EKERAAN HIN FAARFATAMU | FAAR. IBSITUU DHUFEERAA | MARCH 1 2019

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 15 вер 2024
  • #SUBSCRIBE #MOAATV #GOSPEL SONG
    EKERAAN HIN FAARFATAMU | FAAR. IBSITUU DHUFEERAA | MARCH 1 2019

КОМЕНТАРІ • 598

  • @amdeselassieayalew2908
    @amdeselassieayalew2908 5 місяців тому +9

    እጅግ ሊወደድ የተገባው ዝማሬ።
    አንድዋን ስንኝ ብቻ ብናገርባት፦
    ለራሱ ቤት የሰራ ሰው አንተ ለሰው ቤት እንደምትሰራ እንዴት ሊያውቅ ይችላል? ብሎ ይጠይቃል። የሚገርም ነው!
    Gooftaan koo isin ha eebisu. Jabaadha, itiniis gudadha.

  • @oromiyaaoromtichaaoromoo6971
    @oromiyaaoromtichaaoromoo6971 4 роки тому +13

    Oromumaf isin jalladhaa isin hin mufachiisuu👌ani musliimaa

    • @hawiii1543
      @hawiii1543 3 роки тому +1

      Oromo is one always no matter what religion. I love Oromo and Oromiyya. We shall be free one day.

    • @J.K-r9f
      @J.K-r9f 19 годин тому

      ​​@@hawiii1543
      In Jesus Christ, we are free❣️☝️

  • @falmataaoromiyaa11
    @falmataaoromiyaa11 Рік тому +2

    Kan ijaarrate yoom bare
    Akka ati hiyyeessaaf mana ijaartu.

  • @berhanemuleta2044
    @berhanemuleta2044 3 роки тому +4

    Ayyaannii waqayyoo dacha dacha isiinifi haa bayyatuu ijoollee kakuu Ameeeen Ameeeen Eebbifama Eebbifama

  • @hawwiibayisamuleta6147
    @hawwiibayisamuleta6147 2 роки тому +3

    Simalee oluu in jedhu milii koo simale 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰👍👍👍👍👍😭😭🤲🤲🤲🤲🙏🙏😊💞💞💞💞ebbifama waqayyo barafi jireenya keesan haa ebbisuu ammmeen 100

  • @AbeFiromsa-gs1rr
    @AbeFiromsa-gs1rr 11 місяців тому +3

    Eebbifama ayyanni waaqayyo dachaa sif haa baay'atuu

  • @merimulta672
    @merimulta672 2 роки тому +3

    Uuuuuufffeeee ebifamii nama waqayoo
    Fasa keetii ebifamee👏👏

  • @biyyikoowaaqarra1004
    @biyyikoowaaqarra1004 5 років тому +4

    baayyee namatti tola jabaadhaa!! ibsituu dhufeeraa.....waaq isin haa eebbisu!! Amazing SONG!!

  • @dasseealex
    @dasseealex 4 роки тому +3

    Gaafan biirookoo seenu faarfaannaa kana banee utuun hindhaggeeffatin guyyaan hojii jalqabe muraasa. Hinquufamu. Waaqni isin haa'eebbisu! Faarfataa hafaa!

  • @fekadumitiku606
    @fekadumitiku606 5 років тому +4

    Kessaa kootuu itti naboqoote Waaqayyoo dacha dachaa sii ha ebbisuu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

    • @J.K-r9f
      @J.K-r9f 19 годин тому

      Into Jesus ❣️☝️

  • @warisotibeso9415
    @warisotibeso9415 4 роки тому +4

    ebiifamaa waaqaayyoo issin haa eebisuu

  • @meseretgetu2245
    @meseretgetu2245 5 місяців тому +5

    Amen❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🙏🙏🙏🙏🙏❣️❣️💕💕

  • @Lalisa_Asefa_Official
    @Lalisa_Asefa_Official 5 років тому +4

    Faarsaa kana dhaggeeffadhee quufuu hin dandeenye..hin danda'us! Eebbifamaa guddaa!

  • @ifeeamboo927
    @ifeeamboo927 4 роки тому +3

    Ebbifamaa hundumti keessa waaqayyoo sina ebbisuu

  • @mtssitayomucaakakuumobile9289
    @mtssitayomucaakakuumobile9289 2 роки тому +1

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Eebbifamaa Eebbifamaa dachaa maqaa yasusiin darbaa deemaa
    Garuu shamarran keenya Uffata guutuu uffadhaa maaloo,

  • @isubalewdaba8325
    @isubalewdaba8325 5 років тому +49

    Faarfannaa Lubbuu namatti deebisudha. Yeedaloo onnachiisaa qaba. Isin haa eebbisu.

