Nasraa jabadhu Sanyii leencaa oromiyaa koo ijaa addunya naa hafi jene itti mudi qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo and qaree qaree qaree qaree qeeriti power power power power power power
Wowwwwww baye namatii tola erga gudda off keessa qaba jabadhu jajabe too 💪💪💪💪💪💪girrisa koo mee esa jirtani like fi sher comment itti robbsa dina gara guba mee wal male maal qabana 😍😍😍😍wari dawwatani hundi keessanu like fi sher comment godhafi 💪💪💪💪jabadhu Nazara tenya
nasra jabdu dubarti jabaadhu falmattu teenya waan ajaa'iba qabate gadi dhufte👍
Abdu aswrwb Akka facafasaa itti nuu iyii oromoo ti
Nujiradhuu
Ok abdu lecca kenya sanyi ko
Jabadhu gotiti tena jiraadhu
atillee mee oromootti nuuf iyyi maaloo ummatni dammaquun fala ta'e!
Nasira abiyyii irraa dhukkee irraa kaftee music kanafii tumani osoo dhiraa tatee maali qabaa nuu jiradhaa waqayyoo ishin haa fayyisuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😭😭😭😭😭😭
😍Girisaa koo esaa jiritaa kotaa 🚶♂️🚶♀️Lakii itii rosaa namaa nasiraa jalatanii ❤💚❤
qerrittii akka sibilaa
Ufffii rabbin tokkochii fayyaa sii haa kenuu jabduu tenyaa
Nasraa tenya kani jalatu mee like itti robisa jabaadhu sanyii tiya ❤💚❤✊✊✊✊✊✊
MashllaaMash Arsii JaalataaSabaa
maatii naaf ta'imee buxiyyee
show tole
Galatoomi sanyi ofii
Ok
Rabbiin ifaajee tee Bilsummaan nuu haa Gammachisu Sabbontu Sabaa Sabaaf jechaa ifaajee iddoo kana geette Rabbiin umrii kee nuuf haa dherressuu sillee fayyisee waan kanarra si jabbeessu sif haa keennuu jajjabeetoo
ijjoollee Oromoo link issaa Qofaa Sher Godha Art Oromoo haa guddifnuu Oromoo art keenyya jajabeesu Qabna❤️💚❤️✊✊
jajjabeekoo osoo namni hundi akka keetti yaadee sila yoona aartiin oromoo eessa gahe !!!!
Beriyyee maatii naaf ta'imee
Beri essa badee giftii ormoo
maati koo ta'i beriyyee
@@romansanyiihacaaluu5985 mati nafi ta'i Sanyi to
Waaw maashala jaabadhu raabin siihi waajin haajiraatu
Dhugaa kee jetee 😢😭Habibty tenyaa itti muddi jajjabeeti Leencitti ❤💚❤✊🏻💪🏻✔💯si jalaana.nasira Lubbu 😘
dhugaa'jettee'
yoo'Abiyoti'du'ee'maalee'
jedhii
😁dhugaa jetee🇾🇪😘. osoo du'ee gaarii ture. Ummaata lafaarra nyaate fixee. biyyen isaa nyaatuuuuuuu Abiy ❌🔪🏌️♀️
Qalii tenyaa rabbiin oromoo sii biraa haa jiratuu fayyaa teetis siif haa kenuu harkii sii dhahee suni homaa hin qabattin lamaatta insha Allah☝️
Namnii naa duraa Leki godhee jiruu pilisii yadaa keesaan gargaraa
Mee layiki iti robasa kaa namoni oromoo jalatani akako tii 😍😍😍😍😍😍😍
Nasra jabdu dhugaa ketii like tuqamee
Maatii naaf ta'imee waan ofi
Jabadhu bareedu teenya kanafuu dinni Gubaate itti nuf mudi qashti kooo😍😍😍😍👌👌💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪👍👍👍👍👍👍👍👍👍💋💋💋
N akkam Fayyite Namsoo kooo Jabadhu💔💔💔💔💔💔
This is amazing song have big message nasira gursum thank you for this music 🙏🏼❤💚❤💪
Like share godhaafii ijoolleen oromoo jajjabeessaa intala qabsooftuu oromoo kana jabduu ofii abbaatu jabeeffata itti fufi sijaallanna siinjenna nasuu keenya 😍👌gala dhiiraa waaqatu beeka
Galaan dhiiraa hindhumu
Hinyaadhu seenaan nagaafata
Goonni hidhame falli hinjiru
Yoo gaashireen cabe malee
Yoo manni hidhaa cabe malee
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Jechoota ijootu sirbame 👏👏🙏🏼
Tamish maatii naaf ta'imee
💪🏾💪🏾💪🏾❤️❤️❤️💚💚💚❤️❤️❤️❤️😘😘😘😘👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾❤️❤️❤️❤️💚💚💚💚💚💚💚❤️❤️❤️❤️❤️
Gotiti koo nuf jiraadhu sabontu tiyyaa heduu nu bonsite qaali tenaa 💔💔💔❤❤❤💪💪💪😭
Wooow jajjabeko leencatti keenya jabaadhu qomooko si wajjin jirra lammiikoo
Maal rakkina qaba garuu inni ilaalu hundi yoo like godhe maalo
You are absolutely right.
