Dacheen baha Oromiyaa, Harargeen goota meeqa magarsite: Alii Birraa, Adam Haruun, Haloo Daawwee, Usmaayyoo Musaa, Kadir Sa'id, Kadir Martu, Ali Shabboo, Qemer Yusuuf, Abuubakar Muusaa, Eelemoo Alii, ... kkf. Itti dabalaamee! I love and respect Hararge from the bottom of my heart.
I, Donny Waqoo, Gurrachoo was here! I will never and ever forget you guys! You mean too much for us. History will remember you for ever. As we come, we go. The difference is not how we come. What matters is what's our contribution. W hat goes around comes around. REST IN PEACE.
❤❤ yerro walle kana dhagefadhuu miraa naa kessaa uumuu ibsuu hin danda'uu to much respect , namootta dhabnee akka usmayyo,jirenyaa , hachee yomuu hin arganuu
One of the most iconic song in oromo not only in oromo as well as in entire Ethiopia i really appreciate this musician rest in peace bro October 30 2024 i wonder what will happen in next few years like 5 or 10 years going to Uganda to Canada munaa and Ahmed my uncle mukkaram
Dacheen baha Oromiyaa, Harargeen goota meeqa magarsite: Alii Birraa, Adam Haruun, Haloo Daawwee, Usmaayyoo Musaa, Kadir Sa'id, Kadir Martu, Ali Shabboo, Qemer Yusuuf, Abuubakar Muusaa, Eelemoo Alii, ... kkf. Itti dabalaamee! I love and respect Hararge from the bottom of my heart.
Lubbun kee janatatti haa boqottuu!garu kana bayee nama gaddisiisu garu osoo bilisummaa Oromoo ijaan hin argin du'uu keeti!!RIP❤💚❤
Dhugaa keeti 😢😢
Ah wayii Yaa Oromoo tiyya 😥 , usmaayyoo muussaa yoomu seenaan sindagatu , onnee oromoo keessa jirta , fuulli Rabbii sitti haatolu😥
yoomuu siyaadanna goota oromoo !
I can't get enough of this! He paid the ultimate price for Oromo people!
Rest in eternal peace! Your legacy lives on!
Rest in Peace my hero!!!!!!! one of the best motivational songs of Oromo which I cant stop listening to it again and again.
Rabbini siih haa raramuuu sanyii koo
My mom said usmayo musa is one of my favorite singer for ever
😪
R.I.P my legend love all my oromos
Absolutely!!
Uuufff 😭😭
Yaa Usmayyoo koo seenan
Sii yaadata nagaya booqoddu🙏
❤️💚❤️2020 🙏🙏🙏
Waldayaa Mancaa tullamaa finfinee
Qabsawaa oromo hayyu kenyaa usmayoo musaa rabbin rahmataa sifhagodhuu
Wayyii jiruu adunyaa tanaa abshiir akatii hin haftuu
Ani wanti na gammachisu irra caalatti dargaggota durii yon arku 😍😍😍 fresh nd organic users people (thank u usmayo mussa)
Wayooo wayoo usmayoo koo har'a yaadoo ati dutef san bira gaha jira umani oromo.seenan sii haa yaadatu yaa saboona saba kooti .seenaan bara baran sii yaadata sanyii goota usmiii.loveyuo evry .❤
V
Fuulii rabbii siitii haa toluu
Usmaayyoon Weellisaa Qofa Osoo hin taane Hayyuu ture.
Rabbi Lubbuu kee Jannataan yaa kunuunsu.
Goota keenya yoomuu yaadatamta.
I, Donny Waqoo, Gurrachoo was here! I will never and ever forget you guys! You mean too much for us. History will remember you for ever. As we come, we go. The difference is not how we come. What matters is what's our contribution. W hat goes around comes around. REST IN PEACE.
a legend, a hero. Shame many oromos do not know know about him!
🕘 The legend 🙏
You are right
Yaa Rabbiikoo Lubbuu Usmaayyoo Muusaa jannatakeesa naaf kaa'i.
Uff seenaa sii yaadata
Barabaraan onnee oromoo keessatti mallattoo odaa taatee leellifamta
Dhugaadha isaan onnee keenya mara keessa jiru😭😭
waayyo waayyo laammiikoo biyyoon sitti haa salphaatu gumaa Kee waaqayyoo haa busuu lubbun kee haa jaanatu
We Oromo truly love each others :)
❤❤ yerro walle kana dhagefadhuu miraa naa kessaa uumuu ibsuu hin danda'uu to much respect , namootta dhabnee akka usmayyo,jirenyaa , hachee yomuu hin arganuu
usmayyoo muunsaa seenaan siyaadata maqaa oromummatiin wareegama qaalii nuuf kafalte seenaan bara baraan siyaadata bara baraan nuuf jiraata yaa ilmaan oromoo wareegamni ilmaan oromoo qaqqaliin kennaa turan kun isin haa laalu waliif galaa seenaa dhuggaa irraa dhaabbadhaa garaaf bitamuu dhiisaa uuuuuuuuuffffffffff
This song makes me sad every time.
