Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
ቋንቋውን አልችልም ግን በጣም ነው የምወደው መዝሙሮችን ዝማሬ መላእክት ያሰማልን
↪️💔Akka tasaa miti,yaadasaa keessattiduraan galmaa’eeraaAdduyaa utuu hin uumin ilma isaa Kiristoosiin anaan filateeraToorri fayyina koo baaramaa ta’ee an eebba ta’uu dhaDu’a mo’ee ka’ee ofkeessa nakaa’e mirgasaa taa’uu dha An amma haaradha hin beeku kaleessaaHawwii koo fannisee seeneera isa keessaaBalbala koo cufee sichi qofaa hin taa’uuHaaraan siif kataba kan duraa hin lakkaa’uuHiddi handhuura koo, sirraa wanna citeef sitti lakkaa’ataaDhahannaan onnee koof guutummaan ribuu koo siin balbaloomfataaSilgi Sagalee kee kan fannoo irraa madde soorri koo ganamaaIttiin bulmaata koo dhugeeffanna dhugaa gaarammaa keen himaa Amma tasgabbaa’e ala hin dhageeffadhuBalbala koo cufee keessa koon dhagahaaFayyeera Afuurri koo Lubbuu koo baraareFoon koo isaaf qulleesseen Ormaaf ifa ta’aaJaalalli kee dhugaa kan dhageettiin olii kan arge agartuun koo Maddiin dhiitee bahe sadeessoof hin laannee olnaaf keesse hinkoo kooAangoof teessoon yeroo, Siboof ayyaana koo naduraa hin ukkaamsuu✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️↪️Waaqayyoo baraf jireenya kee dachaa haa ebbisuu ebbifamii ammayuu waaqayyoo ayyanaa isaa kana caaluu siif haa kenuu inni hundumaa danda'uu firaol jalatamaa namaa simboo ayyanii isaa sirraa faggattin ebbifamaa Koo❤️❤️✍️
❤❤❤❤
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Saruukoo atis waqayyoo sagalee jireenyaa isin haa dhageesisuu koodeekoo 🙏🙏🙏🙏
Sarooniyee atis ebifaami 🤲
Maatii nuuf ta'aa mee
በጣም ልብ የሚነካ ዝማሬ ነው ፊሮ በርታ
Antem keteterah lib yeminka mezmur tizemraleh temels wede betu
Uuufffee akkam nama qabanessaa😭😭😭 Faruu ergamotaa kan miiraa kakkasuu kan lafee jaajjabesu kan diina dabilos gube barbadesuu Siya dhagesissu obbolleessa kenyaa nuuf jabadhuu kanumaa calaa kennaa isaa siif haa bayyisuu😍😍♥️♥️♥️
Qartee sagalee koo akka gurraaf toluu
Ija keenya ammas nuf jabadhuui adara baaye si jalanna eebifami❤❤❤
Amen Amen Amen faruu qulqulota siyaadhagesisuu.Elleeelleellleeellee👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
Qartee sagalee koo akka gurraaf tolu Si faarsuuf umamee waan biraan hin Oolu! Waaqayyo faarsaa ergamootaa si haa dhageessisu firo!
Wowowow! Baga nagaan dhufte Firoo keenya! Waaqayyo gooftaan abbaan Jaalala faaruu eergaamoota kan miraa kakkaasu,kan diinaa keenya dabiloos gubee barbaadeessu kan waaqayyoon gammachisuu si haa dhaggeessisu. Kanumaa caalaatti obdii mana isaa keessaatti si haa quusatu. Kennaa irraatti kennaa isaa dachaan dabalee siif haa kennu. Ebbiif jaalalli waaqayyo,kadhanaaf aaraarsummaan haadha waaqayyo nuuf haadha qulqulleetti qulqulloota obboleetti eergamoota haadha saba hunduma qulqulleetti dubaro maariyaam, kadhanaan qulqulloota,gargaarsi eergamoota;barakaatifi sugni waareegamtootta raajoota duuka bu'oota waaqayyo dachaa diribaa ta'ee siif haa baay'atu;sirraa oole haa bulu umurii taajajillaa kee siif haa dheereessuu mana isaa keessatti si haa jiraachisu. umurii Mataasulaa siif haa kennu Ameen.Maatii waaqayyo faarfaanna kana dhaggeeffachuu eebbaa argachaa like,comment,share taasisaa obboleessa keenya haa jajjaabeessinu maqaa waaqayyoon adaraa keessan ❤👈TOWAAHIDOON BARA BARAAN HAA LALLISTU 💒💒💒💒🙏
Ameen Ameen Ameen!!! Waaqayyo Farfannaa Ergamootaa siyaa dhageessisu✝️ Bara tajaajila keetii siif haa eebbisu! Waaqayyo warreen badanii hafan nu hin taasisin! Qalbiin keenya barbaacha isaa akka dhaggeeffattu nuuf haa taasisu✝️❤❤❤ ❤❤❤❤❤❤❤❤❤!
ቃለ ህይወት ያሰማልን ዝማሬ መላእክት ያድርግልህMotummaa Waqqayyo sii haa dhaalchisuu.
arjummaan isaa narratti baayyate argeera narratti baayye Ameen dhugaadha Leenca tewaayidoo
Ameeen Ameeen Ameeen Farsaa ergaamotaa siin haa dhageesiisuu Ebbiifaamii bara Taajajiila kee siif haa dhereessuu waaqayyoo keenaa faarfannaa siif keenee dhugumaati sagalee qaaree bakkatan deebiisaa baga nagaan nuuf dhuftee Jaalatamaaf kaabajamaa nama nuuf jiraadhuu ✅❤👏
Ameenn (3) sagalee jirenyaa si yaa Dhagesisuu firoo kenyaa ebifamiii🙏🙏🙏🙏👏👏👏💒💒💒🙏🙏🙏💒💒⛪💐💐💐🌹🌹🌹🌹
Ameen Ameen AmeenSagalee jireenyaa si yaa dhagesisuuWaaqayyoo si yaa Eebisuu
የመላዕክትን ዝማሬ ያሠማህ ለብዙዎች ምሣሌ ነህ!ሣያውቁ እምነታቸውን ለተውት አንዳንድ የኦሮሞ ልጆች መንገድ እንድታሣይ አምልክ ኢየሱስ ክርስቶስ ይርዳህ አሜን!