    • @gmailgmail3245
      @gmailgmail3245 5 років тому

      Aaaaammeeeeniiii ammeeeeeeeeeeenii ebiifaamii

    • @sabboontuuoromoo182
      @sabboontuuoromoo182 4 роки тому

      Eebbifami

    • @biftuuamboo6875
      @biftuuamboo6875 3 роки тому

      @@gmailgmail3245
      I

    • @J.K-r9f
      @J.K-r9f 19 годин тому

      በኢየሱስ ክርስቶስ በነፍስና በሥጋ ድነናል❣️☝️

  • @iftuulamu3723
    @iftuulamu3723 5 років тому +3

    Waaqayyo isin ha eebbisu bayee namatti tola garuu bakka tokko tokkotti wanti isaan jedhan hin dhaga'amu

  • @regatubailu5206
    @regatubailu5206 5 років тому +4

    Faarfannaa hundeen isaa ilma waaqayyoo kiristoos iyyesuusiin ol ol qabu yoomiyyuu keessa ijoollee waaqayyoo ni booji'a. ayyaanni waaqayyoo dachaa dachaadhaan isin irratti haa dhangala'u!

    • @solomonadunyaa1592
      @solomonadunyaa1592 4 роки тому

      Regatu Behayilu 🙏🙏🙏 ua-cam.com/video/JVyznBgL4WM/v-deo.html

  • @J.K-r9f
    @J.K-r9f 19 годин тому

    የክብር ተስፋ የሆነው ክርስቶስ በእኛ ውስጥ ነው።❣️

  • @yesuusjiraabdiindhaloota6328
    @yesuusjiraabdiindhaloota6328 4 роки тому +5

    Ameeeeeeen uuuffffff kan ijaratee yoom argee akka ati mana nama ijaartuu💪

  • @obsiinaantasfaayee1863
    @obsiinaantasfaayee1863 4 роки тому +3

    Ebiifaa Ebaa Dachaa Dachaa

  • @koketkenya1208
    @koketkenya1208 4 роки тому +9

    Faaruu yesuusiin weeddisu hin quufamu dhaggeeffatamee gooftaan faarfattan isin haa eebbisu!

  • @tamiratgirma1950
    @tamiratgirma1950 5 років тому +2

    baayye gariidhaa garuu warrii shammaranii uffannaan isaanii namaa
    baayyeti waan toluu mitii galatoomaa

  • @hatemhafez6453
    @hatemhafez6453 5 років тому +20

    Wooooow baayyee namati tola garuu ammata koti miti waan nati tolefi yeroo guyyaa gutuu dhagefadha

    • @bf5371
      @bf5371 5 років тому

      Eebbifam

    • @ajaibeseid4931
      @ajaibeseid4931 5 років тому +3

      Bareeddu koo dhageefadhuu,goftaan guyyaa qabaa

    • @shadowdano5038
      @shadowdano5038 5 років тому +1

      1." Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne" jedhe."
      (HoE 4: 12)
      2." Namni ilma Waaqayyootti amanu, jireenya bara baraa qaba; ilma Waaqayyoof kan hin abboomamne garuu jireenya hin argatu, dheekkamsa Waaqayyootu isa irratti hafa malee" jedhe."
      (Yoh 3: 36)
      3." Yesus deebisee, "Karichi, dhugaan, jireenyis, ana; anaan yoo ta'e malee, eenyu iyyuu gara abbaa hin dhufu. "
      (Yoh 14: 6)
      Eebbifami

    • @sonaantube2578
      @sonaantube2578 5 років тому +1

      sitti haa tolu ammallee

    • @yerusalemii1389
      @yerusalemii1389 5 років тому

      Waqaayyoo guyya qaba dhagefdhee waqaayyoo akka nama mitti Amenn Amenn waqaayyoo sii haa ebisuu

  • @almaalma1033
    @almaalma1033 4 роки тому +2

    🌷🌷🌷baarsisaa kooo Waalalumaa Nabachiftee ababoo gaamachuuyyuuuuyuuuyyh Haleluyaa Ebifaamii isaa dhaga 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘

  • @PeoplesTube
    @PeoplesTube 5 років тому +17

    Faarsaan quufuu hin dandeenye.Faarfachuun erga hin oollee akkass Lallabuu dha.

