Feetan Dache Sena! Ustaz ibsaan Dhirsa Kooti|Niqaaba Uffadheen Itti Heeruma|Ustaz Raayyaan..|Zad Oro

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 11 вер 2024
  • Feetan Dache Sena! Ustaz ibsaan Dhirsa Kooti|Niqaaba Uffadheen Itti Heeruma|Ustaz Raayyaan..
    #zad_media #harun_media #minbertv #donkey #islamic #የኔ_መንገድ
    *የእመቤታችን ቅድስት ድንግል ማርያም መዝሙሮች እና የኦርቶዶክስ መዝሙሮች Aser tad • Babi • Abrelo hd • Nejah Media • Miftah key • Minber tube • Harun media • amharic vlog • Amharic films 2022 • New Amharic • Hop Amharic new • ethiopia youtube trend #ተዋወቋት #babi #Eregnaye እረኛዬ ክፍል - Eregnaye Ep @Arts Tv World እረኛዬ ክፍል - Eregnaye Ep @Arts Tv World seifu on ebs,seifu on ebs,new ethiopian movie 2019, babi, ባቢ, babiyoutube, babi ethiopia, ethiopian,teddy afro,fana tv,9 shi part,amharic film,betoch,tigrigna music,ebs tv,ethiopian drama,ethiopian comedy,ዘጠነኛው ሺህ ክፍል 14 - zetenegnaw shi sitcom drama part 14,hanan tarik,amharic musicnew ethiopian movie,new ethiopian movie 2019,ethiopian movie,full ethiopian movie,ethiopian drama,ethiopian new movie,new ethiopian film,ethiopian movies,best ethiopian movie,new ethiopian movies,amharic movie,ethiopian comedy,ethiopian film,ethiopian new drama,ethiopian movies 2019,ethiopian,ethiopian new movie 2019,new ethiopian music 2019,latest ethiopian movies,funny ethiopian comedy,new ethiopian music seifu fantahun on ebs show,x,seifu show,seifu on ebs,seifu fantahun show,seifu fantahun on ebs,seifu fantahun show 2018,seifu fantahun late night show,seifu fantahun,seifu fantahun prank,funny pic seifu show,seifu on ebs this week,seifu on ebs this week 2018,new ethiopian music 2019,ethiopian new music,zebiba girma,ethiopian music 2019,zebiba girma gerager,new ethiopian music,ethiopian music,amharic music 2019,zebiba girma music,new ethiopian song 2019,new amharic music 2019,ethiopian song 2019,new ethiopian song,gerager,ethiopian love music,ethiopian new song,new ethiopian music 2019 this weeksenselet drama,senselet,ethiopia,ethiopian news,ethiopian,ethiopian films,ethiopian drama,ethiopian music,ethiopian actress,ethiopian film,zemen drama,senselet drama movie actress tg,ethiopian movies,ethiopian dating,ethiopian new movie,ethiopian tv,ethiopian artist,ethiopian new music,ethiopia zena,senselet drama actress tigist milkesa sisters,new senselet video,ethiopian comedy,ethiopia,ethiopian drama,ethiopian film,ዘጠነኛው ሺህ ክፍል 15,ethiopian,new ethiopian comedy,ዘጠነኛው ሺህ,ምን ልታዘዝ ድራማ,ethiopian news,new ethiopian movie 2019,ethiopian music,ethiopian movie,funny ethiopian comedy,ethiopian series drama,betoch,አስቂኝ ድራማ,teddy afro,hope music,ትንሿ ፓርላማ,ኤደን ገነት,ethiopian tv,jtv ethiopiazetenegnaw shi,9negnaw shi,zetenegnaw shi 14,zetenegnaw shi part,zetenegnaw shi part 5,zetenegnaw shi part 1,zetenegnaw shi part 14,new ethiopian music 2019,ethiopian music,new ethiopian music,ethiopian music 2019,ethiopian new music,ethiopian music new,ethiopian love music,ethiopian song 2019,new ethiopian song,ethiopian traditional music,ethiopian song new,ethiopian new song,new ethiopian song 2019,ethiopian song,new eritrean music 2018,tigrigna music,eritrean music,new ethiopian music 2018,ethiopian music new 2019ethiopian comedy,new ethiopian comedy,new ethiopian comedy 2019,new ethiopian movie 2019,ethiopian,new ethiopian music 2019,funny ethiopian comedy,ethiopia,ethiopian film,new ethiopian movie,new ethiopian film,new ethiopian music,ethiopian movie,ethiopian comedy 2019,ethiopian drama,comedy,ethiopian news,full ethiopian movie,new ethiopian comedy in 2019,new ethiopian comedy tomas 2019ethiopian,new ethiopian music,ethiopian comedy,new ethiopian movie,new ethiopian funny video,ethiopia,new ethiopian comedy,new ethiopian comedy 2019,new ethiopian movie 2019,ethiopian music,ethiopian funny video,ethiopian drama,ethiopian movie,new ethiopian,new ethiopian vines,new ethiopian music 2018,ethiopian news,ethiopian film,funny ethiopian comedy,new ethiopian funny videos,hope music ethiopia ehud on ebs,seifu on ebc,special show,ebs,ebstv,ethiopia,meskel,mogachochethiopian drama,betoch,ethiopian comedy,ethiopian music,betoch comedy,ethiopian,betoch drama,ethiopian movies,ethiopian artist,ethiopian actress,ethiopian,betoch comedy drama,ethiopian news,new drama,ethiopian,ethiopian movie,ethiopian news,zemen drama,ethiopian

