DAWIT GIRMA (DAVE) NA CAQASAA! (Official Music Video)

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 5 жов 2024

КОМЕНТАРІ • 3 тис.

  • @Biqilaa-Kabbadee
    @Biqilaa-Kabbadee 12 днів тому +379

    DEVO, BARRIKEE HAA EEBBIFAMU QAXALEE KOO !

    • @RhoberaKumsa
      @RhoberaKumsa 11 днів тому +3

      akkatti faarfatamuu qabuu wal goorsuu qabduu, haamilee isaaf qofa jettee jajjabeesuun sirrii miti

    • @KTG200A
      @KTG200A 11 днів тому +1

      Biko ubataa keenya❤

    • @NaolMeseret
      @NaolMeseret 11 днів тому +6

      ​@@RhoberaKumsa Obboo akkatti Faarfatan Style 'n Hin Baratamuum Waaqayyoo tu Namaaf Kenna.

    • @ayyaantuuayyaantuu4826
      @ayyaantuuayyaantuu4826 11 днів тому

      Akkamiin faarfatama ture silaa?​@@RhoberaKumsa

    • @tamasgenhundara4992
      @tamasgenhundara4992 11 днів тому

      Jabaadhuu waaqayyoo sii waajjin jiraa.

  • @JamalMohamed774
    @JamalMohamed774 12 днів тому +751

    Ani Muslim garuu
    farfaataa kana baay'ee jaalladha
    Namni Akka koo jaalataa like godha ❤
    I love you dawit koo

  • @MaramMaram-k2h
    @MaramMaram-k2h День тому +2

    Wwwwwwwooooooowwwwweww uuuuuuuufffffffffeeeee goftaamtii Atii hojeetuuf kuni dachaa dachaadhaan sa ebisuu Daweeko❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @tsiyonyegetatsiyonyegeta8094
    @tsiyonyegetatsiyonyegeta8094 11 днів тому +41

    በመዝመር ወንጌል ሲሰበክ እንዴት ድንቅ ነው ዘመንክ ይባረክ ዴቭ በመዝሙሩ ጥሪ ያቀረበላቹ ኑ ወደ እየሱስ እሱ ነው መድሀኒት እረፈት
    ውሃ ሲወስድ እያሳሳቀ ነው አትሞኙ ኑ ይላቹሀል በቃ ወንጌልን ነው የሰበከው

  • @kukuTechn_Temdia
    @kukuTechn_Temdia 11 днів тому +46

    ኦሮምኛ በደምብ ባልሰማ እሄ ልጅ የተቸረው ጸጋ በጣም ይደንቀኛል !!!!
    የDirecting ጥበቡ ደግሞ ሌላ ነው።
    The most underrated gospel singer
    Glory to the Christ crucified
    Stay blessed!!!

  • @selamademsung5995
    @selamademsung5995 8 днів тому +3

    እግዚአብሔር ይባረክ ፀጋው ይብዛልክ ትልቅ መልእክት ነው ያሳተላለፈው
    መዳን በእየሱስ ❤❤❤

  • @atinafbelay4865
    @atinafbelay4865 12 днів тому +126

    Namni nuti guddaa se'aa turre mandara HAMII yeroo oolutti!!! Ati garuu oduuf bakka hin kennine deemsakee itti fufte❤❤❤❤ I LOVE U DAVE!!!!

  • @bokonalove259
    @bokonalove259 12 днів тому +51

    Osoo fayyinni kuni farankaadhaan taate, yoona kana hunda keenya biyyeen nyaate.....Yesuusiin malee fayyinni jiru. Oh Jesus Bless this brilliant boy.

  • @DawitChala-zf4ez
    @DawitChala-zf4ez 2 дні тому +1

    Farsaa Kee sirridha yesus farsuudhaan motummaa waaqayyoo argaatu malee yesus dhisanii waan biraa sirbuun dinaa waaqayyoo nama tasisaa.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤.

