Akkam jirtuu yaa warraa FIB TV wa tokko sin gaffaa ykn sin qeeqa. Ani akka nama tokkootti sin faana turee hanga ammaa. Garuu maalif hojetoota FIB TV maali ariitan. Enyuun hoganaama jiraa. Tv jiraan keessaa FIB TV turee kanin hordofaa turee. Kana ta'uu isaatif naa dhibee
FIB jabadhaa. Haalii jiru hundee hin darbaa.
Wlecom fib Neeyrobi👍👍