  • @senatube2837
    @senatube2837 4 роки тому +7

    Si male akan ta.u hin beku yon ka.e 😭😭😭😭Ameeen ebfamiii

  • @qerroobilisummaa5394
    @qerroobilisummaa5394 4 роки тому +1

    Yeroon farfannaa kana dhaggeffadhuu keessikoo naa boqotaa ebbifamii hadhokoo

  • @blackqueen9541
    @blackqueen9541 5 років тому +15

    Ebbifama hundii keessannu.lakkii ebbifamtoota ijoollen waaqayyoo uffaata qaama keessan agarsiisuu yoo farfattan uffachuu dhaba waaqayyoo kan garaan isii hin ciisu😢😢😢

  • @teylorgrande7883
    @teylorgrande7883 3 роки тому +6

    This language will grow world wide I believe., Wollahi!! Let's Allah glorify you all. Galatoma!! Bareedaa kiiyaa.. Yaa Ilmoleen Booranaa... Dagaagaagaa!!!

  • @eirbaya5517
    @eirbaya5517 Рік тому +2

    Ameeeeeeen Ameeeeeen Eebbifamaa Eebbifamaa Ameeeeen 🙏📖👏🤲❤️💚🥰🙋💕💐🌻🎉

  • @tekaligngezahegn3816
    @tekaligngezahegn3816 5 років тому +4

    Oohhhhhhhh akuman ta'u nawalaalchiseeeeeee ufff ebifama waaqayooo sinaebisuuu guyaati yero meeqa akan dhageefadhu ibseeeeee ebifami ebifami ebifamiiiiiiiiiiiiiiiii

  • @liddiyaakabada4098
    @liddiyaakabada4098 5 років тому +2

    Ameen Ameen Ameen Ameen gooftan barafi jirenya keessan haa ebbisuu ebbifamaa

    • @ababachfayera826
      @ababachfayera826 5 років тому +2

      Eebbifamaa baay'ee namatti toltuu garuu biyya lafaa irraa adda erga taane nuti fakkeenya malee akkuma isaani nurraa hin eegamu itti eebbifameera galanni yesuusiif haa ta'u

  • @abdisabeyene3450
    @abdisabeyene3450 4 роки тому +5

    jaalalli Koo Iddoo Ulfinaatii Sifuudhee.
    Eebbifamaa. good Job

  • @arifashak6072
    @arifashak6072 5 років тому

    uuuuuuuffffffffeeee Iyeesuse koo ulfaadhu waqayyo isiin haa ebbisuu dhagefadhe qufuun dadhabe

  • @berhanemuleta2044
    @berhanemuleta2044 3 роки тому

    Ayyaannii waqayyoo dacha siifi haa bayyaatuu jabadhaa ijoolee kakuu bara jireenya keessan haa eebiisuu waqayyoo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏✍✍✍✍💞🙏💞

  • @urguourguoo5638
    @urguourguoo5638 5 років тому +2

    Amen amen amen amen eleele ele ele ele ele ele ele yeen geta simu kef kef kef kef kef kef kef kef kef kef kef iseye iseye iseye iseye iseye iseye iseye iseye iseye tebarku bebzu Amazing more more more more more more melkam 👍👍 wow wow wow

    • @getetube6200
      @getetube6200 5 років тому

      Ameeeeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeeeen Barii keessaa dachaa haa ebbifamuuuuuuu

  • @mormisefu4319
    @mormisefu4319 5 років тому +1

    Wow eebbifama ijoollee waaqayyoo ayyaanni abbako isiin irratti haa baayyaatuu

  • @hassanezzeddine9354
    @hassanezzeddine9354 5 років тому +1

    Woow eebbifama ayyanni waaqayyoo isinif haa baayyatu!

  • @kumeekumarra7159
    @kumeekumarra7159 5 років тому +1

    Waaqayyoo isin haa'eebisu dachaa eebbifamaa dhaggefatamee hinquufamu wow

  • @jiranerayesusin6456
    @jiranerayesusin6456 5 років тому +2

    Ameeeen ameeeeen uuuuuuffffeeeee yesus michu nama dadhaba sihaa galaatu goftaako ameeeeen eebbiifama

  • @bogalemerera1376
    @bogalemerera1376 4 роки тому

    Uuuuuuuuuufff dandeetin kolee murassa waaqayyoo isin haa eebbisu farfaanaan kun akkati keessa koo na boqochiisu eebbifamaa♥️♥️♥️♥️