  • @Christiansong-p6g
    @Christiansong-p6g 12 днів тому +31

    Yesussin malee fayyinni hin jiru!
    Abdiin Bara baraa isaa x4
    Abban bara baraa isaa x4
    Jireenyi isaa biraa bara baraa
    Nageenyii isaa biraa bara baraa
    Yesus ni fayyisa bara baraa..! Kan baraa❤❤❤
    What an amazing song!
    What a great message!
    I never stop listening this song!
    Amen hallelujah Jesus is the savior,

  • @CharaGerremew
    @CharaGerremew 12 днів тому +106

    Deevaakoo eebbifami. Siif dubbichi galeera namatu gara biratti si hubate malee ammallee manaa abbaakee keessaa kaa faarfachaa jiraadhu bara baraan🙏

  • @yomifkumsisabededa3469
    @yomifkumsisabededa3469 6 днів тому +3

    welcome back
    truly truly you are best singer

  • @EbseKassaye
    @EbseKassaye 11 днів тому +51

    Mee gooftan sii haa yadatuu nan jedhame lubbu haaraa ta.un fedha👏👏

    • @Hoabli
      @Hoabli 9 днів тому +3

      Waqayyoo sitti dhihoodhaa Amanimalee atii

    • @MashoShifara
      @MashoShifara 9 днів тому +1

      @@EbseKassaye waqayo sii beka durable situ hin beku male ammale waqayo sii yaa yadatu

    • @ObseeIbsaa-f1x
      @ObseeIbsaa-f1x 8 днів тому +2

      ❤❤❤❤

    • @Christiansong-p6g
      @Christiansong-p6g 8 днів тому +1

      Maqaan ittin fayyinu kan nuf kenname, yesus qofadha!
      Isaa amanachuuf dubaatti hin jedhiiin sababni isayyu in Madda nagaa, jalala, abdi fi jireenya barabarati!

    • @gemedin2468-4
      @gemedin2468-4 7 днів тому

      Gooftaan si haa yaadatu

  • @DerartuHirphesa
    @DerartuHirphesa 11 днів тому +32

    Yesussin malee fayyiini hin jiru!!!
    Abdiin baraa baraa issaa!!!
    Wow amazing song
    Dave❤

  • @Obsii365
    @Obsii365 11 днів тому +8

    Yesusin malee bar fayyinni hin jiruu Dhugaadha 🫰🫶🥰
    Eebbifami jabaadhu Deva qaxalee 🥰🥰🥰

  • @zelalem338
    @zelalem338 11 днів тому +11

    Much blessings my brother! Thank you for preaching Jesus Christ to the world using your lovely voice!
    Yes, Jesus is the only way to heaven and come to Jesus!

  • @EbisaAdugna-lj1li
    @EbisaAdugna-lj1li 12 днів тому +65

    Gadheen arraba haa dhedheerattuu
    Silaa yaadattees yaadan geedderattu
    Ati gooftaa keetti jabaattee hafuuratti
    Akka rokkeettii fiigaa jirta fuulduratti!
    Ati silas yoom dhageesse oduu warra dawwee
    Baga gammadde sin jaalladhe yaa Daawwe!
    Adunya Ebisa Tolaisa ❤

  • @RehobothGospelService
    @RehobothGospelService 9 днів тому +1

    Amazing Gospel song and you preached Jesus wonderfully God bless!

  • @DanieTadele
    @DanieTadele 12 днів тому +22

    Artistoota biyyaa gameechota koo Yesustu wayya.
    Baga itti cabsite Dave

  • @esraeldare8796
    @esraeldare8796 12 днів тому +15

    woow amazing Gospel songs! eebbifami gurbaa ! walaaloo fi yeelaloo jechaa dubbii Waaqayyootiin guutame aja'ibsiisaa kana waliin egaa, fakkeenyummaa jireenya hafuuraa ammoo jabeefadhuu Daawwee! baayyee bareedadhaa !