Maatii naaf ta'imee
@Winsa Tube kootu maatii naaf tanaa
Dhugaa jetee sanyii
Rabii sii haa fayisuu inishaallaa
Well come bagaa naganaa dhuftee sabontu teennaa 💖❤❤❤
Oromoo sher godhaa jajaabesan
Rabbii sii haa fayyiisuu qaalii tenyaa
Nasra nufii juradhuu lecitii qitaa dhiraa 💛
As wr wb mucatii gaafi sirra qaba hadaraa na dubisi mee
@@maddagaarii7810 ok ws wr wb
Eshii essan si argachu danda'u mee
Ykn FB iraan na dubisi keessan
Maqaa fb kee natti himi achiin si dubisa OK
Nasraa eduunii sijaaladha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Oromo koo like itti robsa jajabessa wal male maal qabna
Rabbiin siibiraa haa dhabattuu sini jenaa
rabbii sii haa fayyisuu inshaah Allah bagaa ittii cabsiitee sareewanii guyyanii namaa nyatuu woraa samuu dhoqqee ka Hasofnii rabbiin iraa nuu haa ansuu injifanoonii kanii umataa oromootii inshaah Allah
Wowowowowow Bayee Namaatii Toollaa Dhugaa Rabbii Nuuf Jiraadhuu Dammaa Koo Abshiir ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🌹❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🙏🌹🌹🌹🌹🙏🌹🌹❤❤🙏🌹❤❤🌹🌹🙏🙏🌹❤❤❤🙏🌹❤❤🌹🌹🌹❤🌹🌹❤❤❤💯💯💯💯💯💯💯💯💯❤❤❤❤💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍🌹🌹❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🙏🙏💯💯💯💯💯👍👍👍👍🙋♀️🙋♀️🙋♀️💚💚💚💚💚✔
Sanyii jawee koo nu bositee 💪💪💪💪🤙🤙🤙🤙🤙🧡🧡💘💘💘🌷🌷🌷🌷💘💘💘❤❤❤🤙❤❤❤❤💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋
Jabaadhuu gottaakoo jabaduukoo💜💜💜💜💜💜💜
Jabadhuu Sanyii tena Nasra Gursum...Rabbin Haraka Naftanyaa jalaa sii habasuu Sabaa ketti dhanamtee Rabinn sii Aqarqarru oboletii koo
Malo nu jajabese oromon ko nasra ko jabadha❤️❤️😍😍😍😍😍❤️❤️❤️❤️❤️
Maatii naaf ta'imee sanyi koo
Nasiraa gotitii ittalaa abbaa gadaa jabduu tenyaa rabbin fayya sii haa kenuu nuu jiradhuu waaggaa kummaa kummaa oromon qulquluu jabduu tenyaa like ittii robsanee💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💪💪💪💪💪💪💪👍👍👍👍
sanyii jawwee 🐅🐅❤️❤️❤️❤️
Jaabadhuu lubbuu too anuu nama naa gargaruu dhaabee baressee nama naa sireessu dhaabe mee lakofsaa kee naa baressii lubuu❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪
Woww jabadhaa shanii tiyaa mangisti tenya hedu namaati toltaani jabadhaa ya sabaa ko like itii robsa ♥️♥️♥️🙏
maatii naaf ta'imee bareedduu
Jabadhuu sanyii jaraa abbaa Gaddaa. waan bareedan dhuftee.Nasra Gursum.jajabee too
Woyyoo bareduu koo, kan sii tuqee biyyoo nyaachu maalee carra birra qabachuu hin qabu😬✊🏾🙌🏾❤💚❤✊🏾✊🏾✊🏾😍👏🏾
Ijaa dinara haafi jabdu koo itti midi
Homaa miti rabbi qabda hin sodatin nafxanya Galtu milinki💪💪💪💪💪💪💪💞💞💞💞💞💞💞❤️❤️❤️❤️
Wowowooww jabduu koo jabadhuu ergaa gudda qaba 🙏🙏🙏🙏❤️
Haaniyyee maati naaf ta'i
Sinif tahee maati
@@haannaagosaa3673 galatoomi sanyi koo
Wowo sabontuu koo jabadhuu jabduu koo . Bagaa waqayoo dinaa sii nyachuuf Katee jalaa sii olchee. Waqayoo saa fayisuu. Kanumaa sii jibitii dinnii jabadhuu👍💓💚💓👍
Jabduu koo cimtu Koo Nuuf jiraadhu dhugaa jettee 😭☝️💓😭 qaxalee Koo Intalaa abbaa gadaa ❤️💚❤️❤️💚❤️✊💪✊ like Sher godha ijoollee Oromoo koo ✊💪❤️💚❤️