  • @tokumakalbessa3932
    @tokumakalbessa3932 5 років тому

    Gooftaan dachaa dachaa dabalee ogummaa fi faarfannaa kanaa ol nama onnachiisuun isin haa dibu isiniif haa baay'isu......Dhugaa hangan ibsuun olitti namatti tola faarfaannaan keessan. Namni as keessatti mul'atu hunduu nama hawwata ni midhooftu!!!!!!!!!! Ameen1

  • @biqiiltukakuuintalayesusus3264
    @biqiiltukakuuintalayesusus3264 4 роки тому

    Uuuuuuuuuuufffffffffffeeeeeee waaqayyo inni waaqarra jiru baraf jirenyaa keessaan ha ebbisu ebbifama

  • @adanechakawak3868
    @adanechakawak3868 4 роки тому

    Uufe ebbifaamii farfanna barredadha

  • @user-fs2jp9si6r
    @user-fs2jp9si6r 8 місяців тому

    Amene ebifamii kodee koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hafteelammii9465
    @hafteelammii9465 5 років тому +1

    Farfannaa hedduu nama hawwatufi qalbii nama ofitti harkisuudha.ulfaadhaa

  • @meettiqajeelaahafuuraaqulq6602
    @meettiqajeelaahafuuraaqulq6602 5 років тому +10

    AmEee ebifamaa dachaa dachan garuu ufanaa waraa dubaritotaa Oso sireesiitaan irraa calaa baredaa kukutaan akka biyaa lafaa nuraa in bareduu

  • @abufahad4993
    @abufahad4993 5 років тому +1

    Ameen Ameen goftan haa Ulfatu Eeba gudadhan Ebbifamma

  • @samsungkksam6608
    @samsungkksam6608 4 роки тому

    Ameen ameen ameen fears kana dhagefadhe quufuu dadhabe🙏🙏🙏🙏💚💚💚💛💛

  • @hundediriba1229
    @hundediriba1229 4 роки тому

    farfannaa an quufuu hin dandeenyeedhaam amma iyyuu itti nuuf fufaa , eebbifamaa ijoollee gooftaa

  • @phonehuaweiy3316
    @phonehuaweiy3316 3 роки тому

    Sodadhera ofin jenan naa bobafte ulfinani 😭😭😭uuuuuuuffffffffffeeeee ebbifamaa

  • @boonikiyyaa2926
    @boonikiyyaa2926 5 років тому +1

    Uufffeee irraa deddeebi,ee dhaggeeffadhee quufuun dadhabee sinboo qabeeyyii ijoollee gooftaa dachaaa eebbifamaa

  • @user-hz1be9sm9u
    @user-hz1be9sm9u Місяць тому

    Waqayyo Bara baraa si haa ebisu

  • @anenezewdu7072
    @anenezewdu7072 5 років тому +2

    Wow akuman ittiin Ebbifane isiins ebbifamaa illllllllllllli Haleluyaaaa

  • @rookkeetioromootube3179
    @rookkeetioromootube3179 4 роки тому +1

    ebbifaami mucaanan atti nama ebbaatim

  • @siifandawwa1450
    @siifandawwa1450 5 років тому +7

    Uuffff gooftaan isin haa eebbisuu nuu jiraadha ilman abba koo😍😘

  • @DefoWario
    @DefoWario 3 місяці тому

    Amazing god bless you❤❤❤❤❤❤❤

  • @senahaile2856
    @senahaile2856 5 років тому +1

    Gooftan koo isin haa ebbisu,ittiin eebbifamera

  • @janadajane3299
    @janadajane3299 4 роки тому +4

    Waqqayyoo isiin haa ebbisu 🙏🙏🙏

  • @geremewmekonnenturo9714
    @geremewmekonnenturo9714 5 років тому +1

    Woooooooooo waaqayyo bara kee haa Eebbisu dhugaadha kan waaqeffamu Iyyesuus qofaadha

  • @astertora8552
    @astertora8552 5 років тому

    Wow Gofta koo dacha dacha Sina ebbisuu bayyee nati tolee yero bayyee irraa dedebi'e dhagefadhee qufuu dadhabee bayyee iti ebbifamera

  • @wowyetabrkcell7508
    @wowyetabrkcell7508 5 років тому +2

    Wow dkoo bayyee barreda dhuga ebifamaai jechani sii gute waqayyoo

  • @waraqinashwaraquu4638
    @waraqinashwaraquu4638 4 роки тому

    Ameeeeeeeeee galatomaa dachaa dachaa ebifamaa akanatii kunoo buqi sudhaa malee ijolee waqaayyoo

