Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Bagaa nagaan dhufte muluu bakela welistu qofaa osoo hin tanee qabsoftu oromoo turte ❤️💚❤️👈 garuu maltu si baleese akkati 😢
Muluu Cimtuu namati ati artistii jabduudha. Si simannaa ❤❤❤
Artist dubaraa oromo tan jalqaba Mulu Baqqalaa Baga nagaan dhufte 💐💐💐💐💐💐💐💐🥀🥀🥀🥀🥀🥀🍁🍁🍁🍁
Bagaa nagaan dhuftee muluu qalii tenyaa well comeJabina keef bayyeen sii dinqiisifadha sirboota kee yeroo ijoollumma kotti dhageffadhes bekka sagaalleen kee fi yedaloon isaas bayyee aja'ibumma Amma garuu akka yeroo ijoollumma koo sirba dhageffachuu dhiisera ergaan yesus kristos fayyisa lubbuukoo godhadhee fudhadhe Siifis dhamsiin siif dhamuu barbaduu caraa kanatti fayyadamee gooftaa iyesus fayyisa lubbuu kee goodhatee akka fuudhatuuf dhamsan siif dhama isan malee karaan dhugaan jiireenyii hin jiruu waan ta'ee akka macaafni nuu barsiisuttis sirbituun mootumma waaqayyotti hin galluu jedhe nuu barsiisa kanafuu kotuu gara mana waaqayyo Waanti biyya lafaa kanara hundumti isayyuu hin darba kan hin darbine yesus waalin bara baraan jiirachuudha hadhoo kooAkkasumas warra komenti kana dubiistan marafuu ergadha inni kun warra kristositti hin amanatin jirtan maraaf🤝🤝🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤A
Yeroo ijolumma koo dhageefachan guddadhe sirboota mulu baqqalaa Bagaa nagaan garaa biyyaa Abbaa keetiti nagaan dhufte mulu
Maa qullaa tesee sillaa mulluu
Anayyuu na qaanessite xinno ol butuu didde😮
Muluu teenyaa baga jiraattee ammallee darbii jiraadhuu❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
FAAYA BAREEDINAA KA'UMSAA HUNDUMAATI SUMA JIREENYIKOO HARMEEKOO HAMMA DHUMAATTIKun akka yaadatamtu shoora guddaa taphateMuluu Galatoomi siin jennaIfaajeenkee guddoodhaSagaleenkee ammayyuu akkumasanatti jiraAmmallee jabaadhucimii itti fufi
Brilliant woman!!!
Wwwww bagaa nagaan dhuftee qalii koo❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤ bagaa nu jiratee dhugaa
Muluu bareeddu warra sadee sooddoo baga nagaan biyya keeti deebite❤
Bagaa jiraatee bayyee si yaanee dhugaa❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💚
Baga dhufte❤❤
Giftii teenya 🌹 akkatini si jalaadhu
Sirbi sii gaha aa biyyi lafaa jireenya siif hin ta uu
Mulee Sagalee Bareedduu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
jabadhuu jaduu ❤❤❤❤❤❤❤
Goota oromo baga Nagaan dhuftee
Qullumaa deemii yaa baraa keenyaa maaloo ufanaa kee sireefadhuu
anaa dhufu Mulee🙏🙏🙏
Wow muluu jabduu tiyaa
Wwwwwwwww❤❤❤❤❤ muluu jiraataa jabaataa
Heeeee❤❤❤❤❤😢😢
Haccee💔💔💔😭😭😭😭
Dubartii jaabduu❤❤❤❤❤❤
GALATOOMA BAGUMA NUUF FIDDAN!❤❤❤❤
Jabduu oromoo
MuluuBaqalaa❤❤❤❤❤❤
Jabdudhaa ati jabaadhuu
Woww welcome welostu muluu❤❤❤
Uuuff luubbaa oromo mulee❤❤
❤❤❤❤❤❤❤umuri dheraaadhuuuuu
Haaccee koo enyutu irafataa😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Gootaa tenyaa
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yaa Jimma yaa Jimmaa Biyya bunaa sanii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Well cam mulee
Isayyuu bara kaasettiinTeeppiin kirrii naannessee taphatudha. Kaasettii Yeroo sanaa keesseettaa?
Muluu mayee jadhuu amalee sagaleen kee bayee bareeda dhugaa garuu gafin kiyya Eessati badee jedhuu deebin kiyyaa debi’ee
❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊
Urjii Oromiyaa keessaa tokko
Maal fakkatti?
