Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Thanks ❤❤❤ continue
Thank you.garuu sagaale dabaalata wooyii nuuti dhagaamu jiraa
ameeen ulfaadhaa baga nagaan nuuf dhuftan waadaa eegdanii.galata qabdu .akkas beekumsa jechuun akkasitti dhalootaaf fakkeenya gaarii ta,uudha.ammayyuu isinii wajjin jirra dhugaatti .gooftichi baraaf jireenya keessan nuuf ha qusatu.ameeeeeeeen
Keep it up ! Dhugaa dubbachuuf barnoota baayyee isinirraa argachaa jirra GALATOOMA. Gaaffilee barbaachisoo ta'aniis nuuf dhiyeessaa.
Keep it up! jabaa namaa siwaliin jirra
Psychology Chapter 7 nuuf maxxansaa pls pls
Thank you ❤❤❤
Hello 👋 I wanna ask you is there exam which prepare from chapter 6 personality
❤️thank very clear education ❤️❤️❤️❤️❤️
barumssa baayi,e namatti toludha galatoomaa phiroofeeser abbee kennaa rabbi nuuf kennedha isin.
Ulfaadhu, pls share godhi FB fi Telegram kew irratti 🙏❤🙏
For me psychology became easy course When i watched your video thank you so much professor from Haramaya university
Professor baayye galatoomaa guddaa isaa waaqayyo isin haa eebbisu 🎉🎉 nuu jabaadhaa baayyeen irraa fayyadame dhugaa barnoota keesanirraa
Guddaan sin galateeffadhaa ❤
Psychology Chapter 7 nuf maxxansa hayyuu keenyaa
Baay'ee irraa barachaan jira.nuuf jabaadhaa....
Thanks siin boonna hayyuu keenya professor!
Thank you very much
baay'ee galatoomi nam jabaa keenyaa .gaafilee finalif nuu qopheessan nuuf dhiheessi maalo final nutti gaheeti. AMU IRRAA
Namoonni akka subscribe, share godhannuuf taasisaa ijoolleen keenya, ulfaadhaa
Gaafii fanalatis haluma kanan nuf dhiyesii thank you
Thanks professor
Wawo baayee ulfaadha,kabajama isiin jaalannaa nuf ulfadha 🙏❤❤😍
pls SUBSCRIBE naaf godhii sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka qaaliikoo
🙏❤🙏
Eebbifami...umurii dheera jiradhu👏👏👏👏
Osoo akka keessan kanaatti nama lammiif yaaduu qabanne dursa jijjiramna ture yaa ta'u malee rakkoo daangaa hin qabne beektota Keenya ni jira isin immoo kana hundaa bira dabartanii aarsaa lammii keessaniif kan laattan. Guddaa galatooma
Naaf jiraadhu, share godhaa beeksisaa.
Thank you so much professor ❤
Galatoomi namjabaa koo!Si jaallanna!
❤❤❤❤Namoonni akka subscribe, share godhannuuf taasisaa ijoolleen keenya, ulfaadhaa
Thank you keep it up!
With Complement and request to share it 🙏❤🙏
Hedduu Galatomi
Tenkyuu very much
Hedduu Si Dinqisifadha
Kabajami sanyiikoo garee keetiif share naaf godhi🙏❤
Part 2 hawwiin eegna. Nam-jabaakoo nuuf jabaadhu.!🙏🙏🙏
Professor thank you very much ❤❤❤❤
My pleasure
Bayye nutti toleera nu jiraadha haaluma kanaan dhaloota nuf qara ammas yoo dandeessan gaafilee chapteri barsistan kanan wal qabatan vidiyoodhan nuf hojjadha nubiran gaha isin jaalanna
Tole tole sanyiiko, warri kam keenyaa kun mee subscribe akka godhanitti deddeebi'aa share share naaf godhaa.
Excellent 👍👍👍👍👍❤️❤️❤️❤️
Baay'ee irraa barachaa jirra dhugaa guddaa galatoomaa🙏
Thank very much
Thanks a lot, pls keep sharing, commenting and subscribing 🙏❤🙏
Abdo Jedhamaa Isin Jaalana Haala Kanaan Itti Nuu Fufaa ,Yaartuu Dadhabnee Malee Hayyuu Hin Dhabnee Nuf Jabaadhaa Sabaa Koo!!!!
prof.nuuf jiraadha baayee namatti tola.galatooma guddaa!!!!!!