ሊቀ መዘምራን Dn Fraa'ol Moosisaa Faarfannaa Afaan keenyaan balbala banuudhan ija Oromootti!!! Bara tajaajila kee haa eebbisu❤❤❤!!!!!!!
Waaqayyo faaruu ergamootaa si haa dhageessisu! Baga Waaqayyo bakkatti si deeffate , hanga dhumaatti manasaa keessatti si haa jabeeffatu. Mirga mootummaasaatti nu hunduma keenya nu haa yaadatu❤❤❤❤❤
Waaqayyo Sagalee Jireenyaa si haa dhageessisu
ፍራኖል ሞሲሳ በጣም የምወድህ አንተ ትለያለህ መዝሙሮችህን ስሰማ እንባየ የሚመጣው ነገር ድምጽህን በመስማት ብቻ ኦረምኛ ብሰማ ብየ ተመኘሁ እግዚአብሔር በቤቱ ያጽናህ ።⛪⛪⛪አሜን አሜን አሜን
Dubroon maariyaamii Baga mana isheetti si deeffatte ❤Faaruu ergamootaa si haa dhageessisu❤
" ጸጋ ነሳየነ " የፈገግታህ ስጦታ ማርኮኛል፡፡ ዲን፣ ለመቀኘት የሚያበረታው ያበርታልን፡፡ ዝማሬ መላዕክትን ያሰማልን፡፡
Amen Amen Amen firoo koo bagaa nagaa nuu dhuftee waaqayyoo farafana ergamotaa kannaa mirraa kakasee lafee jajabesuu seexanaa barbadesuu sii haa dhagesisuuu firoo kenyaaa ♥️♥️♥️♥️💔💔💔🙏🙏🙏🙏🙏
ወንድሜ እመብረሀን እንኳን ለዚህ አበቃችህ። በጣም ልብ የሚነካ መዝሙር ነው። ዝማሬ መለአክት ያማልን።ተባረክ በቤቱ ያፅናህ።
Sagalee JIireenyaa si haa dhageesuu ,Firo sijaalanaa Baga.....
I'm protestant, but blessed with this spiritual song. May God bless you🤝
ዳቆን ወንድማችን ዘመንህ ይባረክ በቤቱ ያፅናህ 🙏💒🙏
Fraanool ani protestantiidha garuu faarsaakee baayyeeman jalladha😍
ዝማሬ መላእክት ያሰማልን ፊሮዬ በርታልን በጣም ደስ የምል መዝሙር ነዉ ፈጣሪ አብዝቶ ፀጋውን ያድልህ 🙏🙏🙏
Uuuufff waqayyoo faaruu ergamoota siha dhageessisu bara tajajilakee nuf haa dheeressu firo 😍😍😍
Amen Amen Amen Farffanna Ergamoota sii kan miira kakaasuu kan lafee jajabessuu kan lubbuu Gamnachiisuu kan Diina keenya daabiloosii Gubee isaa barbadessuu siin yaa dhagesisuu ✝️ ✝️ ✝️ 👏👏👏👏🌻🌻🌻🌻❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Amen Amen Amen ebifamii waqaayoo sagalee jirenyaa siyaa dhagesisuu baay'eeni si jalaadhaa❤😘😍 jajabee tawhidoo koo
ስወድህ በማርያም ዝማሬ መለአክት ያሰማልን በቤቱ ያቆይህ⛪⛪⛪
Waqayyoo goftaan sagalee jirenyaa sii haa dhaggesisu firo Kenya manasaa kessattii sii haa Qusatuu, Farfanna Ergamtotaa sii ha Dhaggesisuu 👏🏻
What a blessed and beautiful mezmur!!!God blesse you!i am very happy welcame to your Born ETH Orthodox Twahido Home !!!