  • @eliyesbelay4048
    @eliyesbelay4048 10 днів тому

    አቤት የጌታ ፀጋ እንዴት ደስ ሲል ዳዊት ቋንቋው ባይገባኝም የመዝሙሩ መንፈስ ዳሶኛል ነክቶኛል በረከታችን ነህ ተባረክልን ሁሉ መዝሙርህ ይባርካል

  • @Alem-yp2hm
    @Alem-yp2hm 12 днів тому +5

    ዎው በጣም ተባርከንበታል ወንድማችን እግዚአብሔር ፀጋዑን ያብዛልክ ሰል መዝሙርክ እግዚአብሔር ይመስገን 🙏🙏🙏

  • @meseretufgae6256
    @meseretufgae6256 11 днів тому +15

    Yaa isa jechoota dilbii Deevoo Ammayyuu Ayyaanni Gooftaa siif haa baay'atu.

  • @MaryamKenia
    @MaryamKenia 5 днів тому +2

    Dhugaa jettee iyesus malee hin jiruu karraa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @GBB11
    @GBB11 12 днів тому +16

    Warroonni haasa'an waanuma fedhan haa haasa'aniiyyu malee ati har'as yesuusiin malee furmaanni hin jiru jedhutti jirta. EEBBIFAMI DAVO.

  • @BontuYigezu
    @BontuYigezu 12 днів тому +12

    Uuuuuufff waqayyoo baraf jirenyaa ke ha ebbisuu hadhoo ko bayyeen ittin Ebbifaame dhugaa ebbiifami dhumnii ke sif ha bareedu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️♥️♥️♥️😘

  • @ErgamaTilahun
    @ErgamaTilahun 5 годин тому +1

    Akkasii devii jabbadhuu waqayyoo si wajinii jiraa naminii wantaa fedhee jedhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AmaniEndu
    @AmaniEndu 12 днів тому +53

    Wow sirbaan gadii dhiisaa jettee suspense issaan gotee farfannaa ajaayibaa gaadii dhiftee nuuf jiradhuu qaaliikoo🥰🥰🥰🥰

    • @dawitshadow6701
      @dawitshadow6701 12 днів тому +1

      Maal gadhiise ammas

    • @Lalise-sy4lg
      @Lalise-sy4lg 11 днів тому

      ​@@dawitshadow6701Faarfannaa Gadhiise

    • @GammiiJoo
      @GammiiJoo 11 днів тому +2

      Duras sirban gadhiisa hin jenne, sirnaan irra deebi'aa dubbisaa

  • @MotiBayisa
    @MotiBayisa 11 днів тому +5

    Wow deva!! You are the brilliant singer of this century❤❤❤❤❤❤ pls keep it up

  • @tesfayegelan2630
    @tesfayegelan2630 10 днів тому +1

    Dave koo my favorite gospel singer ,God bless you!

  • @ChalaGudeta-sl3zu
    @ChalaGudeta-sl3zu 12 днів тому +35

    Yesuusin malee furmanni hin jiru! Baga nagaan dhufte Devo!

    • @iziraabayi3404
      @iziraabayi3404 12 днів тому +1

      amen❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @wasetaye7510
      @wasetaye7510 5 годин тому

      Baby.ee.namati.tolaa.waaqayoo.tii.fufuii

  • @bojakebeofficial5720
    @bojakebeofficial5720 12 днів тому +20

    Ani waa'ee keef waaqayyoon galateeffadheera devkoo galgalakee waaqayyoo yaa bareechuu haadhokoo kabaja guddaan siif qaba❤❤

  • @chosengeneration2661
    @chosengeneration2661 10 днів тому +2

    Kunoo akkana malee haadho! Miliyoonni torba hallayyaa haa bu'u! Alaabaan fayyina keenyaa! fajjiin mo'icha keenyaa Yesus nurraa miidhaga!