Please professor chapter 7 part2 hin jiru?
jabadhuu hedduu takka nu gargaarte akkanumaan itti nuu fufin isiniin jechuu barbaada jabaa ofii abbaattu jabeefatta
❤❤❤
Baay'ee galatoomi jabaa sabaa waan eddu sirraa barataa jirra
Verygood
With Complement bro🙏❤🙏. Bless you and don't forget to share
Thankyou prof🎉
Glatoomi jabaadhu goota dhugaa ati
Hedduu galatoomi
wel came jene barsiisaa keenya baga nagaan dhuftan isiniin jenna awiin isi eega ture isinis dhuftan ammas kuta itti aanu hawiin eganna galatooma barsiisa,
Hedduu galtoom jabaadhuu
Juraadhu namakoo❤
Please, why you are cut online learning our best teacher??❤❤❤
Guddaa isin galateeffanna!
Qaaroo ijaa keenyaa nuuf taataaniitu ❤itti nuuf fuufaa ❤😢😮
Bayyee si galatefana umrii dhertu rabiin sif ha latuu.
Baay'een si jaaladha. Dhugaa I'm from Arbaminch university
From ArbaMinch, wow,, bless you
Eebbifami sanyiiko, ijoollee keenya ArbaMinch University jiran nuuf afeerikaa.
t.me/bonanzadstv
nu boonsitanitu jabaadhaa !!!!
chapter 7 👍👍👍👍
Psychology Chapter 7 nuf hojedhuu
galatooma!! warri afaan isin galata qabu.
Galatoomaa❤
professor keenna umurii nuuf dheeradhu le'ii buli ooli!horii bulii deebani!
Namoonni akka subscribe, share godhannuuf taasisaa ijoolleen keenya, ulfaadhaa 🙏❤🙏🙏
Hedduu nuf galatoomi professer
Garuu sitii hajamaa sii dubisuu fenaa nutii ijolee fresh student
Eessa irraati
Chapter 7 and 8 nuuf hojjedhuu Profeser
Nice
Baayyee galatoomi part 2 hin jiruu
Thank you bonanza wisdom oso barnota birotile akkanuma nuti fufte heddu takka baredadha heddu takka siraa gammadde garu ani Akka mataa kiyati
Haalli isin ittiin ibsitan baay'ee natti toleera, Haaluma kanaan itti fuufa I am from arba minci University
Unit ittii anuus eega jirraa
Galatoma bay'ee itti gamane
Ebbisaa fohad
Professor thank you🙏🙏🙏❤❤
Thanks
Baa'yee kan namatti toludha barsiisni keessan amma chapter it nu fufaa (waaqayyoo sina ebbisuu)
Nuuf jiraadhu jabaa namaa hamtuun sin argiin
Please 🙏🙏🙏🙏 gaaffii chapter 5 and 6
Reverend my teacher
Professor galatomi hoojin kee hedduu nama gammachisaa nuf jabadhu sicinaa jirra.Pr barsiisotaa afaan oromoo danda.an akka gosa barnootaa economics fa akka nufdhiheysaan naf ufi gafaanne ?
Nam gaafadha mee, ulfaadhu, kun yaada gaarii dha sanyii ofii
Lela theory lemi inde teacher
የትኛውን ልጨምር?
Hedduu galtoomi umrii dheera jiraadhu!!!
Kabaja guddaa siif qabna nuuf jiraadhu!
Galatoomi leenca koo
GUDDAA GALATOOMAA PROFESSOR
Naaf jiraadhaa,, qaaliwwankoo, hiriyoota keessan hundaaatti nuuf himaa, afeeraa🙏
Bayyee namatti tola galatooma
Naaf jiraadhu
Naaf jiraadhaa, share, comment, like, subscribe akka godhan, naaf toosisaa, 🙏❤🙏
Dhiifama isin qeequuf osoo hin taane namni isin hordofu namoota garaa garaati. Yeroon jedhu amantiidhaan; kanaafuu yeroo video hojjettan waan amantiin wal qabatu sagalee kiraaraa fi faarfannaa fayyadamuun maalif barbaachisee??