Faaruu Ergamootaa si haa dhageessisu dhaaltuu mootummaasaa si haa taasisu baga nagaan nuuf dhufte Firoo keenya
Amen faaruu ergamootaa si yaa dhageesisuu Firoo keenyaa ebbifaami bara jireenya kee waaqayyoo siif yaa Eebbisuu 🥰😍❤️
Ameen ❤️❤️Waaqayyoo si wajjin haa ta'uu firoo keenyaa ❤️❤️
Eeeeesssssssiiiiiiiiiyyyii bagaa nagadhan nuuf dhufate kenaa kenyaa dhugumatii waaqayyoo gooftaan sagalee jireenyaa sii haa dhagechisuu bara tajajilaa kee sif haa dhereessuu ⛪✝️❤💯💯💯💯💯🙏
Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen waqayoo sagalee jirinyaa siyaa dhagesisuu ❤❤❤❤❤❤
Ameeen Waaqayyoo sagalee jireenya si haa dhagesisuu 🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Ameen faaruu ergamootaa si yaa dhageessisu
Amen3* sagalee jireegna SI yaa dhagesisu,motumma Isa dhalchisu,umuri tajajilumma Kee yaa dheressu,faruu ergamoota SI yaa dhagesisu,
Faarfanaa ergamotaa si haa dhaagesisuu uffffffffffee baguma waaqayyo mana isaa duratti si deebisee faaruu kee laaphee nama cabsaa waaqayyo sagalee jireenyaa si haa dhaagesisuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
አሜን አሜን አሜን ዘማሬ መላክትን ያሰማልን ዉድ ወንድማችን 🤲🤲🤲እግዚአብሔር አምላክ ጠጋሁን ያብዛልህ
Waqayyoo gooftaan manaa isaa kesati si haa quusatu hagaa Dhumati Amalee jabadhu ❤
ተውዳጅ ወንድሜ የሚደንቅ ፀጋ ነው ያለክ ዘምንክ በቤቱ ይልቅ ❤❤
Welcome jabaa kenyaa ebifamii waqayyoon sagalee jirenyaa issin yaa dhagesisuu farfanna ergamoota issin yaa dhagesisuu barsisaa kenyaa
Amen Amen Amen Farafana ergamota si yaa dhagesisu obbollessa kenyaa ebifamii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏💐🌹🌹🥀🥀🥀
Ameeeeeeeeeeeeeen kodee firoo koo ebifamii hundumaa kenyaratii yaa bayatuu ararii isaa
Hin dhaamsuum ifa koo Abidda nakeessaaKennaa koo hin awwalu bakkattan deebisaa Qartee sagalee koo akka gurraaf toluuSifaarsuuf uumamee waan biraaf hin oolu((2))Akka tasaa miti,yaadasaa keessattiduraan galmaa’eeraaAdduyaa utuu hin uumin ilma isaa Kiristoosiin anaan filateeraToorri fayyina koo baaramaa ta’ee an eebba ta’uu dhaDu’a mo’ee ka’ee ofkeessa nakaa’e mirgasaa taa’uu dha An amma haaradha hin beeku kaleessaaHawwii koo fannisee seeneera isa keessaaBalbala koo cufee sichi qofaa hin taa’uuHaaraan siif kataba kan duraa hin lakkaa’uu\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\Hiddi handhuura koo, sirraa wanna citeef sitti lakkaa’ataaDhahannaan onnee koof guutummaan ribuu koo siin balbaloomfataaSilgi Sagalee kee kan fannoo irraa madde soorri koo ganamaaIttiin bulmaata koo dhugeeffanna dhugaa gaarammaa keen himaa Amma tasgabbaa’e ala hin dhageeffadhuBalbala koo cufee keessa koon dhagahaaFayyeera Afuurri koo Lubbuu koo baraareFoon koo isaaf qulleesseen Ormaaf ifa ta’aa\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\Jaalalli kee dhugaa kan dhageettiin olii kan arge agartuun koo Maddiin dhiitee bahe sadeessoof hin laannee olnaaf keesse hinkoo kooAangoof teessoon yeroo, Siboof ayyaana koo naduraa hin ukkaamsuuJireenya koo har’aa, galgala koo borii kennaa kee hin xiqqeessuu Galma warra dhugaa Maqaa hin moggaafamnee Keessaan si’amaneen guutuun sitti of kennee Wargama Onnee koo kan dheebuu koo kuttee Ilma kee nagootee baga Abbaa koo taate\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\Gaarummaan Isaa Narratti Baay'ate{{2))Araarri Isaa Narratti Baay'ate((2))Farsaa ergamoota si haa dhageesisuu
👍
👏👏👏
❤❤❤
🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼 garumaass narti bayyatee ararrii Isaac narrati😂❤❤❤ bayyate
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameen ameen farfannaa ergamota,sii haa dhagessisuu umurii bara tajajilumaa kee siif haa dheressuu mana isaa qulqulluu keessaatti sii haa qusatuu fiiroo ebbifamaa kenyaa ⛪✝️💞💞💞👏👏👏
Argera Gaarumansa naairratti baayyate Amen Amen Amen
አሜን ዝማሬ መላይክትን ያሰማልን 🙏🙏🙏ebbifami firoko 🙏🙏🙏
Waaqni Uumaan dandettii fi simboo isaa itti siif haa dabalu. Imimman buusaan dhaggeefadhe dhugaa
What a sound ! Stay blessed bro! Baga deebite
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Ebifamii waqayoon sagalee jirenyaa si ha dhagechiisuu keennaa Tawahidoo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💘 Ebifamii keennaa Tawahidoo
አሜን አሜን አሜን ዝማሬ መላዕክን ያሰማልን።
አሜን አሜን አሜን በጣም ደሰ ያሚል ዝማሬ ኦሮመኛን በለውቅም ደሰሰ የሰኛል ዘማር ፈሮን ፀጋ ይብዘልክ በአማርኛ በቅርብ እንጠብቀሌን ነፍቄናል
አሜን ፫ ቃለ ህይወትን ያሰማልን
Yaa waqayoo koo laphee kee qulqulluu wan ta'ef gallatomii mucaa kana ijoolumaa kooti kassee farsaa isaatin minya'aa amantaa godhadhee har'alee kuno itti si debifatee abban dhifama koo waqayoo baraa kee sif haa ebbisuu farfanaa kee kadhana irraa waraa fagatee qalbii jijiraan ittii debisaa goftaa koo jabadhuu bayyachuun qormsaa dinaa manasaa si hin fageesiin🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤
Adaraa video isaa bustani hin maxasina share godha malee
Ameen ameen waaqayyo sagalee jireenya si haa dhageessisu♥️♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💞💞💞💞
አሜን አሜን አሜን ዝማሬ መለአክትን ያሰማልን🙏🙏
Farfanaa bayee namatii toluu farfanaa ergamootaa sii dhagesisuu obboleessaa kenyaa ❤🎉 🙏⛪⛪⛪🤲🤲🤲
ኡፍፍፍፍፍፍፍ ዝማሬ መላእክትን ያሰማልን ወድማችን
Sagalee jirenyaa sii haa dhaggesisuuHundumaa kenyaa haa dhaggesisuu Ameen ❤️🥰❤️🥰❤️🥰❤️🥰❤️⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪
Baga ayyanna ji,aan yaddattame waggan kabajamee oluun isin gahe Fuula kee dura, yaa Waaqayyo, ifa jireenyaa keessas akka ani deddeebi'utti, ati lubbuu koo du'a, miilla koos gufuu oolchiteetta.” Far. 56:13🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎻Ani namoota keessatti sin galateeffadha, yaa gooftaa, saba lafa irraa keessattis faarfannaadhaan sin jajadha;” Far. 57:9🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤Farfanna ergamoota isin haa dhageesisuu farfanna mira akkasu lafe jajjabeessuu dinna keenya dabilloos barbadeessu nuuf haa taasisuu amen
Amiin Amiin Amiin 👏
Ameen Ameen Ameen waaqqayyo goftaan faaruu ergamotaa isiin haa dhagesisuu ebifaama ✝️ 💒 ❤ 💖 💕
Eebbifami waaqayyo sagalee jireenyaa si haa dhageessisu ❤❤❤ koodee tawaahidoo
😭😭😭 ዘማሬ መላክትን ያሰማልን
Uuuufffff Faarfannaa Ergaamoota siihaa dhagesisuu Umuri tajajilumaa kee Siifii haa dheresuu Obbollessaa keenyaa
Ameen Ameen Ameen farsaa ergamoota sii haa dhagesisuu baraa tajajjilaa kee haa dheresuu dhaltuu motummaasa sii haa tasisuu simboo qabesaa mucaa tewahidoo🙏🙏❤❤❤❤
ትርጉሙን ለምትፈልጉ እኩል ባይመጣም....አላጠፋም ብርሃኔን ውስጤ ያለዉን እሳትተሰጦዬን አልቀብርም በ ቦታው እመልሰዋለውቀርፀህ ድምፄን ለ ጆሮ እንዲመችአንተን ለመዘመር ነው የተፈጠረውለ ሌላ አይውልም
Thanks
Ameen Ameen Ameen farfannaa ergamotaa Siin haa dhagesisuu ebifamaa jabaa keenyaa waqayyoo mana isaa keessattii siin haa qusatuu👏👏👏👏👏
Amen Amen Amen 😭😭👏🥰
Waqayyoo bagaa sii gargaree firroo jabbaa keenyaa Farfanna ergamtoota sii haa dhageesisuu mana isaa keessaattii sii haa Qusatuu 🏫🕯🕯🕯🤲🤲🤲nuf jabadhuu ❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
uuuuuuufffff 😭😭😭firoo kenyaa Jajabee firii Tawahidoo Waqayoo Goftanii Saglee jirenyaa Sihaa dhagesisuu jabaa kenyaa Nufii Ebbifamii ❤️❤️❤️❤️
እግዚአብሔር ፀጋውን ያብዛልህ ፊሮ🙏የእግዚአብሔር ቤተሰቦች አበረታቱት share like በመድረግ✝️❤
Ameen Ameen Ameen Farfannaa ergaamoota siif haa dhagesisuu baraa tajajilumaa kee siif yaa dheersuu dhaltuu motummaa isaa sii haa taasisu kanuma caala icciiti isaa sii haa ibsu mana isaa keessatti si haa qusatu ebbifamii Firoo koo⛪✝️🙏🙏
Farfanna ergamtoota sii hadhagesiisuu waaqayyo mana isa kessatii sii ha qusatuu ebbifamii🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Waaqayyoo gooftaan farffannaa ergamootaa si haa dhageessisuu bara tajaajilakee nuuf haa dheeressu kanuma irratti kennakee siif haa dabaluu waaqa si nu deebisee farffannakee nu dhageessiseef galannii teessoosaa irratti haa qaqqabuu uuuuuuuuffff dangaa dhabeeka gammachuunkoo ♥️🙏♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Amen Amen Amen 🙏 🙌 👏 waaqayyoo sagaale barabaaa sii dhageechisu❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Amen Amen Amen waaqayyoo goftaan farfanaa ergaamootaa isin ya dagesisu bara tajajila keessaan isinif yaderesu Amen 🥰🥰🥰🥰🥰
Ameen ameen ameen waaqayyoon faaru ergamtoota sihaa dhageesisu eebifamii obolleessa keenya jajabee firii tawahido 💒💒💒🙏🏽🙏🏽🙏🏽🥰🥰🥰🥰🥰
Uuuuuuuuufffff firoo keenyaa akkatii sii jalanuu Gooftaan nuu calaa sii haa jalatuu duraa akka issaa farisitufi sii jalatee sii filee sagalee jirenyaa bara baraa dhagahii jalatamaa keenyaaa❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍
Ameen Amen Amen Eebbifami Firoo koo farfaanna dhaggeffatamee hin qufaamnedha!❤❤❤❤❤❤❤❤💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ameen ameen ameen 🤲🤲🙏🙏Ebifamii firoo koo bayyeee sijalanaa waqayyoo sagalee jireenyaa sa dhagesisuu dhaltuu motummaa isaa satasifatuu💟💞🙏
Waqayoo Gofitaan Sagalee jirenyaa bara bara sih Dhagelichisuu Ebifamii Faruu Ergamootaa sih Dhagelichisuu Ebifamii Fiiroo😍😍😍😍❤️❤️❤️❤️
Dhumattii waaqayyoo goftaan sagalee jirenyaa sii yaa dhagesisuu jabaa Tawaayiidoo kenyaa 🙏🙏🙏❤️ manaa isaa kessattii sii yaa qusatuu 💯🙏🙏🙏💙
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤akkatan jalladhuu farfattaa kanaa😢😢
Ameen Ameen Ameen waaqayyo sagalee jireenya sii haa dhagesisuu ebifammi obbolesaa kenyaa🙏🙏🙏🤲🤲🤲
Waqayoo goftaan faarfaannaa ergaamootaa isini haa dhagechissuuu ⛪❤❤❤❤👏👏👏👏👏🤲🤲
