Bareda garu Mali atti muslima miti subahanallah Mal qensa gafatani fayansiyu hala muslimayu gadhiste jirti wan hundafu rabbiin siiha qajelchu uktii obboleti akira
Ilove you sharmarke you are so adorable brother i used to watch ur films alot you are crazy obolessa kiyya then this Ayantu woooooow gal you are beautiful and your voice is wooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooow
Ayyantuu ijaa Cinati Qabdee Malan Nama Xaqasun Kun Malii. Jaalaltii Nan Qabnee Jechuun Ho Akkami Yaa Ayyantuu Tenaa Akka Aja'ibati Si Qabuu Hin Oltuu. Nan Qosee Taphumafi Namati Toltii 😍😘
Ayantu heddu sii jaaladha sagalee tetis akasumatiin jaaladha ati akka aadaa fi afaan fi akasumas atilen wajiin artisti guddoo tatu abdii guddaa siira qaba jabbaadhu.....ayantu
atimo dura hiika maasha allah jedhuuf jecha kana yeroo kam akka fayyadamuu qabnu bari woma hundaan maasha allah jedhamu amantaan islaama waan hundaa nu barsiiseeraa mee dura baradhu
Wwww wwww www masha allah heddu isinirra barede jira akka maletti wlh qoy na hinaafsistehu wlh ana ho yoom interviw na goote sharru kenya qalii me na himi dafi hoggu komenti tiyya tana garte
@@arsitube6248 naannoo Ani Dhaladhee Gudadhetti Yeroo Duraaf Maatti Kiyaa Samamani jiru Haalanin Gade Garu Sab Kiyaa Dagogora Yerootti hin Balaallefadhu.
Wow Dire wood nuff jiradhaa ayyantuu tenyyaa baredu Oromo nuff jajjabadhu atis
Masha Allah family hedu nama tollaa dhuga umri nuff dheradhaa familyn ayyantuun
Art.#Sharmaarkee_Aadam UTUBAA_AARTII_OROMOO_ILMA_AFRAN_QALLOO hedduun si jaaladhaafi si khabajaasi wallaayii billaayii.
Worronni mashallah jettan astogafirilhi hikka mashallah adda bafadha mee dura
Yes👍
Dhugaa jatee
Dhugaa keeti
السلام عليكم Sah dhugaa jettee
Bareda garu Mali atti muslima miti subahanallah Mal qensa gafatani fayansiyu hala muslimayu gadhiste jirti wan hundafu rabbiin siiha qajelchu uktii obboleti akira
Safuu muslimaa tatee surichii mayinii yarabii dhugadhaa mitii isaa akaa kesanituu lolaa rabii nutii busee uufff alhaa yadiiiik yaktii☝️☝️☝️☝️
Intala tana dhengaduman yaadadhe silaa midiyaan oromo hasoosise je'ee yadee wallah galatooma direwood
I swear to god she’s so beautiful 😍😍😍❤️❤️❤️❤️
Ilove you sharmarke you are so adorable brother i used to watch ur films alot you are crazy obolessa kiyya then this Ayantu woooooow gal you are beautiful and your voice is wooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooow
Wayy ijaa isi fi akka isin itii nama ilaltuu dhugaa jalalaa nama qabsifti❤️
🤦♀️😀😀😀
Ayyantuu ijaa Cinati Qabdee Malan Nama Xaqasun Kun Malii. Jaalaltii Nan Qabnee Jechuun Ho Akkami Yaa Ayyantuu Tenaa Akka Aja'ibati Si Qabuu Hin Oltuu. Nan Qosee Taphumafi Namati Toltii 😍😘
naa Qabanee sharmaakee yoo jeette naan rifaadhe ani💯💯💯💯💯💯💯💯wwwwwoooo bareedu oromo jabaadhu
Maalii Xiqqaasan dhukkee nuraa kaafte Art.Ayyaantuu
Ayantu heddu sii jaaladha sagalee tetis akasumatiin jaaladha ati akka aadaa fi afaan fi akasumas atilen wajiin artisti guddoo tatu abdii guddaa siira qaba jabbaadhu.....ayantu
Wawwaawaaa bayee namatii tolaa Ayantuu keenyaa nuf jiradhuu !😍😍😍😍😍 otoo matiin hundiinu Akka matii ishiitii ijoollee ofii Addaa oromoo keessaatii guddisanii malii ta'aa 😍😍😍😍
Wa'ii adunyaa ilmaa nama dayide atii kuni qeensi kama sarreetimi baredina adunyaaf jeete sanu maqaa muslima qabacha boruu sif hin ta'uu bareedini kun yaa intala wa'ii bareeduma kee osoo uffata intala muslima dirate amma immo yaa fokkina kee marafuu haala keensa sanifi haala uffana keeti sirreefadhu ni fokkifta heddu ok
Jirraa jirtuu qaaliiwwan koo isin jaaladha jabaadhaa
Proud parents proud daughter.