❤❤❤🎉
Galatoomi teacher
Professor ammayyu waaqayyoo hubaanaan isiin haa guttu bayyee gudda galaatoma bayyee isiin jaalanna
Ameen, naaf jiraadjaa🙏❤🙏 Share share godhaa, namoota beektanitti nuuf himaa🙏
Anthropology argaannaa sii birraa
Exam unit 6 naaf ergii
Dhugaa bayye natti tole jira haali barumsaa kee kesumaamoo haalli ati sirba walin nuuf dhiyyesite bayye natti tole jira akkanummatti itti nuuf fufi si jallanaa
Akka walitti aananiti nuu as kaayi
Haye
Guddaa gudda galatoma isinin jecha waa'ee disorderi ittii nuf fufaa qormatni finaly gafaa guýyaa sagalii jalqabaa kanaf giddu kan nuf gadi lakkisa jenne kabajan isin gafanna?
❤
Galatomi baayyee
ogeessa oromoo baay"ee galatoomi hedduu namatti tola.
Sanyii ofii
haluma kanaan itti fufi galatomi
Haya, galatoomi qaaliiko, share gochuun namoota akka maatii ta'an afeeruun qooda keessan haa ta'u
Gaafii gara garaan nu yadaadha
Barnooni kee baayyee namati tola dhugaa
Galatoomaa
Galata guddaa qabdu.
Thanks ❤❤❤ continue
Thank you.garuu sagaale dabaalata wooyii nuuti dhagaamu jiraa
ameeen ulfaadhaa baga nagaan nuuf dhuftan waadaa eegdanii.galata qabdu .akkas beekumsa jechuun akkasitti dhalootaaf fakkeenya gaarii ta,uudha.ammayyuu isinii wajjin jirra dhugaatti .gooftichi baraaf jireenya keessan nuuf ha qusatu.ameeeeeeeen
Keep it up ! Dhugaa dubbachuuf barnoota baayyee isinirraa argachaa jirra GALATOOMA. Gaaffilee barbaachisoo ta'aniis nuuf dhiyeessaa.
Keep it up! jabaa namaa siwaliin jirra
Psychology Chapter 7 nuuf maxxansaa pls pls
Thank you ❤❤❤
Hello 👋 I wanna ask you is there exam which prepare from chapter 6 personality
❤️thank very clear education ❤️❤️❤️❤️❤️
barumssa baayi,e namatti toludha galatoomaa phiroofeeser abbee kennaa rabbi nuuf kennedha isin.
Ulfaadhu, pls share godhi FB fi Telegram kew irratti 🙏❤🙏
For me psychology became easy course When i watched your video thank you so much professor from Haramaya university
Professor baayye galatoomaa guddaa isaa waaqayyo isin haa eebbisu 🎉🎉 nuu jabaadhaa baayyeen irraa fayyadame dhugaa barnoota keesanirraa
Guddaan sin galateeffadhaa ❤
Psychology Chapter 7 nuf maxxansa hayyuu keenyaa
Baay'ee irraa barachaan jira.nuuf jabaadhaa....
Thanks siin boonna hayyuu keenya professor!
Thank you very much
baay'ee galatoomi nam jabaa keenyaa .gaafilee finalif nuu qopheessan nuuf dhiheessi maalo final nutti gaheeti. AMU IRRAA
Namoonni akka subscribe, share godhannuuf taasisaa ijoolleen keenya, ulfaadhaa
Gaafii fanalatis haluma kanan nuf dhiyesii thank you
Thanks professor
Wawo baayee ulfaadha,kabajama isiin jaalannaa nuf ulfadha 🙏❤❤😍
pls SUBSCRIBE naaf godhii sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka qaaliikoo
🙏❤🙏
Eebbifami...umurii dheera jiradhu👏👏👏👏
Osoo akka keessan kanaatti nama lammiif yaaduu qabanne dursa jijjiramna ture yaa ta'u malee rakkoo daangaa hin qabne beektota Keenya ni jira isin immoo kana hundaa bira dabartanii aarsaa lammii keessaniif kan laattan. Guddaa galatooma
Naaf jiraadhu, share godhaa beeksisaa.
Thank you so much professor ❤
Galatoomi namjabaa koo!
Si jaallanna!
❤❤❤❤
Namoonni akka subscribe, share godhannuuf taasisaa ijoolleen keenya, ulfaadhaa
Thank you keep it up!