  • @biretube5829
    @biretube5829 5 років тому +8

    Odefadhee hin qufuu seanaa fannoo uùuuuuuuuffff barii kesaan hahebifamuu hebifamaa maqa YEESUSIIN ameeen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍😍🎵🎶🎺🎧🎺🎷🎻🎷🎺🎵🎶🎺🎺🎸🎸🎺🎺👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @fikiruhabtamu927
    @fikiruhabtamu927 5 років тому

    Damee Afaan Dammaa nuf jiradhuu Waaqayyoo guddaa sii haa eebbisu guddaa ittii eebbifamnee adaara ittii nuf dabalii eebbbiffamiiiiiiiiiiiiiiii

  • @naamathamad4784
    @naamathamad4784 5 років тому

    Ebbifami Dutikee Anafi Seenna qaba Achi Kauni kee imoo Hin Caalee !! UUUUFFFFEEE Galatooma ba,yee namati tolla📖📖👈☝️☝️🙏

  • @maheruledi6586
    @maheruledi6586 5 років тому +1

    Farfaannaadha moo muziqaadha maloo Yaa Waaqqayyoo Bayee nati tolee Dhageefaadha

  • @sanyiihaceetiisanyiihaceet4443
    @sanyiihaceetiisanyiihaceet4443 4 роки тому

    Ameeen ebifamaa heduu namaa boqochisa

  • @ebagemechu4097
    @ebagemechu4097 5 років тому +14

    Sagalichii baayyee humnaa qaba waaqayyoo sii haa eebbisu.

    • @songofsongs2973
      @songofsongs2973 4 роки тому

      HIN BAXABAXINA
      ua-cam.com/video/v5H7pLU6Dj0/v-deo.html
      SUBSCRIBE GODHA hordofaa

  • @birmaduoromia6882
    @birmaduoromia6882 4 роки тому

    faarfannaa dhaloota keenya dammaqsudha! gara afuura waaqayyootti ol nubuta waaqayyo ayyaanasaa isiniif haa baay'isu; eebbifamaa! simalee.....

  • @iyesuusiddooboqonnaakoo5139
    @iyesuusiddooboqonnaakoo5139 5 років тому +6

    Ameen Ameen waaqayyoo gooftaan bara keessan haa Eebbisuu

  • @laalisaajirenyaa
    @laalisaajirenyaa 2 роки тому

    Ebifamii waaqayoo siya ebisuu

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 3 роки тому

    Ammmen ebbifamaa dachaa hundii keessain dhaloota ebbaa ❤️❤️💝🥰ta.aa darbaa demmaa Ayyannaa waaqayyoo isinnin haa bayyatuu

  • @yerusalemii1389
    @yerusalemii1389 5 років тому

    Ebifaama dacha dacha dibata siifi haa dabalamuu kanuma caalaa gudaadha bara baran ebifaama ijoolee kaakuu si male akka ta,u hin bekku yoo ka,e Amenn Amenn waqaayyoo sii haa ebisuu

  • @Li-ku6qh
    @Li-ku6qh 5 років тому +7

    Dutikes anaf senaa qaba achi ka'uun kemoo hin calee👏👏
    ebbifama bayee namatti tola 😍😍

    • @mertkuzucu7809
      @mertkuzucu7809 5 років тому +1

      Waqayyoo hundaa keessan haa eebbbisu eebbifama.Ammayu waqaayyo bara tajajiila fuula keessan dura jiru kana caalatti dacha dachaa isin haa eebbisu eebbifama.

    • @solomonadunyaa1592
      @solomonadunyaa1592 4 роки тому

      ua-cam.com/video/JVyznBgL4WM/v-deo.html

  • @gada5415
    @gada5415 5 років тому +1

    Ameeeen ameeeeeeen eebifaamiii dachaa waaqayo baraaf jirenyaa kee Haa ebisuuuuuuu eebifaamiii

  • @aregashadugna8121
    @aregashadugna8121 2 роки тому

    eebbifamaa,ayyaanni waaqaa isiniif haa daddabalamu!

  • @tigisttemesgen9919
    @tigisttemesgen9919 5 років тому

    wow wow faarsaa baayee namatti tolu eebifama obbolotaa koo ayyanaa kana caaluu isiniif haa baayatuu

  • @shimelistamene8715
    @shimelistamene8715 5 років тому

    waaqayyoo isin haa eebbisu jabaadha waan baayyee isinirra eegna. Addunyaa fi Dammitus itti dabala ka.