КОМЕНТАРІ • 321

  • @saraaa442
    @saraaa442 Рік тому +8

    Anilee baay'een jaalladha ustaz ibsaa rabbiif jecha yeroo isan seenaa Nabiyyootaa dubbattanu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hayatah7696
    @hayatah7696 Рік тому +5

    Balaa Rabbii jaraa irraa hajjiraatuu jaraa ustaaza Rayyaa Akkana googee Nahalatuulaa halakii haqaani gabbaramani Rabbii qoodaa 🕌🕌👆👆❤️❤️❤️

    • @sumayyaaahmed9973
      @sumayyaaahmed9973 Рік тому

      😢😢😢😢😢eeee Wollaahi AMIIIN AMIIIN yaa Rabbiil Aalamiin yaa Allah 😭😭😭😭😭😭

    • @fahmofilsan4097
      @fahmofilsan4097 Рік тому

      💗💞👌

  • @ganateganate9318
    @ganateganate9318 26 днів тому

    Walahiy haniillee ustazaa ibsaa hin jaldhaa Rabii koo jechaa waa in diinii barssiisuuf jaldhaa walahiy yaa Alaah ❤❤❤❤❤❤❤ garuu walahiy heduu jaldhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AffectionateCoconut-ob6im
    @AffectionateCoconut-ob6im 7 місяців тому

    Subhanlhaa ustazn kenyaa wan qarshiin sobamuu setee

  • @user-oc5qp6rt7h
    @user-oc5qp6rt7h Рік тому

    Tan ibsa bareduma akka isaati rabbiin isaaf haa filatu tan duniyaa akkirati jenata woliiin argatan

  • @user-kb7fe4mu8t
    @user-kb7fe4mu8t Рік тому

    𝐒𝐮𝐛𝐡𝐚𝐧𝐚𝐥𝐥𝐡😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢 𝐢𝐬𝐢𝐢 𝐡𝐚 𝐪𝐚𝐜𝐞𝐜𝐮

  • @Misrafayiso
    @Misrafayiso Рік тому

    Hayyuun kan ittiin Qoosaanii mti rabbii jedhaa dhiisaa

  • @seadii-s
    @seadii-s Рік тому +1

    axayyibatu li xayyibin jedhin habibi nasaran

    • @user-rb7gm2yu2g
      @user-rb7gm2yu2g Рік тому

      Ustaaza biraayyuu tartanii amantii keenyaa arrabsaa jirtaanii silaa imaana qabaattanii ni saalfattanii bar Rabbiin isiin haa qajeelchuu shamarraan miidiyarraa caffartan rabbiin sodaadha

  • @seadii-s
    @seadii-s Рік тому +1

    a.uzubillah wallahi nama jibisisa

  • @user-by8mu1ju3f
    @user-by8mu1ju3f Рік тому

    Fula raabii dhabachun keessan wani hin ole it jaabadhaa namu wan facafte murta insha'Allah