  • @DarartuDinbasha
    @DarartuDinbasha 12 днів тому +22

    Waaee keetiif waaqayyoo kaan ebbifaamee Haa tauu dawweekoo ayyannisaa daddabaalee siif Haa bayyatuu🥰

  • @ifaterefatube235
    @ifaterefatube235 12 днів тому +12

    Dawwee koo Ati kennaa Addaa qabda dhugaa Ammayyuu Ayyanni siif haa bayyaatu❤❤❤❤

  • @wegaridereje
    @wegaridereje 10 днів тому +1

    My lovely bro guyyaa guttuuu yoon dhageeffadhee hin quufu waaqayoo barakee haa ebbisuu leencaa mucaa biyyaakoo

  • @Hababoniguse
    @Hababoniguse 12 днів тому +16

    Dave koo atii dhugaa ebbiifamteetta💯✅ waaqayyoo baraaf jireenya kee daddabalee ha ebbiisuu🙌🙌ameen ameen 🤲🤲🤲🤲

  • @HhdUĥd-t7t
    @HhdUĥd-t7t 11 днів тому +6

    Dawee dhugadha waqyyoo sii waajiin jiraa ammayuu sii keessa burqee hin dhumiin jabbadhuu gotaa waangella odduf ollolaa namaa baga tufatee ❤❤❤❤❤❤❤❤uuuuuppppp siiii jallana ammas kaal birraa naggan nuuf fiddii chaaw

  • @degagawakjira4377
    @degagawakjira4377 9 днів тому

    Amazing Brother! God bless you abundantly, keep shining

  • @diborabubaali1931
    @diborabubaali1931 12 днів тому +7

    Wow!!!! Amen!! Amen!! Hallelujah Akkasii kunoo Namnii dhugaan Waaqayyoo galeef ammallee Maaqa Iyesusiin Aayyannii kun dacha dachaan siif ha bayy'aatuu nama Waaqayyoo Farfaata jalataama Dew keenya!!!!❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🔥🔥🔥🔥🙏🏻🙏🏻👍🏻👍🏻

  • @MuletaBayisa-q3w
    @MuletaBayisa-q3w 12 днів тому +9

    Abboo ati faarsi oduu biyya lafaaf iddoo hin kennin. ...... Jireenyisa Bara bara baraa.. ✝️✝️✝️✝️✝️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @MaskaremMasDa-24
    @MaskaremMasDa-24 11 днів тому

    Uuuuuuuuuufff ayii yesuusee koo❤❤❤Gaaddisa odaa caalaa gaadistii isaa!!!!!!! 100%🎉🎉🎉

  • @tekleligdi6643
    @tekleligdi6643 12 днів тому +4

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉 What a song! You are highly gifted, talented and full of grace. Really stay blessed!

  • @zenazen5655
    @zenazen5655 12 днів тому +5

    akasi Kino ebbifamiika🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤ana waani 1 naa gamachisa shamarani kenya kana keessa utu jiraatani shibashab gara birati gedaruu tu'rni❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ itti fufikaa jabani yesusi sii haa gargari🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @chaltuhinkosa9080
    @chaltuhinkosa9080 11 днів тому +1

    Absolutely, Deva! You’ve expressed it perfectly-Jesus is the only path to heaven.👏👏👏💪💪

  • @soolankebede3482
    @soolankebede3482 12 днів тому +14

    Amen Ameen yesusi male fayini hin jiru. Ebbiffami Dave ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AlazarDejeneofficial
    @AlazarDejeneofficial 12 днів тому +8

    Guddinni nama tokkoo hamma yesuus beekuutti
    Hayyummaan nama tokkoo nuuf kiristaanotaaf yesuus beekuudha !
    Waamicha haaraa karaa faarfannaa warra yesuus hin qabneef godhe !
    eebbifami dhugaa

  • @WakweyaTadese-ph8gz
    @WakweyaTadese-ph8gz 4 дні тому +1

    Wooow Waaqayyo bara kee haa eebbisu ♡ÐËVÅ♡
    Dhugaadha yesuusiin ala jireenyi hin jiru❤❤❤❤❤