I am impressed!
Love you Diree WOD ❤️💚❤️
Ayaantu galatomi,garu ati ilmo Muslim tii garu mali qeensii akkana EnanillahWa'inahani rajju
muziiqa mi 'a sheyxanaatu baafte kan qeensa si dhibee
Dhugaa jeete wallaahi
Tazziiyaa fatuwan keessan achii siiqu
Muziqaa harami tahe hin bafte qensa si dhibe okti
MURATA ABDUSELAM maaltu dhimma dhunfaa keessa si galchee amantii fi jiruu ifii abaatu beeka maaltu si galche mee ? Qeensa isiidha tahee qaama ishii wajji qabda moo maalumattu si galche yaabo ?
Jabaadhu bareedu intaala oromoo!😍
warra dirre wood bayye namati toltu jabadha
Wooooooooooow direwood galatooma dhugaa wan Ajiba hojacha jirtan
Waaaw bayyee tokko namati tola nuuf jirraadhaa turti aja'ibati
Baye.ee bareeda jabadha Diree Wood
Self confidence comes from parents!
saboontu dhugaatti ayaantu jabbaadhu wan heddu sira eganaa
Wwww baayee baareeduudha Ayyantuun gaaruu qeessii isi maali
As wr wb, maali sharmarkee keenya yeroo ati salaamtaa maaf nurratti hin qaraanee? Harka eessatti agartee nu fuutaa mitii
Masha Allah wlh sagaleen isii tanumaa Xiqqeenyatii dhugaa
atimo dura hiika maasha allah jedhuuf jecha kana yeroo kam akka fayyadamuu qabnu bari woma hundaan maasha allah jedhamu amantaan islaama waan hundaa nu barsiiseeraa mee dura baradhu
Wow wow heedduu namati tolta jabadhu sagalee bareduu qabada
Wwww wwww www masha allah heddu isinirra barede jira akka maletti wlh qoy na hinaafsistehu wlh ana ho yoom interviw na goote sharru kenya qalii me na himi dafi hoggu komenti tiyya tana garte
Wwww mashaa Allah ayaantu baaye gariidha yani ke❤❤
Wow qashtii intalaa biyyaa ijrra hafii jajabaadhuu
gafii debisaa yeroo gotaan garaa senaa senuu duraa essaati dhalatee esatii gudate artii akkamitii egaltee walumaa yadachisufi galatomaa yon dogongoree anaa ofkalchaa.wanumaa hundafuu direwood issinin jaladhaa..........
walalloo Afaan Oromo halaniin Jaladha.Wajii Dhalanne Gudana arasisayasaadha Isiinni Nujibatan.፡የአፋን ኦሮሞ ዘፈን በጣም ነው የምወደው ትዝታም ያለኝ በዚህ ነው ግን ዛሬ የፖለቲካ ጉዳይ ሆነና አማራ ብላቹ ጠላቹን እኔ ክርሲቲያን ነኝ እንጂ አማራን አላቅም።
Kiriistaani hundii amhaara ennuu jedhee
Kiriistaani hundii amhaara ennuu jedhee
@@arsitube6248 naannoo Ani Dhaladhee Gudadhetti Yeroo Duraaf Maatti Kiyaa Samamani jiru Haalanin Gade Garu Sab Kiyaa Dagogora Yerootti hin Balaallefadhu.
Ati maali eennutu si jibbe?
@@yedipro1145 marree yoi samaan samiichii matii ke irraa gayee yoo oromoo tatee akkaamitti oromummaa sirraa mulqee
Baayee namati tolti Ayantun galatoma sharmarke👏👏👏👏👏👏👏👏👏
appreciate you gentleman man you are firs Actor for me Sharmarke Adam Siwajji jiraa baba
Jalala na nama qasti
Ayatu ijaa jalatuu Sirraa naqabe furmata simaa garruu akkami sihi argadha dhugaa akkami malii koho onnee naha wartee
Bareeduu ija khuula 😘
Lubbuu onnee jalalaa akkamitti furmata ijaa koho qalbii koho sihi fana badee
♥♥♥♥isiin jaallaanna ♥♥♥nuuf cimaa ammas ammas taanaan
Wanin hundin heddu das jea wlhi kheysafu quality n camera...👏👏👏
Shamarkee adam yaa dansaa namaa wwww
Wowowowoo 💪💪💪💪💪👍👍👍👍💘💘💘💘💔💔💔
Yoo Vedio kanatti Gammaddan Like Share Comment Godhuu hin Dagatinaa Galatoomaa
Waawwaa ayantuu rafiq baga ngy dhufte
dhugumarti sagalee bareduu qabda ayantu
Inumaa sii barrechee kaa yaa ayyaantuu oromoo
ijoolleen islaamaa inna lillahi ijoollee teysan sirbarratti hin leenjisinaa subahaan allaah
Dhuga kesan suban allah
Wwwwwww diirree keenya
Wowo Ayyanatu you are Very beautifull,os great!!