Mullu koo baye sii jallan ammarre sagalle kelole Kan sirbba tokko sira egana
Mulun nama oso durbuma qabdu sirba egalte
😂😂
Sitti agaarsiiste moo? safuu dhaa boo mal kun😂😂😂
Ayyee😂😂😂
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Bagaa nagaan dhufte muluu bakela welistu qofaa osoo hin tanee qabsoftu oromoo turte ❤️💚❤️👈 garuu maltu si baleese akkati 😢
Muluu Cimtuu namati ati artistii jabduudha. Si simannaa ❤❤❤
Artist dubaraa oromo tan jalqaba Mulu Baqqalaa Baga nagaan dhufte 💐💐💐💐💐💐💐💐🥀🥀🥀🥀🥀🥀🍁🍁🍁🍁
Bagaa nagaan dhuftee muluu qalii tenyaa well come
Jabina keef bayyeen sii dinqiisifadha sirboota kee yeroo ijoollumma kotti dhageffadhes bekka sagaalleen kee fi yedaloon isaas bayyee aja'ibumma Amma garuu akka yeroo ijoollumma koo sirba dhageffachuu dhiisera ergaan yesus kristos fayyisa lubbuukoo godhadhee fudhadhe
Siifis dhamsiin siif dhamuu barbaduu caraa kanatti fayyadamee gooftaa iyesus fayyisa lubbuu kee goodhatee akka fuudhatuuf dhamsan siif dhama isan malee karaan dhugaan jiireenyii hin jiruu waan ta'ee akka macaafni nuu barsiisuttis sirbituun mootumma waaqayyotti hin galluu jedhe nuu barsiisa kanafuu kotuu gara mana waaqayyo
Waanti biyya lafaa kanara hundumti isayyuu hin darba kan hin darbine yesus waalin bara baraan jiirachuudha hadhoo koo
Akkasumas warra komenti kana dubiistan marafuu ergadha inni kun warra kristositti hin amanatin jirtan maraaf🤝🤝🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
A
Yeroo ijolumma koo dhageefachan guddadhe sirboota mulu baqqalaa
Bagaa nagaan garaa biyyaa Abbaa keetiti nagaan dhufte mulu
Maa qullaa tesee sillaa mulluu
Anayyuu na qaanessite xinno ol butuu didde😮
Muluu teenyaa baga jiraattee ammallee darbii jiraadhuu❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
FAAYA BAREEDINAA KA'UMSAA HUNDUMAATI
SUMA JIREENYIKOO HARMEEKOO HAMMA DHUMAATTI
Kun akka yaadatamtu shoora guddaa taphate
Muluu Galatoomi siin jenna
Ifaajeenkee guddoodha
Sagaleenkee ammayyuu akkumasanatti jira
Ammallee jabaadhu
cimii itti fufi
Brilliant woman!!!
Wwwww bagaa nagaan dhuftee qalii koo❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤ bagaa nu jiratee dhugaa
Muluu bareeddu warra sadee sooddoo baga nagaan biyya keeti deebite❤
Bagaa jiraatee bayyee si yaanee dhugaa❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💚
Baga dhufte❤❤
Giftii teenya 🌹 akkatini si jalaadhu
Sirbi sii gaha aa biyyi lafaa jireenya siif hin ta uu
Mulee Sagalee Bareedduu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
jabadhuu jaduu ❤❤❤❤❤❤❤
Goota oromo baga Nagaan dhuftee
Qullumaa deemii yaa baraa keenyaa maaloo ufanaa kee sireefadhuu
anaa dhufu Mulee🙏🙏🙏
Wow muluu jabduu tiyaa
Wwwwwwwww❤❤❤❤❤ muluu jiraataa jabaataa
Heeeee❤❤❤❤❤😢😢
Haccee💔💔💔😭😭😭😭
Dubartii jaabduu❤❤❤❤❤❤
GALATOOMA BAGUMA NUUF FIDDAN!❤❤❤❤
Jabduu oromoo
MuluuBaqalaa❤❤❤❤❤❤
Jabdudhaa ati jabaadhuu
Woww welcome welostu muluu❤❤❤
Uuuff luubbaa oromo mulee❤❤
❤❤❤❤❤❤❤umuri dheraaadhuuuuu
Haaccee koo enyutu irafataa😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Gootaa tenyaa
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yaa Jimma yaa Jimmaa
Biyya bunaa sanii
❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Well cam mulee
Isayyuu bara kaasettiin
Teeppiin kirrii naannessee taphatudha.
Kaasettii Yeroo sanaa keesseettaa?
Muluu mayee jadhuu amalee sagaleen kee bayee bareeda dhugaa garuu gafin kiyya Eessati badee jedhuu deebin kiyyaa debi’ee
❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊
Urjii Oromiyaa keessaa tokko
Maal fakkatti?
Mullu koo baye sii jallan ammarre sagalle kelole Kan sirbba tokko sira egana
Mulun nama oso durbuma qabdu sirba egalte
😂😂
Sitti agaarsiiste moo? safuu dhaa boo mal kun😂😂😂
Ayyee😂😂😂
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