Baga rabbi si baase jabaadhu bareedduu teenna
Jabadhu jabduu aka sabilaa ijaa dinara nuf hafii
💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jajjabbee akka dhirraa nuuf jiraadhuu rabbiin umrii tee nuuf haa dherresu dhigni kee shigee hin hafuu rabbii sii nuuf haa fayyisuu goota tiyyaa
Welcome qashtii
Sabontuu koo rabbii sii haa fayyisuu
Jabadhuu saabotuu too❤❤❤
@Winsa Tube mati nafi ta'i Sanyi ko
jabaadhu takkiti gursum baaye nu boonsitee jirta
Jabadhu lenca tenya itti muddii falmatu saba si jalana 🐆🐆💪💪💪😘😘😘
Wow bayyee namaati tolaa Nuufi jiraadhu saboontu sabaa jiraadhu sabaa keetif diinaa keetif illee ❤❤❤💚💚💚😍😍😍👍👍👍👍✊✊✊✊💪💪💪💪
Wwwwwwww gotiiti teenyaa nuuf jiraadhuu kutattuu akkaa dhiiraa❤💚❤💯💯💯💪💪💪🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅💋💋💔🙏🙏🍬🍬🍬💚💚❤🐅💪💪💛💛💛💛
Jabadhuu oromootiiti tiyya tokkiti qiixxee 💯💯💯💯💯💯💯💯🌺🌺🌺🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤🐅🐅🐅🐅🐅👑👑👑👑🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Nufii jiradhuu oboleti tiyaa Rabbin is haa fayisuu Inshallaa 😥😥😥❤❤❤❤❤❤❤❤
Gotiti koo jabadhuu💪💪💪💪💪❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️Hin kufnuu yoo rabbii jedhee💪💪💪☝️☝️☝️☝️
Woow jabaadhuu jabduu tiyya ❤️💚❤️
Nasra teenyaa jabadhuu jabduu dubartii waqayoo bagaa lubbuu kee nuf olchee gotetti oromoo😘💋💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💕💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔❤💚❤🖤❤🤍💯💫💝
Nuf jiradhuu yomiyu Wagga kuma 1k ❤❤🌹
Nasraa jabadhu Sanyii leencaa oromiyaa koo ijaa addunya naa hafi jene itti mudi qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo Qeeroo and qaree qaree qaree qaree qeeriti power power power power power power
Wwwww jabadhuu 💪💪💪💪💪💪🌺🍀🌺
jabaadhuu sanyii teenyaa baayyee siin jallanna isins abdanna worri biyya keessaa.
Wowwwwww baye namatii tola erga gudda off keessa qaba jabadhu jajabe too 💪💪💪💪💪💪girrisa koo mee esa jirtani like fi sher comment itti robbsa dina gara guba mee wal male maal qabana 😍😍😍😍wari dawwatani hundi keessanu like fi sher comment godhafi 💪💪💪💪jabadhu Nazara tenya
💞💞💕💞💞💞💞💕💕💞💞💞💕💕💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💕💞💕
Wwwwwwwww jabadhuu nasraa tenyaa si cinaa jiraaa
❤💚❤kan akka kee nuu yaa bayyatuu
Sabontuu koo ❤❤❤💚💚❤❤
😭😭😭😭
Wawawawaa lencaa koo jabadhuu nii monaa dhugaa qabnaa sii waqayonii sii maruu ❤💚❤✊✊✊✊✊✊✊✊✊✊✊🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁
Gotiti tenaa jabadhu 😘😘😘👍👍👍😍
Naasri yee qonjoo umurii sii haa dhee
Maalo oromo ko like itti roobsa mee saboontu teenya tanatti asumaaan rabbinis kadhadhaafi rabbiin si haa fayyisu🤲🤲🤲🤲🤲🤲❤️❤️💚💚❤️❤️
Jabadhuu intalaa abba gaddaa rabbii saa eguu
Jabadhu 💟❤❤❤💗
Jabadhaa sanyii too
Amazing bay'ee namaati tolaa bareedu teenya 🤝😍😍 nasraa lubbiyee jabaadhu rabbi sii biraa haa jiraatu lubbiyee 💜💜💜💜💜💜💗♥️💔💔💔❣️💔❣️❣️❣️💯💯💯💯🤫✅💚💚💚💚🌺🌺🌹🌹🌹💋💋💋💋💋💋💋💋💋🤝🤝😍😍💪💪💪💪💪💪
Jabadhuu jabduu teenyaa❤💚❤💪💪💪
Dhigaa kan kee rabbii haa basuu
@@mohammedkadirkadir9749 mati nafi ta'i Sanyi ko
Waw #Nasraa goota durbaa !