You ever remain in my heart.may Allah rest your soul in enternal peace.
Usmee maal godhu garuu strong message gabrummuu irraa du'a filaannee
Aaah way foonko xurreen qabsoo ati taraarte galma geesse atis haqaaf falmatte jannataan sihaa badhaasu
Truely inspirational figure.
may Allah forgive you and reward you with paradise.brother rest in peace.
ufiii rabbi jantulli firiddosii siifi haa hirruuu
Rabbii haa araramufi ahiiii oromiya nama heeduu dhabde yaa Allah
Osoo usmaayyoo mussaa lafa kaee ijaan argee bilisumaa saba isaa mee maaluma jedha .janataa keessa umriikee jiraadhu yaa boona ilma oromoo
I'm somali I love usmaayyoo 😢😢😢rip
Congratulations our brothers oromo for your success overwhelming 100 years slavery
Wllo
Shame on you....which slavery
Tnx
uuuuuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭rabin sif haa araramu namani aka kee gara na nyate hin jiru mal godhaa garuu😭😭😭😭😭
seenan yeroo hunedaa si yaadeta
biyoon siif haa salphaatuuu
I listen again and again woooooow. lubbu ummata oromoo keessa ni jiraatta. rip usmaayyo
One of the most iconic song in oromo not only in oromo as well as in entire Ethiopia i really appreciate this musician rest in peace bro October 30 2024 i wonder what will happen in next few years like 5 or 10 years going to Uganda to Canada munaa and Ahmed my uncle mukkaram
jannatan si haa qananiisu usumayyoo keenna
The legend! Seenaakee bara baraan jiraata leenca Oromoo! Nagaan boqodhu!
RIP USMAYOOOOOOO KOO YOUR ALWAYS 💓 Yeroon sirbaa kee dhaggefadhu imimman koo roobee narra hin camuu
Still I am listening “seenaa dhaabbata “ siidaan keessan onnee keennarratti dhaabateera!
Rabbii sii haa araramuu usumaayyoo kenna
aaaayyii 😭😭😭😭😭😭😌😭😭Goota Kenna yommu seenan si dagaatu
osoo hawwi kee hin argin
😭😭😭😭😭uuuuuffff
Rest in peace
God Bless ur Soul! My beloved singer who tought me struggle for the Oromo untill the death of life like he did!
Usmayoo kenyaaa😢🥺 lamikenyaaa
Uuuuuuufffff annaa nyatu laammii koo maal garu aaaaaaaaah binensi isiin nyate hardhallee koono hacee nuu jalaa nyate jajjabekoo galani keesan bilisummaa hata.u 😭😭😭😭😭😭😭😭
Rabin badii kee hundaa sii dhisee janattanii sii haa gammachisuu insha allah 😭😭😭😭
Always timely and splendid! A super genious #Hararge!
Rabbi siif hadhuisu dhiigakoo yeroon si ilaale nan boha onnee koorra
AAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAA Garaan Nu Gubatee Imimmaan Nu Kheeysaa Ga Yaa'aa Bar Akka Rooba Gannaatti.
Namni akka isa gara naa nyaate Hin jiru. Yaa usmayo musa rabbi Sii araramu
sabona oromo seenaan siha yaddaatu
uuuuu maal godhu 😭😭😭😭
Isaaf Ebissaa Adunyaa😬😢😢😢😢🙏🙏🙌🙌🙏🙏🙏 👼
My father Kiya Qali thanks you so much 😢 good
I feels sorrow when OBS journalist visit your family You are hero Usmayyo rest in peace
USMUYOON Namaa ilmaan oromoo dhaa ti wargamee seena hin dagatu
I'm listening in 2024😢😢
Me too! Listening on Jan 5, 2024
Jul 6 2024🥺
Likewise brother and sister
August 19😢😢😢
1:20
Osoo hin jiraattanii oromoon ni bilisoomnaa turre 😥😥😥😥
Rabbi jannata kessa sii haa qubisisuu rahmaata siif haa goodhu😭😭😭
Im lesining everytime adem harun😘😘😘😘
Rest in peace our legend usmayyoo...am from isiolo Kenya
Dhuga wagaa yerraa dhirraa haqa yabataa jechaa dhuga fi gochaa dhugaa rabbiin rahmata haa godhufa jannatana haaqananisu
BAYYE SI YADNA QABSOO ATI EGALTE ITTI FUFEEN JIRA❤
If you listening in 2022 you are legend
BIYEN TAA ISSAA LAFTU OBLESS osmayoo ❤💖👌👌🦾😭😭🙏🙏🙏🙏🙏
My all time oromo legend.