With Complement and request to share it 🙏❤🙏
Hedduu Galatomi
pls SUBSCRIBE naaf godhii sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka qaaliikoo
Tenkyuu very much
Hedduu Si Dinqisifadha
Kabajami sanyiikoo garee keetiif share naaf godhi🙏❤
pls SUBSCRIBE naaf godhii sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka qaaliikoo
Part 2 hawwiin eegna. Nam-jabaakoo nuuf jabaadhu.!🙏🙏🙏
Professor thank you very much ❤❤❤❤
My pleasure
Bayye nutti toleera nu jiraadha haaluma kanaan dhaloota nuf qara ammas yoo dandeessan gaafilee chapteri barsistan kanan wal qabatan vidiyoodhan nuf hojjadha nubiran gaha isin jaalanna
Tole tole sanyiiko, warri kam keenyaa kun mee subscribe akka godhanitti deddeebi'aa share share naaf godhaa.
Excellent 👍👍👍👍👍❤️❤️❤️❤️
Baay'ee irraa barachaa jirra dhugaa guddaa galatoomaa🙏
Thank very much
Thanks a lot, pls keep sharing, commenting and subscribing 🙏❤🙏
Abdo Jedhamaa Isin Jaalana Haala Kanaan Itti Nuu Fufaa ,Yaartuu Dadhabnee Malee Hayyuu Hin Dhabnee Nuf Jabaadhaa Sabaa Koo!!!!
prof.nuuf jiraadha baayee namatti tola.
galatooma guddaa!!!!!!
Please professor chapter 7 part2 hin jiru?
jabadhuu hedduu takka nu gargaarte akkanumaan itti nuu fufin isiniin jechuu barbaada jabaa ofii abbaattu jabeefatta
❤❤❤
Baay'ee galatoomi jabaa sabaa waan eddu sirraa barataa jirra
Verygood
With Complement bro🙏❤🙏. Bless you and don't forget to share
Thankyou prof🎉
Glatoomi jabaadhu goota dhugaa ati
Hedduu galatoomi
wel came jene barsiisaa keenya baga nagaan dhuftan isiniin jenna awiin isi eega ture isinis dhuftan ammas kuta itti aanu hawiin eganna galatooma barsiisa,
Hedduu galtoom jabaadhuu
Juraadhu namakoo❤
Please, why you are cut online learning our best teacher??❤❤❤
Guddaa isin galateeffanna!
Qaaroo ijaa keenyaa nuuf taataaniitu ❤itti nuuf fuufaa ❤😢😮
Bayyee si galatefana umrii dhertu rabiin sif ha latuu.
Baay'een si jaaladha. Dhugaa I'm from Arbaminch university
From ArbaMinch, wow,, bless you
Eebbifami sanyiiko, ijoollee keenya ArbaMinch University jiran nuuf afeerikaa.
t.me/bonanzadstv
nu boonsitanitu jabaadhaa !!!!
chapter 7 👍👍👍👍
Psychology
Chapter 7 nuf hojedhuu
galatooma!! warri afaan isin galata qabu.
Galatoomaa❤
pls SUBSCRIBE naaf godhii sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka qaaliikoo
professor keenna umurii nuuf dheeradhu le'ii buli ooli!
horii bulii deebani!
Namoonni akka subscribe, share godhannuuf taasisaa ijoolleen keenya, ulfaadhaa 🙏❤🙏🙏
Hedduu nuf galatoomi professer
pls SUBSCRIBE naaf godhii sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka qaaliikoo
Garuu sitii hajamaa sii dubisuu fenaa nutii ijolee fresh student
Eessa irraati
Chapter 7 and 8 nuuf hojjedhuu Profeser
Nice
Baayyee galatoomi part 2 hin jiruu
Thank you bonanza wisdom oso barnota birotile akkanuma nuti fufte heddu takka baredadha heddu takka siraa gammadde garu ani Akka mataa kiyati
Haalli isin ittiin ibsitan baay'ee natti toleera,
Haaluma kanaan itti fuufa
I am from arba minci University
Unit ittii anuus eega jirraa
Galatoma bay'ee itti gamane
Namoonni akka subscribe, share godhannuuf taasisaa ijoolleen keenya, ulfaadhaa
Ebbisaa fohad
Professor thank you🙏🙏🙏❤❤
Thanks
Baa'yee kan namatti toludha barsiisni keessan amma chapter it nu fufaa (waaqayyoo sina ebbisuu)
Nuuf jiraadhu jabaa namaa hamtuun sin argiin
Please 🙏🙏🙏🙏 gaaffii chapter 5 and 6
Reverend my teacher
🙏❤🙏
Professor galatomi hoojin kee hedduu nama gammachisaa nuf jabadhu sicinaa jirra.
Pr barsiisotaa afaan oromoo danda.an akka gosa barnootaa economics fa akka nufdhiheysaan naf ufi gafaanne ?