  • @adysadys1800
    @adysadys1800 Рік тому

    አሚን አሚን አሚን ☝️☝️☝️☝️🤲🤲😭😭😭😭🤲🤲☝️☝️❤️❤️❤️❤️❤️❤️☝️☝️☝️🤲🤲

  • @user-ns5gf9dm4r
    @user-ns5gf9dm4r Рік тому +1

    Ruzza jarmanittuu marachee

  • @user-jr5lk3gk9r
    @user-jr5lk3gk9r Рік тому

    Subhanallah rabbii siin haa qajelechu waan hiin tane hiin dubatin maqa nama hiin laessin ustaz kenya kabajama rabbiin umuri keessani haa dheresu wan hiin tane issin irra haa fagessu

  • @firotube2641
    @firotube2641 Рік тому +1

    As wr wb maatii naaf tayii qalii kiyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mariyammariyam8453
    @mariyammariyam8453 Рік тому

    Subban allaah subban allaah yaa allaah nu qajelchii mee rabii kiyaa nu tolchii😥😥😥😥😥

  • @user-ml4zg5sm9o
    @user-ml4zg5sm9o Рік тому +1

    Astoofirillahii Auuzubillaahii malii tunii dulatii adabaa hin qabanee kolkoloo

  • @tawakaltualalhaa1824
    @tawakaltualalhaa1824 Рік тому

    Raayaa Koo qaalii abshiir dhamatuun hadhamatuu Raabii umurii keesaan nuuf haa dheeressuu insha alaha waan hin yaadamnee ustaaz raayaan hamantaa kufuriiti debiyuun atiyuu Kan video kana hojetee daafii gaara uztaza keenyaa kotuu yoo Raabii siijalata ta ee oke 👂👈🏃ykn 💃

  • @abulbarayasiin
    @abulbarayasiin 11 місяців тому

    Jabadha dhugaa keessani

  • @LamiikooHjra
    @LamiikooHjra 11 місяців тому

    Subhanaliha yaa rabbi nu satarii

  • @dhebottudiinrabbbiiloveyou4365

    Hojiin Rabbi hin bekamuu akkas hin jedhin Zad

  • @adaambuullo4992
    @adaambuullo4992 Рік тому

    Baayee galatoomi ustaaza keenya atis video akkanaa fiddee irratti ibsa bareeda kennuu keetiif jzk ammas ustaaza keenya raayyaa nuuf jiradhaa waan ummata rabbiin agartuu isanii jamsee hin dhagayinaa baayee isin jaalannaa waallih billaahi ustaaza keenyaa raayyaa abbaa maccaa ❤❤❤❤❤❤❤❤,dubartoonillee martee maraa rabbi haaqajelchu ,kan jedhu akka nama tokkotti ustaazota irraa gad bu'aa fakkataa keessan barbaadadhaa jedha ,ustaazoni ija teenna tuqaa isaan hin dandeenyu wallahi dhugaa isinitti hi
    Mnaa .yoo hoo'ite dubartiin waan qaayxu hin beeytu dhugaa rabbi baayee aaree garaan nagubate akkamitti tuni asirratti baatee waan akkanaa qaayxi rabbi haa qajeelchu qabana haakennuuf

  • @Zabibaaoromiyaa
    @Zabibaaoromiyaa 11 місяців тому

    yaa rabbiin nu satarii yaa allaa atumaanii

  • @wewee8598
    @wewee8598 Рік тому +1

    Yaa allah dhisaa waan rabbi hin bekanii

  • @MohammadJamaal-eu7zx
    @MohammadJamaal-eu7zx 10 місяців тому +1

    ❤❤❤

  • @zaenabjware4528
    @zaenabjware4528 Рік тому

    Rabbii Sitti haa ararramuu

  • @allizayazid3141
    @allizayazid3141 Рік тому +1

    Jarren najasa xirawa karaasitti kotta namaan jetti kun islamumman keenya worqi 7:02 keenya alhamdulillah xahulaa soqani gabbarurra kan najaa nubaafte yarabbi