Usmayo Musa may your soul rest in peace.
Will never forget your struggle for your people oromo.
nuuf jiradhaa mee ka'a birralee itti nuf dabala killpii Usmaayyoo ksna
RIP.usmayyo musa we love you forever,you are in our 💓
Eelaa bara baraa nutti uumte yaa Usmaayyoo....!
❤❤❤❤❤❤❤
Ayi seenaan si yadatu rabbin jenata issa sifaa kenu
😢😢😢😢😢😢😢 ah senan te barhan nii yadatama
The legendary 👆. May Allah grant you the highest abode
Usmayo musa Oromo legend
Rabbiin siif haa araaramu habibi
wayyooo dhiigako!
Dabboollaa dharaa yoomiin heeyyamnaa mirga mulqamnee qabsoon deeffannaa
Ahmed Buseri dhugaa banitee oblesaa
Aah yaa gara koo goota gootoota qommo koo rabbin jannatulfurdows sif haa kennu qabso isiin waregamtanif ilman kessanin gaalma ni gaha qabsawan ni kufa qabson itti fufa
goota keenyaa bara hundaa wa'eekee yaadachaa jiraanna. rabbi abbaan dhugaa dhugaadhaaf duutee iddoo dhugaa si haa ka'u. baayyee si jaallanna
😢😢😢😢😢❤
R.I.P, rabbin rehammeta sif ha godhu!!!!
raabbiinii luubbuu keetifii araraa haa godhuu lammii koo sennaa sii yadataa yomuu
Haacee si dhabinee hkaamitii obisinaa garanii nuu gubaatee😭😭😭😭
BIYEN TAA ISSAA LAFTU OBLESS osmayoo KENAA..🙏🙏☝
Rabbiin jaannata ofiitiin isin haa gammachiisu yaa qabsaa'ota Oromoo.dhiigaa fi lafee keenna keessa jirtu yoomuu😭😭😭😭😭😭😭
Yeroo hunda haaraadha.seenaan keessan hin dagatamu.
Kaayyoon keessanis galma ni gaha😭☝️
Qabsoon Oromoo if duuba hin deebitu.ardhas lubbuu Oromoota kumaatama hidhaa fi ajjeechaan dhabaa jirra.
Garuu abdii hin kunnu Rabbirraa
Irree nuuf ta'i yaa Rabbi🤲nu moosisii,nu walaboomsi🤲😭😭😭😭
bara baraan isa yaadanna.
Mfff dhaggeeffadhaa ,,Walaloof Yeedaloon yeroo Keessan tureera"!!
ufeee usmayoo jenat furdosiin sifaha kenuu rabib
Yes Gotaa oromoo
😢😢😢😢😢
Uuuuuuufff sagalee kee hin quufu nama haqa nutti ammas achuuma jirra oromoo fala dhabee😭😭😭😭
sennana si yadataa ussamayo musaa wayii rpi
Ana nyatuu lammii ko maloo ya rabbii ko
rabbii jannattaa sii haa badhasuu gootaa kiyyaa
Goota oromoo yoomuu seenaan si yaadata😢😢
Nama akja usamyoo gara naa nyatee jiru
ur in our heart usmee we love u toooo allot r.i.p
Biyyonii sitii haa salphaatu😢❤
This is not just a songs this is truth pure.
Rabbin jannata hakennuf.
Waqanii boolaa kesaan dadhii yaa gutuu lubuu kesaan yaa maruu🙏🙏🙏🙏😭😭😭
Yaa goota oromoo senan sihaa yaadatu.
wayin kee onne nucabse.
Rabbin rahmata sif hago dhu.
maal walif tana dhiira koo!
ayiiii yaa Rabbi rabbiin jannata Si gamachisuu lammii koi ayii adunyaa
Namaa haqafii lubbuu ofii dhabee gotaa koo rabbii rehimataa sifii hagodhuu😭😭😭😭
nama sabaa isaatiif jeedhee lubuu isaa wareegamee kan akka isaa hin jiruu kanafuu yaa oromoo mattiin isaa maal kessaa jiruu! innis oromoo hundaa welisee darbee!!!!!!!!!!!!!!!
Usmayo musa may Allah bless you soul.ur my hero forever.
Ati dutulee usmayoo musaa
senaa kee hin baduu
imanaa tee galmaa genyee gottaa kooooo 🐅🐅🐅🐅🐅🐅❤