Amen amen amen sagale jireenyaa isin yaa dhageessisu firoo keenya mana kee ishee dhugaatti deebi'uu keef gammachuun koo daangaa hin qabu ❤️❤️❤️😘😘😘
Waaqayyoo Goftaan sagalee jirenyaa isini haa dhagechisuu Ameen Ameen Ameen Ebbifamaa🙏
Ameen Ameen Ameen Ameen Ergaamoota sii haa dhageesiisuu Ebbifamee bara tajajilaa keessanii siif haa dheresuu 🙏🙏🙏
Amen Amen Amen farfanaa ergammota si yaa dhagesisuu motuma isa si yaa dhalchisuu firo kenya💔❤❤🙏
Ebifami faaruu ergamoota sii yaa dhagechisu ❤❤❤
⛪📚🎤🎤🎤ELLLLLLLEEEEEELLLLLEEE Amiin Amiin Amiin Ebbifammii waaqayyoo sagalee jireenya sihaa dhagessisuu nuuf jiraadhuu Firoo koo 🥰🥰🥰🥰
Sagaalee jireenya sii haa dhageesisu mana isaa keessati cimsee sii haa dhabbu❣️❣️❣️❣️❣️🙏🙏🙏💒💒💒💒💒💒
Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🙏🙏🙏🙏🙏 waqayyoo sagalee jirenyaa isiini haa dhagechisuu
Ameen Ameen Ameen waqayoo goftaa sagalee jireenya si yaa dhagechisu firoo kenyaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰✝️✝️✝️✝️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
ቋንቋውን አልችልም ግን በጣም ነው የምወደው መዝሙሮችን ዝማሬ መላእክት ያሰማልን
↪️💔Akka tasaa miti,yaadasaa keessattiduraan galmaa’eeraa
Adduyaa utuu hin uumin ilma isaa Kiristoosiin anaan filateera
Toorri fayyina koo baaramaa ta’ee an eebba ta’uu dha
Du’a mo’ee ka’ee ofkeessa nakaa’e mirgasaa taa’uu dha
An amma haaradha hin beeku kaleessaa
Hawwii koo fannisee seeneera isa keessaa
Balbala koo cufee sichi qofaa hin taa’uu
Haaraan siif kataba kan duraa hin lakkaa’uu
Hiddi handhuura koo, sirraa wanna citeef sitti lakkaa’ataa
Dhahannaan onnee koof guutummaan ribuu koo siin balbaloomfataa
Silgi Sagalee kee kan fannoo irraa madde soorri koo ganamaa
Ittiin bulmaata koo dhugeeffanna dhugaa gaarammaa keen himaa
Amma tasgabbaa’e ala hin dhageeffadhu
Balbala koo cufee keessa koon dhagahaa
Fayyeera Afuurri koo Lubbuu koo baraare
Foon koo isaaf qulleesseen Ormaaf ifa ta’aa
Jaalalli kee dhugaa kan dhageettiin olii kan arge agartuun koo
Maddiin dhiitee bahe sadeessoof hin laannee olnaaf keesse hinkoo koo
Aangoof teessoon yeroo, Siboof ayyaana koo naduraa hin ukkaamsuu
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
↪️Waaqayyoo baraf jireenya kee dachaa haa ebbisuu ebbifamii ammayuu waaqayyoo ayyanaa isaa kana caaluu siif haa kenuu inni hundumaa danda'uu firaol jalatamaa namaa simboo ayyanii isaa sirraa faggattin ebbifamaa Koo❤️❤️✍️
❤❤❤❤
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Saruukoo atis waqayyoo sagalee jireenyaa isin haa dhageesisuu koodeekoo 🙏🙏🙏🙏
Sarooniyee atis ebifaami 🤲
Maatii nuuf ta'aa mee
በጣም ልብ የሚነካ ዝማሬ ነው ፊሮ በርታ
Antem keteterah lib yeminka mezmur tizemraleh temels wede betu
Uuufffee akkam nama qabanessaa😭😭😭 Faruu ergamotaa kan miiraa kakkasuu kan lafee jaajjabesu kan diina dabilos gube barbadesuu Siya dhagesissu obbolleessa kenyaa nuuf jabadhuu kanumaa calaa kennaa isaa siif haa bayyisuu😍😍♥️♥️♥️
Qartee sagalee koo akka gurraaf toluu
Ija keenya ammas nuf jabadhuui adara baaye si jalanna eebifami❤❤❤
Amen Amen Amen faruu qulqulota siyaadhagesisuu.Elleeelleellleeellee👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
Qartee sagalee koo akka gurraaf tolu Si faarsuuf umamee waan biraan hin Oolu! Waaqayyo faarsaa ergamootaa si haa dhageessisu firo!
Wowowow! Baga nagaan dhufte Firoo keenya! Waaqayyo gooftaan abbaan Jaalala faaruu eergaamoota kan miraa kakkaasu,kan diinaa keenya dabiloos gubee barbaadeessu kan waaqayyoon gammachisuu si haa dhaggeessisu. Kanumaa caalaatti obdii mana isaa keessaatti si haa quusatu. Kennaa irraatti kennaa isaa dachaan dabalee siif haa kennu.
Ebbiif jaalalli waaqayyo,kadhanaaf aaraarsummaan haadha waaqayyo nuuf haadha qulqulleetti qulqulloota obboleetti eergamoota haadha saba hunduma qulqulleetti dubaro maariyaam, kadhanaan qulqulloota,gargaarsi eergamoota;barakaatifi sugni waareegamtootta raajoota duuka bu'oota waaqayyo dachaa diribaa ta'ee siif haa baay'atu;sirraa oole haa bulu umurii taajajillaa kee siif haa dheereessuu mana isaa keessatti si haa jiraachisu. umurii Mataasulaa siif haa kennu Ameen.
Maatii waaqayyo faarfaanna kana dhaggeeffachuu eebbaa argachaa like,comment,share taasisaa obboleessa keenya haa jajjaabeessinu maqaa waaqayyoon adaraa keessan ❤👈
TOWAAHIDOON BARA BARAAN HAA LALLISTU 💒💒💒💒🙏
Ameen Ameen Ameen!!! Waaqayyo Farfannaa Ergamootaa siyaa dhageessisu✝️ Bara tajaajila keetii siif haa eebbisu! Waaqayyo warreen badanii hafan nu hin taasisin! Qalbiin keenya barbaacha isaa akka dhaggeeffattu nuuf haa taasisu✝️
❤❤❤ ❤❤❤❤❤❤❤❤❤!
