Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Nasreddin Gazexeessaa cimaa omn karaa aartiis hanqina hinqadu hundagaleessa namaa, yayon ogeessa oromoon qabdu tokkicha, safuu fi aadaa eegee nama aartii oromoo guddisedha🙏
Galatoomi ulfaadhu sanyii tiyya
Wow amazing specially Video quality resolution 👍👍👍
Nasradin adem atti nama ciima sagalen dhokatee ❤❤❤❤❤❤ nuf jiradhuu
❤❤❤❤❤
Keenya wal cabsuu malee Hamilee waliif kennu hin bakani Abshiir jabaadhu
Nasreddin & yayo production great job🙏
Baga nagayan dhuftan ilmaan oromodha hunddii keessanu oromoof oromiyaa maddawalabu media irraattii ❤❤❤❤
Jabaadhu siin jedha ilma biyya kiyyaaWaljajjabeeffannaa waluma nuuf wayyaaWaan gaarii qabattee kinoo gadi baateeIsa kaleef har'aa walit qindeessiteeHambaa warqituu jettee seenaa yaadachiisteeUmrii nuuf dheeradhu,waan guddaa hojjattee
Broz jabaadhuu hojii bareedadhaa.
Hedduu bareeda waan Warra walloo yaadatteef galatoomi
Nuti walifii dawadhaa tokuma oromo❤❤❤
Hedduu bareedaa Nasruu keenya!Garuu Xiqqoo owwifnee sagalee laafaan Xumurte erga yaada kennaa jette jedheetiOromoon walloo Sirba qofan bira dhabbata jira kunis Hafuu qaba qaamaanis qalbiinis Achitti Argamnee osoo jiruu jaraa waliin qoddannee Natti tola
Jabadhu Sabonna kenya Nasrudiin we'll done ✔️ 👏 👌 👍
Wow Well Come Leenca Fakkii Namaa Anaadhufu Warqii Kiyya Ilma Biyyaa Lafee Aayyaa 🎉🎼👌❤️🥰
Xiiqin Dammarra Mi'oofti Leenca koo 💪 💪 💪 Jajjabee gaafa Xiiqi
Sanyii Waakoo , Hojii boonsaa hojjatte Great job keep it up
Nasraddin Adam jabadhuu Ammaas sirbaa Tokkoo Dafii itti nuuf dabalii
Hambaa worqituu bagaa nagayaan dhuftee
Hojii bareeda hojjatte nasruu jabaadhu kana ol sirraa eyna
Well come Hambaa J/waaqo guutu nuuf jiraadhu gootakoo
Gootaa kiyyaa naf jiradhuu lubbuu koo❤❤❤❤❤❤
Wow nasruddiin jabaa keenya nuuf jiraadhu
🥰🥰🥰🥰🥰
Wow hedduu bareeda, sirba ergaa jaba of keesa qabu, bro jabadhu!
Weel come sanyii bagaa dhuftee danyii
Anaa Dhufu Namaa koo 🌹 🌹 🌹 ✔️ Qqaallif Gaarii Namaa 🙏 🙏 🙏
Yaalii gaariidha. Kanarra jabaattee sirba oromoo hundaatuu sirbuu qabda. Keessattuu kan Oromoo Arsii Baalee yoo sirbite fagoo deemuu ni dandeessa.
Great. Bareeda korma namaa jabaadhu
Waan bareeda qabattee dhufte baga keenya taate❤❤❤
Bagaa dhuftee abbaate jabaadhu
Yooyyaa Jennee KaaneSimannaaf DhihaanneIrrikum WallooyyeeJenna Dhadhaabbanee!❤
Baay'ee gaariidhaa Naasiroo Saahiba kiyya. Sagalee mi'ooftuu walaloo ergaa cimaa qabu wajji.
Wow baayee namati tollaa jabadhuu jabaa koo ❤❤❤
Yooyyaa baga nagan dhufte leenca koo
Nasruu kiyya naaf jiraadhu waggaa 1000❤❤❤❤❤❤
Nasru! Goota namaa! Jabaadhu hojii bareeda dalagde kanaa ol hojii bareeda akka hojjattu Abdii qaba!
Rayituu biyaa koo ❤❤❤❤❤❤
Jabadhuu obolleso hoji bareeda
Nasiradin kenya nuf jiradhu ❤❤❤
Really interesting and powerful story! ❤❤
Welcome leenca kiyyaa Wallee ajaba qabate dhufte❤
Dhobiir jiraa hardhaas nukesaa ❤❤❤🎉🎉🎉
dhugaa keetii aadishaa kun hortee dhoombirii
Jabaa namaa nuuf jiraadhu hojii dansaa dalayde😊😊
Good job jabaadhu jabaa sabaa❤
Amma Kaa Adaamaan Kamisee Natti Fakkaachuun🥰❤️👌🎶
Meeturee Namni Keenya????Yeroon Wal Jabeessan AmmaaWaliif Dhaadhessinee🎼❤️❤️Walhaa Mieessinuu👌🥰💚💚Nutuu Waliif Dammaa!😘❤️❤️Harka Wal QabanneeWal Haa, Jabeessinu Bishaan Walti NammeWalhin Busheeysinuu!Laafeef JabaatelleeNamni Ofii QabeenyaaWal Cinaa DhaabbaneeHaa Taanuuf Jabeenya!✍️Usmee Ka JamaalNutuu Waliif DammaaNutu
❤❤❤ congratulations brother nasradin
Welcome ilma Ayyaa baga dhufte
Jabaadhu bro koo gaaftokko irra aanna.Hojiin kee seena qabeessa.