Nama toollaaa jabadhaa ayyuu tiyaa ♥️♥️
Artistota Dire Qofaa Beytii Jechudha Sanuu Hallo Dawee Fadhaa Hiin Bekku Jetii Garuu Bareduminaa Isii Faahiin Show Godhuu Yoo Tatee Malee Diilas Waan Siirba Oromoo Hiin Beytuu Aetisotaa Bebbekamo Tokko Hiin Beytuu
Wowowowow Mashalh ijara hafii bareduu Oromo
Ayaantuu shamarkee maraachitee lakki dhisiii
Ayaantuu wowwwwwwoo lencaa tiyyaa heduu namtii toltui
Kkkkk
Argakee dini isilaam sinifakataa cajeetan hindhistanii
Xaqqasaa akka ajaa.ibatti beekti 😂😂😂❤❤👌👌👌
Aliyyii Afuroo 😊😊😊😀😀😀😀
Namichii kun Somsli gatuu akka hojii oromoo caala hojjietuu
Ayyaantu baredu Afaan oromo Akkanati dubachunke heddu nama gamachifta
Abo sagaleni isi ciromi male akimiti bareda woooow baye baredi sagale kira toko maleyu
Wowowowo Mashaalla baayee naati bareedee Aayyaattuuni Tofiqa
Real parents real children!!!
Woooow heddun siraa gamade wlh
WAWAWAWA 😍 ŠÃĞÃLĹÊE 💓💓
Masha Allah iti fufa🌺💕🥀
Sharamarakeebayeegaridhaa hujiikeesanii itiifuufaa. Gaaruu siiraanaqabeejiiraa gafii kamaa akanadeebiifiituu abadiiqabaa sharamarike Adam xalayaakisibiragahajeedhiini abadadhaa??)
Jalala bareduu ❤😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Woww dire wood
ayyaantu I bareedduu hunddaafuu heddun si dinqisifadha
Ayyaantuun hedduu qashxiidha,galatoomi jannaan
Ayyantu Nama Xaqastii wanitii
Isin cina jirra jabadha Kan habashota jala figuu dhifnee jirra
Ayyaantuun ija jaalatiin nama lalti🤣😂
Si laalte kkk🤣😂👄😍
Mashala ayantu kadir shamarke adam hedu das nama jatan
Dhugumaanu ija jalalaatiin qarxam nama goottii
😂😂😂😄
Arkeen dhagayee waaee ke malaa......❤️❤️❤️😘😘😘
Diree wood maaliif nuraa badani
Amazing 😍
Woowwwww ayu tiyya jabadhu
Heedduu dansadha ayanatuu tofiki
Please Lammii Koo Subscribers naaf godhaa Dhiiga na gargaraa
Ayyaan sagalee Tanaan maaaaaaaliiiiiif dhokatta?
wow hedduu namatto tola seenaan ayyaantuu galatoma direwood
Akkasjedhee uummaa teexabbase🤣🤣👊
Kkkkkkkkkk
Yasallam miiya miiya wollahii!!
Woooòow wan ajaiba
Hedduu baredaa jiradhuu
Dirre wod ❤️💚❤️
Wallaahii intaloo kanarraa naqabeeee
Xaqasaa kanani moo ?
Ayyantu amaa wagaa meqaa??💅💅
bagaa nagaan nudhuftaan sabonotaa kenyaa
Nice dire wood
😆😆😂😂😂😂😂😀😄😃😂😂😂😂😂😂😂bareduu wowow 😍😍😍
Anaa duraa lalee sharmarkii qalii
Welistuu jabduu direwood galatooma
Ayantuu bayee baredaa
Xaqasaa. Akkaa. Aja.ibaatii. beytaa
Raabbiin siih qajeechuu
Wwooooww ayyaan 💞💔💔💞💯✔
She is so gorgeous
Baye baredi garu malgodha sirbitu tate male
Jabadhu sin jenna
Ayu qash...