ቃለ ህይወት ያሰማልን
ዝማሬ መላእክት ያድርግልህ
Motummaa Waqqayyo sii haa dhaalchisuu.
arjummaan isaa narratti baayyate argeera narratti baayye Ameen dhugaadha Leenca tewaayidoo
Ameeen Ameeen Ameeen Farsaa ergaamotaa siin haa dhageesiisuu Ebbiifaamii bara Taajajiila kee siif haa dhereessuu waaqayyoo keenaa faarfannaa siif keenee dhugumaati sagalee qaaree bakkatan deebiisaa baga nagaan nuuf dhuftee Jaalatamaaf kaabajamaa nama nuuf jiraadhuu ✅❤👏
Ameenn (3) sagalee jirenyaa si yaa
Dhagesisuu firoo kenyaa ebifamiii
🙏🙏🙏🙏👏👏👏💒💒💒🙏🙏🙏
💒💒⛪💐💐💐🌹🌹🌹🌹
Ameen Ameen Ameen
Sagalee jireenyaa si yaa dhagesisuu
Waaqayyoo si yaa Eebisuu
የመላዕክትን ዝማሬ ያሠማህ ለብዙዎች ምሣሌ ነህ!
ሣያውቁ እምነታቸውን ለተውት አንዳንድ የኦሮሞ ልጆች መንገድ እንድታሣይ አምልክ ኢየሱስ ክርስቶስ ይርዳህ አሜን!
ሊቀ መዘምራን Dn Fraa'ol Moosisaa Faarfannaa Afaan keenyaan balbala banuudhan ija Oromootti!!! Bara tajaajila kee haa eebbisu❤❤❤!!!!!!!
Waaqayyo faaruu ergamootaa si haa dhageessisu! Baga Waaqayyo bakkatti si deeffate , hanga dhumaatti manasaa keessatti si haa jabeeffatu. Mirga mootummaasaatti nu hunduma keenya nu haa yaadatu❤❤❤❤❤
Waaqayyo Sagalee Jireenyaa si haa dhageessisu
ፍራኖል ሞሲሳ በጣም የምወድህ አንተ ትለያለህ መዝሙሮችህን ስሰማ እንባየ የሚመጣው ነገር ድምጽህን በመስማት ብቻ ኦረምኛ ብሰማ ብየ ተመኘሁ እግዚአብሔር በቤቱ ያጽናህ ።⛪⛪⛪አሜን አሜን አሜን
Dubroon maariyaamii Baga mana isheetti si deeffatte ❤
Faaruu ergamootaa si haa dhageessisu❤
" ጸጋ ነሳየነ "
የፈገግታህ ስጦታ ማርኮኛል፡፡ ዲን፣
ለመቀኘት የሚያበረታው ያበርታልን፡፡ ዝማሬ መላዕክትን ያሰማልን፡፡
Amen Amen Amen firoo koo bagaa nagaa nuu dhuftee waaqayyoo farafana ergamotaa kannaa mirraa kakasee lafee jajabesuu seexanaa barbadesuu sii haa dhagesisuuu firoo kenyaaa ♥️♥️♥️♥️💔💔💔🙏🙏🙏🙏🙏
ወንድሜ እመብረሀን እንኳን ለዚህ አበቃችህ። በጣም ልብ የሚነካ መዝሙር ነው። ዝማሬ መለአክት ያማልን።ተባረክ በቤቱ ያፅናህ።
Sagalee JIireenyaa si haa dhageesuu ,Firo sijaalanaa Baga.....
I'm protestant, but blessed with this spiritual song. May God bless you🤝
ዳቆን ወንድማችን ዘመንህ ይባረክ በቤቱ ያፅናህ 🙏💒🙏
Fraanool ani protestantiidha garuu faarsaakee baayyeeman jalladha😍
ዝማሬ መላእክት ያሰማልን ፊሮዬ በርታልን በጣም ደስ የምል መዝሙር ነዉ ፈጣሪ አብዝቶ ፀጋውን ያድልህ 🙏🙏🙏
Uuuufff waqayyoo faaruu ergamoota siha dhageessisu bara tajajilakee nuf haa dheeressu firo 😍😍😍
Amen Amen Amen Farffanna Ergamoota sii kan miira kakaasuu kan lafee jajabessuu kan lubbuu Gamnachiisuu kan Diina keenya daabiloosii Gubee isaa barbadessuu siin yaa dhagesisuu ✝️ ✝️ ✝️ 👏👏👏👏🌻🌻🌻🌻❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Amen Amen Amen ebifamii waqaayoo sagalee jirenyaa siyaa dhagesisuu baay'eeni si jalaadhaa❤😘😍 jajabee tawhidoo koo
ስወድህ በማርያም ዝማሬ መለአክት ያሰማልን በቤቱ ያቆይህ⛪⛪⛪
Waqayyoo goftaan sagalee jirenyaa sii haa dhaggesisu firo Kenya manasaa kessattii sii haa Qusatuu, Farfanna Ergamtotaa sii ha Dhaggesisuu 👏🏻
What a blessed and beautiful mezmur!!!
God blesse you!i am very happy welcame to your Born ETH Orthodox Twahido Home !!!