  • @AbebuGere
    @AbebuGere 12 днів тому +8

    namni gaafa odessu dhugaan see dhugaa jabaadhu ATI odessitu hin dhagefatin yesusin dhagefadhu ❤❤❤

  • @DIBABEMEDIA
    @DIBABEMEDIA 11 днів тому +5

    Matthew 16:19 "I Will Give You The Keys Of The Kingdom Of Heaven; Whatever You Bind On Earth Will Be Bound In Heaven, And Whatever You Loose On earth Will Be Loosed In Heaven." Baayyee Si Jaallanna Jabaadhu!

  • @Ruhamahamiy-besties
    @Ruhamahamiy-besties 9 днів тому +1

    ❤❤❤❤❤ best singer. Bless U forever Devitti.

  • @yomif1243
    @yomif1243 12 днів тому +8

    Deva Ebbiffamii at galaatomi yesuusin male fayyiini hin jiru!🙏🙏🥰🥰

  • @LelisaTesfaye-em4rj
    @LelisaTesfaye-em4rj 12 днів тому +12

    ❤❤❤❤❤❤❤❤
    Davoo jabaadhu at warri oduu baran haa odeessan
    Faarfannaa ajaaibaadha dhugaa!!

  • @AbdiTolesa-o1g
    @AbdiTolesa-o1g 9 днів тому +1

    Eebbifami dhugaa....otuma orma itti waamnu ofis akka keessa hin hafne jabeessine walif ha kadhaannu....jabadhu eebbifami dhugaa❤

  • @BethelAlemayehu
    @BethelAlemayehu 12 днів тому +8

    Ani duruu naa ta'a faarfannaankee ,eebbifami ati waa'eedhuma fayyinaa faarfatta❤

  • @kibbehailu6576
    @kibbehailu6576 12 днів тому +5

    wow dhugaadha Yesuusin malee fayyinni jiru Eebbifami darbii faarsi ammayyu jabaadhu waami dhaloota dukkana keessa jirani 🙏❤️❤️

  • @Sabo-ct9wy
    @Sabo-ct9wy 9 днів тому

    Wan cinnee itti hafneef unumatti beeka gariin gowwoota walalota osoo nun jedhanu❤❤❤❤ whatever God's personal God jedhe Namni waaqayyoo 🎉🎉🎉🎉

  • @Qalbiishow
    @Qalbiishow 12 днів тому +38

    Deva warri jaallatan like godhaa....achuman maatiikoo ta'a

  • @SaloSara
    @SaloSara 11 днів тому +4

    Wow Eebbifami waaqayyo si haa Eebbisuu dhugaa guddoo ittin Eebbifame🙏🙏🙏🙏

  • @FalmiGrace
    @FalmiGrace 7 днів тому +2

    Wangela kristoos lallabuun akkasitt..Dhugaan ni hadhoofti❤

  • @laboobaamedia
    @laboobaamedia 12 днів тому +8

    Waaqayyoo Waqara siha eebbisu devkenya dhugamatii atti nama dibame dhalotaf kenamedha wan kan duba qabdayyuu bareefama sarara laman biyya marachite eebbiifamii qaxaleeko ❤❤❤❤

  • @TokumaChimdesa
    @TokumaChimdesa 12 днів тому +5

    Waaqayyoo si haa eebbisu maalan sin jedha kan biraa gaalanichi ati keessa waarabbattu kun gu'a hin beeku hongee hin sodaatu jabaadhu deevoo

  • @BEreketgetinetTarekegn-k3g
    @BEreketgetinetTarekegn-k3g 16 годин тому

    ዳዊት ጌታ ይባርክህ ውሐ እያሳሳቀ ሳይወስዳቸው በፊት ጥሪ በማድረግህ ጥሩ አድርገሐል ጌታ ያብራላቸው

  • @biiftuuentertainment4632
    @biiftuuentertainment4632 12 днів тому +9

    Sinifan sirba "NA CAQASAA" jttee itti himte kaa dava 👌 sittaa tolu dhugaa 😁

  • @MastuMe-je2om
    @MastuMe-je2om 12 днів тому +6

    Ameeeen qaliyee nuf jiradhu farfanna kee baayeen nama booqochisaa ♥️♥️♥️♥️♥️❤️♥️♥️♥️🙏

