# Nuuf Hochuun Nu Tumsu Hin Dagatiina
@@ililleemedia ok ittii fufaa
Tolee Haadho koo Eebbifami
Tolee Haadho koo Eebbifami
ua-cam.com/video/u5FQWgi_lcQ/v-deo.html
Haj'ibaa dhugaa Waa namaa barsisaa Ebbifamaa!!
Amennn Dachaa Eebbifami Sanyii Koo
Kun hojii tajajiltotaa baraa kanatii garuu wangeela bantaanii hin qosinaa
Waqayyoo barafi jireenya keessan haa eebbisu, eebbifama obbollankoo, goftan hubanafi oguuma nuuf haa Keenuu wal makneera
Dhugaa Jette Sistu Koo Guddaa Eebbifami
Baay,ee nama kofalchiftuu dhuga😁😁😁😁😁😁😁😁
Kolfi kolfi Madda Gammachuuti Martiye
@@ililleemedia nuuf Jiradha ✅🙏😍😍😍
Garuu waaqayyoo dhifamaa isinif haa godhuu sagalee isaatin qaladuu keessaanif
Hoolaa ree'eekoo qo'amee kolfi isin hin qabuyy 😂😂😂😂😂😂😂😂
kkkkkkk Kolfi
Kolfi Madda Gammachuuti Hanicho
Kkkkk galatomaa so itti fufaa
ua-cam.com/video/u5FQWgi_lcQ/v-deo.html
@@nanahawi5142 subscribe naf godhaa oroko
Baruumsaalee gudaa qabaa garuu seraa isaa egiisisaa kaa😁😁😁😁
Jajaabaadhaa iittii fufaa ebiifamaa
Tolee Yaada Gaaridha Galatoomi Sanyii Koo
Kkkkkkkkkk of siresa wangeli qosaa miti
Ergaa Isaa Sirriiti Hubadhu
@@ililleemedia dhugaa jette hadhoo koo galatomaa
akami obolotaa bayyee namati tolaa jabadhaa it fufaa ebifamtotaa ijole waqayyoo 🙌🙌🙌🙌🙌👍👍👍👍👍❤❤❤👏👏👏🎶🎶⛪⛪⛪⛪jajabadhaa goftani sin haa ebissuuu
Ameeeeeennn Guddoo Galatoomi Sanyii Koo
Sagalee waqayyoottii hin qofamu please dubbii sagalee waqayyoon diramaa hin hojettaanii ittii dhugaa bahu malee
Kkkkk wayoo gara koo kolfan duhee dhugaa waqayio hhhhhhhhh arga kesan 😁😁😁😁 esaa ijjolen kunii🤔🤔🤔🤔
Adama dha
Akkasii adaa dhugaa nama kolfisituu bayee hhhhhhh jabadha
Kkkkkkkkkk wayyoo garaa koo Waaqayyo dhifama isiniif haa godhu
Nama gaddisisa dhugaa
Sagaleen waqayoo kan qoosan miit waqayoon dhiifaama isin yaa godhuuu😂😂😂😂😂😂
Gubata Margaa Hubataatu Arga....
Barumsaa moo diramaadha moo falaa waaqayyoo mormuudhaa yadda garaa keessan geendaraadha jilbiiffadha hunduu nuf kennamaa yaa dhaloota silanaa
Wayyooo ganaa waa arguuf jiraa yooo umurii dheraanee
😆😆😆😆😆😆😆😆😆😆😆😆😆😆😆😆😆
gafaa isanii farasoo dhugaa Atii Qariiboo dhugii wayyoo garaa koo kkkkkkk😆😆😆😆😆
Kolfi!
Kolfi Madda Gammachuuti
😂😂😂😂😂😂Wayyoo Garraa ko😂😂😂😂😂
homaa hin bareeduu waaq,maal wanuma jechaa jirtanu hin bektanii ,isiiniif haa dhisuu gooftaan
Gubata Margaa Hubataatu Arga
🤣🤣🤣😁🤣😁🤣😁🤣😁😁🤣😁😆🤣😆🤣😆😂😆kkk yaa abba koo
Kolfi!
Kolfi Madda Gammachuuti!
Kkkkkkhhhhhhhhhh rajota sobduu
Kkkkkkk ebbifamaa Ergaa guddaa ofii kessa qaba Ebbifamaa ebbifama
Amennn Dachaa Keenya Eebbifami
ua-cam.com/video/u5FQWgi_lcQ/v-deo.html
H
You have sebrem???