  • @classiccell7498
    @classiccell7498 5 років тому

    Ameeeen ameeen ameeen ameeen ebifamaa ijolee yesus ebaa isaa isinif ha bayisuu

  • @immabeettube5009
    @immabeettube5009 5 років тому +1

    Ameen ameen dhugattii ebifaamaa uuuuuuffi dhageefadhe hin qufuu

  • @gamachumosisa5336
    @gamachumosisa5336 3 роки тому

    farfannaa kallattumaan olii dhufedha! Jajuun keenya inni dhugaa akka kanaatti ta'uu qaba! ayyaanni gooftichaa inni Danuun sun siniif haa baay'atu

  • @adanechakawak3868
    @adanechakawak3868 4 роки тому +1

    Dhageffadhe quffuu dhadhabe glory to god uuuu

  • @sifanwallaggaa3803
    @sifanwallaggaa3803 4 роки тому

    Uuuuuuuuuuufffeeeeee ebifama dachaan dhugaa bayyee namatii tolaa ebifama uuuffee amen amen ♥️♥️♥️♥️😍😍😍😍😍

  • @gudinafituma726
    @gudinafituma726 5 років тому +17

    really interesting . it is difficult to stop listiening. God bless you

  • @user-xu8xe8xy2x
    @user-xu8xe8xy2x 6 місяців тому

    Eebbifami waaqayyoo ammayyuu Ayyaanasa siif ha baay'isu

  • @abgettube2866
    @abgettube2866 5 років тому +8

    oobdiikee keessaan biqile kunuunsi hormaa naan tu'u! ma favorite song!

  • @kulule7497
    @kulule7497 5 років тому +1

    Ameeeeeeeen waaqayyo isin haa eebbisu darbaa deemaa😍😍😍😍😍😍😍

  • @efamergaofficialpage
    @efamergaofficialpage Рік тому

    Galanni Waaqayyoof haa ta'u
    Faarfannaa akkas nama Eebbisu
    Isa nuuf kenne
    Uffee Yesus

  • @negumaolumaganti3946
    @negumaolumaganti3946 Рік тому

    Eebbifami dachaa dachaa

  • @monerraf1785
    @monerraf1785 5 років тому

    Akkasitti Isa hundaan olii weeddisuun kan akka keessanii nuufaa baay'isu jabaadhaa

  • @brighthopemedia4386
    @brighthopemedia4386 5 років тому

    Waqayyoo baraf tajaajila keessan haa eebbisu! Ammalee dachaadhan kenasa isinif haa baayisuu!

  • @ibseduressa5085
    @ibseduressa5085 5 років тому +2

    Gabaabinaa kootif hojaa naaf taanaan toraa irra ijaajjaa. I love it. Stay blessed guys

  • @gulumadegefa5116
    @gulumadegefa5116 5 років тому

    waaqayyo sihaa`ebbisu osoo ni hubanna ta`ee waan baayyee nuugodhe

  • @alemneshgebisa3735
    @alemneshgebisa3735 5 років тому

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen waaqayyo Is in haa eebbisu.

  • @biliseegudeta4430
    @biliseegudeta4430 5 років тому

    Waoooooo ebifamaa dachaa dachaa bakaa mudda kesanii xiqoo utuu duchitanii akaa ajaibatii ebifamera dhugaa ebifamaa dachaa dachaa

  • @nansambastellah1351
    @nansambastellah1351 4 роки тому

    Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Gooftankoo Bara Keessan haa Eebbisuu Ijoolle Kakuu Jalalli gooftan nu jaallate Kan Eenyurran Adda Dhugaadha!!

  • @emirumulatu211
    @emirumulatu211 5 років тому +2

    Woooooooooooowwwwww!!!!!!!! Waaqayyo inni ulfinasaatiin teessoosaarra jiru bara baraan isin haa'eebbisu, maaloooooo!!!! Isin eebbisuuf jechatu na hankaake, lammiikoo, guddadhaa!!!!!!!!!!
    Ajaa'iba!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @chaltuolika5826
    @chaltuolika5826 5 років тому +1

    faarfannaa keessan keessa afuurri qulqulluun dhuguma jira .

    • @zenozeno5522
      @zenozeno5522 5 років тому

      Ebiifamiidhugan isa sif habayatu 2

    • @fanuelfanuel9682
      @fanuelfanuel9682 5 років тому

      Waqayo isin ayebisu na jiradha baye isin jaladha