  • @meyadanqalbi4856
    @meyadanqalbi4856 10 днів тому +1

    Jabaadhu gurbaa👍❤, dhugaa ba'i, wangeela beeksisi! aadaa ummatakeen yoo wangeela isaan bira geesse, kana ergaan guddichi!

  • @Letaefa
    @Letaefa 11 днів тому +6

    Yasuusin malee bari furmaanni hin jiru.
    Like my comment ❤️
    Eebbifamii Deva

  • @alamialami-dv3cr
    @alamialami-dv3cr 12 днів тому +6

    Wwwwwwwaaaaaaa baga nagan dhufte qali keenya Ebifami Ebifami dacha dacha Ayyan waqayyo sif haa bay,eetu dacha dacha Ammalee 🙏🙏🙏🙏🙏

  • @user-lp1ns6rl8m
    @user-lp1ns6rl8m 10 днів тому

    Amazing ❤❤❤❤❤❤ God bless you ❤️❤️❤️❤️ ilmoon LEENCAA LEENCUUMAA.

  • @maskaramdarajee4970
    @maskaramdarajee4970 12 днів тому +8

    Waqayo garidha 😭 amen amen amen amen amen amen amen amen ebifami 😢😢😢😢

  • @beriberi9308
    @beriberi9308 11 днів тому +2

    Ameen gaareen yesuusin wamaatuu nagaadhaa.l🙏🙏jireenyichaa labsiitee dhaalii . waqqaayyoo baraaf jireenyaa Kee haa ebisuu ❤❤

  • @OromoKing-b3s
    @OromoKing-b3s 10 днів тому

    Hallelujah hallelujah hallelujah 🙌🙏 ebifami qaxale kenya🎉🎉

  • @AberaGetacho
    @AberaGetacho 11 днів тому +4

    Jabaadhu dibamaa namaa
    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @BonaWest-fk9wo
    @BonaWest-fk9wo 12 днів тому +8

    I am from Uganda I love Oromo music🥰

  • @SaraSara-fw3yx
    @SaraSara-fw3yx 11 днів тому +1

    Dhugaa batuu yesusii innis borii aba isaa duratii dhugaa siif bahaa ebbifamii dachanii Afaan keet darbee hahojetuu🙏🙏🙏

  • @GemechuNemera-p6j
    @GemechuNemera-p6j 11 днів тому +5

    Yesusin malee faayyinii hin jiruu kana beekaa warrii yesusun hin qabnee jireenyii isa birraa❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🏻🙏🏻

  • @LamessaTolera-x7q
    @LamessaTolera-x7q 11 днів тому +3

    Gaaddisa odaa caala gaaddisi isaa.

  • @bashannanshow3884
    @bashannanshow3884 11 днів тому +1

    Waaqayyo barakee haa eebbisu,ija diinaa siyaa miliksu nuuf jiraadhu Devoko❤❤❤

  • @danielwondimuofficial1609
    @danielwondimuofficial1609 9 днів тому +6

    Devo Eebbifami

  • @sphonetastic8552
    @sphonetastic8552 11 днів тому +4

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @Uae-j6p
    @Uae-j6p 10 днів тому

    Ameeeeen uuuufffff nuf eebbifami tiruukoo waaqayyo bara kee haa eebbisu jabaadhu hindhaabati deemi❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AbdoTakele
    @AbdoTakele 12 днів тому +21

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @NafyadMosisa
    @NafyadMosisa 8 днів тому +1