Hhhhhhh Eebbifamaa
Amen Dachaa Keenya Eebbifami
Waaqayyo isinif ha dhisuu wangeelattis qosutti katani
Gubata Margaa Hubataatu Arga
Ergaa Isaa Sirriti Hubadhu
Bayee namati tolaa diramaa keesani jabadhaa oromo tiyaa kofani nu fixani aka jabatani kaanaa olii hojatani abdi qabani
Tolee Sanyii Koo Nuuf Jiraadhu
Maaliif dubbii waaqayyon qostuu maloo obbollotakoo dhisaa waaqayyon sodaadha
Please waa’ee amantii keessaa baa'a Qoosan gara xiyyaa miti jette qamaleen!
Harmeen na ega jirti. Wayyoo hoji pasteroota rajoota sobdu tahuu argisisa kun yoo hubataniif
Gubata Marqaa Hubataatu Arga Jedha Oromoon Eebbifami Haadho Koo
kan wangeela beeku qofatu irraa barata kan hin beekne garuu gar goofta akka hin dhufne godha waan taheef sirriitti ilaala
YAADA Gaariidha Eebbifamaa
Kkkkkkkkkkk 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣kolfaan duune barana 😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁
Kolfi!
Kolfi Madda Gammachuuti!
@@ililleemedia kkkkkkkkkkk galatoma. Mudanno 1 qaba ture. Tajaajilan tokko. Iyyi iyyi naan jedhee an ofis inwallaaleyyuu. Achumaan nadhiibe nadhiibee dadhabeetu dhiise
Kkkkkkk Waanuma Baayyetu Jira Bar Bara Kana!
Ebbiiffamaa barnoota guddaadha
Bahi Jennaan bahe kaa
Wayyoo gara koo🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Kolfi!
Kolfi Madda Gammachuuti!
@@ililleemedia eye dhugaa 💟💟
baay'eee jibbisisaadha hojiin keessan hin bareeduu
Gubata Margaa Hubataatu Arga!
2faa Xim boq 4 :- isaan dubbi dhugaa dhaga'uraa goorani gaara dubbii mamaksaa Amantiti ni goruu .
Waqayyoo isiniti haa Araaramuu maqaa waqayyoon comedy hojjachuura duraa sirriti macafaa qulquluu dubisaa Namaa gadisistuu
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk waaqayyoof maaltu dadhabama
Kkkk Kolfi!
Kolfi Madda Gammachuuti
Waqayoo
Hin qosiini dhifamaa
Sii yaa bayisuu a
Sitii gadee jiraa
💆💆💆💆
Maqa kirsitana inn balesina jaranaa rabin siinti yaa aramu
Gubata Marga Hubataatu Arga Jedhu Miti Ree. Ergaa Isaa Sirriiti Hubadhu
Ķkkkkk eebbifama barrumsa qabaa jabadha ittii fufaa
Amen
Tolee Guddaa Eebbifami Sanyii Koo
Akkamoltanitiphiya.
Nagaa Keenya Galata Waaqa
Maatiifudhatawaaqni.maaloogaraako🎃🎃🎃🎃🎃🎃🎉🎉
Kkkkkkkkkk
😁😁😁😁😁kkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkk uuuuuffff yaa waqayyoo koo
Ayiii malifi garuu waqayyon sodachun essa dhaqe?
Wayoo garaa koo 😀😀😃😃😃😃😃😃😃😃
Wwwwww.bayye.namati.tola.jabadha.kkkkkkkkkkkkkkkk.iti.fufu.kkkkkkkkkkkkk.nufi.jiradha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Tolee Guddaa Galatoomi Alem
Uuuuf bayeee namaati toltu
Maf gadhista
Waqaayyoo sin haa ebiissu kun dhuugaadhuma bara kana jirudha tajajjiiltooni heeddun misseensaf male lubu mootuma waqaayyooti daabalamtuf dhiima hin qaban
Amennn Dachaa Eebbifami Seenaa Kana Nama Hubannaa Qabutu Hubataa
Kolfani nuu fixani bakaa dhabatani saniti wwayo garako
Kolfi!
Kolfi Madda Gammachuuti
Sanyii Koo
himm Waanuma Of Gootan Dhabdan Maal Jechuudha
???? Waan Akkanaa Dhaabaa Macaafa Of Durakeessanii Qoosuun kun Gufuu Dhalootatii Ityi Gaafatamtuu Hubadhaa
Waqayoo sin haa dhisuu diramaa hojin waqayotii
OMG hhhhhhh so funny 😂😂😂
Garm Garmii Dubbin enyuutu enyuuf kadhate jenna 😁😁😂😂😶
Gubata marga hubatatu arga jedhani ergaa gudda qaba ebbiffama jabadha itti fufaa
Tolee Guddaa Eebbifami Faarfattu Keenya Baaayyee Si Jaalannaa
Attilee ebbiffamii jabadhuu itti fufi
Subscribe na godhi dinqe Anis sifan godha
@@dinqoo2948
Subscribe naf godhii
@@Yonitube6 Tolee siif godheraa
Hhhhhhhhhhh ya gara ko hin qosin wageli qosa miti
Gubata Marga Hubataatu Arga Barumsa Qaba Of Keessa Haalan Hordofi Sanyii Koo.
ua-cam.com/video/u5FQWgi_lcQ/v-deo.html
Mukaa.nyadhaa.qossaa.ammata.dhisaa
Maalojabaadhakanacaala.barumsaqabadhugaa.animmoobeeruutirraati.