Faaruu Ergamootaa si haa dhageessisu dhaaltuu mootummaasaa si haa taasisu baga nagaan nuuf dhufte Firoo keenya
Amen faaruu ergamootaa si yaa dhageesisuu Firoo keenyaa ebbifaami bara jireenya kee waaqayyoo siif yaa Eebbisuu 🥰😍❤️
Ameen ❤️❤️
Waaqayyoo si wajjin haa ta'uu firoo keenyaa ❤️❤️
Eeeeesssssssiiiiiiiiiyyyii bagaa nagadhan nuuf dhufate kenaa kenyaa dhugumatii waaqayyoo gooftaan sagalee jireenyaa sii haa dhagechisuu bara tajajilaa kee sif haa dhereessuu ⛪✝️❤💯💯💯💯💯🙏
Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen waqayoo sagalee jirinyaa siyaa dhagesisuu ❤❤❤❤❤❤
Ameeen Waaqayyoo sagalee jireenya si haa dhagesisuu 🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Ameen faaruu ergamootaa si yaa dhageessisu
Amen3* sagalee jireegna SI yaa dhagesisu,motumma Isa dhalchisu,umuri tajajilumma Kee yaa dheressu,faruu ergamoota SI yaa dhagesisu,
Faarfanaa ergamotaa si haa dhaagesisuu uffffffffffee baguma waaqayyo mana isaa duratti si deebisee faaruu kee laaphee nama cabsaa waaqayyo sagalee jireenyaa si haa dhaagesisuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
አሜን አሜን አሜን ዘማሬ መላክትን ያሰማልን ዉድ ወንድማችን 🤲🤲🤲እግዚአብሔር አምላክ ጠጋሁን ያብዛልህ
Waqayyoo gooftaan manaa isaa kesati si haa quusatu hagaa Dhumati Amalee jabadhu ❤
ተውዳጅ ወንድሜ የሚደንቅ ፀጋ ነው ያለክ ዘምንክ በቤቱ ይልቅ ❤❤
Welcome jabaa kenyaa ebifamii waqayyoon sagalee jirenyaa issin yaa dhagesisuu farfanna ergamoota issin yaa dhagesisuu barsisaa kenyaa
Amen Amen Amen
Farafana ergamota si yaa dhagesisu
obbollessa kenyaa ebifamii
🙏🙏🙏🙏🙏🙏💐🌹🌹🥀🥀🥀
Ameeeeeeeeeeeeeen kodee firoo koo ebifamii hundumaa kenyaratii yaa bayatuu ararii isaa
Hin dhaamsuum ifa koo Abidda nakeessaa
Kennaa koo hin awwalu bakkattan deebisaa
Qartee sagalee koo akka gurraaf toluu
Sifaarsuuf uumamee waan biraaf hin oolu((2))
Akka tasaa miti,yaadasaa keessattiduraan galmaa’eeraa
Adduyaa utuu hin uumin ilma isaa Kiristoosiin anaan filateera
Toorri fayyina koo baaramaa ta’ee an eebba ta’uu dha
Du’a mo’ee ka’ee ofkeessa nakaa’e mirgasaa taa’uu dha
An amma haaradha hin beeku kaleessaa
Hawwii koo fannisee seeneera isa keessaa
Balbala koo cufee sichi qofaa hin taa’uu
Haaraan siif kataba kan duraa hin lakkaa’uu
\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\
Hiddi handhuura koo, sirraa wanna citeef sitti lakkaa’ataa
Dhahannaan onnee koof guutummaan ribuu koo siin balbaloomfataa
Silgi Sagalee kee kan fannoo irraa madde soorri koo ganamaa
Ittiin bulmaata koo dhugeeffanna dhugaa gaarammaa keen himaa
Amma tasgabbaa’e ala hin dhageeffadhu
Balbala koo cufee keessa koon dhagahaa
Fayyeera Afuurri koo Lubbuu koo baraare
Foon koo isaaf qulleesseen Ormaaf ifa ta’aa
\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\
Jaalalli kee dhugaa kan dhageettiin olii kan arge agartuun koo
Maddiin dhiitee bahe sadeessoof hin laannee olnaaf keesse hinkoo koo
Aangoof teessoon yeroo, Siboof ayyaana koo naduraa hin ukkaamsuu
Jireenya koo har’aa, galgala koo borii kennaa kee hin xiqqeessuu
Galma warra dhugaa Maqaa hin moggaafamnee
Keessaan si’amaneen guutuun sitti of kennee
Wargama Onnee koo kan dheebuu koo kuttee
Ilma kee nagootee baga Abbaa koo taate
\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\
Gaarummaan Isaa Narratti Baay'ate{{2))
Araarri Isaa Narratti Baay'ate((2))
Farsaa ergamoota si haa dhageesisuu
👍
👏👏👏
❤❤❤
🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼 garumaass narti bayyatee ararrii Isaac narrati😂❤❤❤ bayyate
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameen ameen farfannaa ergamota,sii haa dhagessisuu umurii bara tajajilumaa kee siif haa dheressuu mana isaa qulqulluu keessaatti sii haa qusatuu fiiroo ebbifamaa kenyaa ⛪✝️💞💞💞👏👏👏
Argera Gaarumansa naairratti baayyate Amen Amen Amen
አሜን ዝማሬ መላይክትን ያሰማልን 🙏🙏🙏ebbifami firoko 🙏🙏🙏
Waaqni Uumaan dandettii fi simboo isaa itti siif haa dabalu. Imimman buusaan dhaggeefadhe dhugaa
What a sound ! Stay blessed bro! Baga deebite
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Ebifamii waqayoon sagalee jirenyaa si ha dhagechiisuu keennaa Tawahidoo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💘 Ebifamii keennaa Tawahidoo
አሜን አሜን አሜን
ዝማሬ መላዕክን ያሰማልን።
አሜን አሜን አሜን
በጣም ደሰ ያሚል ዝማሬ ኦሮመኛን በለውቅም ደሰሰ የሰኛል ዘማር ፈሮን ፀጋ ይብዘልክ በአማርኛ በቅርብ እንጠብቀሌን ነፍቄናል
አሜን ፫ ቃለ ህይወትን ያሰማልን
Yaa waqayoo koo laphee kee qulqulluu wan ta'ef gallatomii mucaa kana ijoolumaa kooti kassee farsaa isaatin minya'aa amantaa godhadhee har'alee kuno itti si debifatee abban dhifama koo waqayoo baraa kee sif haa ebbisuu farfanaa kee kadhana irraa waraa fagatee qalbii jijiraan ittii debisaa goftaa koo jabadhuu bayyachuun qormsaa dinaa manasaa si hin fageesiin🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤
Adaraa video isaa bustani hin maxasina share godha malee
Ameen ameen waaqayyo sagalee jireenya si haa dhageessisu♥️♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💞💞💞💞
አሜን አሜን አሜን ዝማሬ መለአክትን ያሰማልን🙏🙏
Farfanaa bayee namatii toluu farfanaa ergamootaa sii dhagesisuu obboleessaa kenyaa ❤🎉 🙏⛪⛪⛪🤲🤲🤲
ኡፍፍፍፍፍፍፍ ዝማሬ መላእክትን ያሰማልን ወድማችን
Sagalee jirenyaa sii haa dhaggesisuu
Hundumaa kenyaa haa dhaggesisuu
Ameen ❤️🥰❤️🥰❤️🥰❤️🥰❤️⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪
Baga ayyanna ji,aan yaddattame waggan kabajamee oluun isin gahe
Fuula kee dura, yaa Waaqayyo, ifa jireenyaa keessas akka ani deddeebi'utti, ati lubbuu koo du'a, miilla koos gufuu oolchiteetta.”