    Baayeen dijaladhaa Dawaa koo nuuf jiradhuu waaqayoo si haeebisuu💗💗💗💗💗💗🥰🥰🥰

  • @KibbinashAbdisaa-wu5dl
    @KibbinashAbdisaa-wu5dl 10 днів тому

    Wowwwww Dave Ebbifami ayyaani waqayyoo kanuma caalati sirrati haa afee jiratuu wara hubateef kun farfaana qofa miti dubbi sagale waaqayyooti 😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤

  • @HailuWondimu-nl1pb
    @HailuWondimu-nl1pb 9 днів тому

    Diinni sinaanna'ee olola,ati ammayyuu hojiitti jirta....jabaadhu!! Uffeeeeeee

  • @abditessema
    @abditessema 11 днів тому +2

    God bless you Davaa ❤❤❤

  • @AdreeAdree-gp9ep
    @AdreeAdree-gp9ep 4 дні тому +1

    Ammeen Ammeen Eebbfami nama waqayoo hamma malee 💓 💔 ❤️ 💕 ♥️ 👌 💓 💔 ❤️ 💕 ♥️ 👌 💓 💔 ❤️ 💕 ♥️ 👌 💓

  • @Jifare.wayesaA03s
    @Jifare.wayesaA03s 8 днів тому

    Ebbifami jabadhu
    Gufuun yo nama dhoftu fulfurattti malee dubbati nama hin darbatu
    Isa caluuti darbi maqaa yesusin❤❤

  • @lomitumideksa
    @lomitumideksa 9 днів тому

    Issaa argeettu bekkaa wa'e yesusi!!!! Ebbeefamii devi❤❤

  • @DinkuEmana
    @DinkuEmana 11 днів тому +1

    Warri oduu achuma jiru ati deemteetta dave ❤️❤️♥️ eebbifami

  • @WalinFilmsofficial
    @WalinFilmsofficial 7 днів тому +1

    I loved this music, keep up the good work ✝️

  • @workainshabudhabi788
    @workainshabudhabi788 10 днів тому

    Wowwww waqayyoo isaa haa ebbisuu dhugaa qaxalee mucaa waqaa wowww nama waqayyoon cimee qabatee waqayyoo baraaf jireenya kee haa ebbisu🥰🥰🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏

  • @NegaseTeshome
    @NegaseTeshome 9 днів тому

    Maaloo daawwii kee faarfanna kee naa boochisaasi naa gamaachisasi dhugaa waaqqanumti sii ebbisuu dhugaa guyyaamdhani daadhii faacasa oltaa dhugaa ebbifami guuri kan dhagahu immoo haa faayyuuu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @MsGenet
    @MsGenet 10 днів тому

    Dev koo waqayyoo si haa ebisu farfanaa keen bayee itti ebifameraa sif haa baytuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Merii-j5x
    @Merii-j5x 11 днів тому

    Dawe waaqayyumttii dabale dadabale dacha dachaan sii haa ebbisuu kana caalaatti darbii yesusiin faarffaadhu Amalee🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @AdugnaLomiiadugna
    @AdugnaLomiiadugna 7 днів тому +1

    Devee Ebifamii Waqayyoo si haa ebisuu barrii kee haa Ebifamuu ittii himii mee Ameeeeeeen abdii baraa baraa yesus duwadhaa ❤❤❤📖💒🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️

  • @maranathamaranatha9231
    @maranathamaranatha9231 9 днів тому

    Wowwww amazing God bless you my brother ✝️🙏🏾❤️

  • @GemedaEtafa
    @GemedaEtafa 9 днів тому

    Waqqayyoo sii haa ebbisuu dawee Koo yesus malee furmanii hin jiruu

  • @AmaloWagari
    @AmaloWagari 10 днів тому +1

    Akkasii malee xiyyitii imaa ijaa hamturraa hafiiii❤❤❤❤❤

  • @yaredgudina3539
    @yaredgudina3539 9 днів тому

    Yesuusin malee fayyini hin jiru eebbifami Dawit