Well done! What a talent!!
Wel come dubrii koo❤❤❤
Jabadhu leenca kiyya❤❤❤
wow new walloo music jiradhu nasruu❤❤❤❤
Jabadha koo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Baga nagayaan dhufte jaal
Bayee baredaaa jabadhuu
Great job 👍
Wow sirba oromoo Ajaa-ibaa from walloo jiraata saudi Arabia irraa sii daawwataa jirra nuf jiraadhuu Nasraddin keenya sanyii waaqoo congratulations ❤🎉
Baga nagayaan dhuftee Qalii ❤❤❤❤❤❤❤
Leenca baddaa baalee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ hayyicha africaa
Nasradin Kenya good job 👏🫡
Jabaadhu hedduu miidhaga,Qeerricha Madda walaabuu nuu biqilchite
Jajjabaadhu kormee koo❤
Nuuf Jiraadhu Sanyii ko❤❤
Wow 👏 👌 😍 👍 lencaa badaa balee akanati sibekaa ❤❤❤❤
Galatoomi ulfaadhu sanyii kiyya qaalii
Leencaa koo Rabbiin bakka atii jirtuuti sii haa tiksu
Well come bro kiyyaa
Welcome Nasru Goota Haftee Dhoombir 🥰
Bravo nasru
Wow jabaa dhuu Leencaa sabaa 😍🎶💖🎼
Dansaadha. Continue more jajjabaadhu.
Bayyee bareddaa jabdhuu
Nuuf jiraadhu itti siif haa dabalu
jiraa❤🎉 woloo ❤❤
❤❤❤❤❤ Shubbisaa jirra ❤❤❤🎉
i like it from nirobi 🎉
Nasrii koo ❤❤ respect for you my dear brother ♥️
Many many thanks
Sheer godhaa oromoo
Wel come Dhiigaa kiyyaa,Jabbadhuu Jabbaa sabaa❤❤
Jabaadhu dhugaadha
We support you Adeeroo❤❤❤
Fuldurri kee ifa mataa dhiira nasraddin
Amazing Afaan oromoo music by nasreddin Adem hojii ajaa'ibaati dhugaa
Jabdhuu jaba oromoo
Woow good job keep going ❤❤❤🎉 congratulations 🎊
Baay'ee gaariidha
Ñaasiro dhugaa dubbachuuf yeroo hedduu wagga hedduu si eegaan ture umar suleiman akka bakka buutu hawwaan ture yeroo ture waqtii isaa egsifattee dhuftee jirta! sirbis seenaa qaba bbayyee na gammachiisee
Abshir Naaso !
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😭 Amazing talent
Roorifatee qoreen sitti bayatee eee obsa kee waa meeqa badhatee mee akam jedhee himee fixa tantee maal himaa jaraa lakawatee taantuu dhufaa tanis yoo dabartee wolaloo cimaa yeedaloon dabaltee nuu fide dhuftee jabadhu leenca koo
Baga Faarsite namaa Jabaa akka Feerroo
Historical song lyrics and amazing melody ❤️❤️
❤❤❤hedduu namattola
Best music
Jabaa kennaa nasruu❤
Good job
❤ nice 👍
Woow nuuf jiraadhu qaalii keenya❤❤❤❤❤😘😘😘😘
Wow ❤👌
Welcome 🎉
Walloo❤❤❤❤
konjo muziqa ,,, we thankyou musian nesredin adem ,, mashallah ,,.
Nasreddin Gazexeessaa cimaa omn karaa aartiis hanqina hinqadu hundagaleessa namaa, yayon ogeessa oromoon qabdu tokkicha, safuu fi aadaa eegee nama aartii oromoo guddisedha🙏
Galatoomi ulfaadhu sanyii tiyya
Wow amazing specially Video quality resolution 👍👍👍
Nasradin adem atti nama ciima sagalen dhokatee ❤❤❤❤❤❤ nuf jiradhuu
❤❤❤❤❤
Keenya wal cabsuu malee Hamilee waliif kennu hin bakani Abshiir jabaadhu
Nasreddin & yayo production great job🙏
Baga nagayan dhuftan ilmaan oromodha hunddii keessanu oromoof oromiyaa maddawalabu media irraattii ❤❤❤❤
Jabaadhu siin jedha ilma biyya kiyyaa
Waljajjabeeffannaa waluma nuuf wayyaa
Waan gaarii qabattee kinoo gadi baatee
Isa kaleef har'aa walit qindeessitee
Hambaa warqituu jettee seenaa yaadachiistee
Umrii nuuf dheeradhu,waan guddaa hojjattee
Broz jabaadhuu hojii bareedadhaa.