  • @user-sm8hj8vs3e
    @user-sm8hj8vs3e Рік тому

    Sah wallah

  • @user-by8cu9yn7n
    @user-by8cu9yn7n Рік тому +1

    Suubaanaa Allah

  • @KitabeFayisa-uu8xh
    @KitabeFayisa-uu8xh Рік тому +1

    Subhanallah 😭😭😭😭ummata qulfii raabbii isaan haa qajeelchu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @firotube2641
      @firotube2641 Рік тому

      As wr wb maatii naaf tayii qalii nama ❤❤

  • @HayatAs-do1td
    @HayatAs-do1td Рік тому +1

    Yarab tiii nuu satrii

  • @user-kp4lp4hs3f
    @user-kp4lp4hs3f Рік тому

    Subahaan allaah

  • @muslimaamharic794
    @muslimaamharic794 Рік тому

    Yaa Allah 😭😭

  • @mariyammariyam8453
    @mariyammariyam8453 Рік тому

    Eee miskinaa wlyh dhugaa keesaan us/keenaa kun waan qafachisuuu rabii nu qajelchuu malee an wlyh kaa na dhibee barraa moo namaa jedhee gafii natii tee keesaatuu kaan shamaran keenaa rabiin halafisuu 😭😭😭

  • @KitabeFayisa-uu8xh
    @KitabeFayisa-uu8xh Рік тому

    Dhugaa keessan woollaayii

  • @zakiyazainab6131
    @zakiyazainab6131 Рік тому

    Way shamarraan keenya Safuu gatte

  • @user-by8mu1ju3f
    @user-by8mu1ju3f Рік тому +1

    Yaa waaraa nama arbsitani raabii bira Mali egatani☝️

  • @Kubraa271
    @Kubraa271 Рік тому +1

    Amiiiiiiiiiin

  • @user-iu6mk6or1k
    @user-iu6mk6or1k 11 місяців тому

    yaa rabbi baha nu basi

  • @hayaatibaadiru-hw9tc
    @hayaatibaadiru-hw9tc 11 місяців тому

    Yaanititiinanaa rabisihaa qajelchuu

  • @abulbarayasiin
    @abulbarayasiin 11 місяців тому

    Subahanalaa

  • @sumayyaabdulaziz5165
    @sumayyaabdulaziz5165 Рік тому +1

    Subhaan Allah yaa Raabbii qaajellichii shaamaraanii keenyaa

    • @bbbbjjjj5979
      @bbbbjjjj5979 Рік тому

      Atu leenca lenca namni sikenu mal sif godha

  • @user-ns5gf9dm4r
    @user-ns5gf9dm4r Рік тому +1

    😂😂😂😂😂😂 intallii hin marattee😂

  • @imani1291
    @imani1291 11 місяців тому

    Subahanallah 😢😢

  • @ibrahim1173
    @ibrahim1173 Рік тому

    Tortoraa akka nadhoo hinaaftu tis dhugaa rabbi garaatu sicaala harks dhibba

  • @user-by8mu1ju3f
    @user-by8mu1ju3f Рік тому

    Duubartiin waa shaanii saiifii taatatii hin tuqiinii

  • @NameMaqa-dn5so
    @NameMaqa-dn5so Рік тому

    Wolhi sittan kolfee 😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤

  • @shaasheemuktaar1561
    @shaasheemuktaar1561 Рік тому

    Intala Kana Ajjeesaa

  • @MurmaG-pr3vr
    @MurmaG-pr3vr 8 місяців тому +1

    ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @AyishaAbafohi
    @AyishaAbafohi 4 місяці тому

    Wl,,wr,,,wb ❤❤❤❤Auzubilliilah😢😢🎉🎉🎉

  • @sumayyaabdulaziz5165
    @sumayyaabdulaziz5165 Рік тому

    Hin marattee sheexannaa caakkaa keessaa faakkaatti haabboo salphoo salphoo tishii sarree wayyii qajjeellii haabboo Alakbar

  • @jafarahmed3948
    @jafarahmed3948 Рік тому

    Obolesa kiya wallahi sinjaladha jabadhu garu kun waan boyani male wan kolfani miti

  • @HawaBariso
    @HawaBariso Рік тому

    حسبنا الله

  • @Ihisaanshow
    @Ihisaanshow Рік тому

    Masha allaah ammas itti deebi'ii waa'ee ustaaza keenyaa kana nuun dhaqqabi nu yaachisee jiraa!!!!