Baayyee sabboontuu ,kormee durbaa ,sanyii #Bakar_Waaree #caammaa_Nuur,#Wadaay_Galmoo
Ta akka #Asha+Roobaa!!
Nufii jiradhuu yaa sabotuu ormookoo❤❤❤❤❤❤
jabadhuu nasiraa jajabetoo gotaa too sabaa too lamii too jechaa kamin sii ibase dhisaa lubuutoo siribii kanii kee eragaa bayye ofii kessa qaba nutii oromoon itti gamanera 👍👍👍👍❤❤❤❤💪💪💪💪🐅🐅🐅🐅🌹🌹💋💋garuu jajabetoo ija nafaxanyaa siraa haa qabuu☝️☝️🤲🤲🙏🙏dhamasa koo yaa saba koo sherii layiik godhafii jajabesaa nutii oromon walii malee hin wani ta'efi welisatuu nasiratii🐅🐅🐅🐅💪💪💪💪💪👍👍👍👍👍👍👍❤❤🌹💋💋
Jabduu tenaa💝💝💝💝💝💝💝💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘
Jajabee koo rabiin sii hafayiisuu ishaallaah sabaa ketiif jechaa rebamtee
Abshiir 😭😭😭😭
Galatoomi gotitti teenya Jabadhu
Akkasii jabaduu oromon qabaduu bagaa hin nyatii dhugaa ketii imanaan gototaa ❤❤❤
wow Sabontuu tenyaaa heduu Nuu Bositaaa💕💕💕💕💕💕💕💕💕💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💞💞jajjabeee tiyaaa Nasiriyeee💕💕💕💕💖💖💖💖💖💖😭
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@@aldahermazyed1651 mati nafi ta'i lubbuu
Hin qorra akkamin rafu bubbe farra bubisa qalitti shiboon cufuu esanaan sii dubisa wow mashaa allah jabadhuu nasra gotaa tenya
jabdhuu oromtitito qalii dhugaa qabdaa bagaa iticabsitee italaa hararageto 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪😭😭😭😭😭
Jabadhu jaba Dina dhabuu qashitii to
Woooow jabduu 💔💔💔💔💔💔
Baayee nama onnachiisa. Jabaadhu, Nasraa Gursum.
Namoonni irratti hirmaattanis galatoomaa.
Keshti koo❤❤💘💘💘
Maatii naaf ta'imee sanyi koo
Wow jabduukoo jabaadhuu intalaa abbaa Gadaa❤️💚❤️✊
Jabadhu nasriye sabontu tenya bayye sii jalana ujule like tuqa fii 💋💋😍😍🥰💕💞👍👍👌👌
💟💟💟💟💟💟💟💟🤙🤙🤙🤙🤙🤙💪💪💪💪💪💪
@@calitusefaa34 mati nafi ta'i baredu ko
Uuuuuufffiiii gifti to kanaa fi dinnii boqonnaa dhabbee mee Anii jabbadhuu koo 😢😢😭😭😭😭❤️❤️❤️❤️💝💝♥️
Wowowow itti muddii jabduu koo
Jabaduuu fi sabontuu keenyaaa jabadhuu waaqayyoo Lubuu kee nuf haa dheeressuuu💖💖💖😭
Wwwww ❤️❤️❤️❤️💓💓
Keefiyyee maatii naaf ta'imee
Jaabadhuu sanyii ijara iraa haa ffii🥰🥰🥰🥰🥰🥰👌💓💗💪💗💪
Jabadu koo nufii jiradhuu
Nasraa sabboontuu tenyaa nuufi jiradhuu 💯💞💞💞💞💞💞💞💞👍👍👍👍👍
Falmatuu Haqaa ❣️❣️❣️❣️
Wly ossoo dhiiraa taayyee sabonttuu akkanaa taanaa fudhaa hin caarra koo yaa bareduu too❤❤❤❤❤❤❤😘😘😘😘😘💪💪💪💪💪💪💪👈
Bayee namati tola jabadhu
Wwwwwwwwww aniii sirbaa hijaladhuu garuuu ka qabsoo kanaa nalala❤
Wwwooo jabduu Tenyaa💔❤❤❤❤👍👍👍💪💪💪💪
Jabadhuu sanyii Jawaee
Baga milkooftee koormee sanyii taaddee birruu ajaa'iba Jajjabaadhu sanyiin leencaa leencummaa ❤❤❤💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪
Jaabadhu baay'ee namatti tola like .💚❤💚❤💚❤💚❤💚😍😍😍😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