Guddaa Galatoomi Sanyii Koo
Kkkkkkkkkkk mucaa daafqiissiisitaanii
Kkkkkk Takka Yaa Dafquu Qooy
Kkkkkkkkkkk kolfani du,ee garakoo
Kolfi!
Kolfi Madda Gammachuuti
Waq jaalqaba isin loletan olee GOFTAN baraf jirenya kesan haa ebisuu barumsa qaba
Gabata Margaa Hubataatu Arga Jedhu Miti Ree Sanyii Koo Dachaa Eebbifami Atis
Maltaataniibaddani?
Yeroo Dhiyooti Nu Eega Dhufaa Jirraa
@@ililleemedia tole jireenyietiophiya salami?
Kkkkkk maloo koolfan dhumnee kaa Essa dhuftaani moo kkk
Kolfi kolfi Madda Gammachuti Sanyii Koo.
ua-cam.com/video/u5FQWgi_lcQ/v-deo.html
WAQAAYYOO isnifii adhisuu
Kkkkkk nama kolfaachisa
Kolfi!
Kolfi Madda Gammachuuti Sanyii Koo
😅😅😅😅😅
Thanks
Kkkkkkkkkkkkkkkk😂😂😂😂😂😂😂
Kolfi!
Kolfi Madda Gammachuuti
Ameeen
Eebbifamaa
Waaqnisinaaebbisudachaan.ittifufaa kanacaala.beeruutirra.
Yaada Keef Guddaa Si Galateefanna Haadho Koo. Tolee yeroo Hundumaa Waan Isin Bohaarsu Qabannee Isinif Dhufuuf Qophiidha. Like,share,subscribe gochuun nu jajabeessuu Hin Dagatiina
ua-cam.com/video/u5FQWgi_lcQ/v-deo.html
Kkkkkkk yaa gara koo enifamaa
Amen Galatoomi Sanyii Koo
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣Laphee koo uuuuuuuhhhhhhhhhhhhhh🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Kolfi!
kolfi Madda Gammachuuti
Kkkkkkk uuuyiii
😁😁😁😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀
yadii keessan akka jiruttii gaariidha fedha artii qabachuun keessan garuu ani yaannii ko gru ilayyuu Maqaa yesus kana maaddaa galii dodhachutti jijjiruun keessn na hin gammachiisne hoji kan hojjechu yoo feetan uumme ykn kalaqa sammu fayyadama jechuun fedha suufidhaa dhoqqee keessa hin gangalatina adara yesus
Yaannii Kee Baayyee Gaaridha Garuu Hanga Dhumaatti Ergaa Isaa Waan Hubatte Natti Hin Fakkaatu
Nagaaoltani
Nagaa Galata Rabbii
Waqayoo dhifama isinif yaa godhu
Sodaachiftanikaballaadhaan.
Kkkkk
maloo yerotti namni bayye gara mana waqqayyotti dhufa jiranitti wanta nama gufasisu irratti hinhojetina ,,,yadaa nama qajelchuu iirrattti xiiyyeffadha yaa obbollee ko
Wan jabate kkkk
Galatoomi
Abbanqerqerfatahinwareeradhugumattikadhadhufi.
Kkkkkk Maalo Garaa koo
warruma akkasiitu baayate dhugaa
Dhugaa Argadhu Toleera Koo
Kkkkkk kkkkkk Uuuuuuuuuuuuuuuuuu
😂😂😂😂😂
Nuuf Jiraadhu Sanyii Koo
wayoo garaa koo kkkkkkkkkk
Kolfi!
Kolfi Madda Gammachuuti!
😂😂😂😂😂😂
😄😄😄😄😄
Uuuuuu😂😂😂
Kolfi!
Amatanfi kosana tokko miti garuu
Safuuuuu
Kkkkkkkkkk
Ittii Bohaarii Yadi Hiriyyoota Keef Illeen Share Godhiif
Ittii Bohaarii Yadi Hiriyyoota Keef Illeen Share Godhiif