  • @saboontuutube9309
    @saboontuutube9309 Рік тому

    Ani ustaz keenyaa kajamaa Fi jalaalatamaa ibasaa Hasani heeduu takka jalaaladha yoo akkana ta,ee ❤❤❤❤❤❤❤

  • @imanekumaleephisamucaakaku5780

    obbolesa Baga Waaqayyon si Fayisee.
    Nasira hin Tufattin isheeni Gota
    namicha isheenni itti herumuf kate ishee madala

  • @MakidaAbdalla-gh3hv
    @MakidaAbdalla-gh3hv Рік тому

    Kulfaan du,ee ufff

  • @zamzamzamzam9599
    @zamzamzamzam9599 Рік тому

    Yaa rabbi kiyaa😢

  • @MakidaAbdalla-gh3hv
    @MakidaAbdalla-gh3hv Рік тому

    Anis bayee jalaadha uztazi ibsa

  • @AllahamdulilahRabbiilallaamin

    Wa'alleykumsallam worahimatullahi wobarakatuhu yaa Allaaha Rabbii isiinu ha qajelichu worrarayya Kenyan taphatu. dhugaa jeetee obbollessa koo wa'ee Ustaazi Ibsaa subhanallaaha woruma harargee tu ballesse dhiifama na godhaaaaaa

  • @DhdhdDhdhhd-w6w
    @DhdhdDhdhhd-w6w 14 днів тому

    yaa Rabbii koo 😢😢😢😢😢😢😢

  • @user-by8mu1ju3f
    @user-by8mu1ju3f Рік тому

    Waraanii nama arabstiinii umaa kesani wani ilmo te ira gayu bete safu egaadhu raabbiin soodadhuu

  • @gjfg9000
    @gjfg9000 Рік тому

    Uuuuuuuu 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 Rabbin isin haqajelchu Wlh

  • @fggggg1296
    @fggggg1296 Рік тому

    Inalillahi wainaa illeyhii rajii unii rabiin isaan haqaa jeellchu umataa ustazaratii Akaas warii gotaan kun

  • @allizayazid3141
    @allizayazid3141 Рік тому

    Subhanallah anille ustaza kenya rabbif jecha nan jalladha

  • @hussainabduselam6797
    @hussainabduselam6797 Рік тому

    Isiinuu garaa kenyaa kotaa jedhiin

  • @GenoBeautiful-hj7fr
    @GenoBeautiful-hj7fr Рік тому +1

    Rabbin isaan haa qajeelchu inshallah

  • @user-jn5jg8zw5y
    @user-jn5jg8zw5y Рік тому +2

    As.wr.wb akami jirta sabona qopini.ati.fidu.hudu.namatii.tola❤❤❤

    • @firotube2641
      @firotube2641 Рік тому

      As wr wb maatii naaf tayii sanyii tiyyaa ❤❤❤

  • @sumayyaabdulaziz5165
    @sumayyaabdulaziz5165 Рік тому

    Qullaa bustee ka,aa ijjoo qabbaa hidhaa

  • @giftekaduro3896
    @giftekaduro3896 Рік тому

    Subhaalhaa

  • @gddg5806
    @gddg5806 Рік тому

    ustzaa rayaa lecaaa fakkii nama habibi kiyaa waallhi😍😍😍😘😘😘💟💟💕💞💞💞💞💗💗💘💖💝💘💌💌💖

  • @HawaBariso
    @HawaBariso Рік тому

    🤭maalii argiin maalii dhageenya

  • @saadabdulle9433
    @saadabdulle9433 Рік тому

    Dhugaa baana wallaahi

  • @mobinazinab
    @mobinazinab Рік тому

    Jamaalin guyyaa kamisaatin qurxummii darbatee🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @MariamAbu-dj9uw
    @MariamAbu-dj9uw Рік тому

    Dhugaa ketii wolahii 😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @abulbarayasiin
    @abulbarayasiin 11 місяців тому

