🔴Jawaar Mohammed Icciitii Gadi Guure😥Lammaa Magarsaa eessa Itoophiyaa Bulchuun fedha CHRISTIAN MEDIA

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 19 гру 2024

КОМЕНТАРІ • 12

  • @dame-yt8ld
    @dame-yt8ld Годину тому +1

    Warri nagaa biyya keenya jeeqan qaamolee siyaati.Oromoon osoo aangodhaa wal nyaattuu ammas garbummaa yoomuu keessaa baane keessa galuufi

  • @BachaFikaduD
    @BachaFikaduD Годину тому +1

    Jabaadha

  • @KaruKaru-dp3rs
    @KaruKaru-dp3rs 4 години тому +1

    😢😢malo namni dhumee😭

  • @BontuuAPP
    @BontuuAPP 5 годин тому +1

    Waqayoo biyaa kenyaaf araraa nagaa ha busuu😢😢😢😢😢

  • @MacalinSuldaan
    @MacalinSuldaan 4 години тому +1

    Oromo waan ufi hinbeytu

  • @ZenabZenab-s4x
    @ZenabZenab-s4x Годину тому +1

    Wani jaraa kanaa lamaa giduu demmuu ottoo dubbachii isaa hafee gariidha maliif bekkeetu lamaani isaani iyyuu wani garii wani hammaasi hojeetaniruu ottoo gidduu galuu dhisaatani gariidha maliif bekkaatu waqaayyoo bichaa kadhaa wani biyyaa kenyaa waqaayyoo bichaati bekkaa waniti isaani dhabbaani wani fedhaa isaani dhabaani malee wani dhabaani hin qabani wani sabaa yadduu hin jiruu dhugaa dubbaachuf yoo ta'ee hundii isaani fedhii isaani iraa kani hafee hin jechuu dhisaa waqaayyoo yoo jallaalaa keessaa isaani jiraate malee hikkaani tokkoo hin jiruu waqaayyoo biyyaa kenyaafi haa nagaa haa busuu

  • @DerejeBeyena-e4x
    @DerejeBeyena-e4x 6 годин тому +1

    Lakkaa WBO abdataa ture jechuudha Jawaar, mootummaa kuffisanii angoo qabatu se'ee, galuun isaanii aarsee jira. silaa araara kana ni tumsa ture.

  • @samiraamuhammad3376
    @samiraamuhammad3376 6 годин тому +1

    Me hadhufu etiopia😮😮

  • @Bonto-c5k
    @Bonto-c5k 4 години тому +1

    Ani kan na dhibuu dhangalahu dhigaa ummata oromookessa inni mal argata?malif nagaa jibba ?ibiddi qabsise umata kenyaa dugugsisu male homa nu gone

  • @dame-yt8ld
    @dame-yt8ld Годину тому

    Waaqayyoo biyya keenyaf nagaa haa buusu

  • @samiraamuhammad3376
    @samiraamuhammad3376 6 годин тому +1

    Maaf wahi arabaa inii arafse gadii baftanani hindubaane😮