Download from this link a list of the irregular verbs. Kunoo, as irraa buufadhaa.📑drive.google.com/file/d/1wSW657DY1QcSKGzR9XqzFNG0h8_7qYmR/view?usp=sharing
🌞🌞🕚📚 As irraa buufadhaa. Download list of irregular verbs from this link. drive.google.com/file/d/1wSW657DY1QcSKGzR9XqzFNG0h8_7qYmR/view?usp=share_link
I am proud of you, my dearest brother, Takele!
Galatooma
Seenaa keessatti bifa kanaan Afaan Oromoon qophaa'uun isaa kan jalqabaati. Maaloo ijoolleen keessan carraa ajaa'ibaa manatti dhufe akka hin dhabne tolchaa!!!
Miss not this invaluable opportunity!
This is very important for every body really!!!
A good beginning.🛰
Ajaaibaam
Download from this link a list of the irregular verbs. Kunoo, as irraa buufadhaa.📑drive.google.com/file/d/1wSW657DY1QcSKGzR9XqzFNG0h8_7qYmR/view?usp=sharing
Galatooma itti nu fufa
A
Akkan rakkoo koo giddugaleeffadhee ilaalutti anas dabalatee barattoota biroos kan rakkisuu active yookan passive tense waliin akkamitti akka fayyadamnu osoo hin taane akkamitti paragraph keesstti kam akka fayyadamnuudha .keessayyuu paragraph keesstti iddoo yoo kennee.asirratti nuuf hojjedha maaloo
🌞🌞🕚📚 As irraa buufadhaa. Download list of irregular verbs from this link. drive.google.com/file/d/1wSW657DY1QcSKGzR9XqzFNG0h8_7qYmR/view?usp=share_link