Hedduu bareeda waan Warra walloo yaadatteef galatoomi
Nuti walifii dawadhaa tokuma oromo❤❤❤
Hedduu bareedaa Nasruu keenya!
Garuu Xiqqoo owwifnee sagalee laafaan Xumurte erga yaada kennaa jette jedheeti
Oromoon walloo Sirba qofan bira dhabbata jira kunis Hafuu qaba qaamaanis qalbiinis Achitti Argamnee osoo jiruu jaraa waliin qoddannee Natti tola
Jabadhu Sabonna kenya Nasrudiin we'll done ✔️ 👏 👌 👍
Wow Well Come Leenca Fakkii Namaa Anaadhufu Warqii Kiyya Ilma Biyyaa Lafee Aayyaa 🎉🎼👌❤️🥰
Xiiqin Dammarra Mi'oofti Leenca koo 💪 💪 💪 Jajjabee gaafa Xiiqi
Sanyii Waakoo , Hojii boonsaa hojjatte
Great job keep it up
Nasraddin Adam jabadhuu Ammaas sirbaa Tokkoo Dafii itti nuuf dabalii
Hambaa worqituu bagaa nagayaan dhuftee
Hojii bareeda hojjatte nasruu jabaadhu kana ol sirraa eyna
Well come Hambaa J/waaqo guutu nuuf jiraadhu gootakoo
Gootaa kiyyaa naf jiradhuu lubbuu koo❤❤❤❤❤❤
Wow nasruddiin jabaa keenya nuuf jiraadhu
🥰🥰🥰🥰🥰
Wow hedduu bareeda, sirba ergaa jaba of keesa qabu, bro jabadhu!
Weel come sanyii bagaa dhuftee danyii
Anaa Dhufu Namaa koo 🌹 🌹 🌹 ✔️ Qqaallif Gaarii Namaa 🙏 🙏 🙏
Yaalii gaariidha. Kanarra jabaattee sirba oromoo hundaatuu sirbuu qabda. Keessattuu kan Oromoo Arsii Baalee yoo sirbite fagoo deemuu ni dandeessa.
Great. Bareeda korma namaa jabaadhu
Waan bareeda qabattee dhufte baga keenya taate❤❤❤
Bagaa dhuftee abbaate jabaadhu
Yooyyaa Jennee Kaane
Simannaaf Dhihaanne
Irrikum Wallooyyee
Jenna Dhadhaabbanee!❤
Baay'ee gaariidhaa Naasiroo Saahiba kiyya. Sagalee mi'ooftuu walaloo ergaa cimaa qabu wajji.
Wow baayee namati tollaa jabadhuu jabaa koo ❤❤❤
Yooyyaa baga nagan dhufte leenca koo
Nasruu kiyya naaf jiraadhu waggaa 1000❤❤❤❤❤❤
Nasru! Goota namaa! Jabaadhu hojii bareeda dalagde kanaa ol hojii bareeda akka hojjattu Abdii qaba!
Rayituu biyaa koo ❤❤❤❤❤❤
Jabadhuu obolleso hoji bareeda
Nasiradin kenya nuf jiradhu ❤❤❤
Really interesting and powerful story! ❤❤
Welcome leenca kiyyaa Wallee ajaba qabate dhufte❤
Dhobiir jiraa hardhaas nukesaa ❤❤❤🎉🎉🎉
dhugaa keetii aadishaa kun hortee dhoombirii
Jabaa namaa nuuf jiraadhu hojii dansaa dalayde😊😊
Good job jabaadhu jabaa sabaa❤
Amma Kaa Adaamaan Kamisee Natti Fakkaachuun🥰❤️👌🎶
Meeturee Namni Keenya????
Yeroon Wal Jabeessan Ammaa
Waliif Dhaadhessinee🎼❤️❤️
Walhaa Mieessinuu👌🥰💚💚
Nutuu Waliif Dammaa!😘❤️❤️
Harka Wal Qabannee
Wal Haa, Jabeessinu
Bishaan Walti Namme
Walhin Busheeysinuu!
Laafeef Jabaatellee
Namni Ofii Qabeenyaa
Wal Cinaa Dhaabbanee
Haa Taanuuf Jabeenya!
✍️Usmee Ka Jamaal
Nutuu Waliif Dammaa
Nutu
❤❤❤ congratulations brother nasradin
Welcome ilma Ayyaa baga dhufte
Jabaadhu bro koo gaaftokko irra aanna.
Hojiin kee seena qabeessa.