Far. 56:13
🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎻
Ani namoota keessatti sin galateeffadha, yaa gooftaa, saba lafa irraa keessattis faarfannaadhaan sin jajadha;”
Far. 57:9
🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤
Farfanna ergamoota isin haa dhageesisuu farfanna mira akkasu lafe jajjabeessuu dinna keenya dabilloos barbadeessu nuuf haa taasisuu amen
Amiin Amiin Amiin 👏
Ameen Ameen Ameen waaqqayyo goftaan faaruu ergamotaa isiin haa dhagesisuu ebifaama ✝️ 💒 ❤ 💖 💕
Eebbifami waaqayyo sagalee jireenyaa si haa dhageessisu ❤❤❤ koodee tawaahidoo
😭😭😭 ዘማሬ መላክትን ያሰማልን
Uuuufffff Faarfannaa Ergaamoota siihaa dhagesisuu Umuri tajajilumaa kee Siifii haa dheresuu Obbollessaa keenyaa
Ameen Ameen Ameen farsaa ergamoota sii haa dhagesisuu baraa tajajjilaa kee haa dheresuu dhaltuu motummaasa sii haa tasisuu simboo qabesaa mucaa tewahidoo🙏🙏❤❤❤❤
ትርጉሙን ለምትፈልጉ እኩል ባይመጣም....
አላጠፋም ብርሃኔን ውስጤ ያለዉን እሳት
ተሰጦዬን አልቀብርም በ ቦታው እመልሰዋለው
ቀርፀህ ድምፄን ለ ጆሮ እንዲመች
አንተን ለመዘመር ነው የተፈጠረው
ለ ሌላ አይውልም
Thanks
Ameen Ameen Ameen farfannaa ergamotaa Siin haa dhagesisuu ebifamaa jabaa keenyaa waqayyoo mana isaa keessattii siin haa qusatuu👏👏👏👏👏
Amen Amen Amen 😭😭👏🥰
Waqayyoo bagaa sii gargaree firroo jabbaa keenyaa Farfanna ergamtoota sii haa dhageesisuu mana isaa keessaattii sii haa Qusatuu 🏫🕯🕯🕯🤲🤲🤲nuf jabadhuu ❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
uuuuuuufffff 😭😭😭firoo kenyaa Jajabee firii Tawahidoo Waqayoo Goftanii Saglee jirenyaa Sihaa dhagesisuu jabaa kenyaa Nufii Ebbifamii ❤️❤️❤️❤️
እግዚአብሔር ፀጋውን ያብዛልህ ፊሮ🙏የእግዚአብሔር ቤተሰቦች አበረታቱት share like በመድረግ✝️❤
Ameen Ameen Ameen Farfannaa ergaamoota siif haa dhagesisuu baraa tajajilumaa kee siif yaa dheersuu dhaltuu motummaa isaa sii haa taasisu kanuma caala icciiti isaa sii haa ibsu mana isaa keessatti si haa qusatu ebbifamii Firoo koo⛪✝️🙏🙏
Farfanna ergamtoota sii hadhagesiisuu waaqayyo mana isa kessatii sii ha qusatuu ebbifamii🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Waaqayyoo gooftaan farffannaa ergamootaa si haa dhageessisuu bara tajaajilakee nuuf haa dheeressu kanuma irratti kennakee siif haa dabaluu waaqa si nu deebisee farffannakee nu dhageessiseef galannii teessoosaa irratti haa qaqqabuu uuuuuuuuffff dangaa dhabeeka gammachuunkoo ♥️🙏♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Amen Amen Amen 🙏 🙌 👏 waaqayyoo sagaale barabaaa sii dhageechisu❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Amen Amen Amen waaqayyoo goftaan farfanaa ergaamootaa isin ya dagesisu bara tajajila keessaan isinif yaderesu Amen 🥰🥰🥰🥰🥰
Ameen ameen ameen waaqayyoon faaru ergamtoota sihaa dhageesisu eebifamii obolleessa keenya jajabee firii tawahido 💒💒💒🙏🏽🙏🏽🙏🏽🥰🥰🥰🥰🥰
Uuuuuuuuufffff firoo keenyaa akkatii sii jalanuu Gooftaan nuu calaa sii haa jalatuu duraa akka issaa farisitufi sii jalatee sii filee sagalee jirenyaa bara baraa dhagahii jalatamaa keenyaaa❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍
Ameen Amen Amen
Eebbifami Firoo koo farfaanna dhaggeffatamee hin qufaamnedha!❤❤❤❤❤❤❤❤💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