    Gafiin qabaa ustaaz ibsaadha dubaatu hin argine isaan maaf hin mormane

  • @user-gf6qb1ki4e
    @user-gf6qb1ki4e Рік тому

    Rayyaan akkas godhanii Ajjab

  • @salihaosman9520
    @salihaosman9520 4 місяці тому

    As wr wb ❤️

  • @user-ns5gf9dm4r
    @user-ns5gf9dm4r Рік тому

    Argaa isiii jinniin isii haccufuu😂😂😂😂

  • @ziyadgeleto9592
    @ziyadgeleto9592 Рік тому

    Mashalaah shixana kan arteee kan kololee kaan

  • @fggggg1296
    @fggggg1296 Рік тому

    Yaa hojii tiik tokaa Allhamdu lillah yarabikoo gabayaa tiik tokatii nuun dhabiin

  • @user-zm6dq2eq1k
    @user-zm6dq2eq1k Рік тому

    As wr WB akkam nagaadhaa

  • @NameMaqa-dn5so
    @NameMaqa-dn5so Рік тому

    Rabbin haqajeelchu maal rakko qaba yoo qajelchaanni fudhan kirsitanayyu qaielchanni fuchuun jirai

  • @meymunaabdela822
    @meymunaabdela822 Рік тому

    Yaa.rabbi.malittu.dhuffe🤭😥😥

  • @user-yg5tm9yg4r
    @user-yg5tm9yg4r 3 місяці тому

    Suhbaanal😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @nuriabintjawaro3676
    @nuriabintjawaro3676 Рік тому

    Kkkkkkkkkkkk inuma jetteeniii garuu rabbiin ishii haa qajeelchu

  • @user-dq4qb1lf9m
    @user-dq4qb1lf9m 11 місяців тому

    Subanaallaa😂😂😂😂

  • @sumayyaabdulaziz5165
    @sumayyaabdulaziz5165 Рік тому

    Subhaan Allah baraa maalli keessaa jirraa 😭😭😭😭

  • @user-mx3nx6xt4l
    @user-mx3nx6xt4l Рік тому +1

    Auzubilliilah😂😂

  • @sumayyaabdulaziz5165
    @sumayyaabdulaziz5165 Рік тому

    Waly warri ustaaz keenyaa akkaas gottaan ofii egaadha waarrii pheenxee yaasusii sa gaannuu ammaayyuu As wr wb

  • @user-gp8ry1pt6c
    @user-gp8ry1pt6c Рік тому

    Maashaa allh dhugaa ketii

  • @hussainabduselam6797
    @hussainabduselam6797 Рік тому

    Attii maalif nama kofalchiiftaa

  • @oromiyaoromiya7709
    @oromiyaoromiya7709 Рік тому

    Kkkkkkkkkk jarmen Jannaataa sentii ustazaa kenaa osoo jarmen dhisii osoo adunyaa guttuu kenanifuu ittii hin hajamuu diniin rabitiin kanii isaan umurii guttuu ittii fixaaa jiranii barii osoo biyyaa farajii barbadanii qataa galanii biyyaa fedhanii obsii suree kee kayadhuu duqetii kee dibadhuu

  • @workaman5087
    @workaman5087 Рік тому +1

    yaa. rabbiin nu satarii yaa. alaa😭

  • @UmuAbahureraAbahurera
    @UmuAbahureraAbahurera Рік тому

    Ye saw lij liyatefa yichilal yatefawin sw Degimo le memles Anite Degime tifati mesrati aytbkibhim
    Le min ke mit sadebati Be selami ati mekratim

  • @user-jw9nq5ww4i
    @user-jw9nq5ww4i Рік тому

    Maa Sobdaa kaa dhugaa 🤫🤫🤫🤫

  • @mohammedmariya1525
    @mohammedmariya1525 Рік тому

    Subhannallah yaa rabbi nu qajeelchiii

  • @mariyqmmariyqmmari2498
    @mariyqmmariyqmmari2498 Рік тому +1

    Subhaan Allaah

  • @kiiyootokee5482
    @kiiyootokee5482 Рік тому

    Muzii qucatee kara iratii darbamtee matuu nyataa

  • @user-fl4sb8bo6s
    @user-fl4sb8bo6s Рік тому

    Wl wr wb...jara uztaaza kenyaa tuquu rabbii isaa haa tuquu

  • @user-gl5tz9zs2m
    @user-gl5tz9zs2m Рік тому

    Jasbaa namaa hin arabsiinaa 😮😮😮😮😮