Hhhhhh dardaroo shiishaa mal irraa baratan saa diramaan kessan kun na tola heduu isiin wajiin dalagun na tola na naqaa garuu biyyaa kessa jiru kaa male
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته Duniyaa dhumtu kanaf jetani akira kesan hin dagatina duti ni dhufaa guya isaa egate maqa muslima dhan birin iti nyatani kun harama bara rabin isin ha qajelchuu
kkkkkkkkk jabadhaa bayye namatti toltuu Sabbontota
aboo halan nu gamachiftan yaroo kofla gari argane amas kan bira bareda kessan nuf aka gadhiftan abdi qabna (direwood) waw👍👍👍👍😅😅😅😅😅👍
Kkkkkkkkkkk galatooma direwood heddu sii Jaalana
kkkkkkkkk ajjibaa kesani baye baredda itti fuuufaa
Kkkk jabadhaa lamii tiyaa qaqalii
Abo haalaan namatti toltan warra Dirree. Nuu jiraadhaa waan ofii !
Masha allah jabadha bayyee bareduu.
wwwwww jajabadhaa joolee biyaa tiyaa qaqashxii lubbu👆👌👏👍
kkkkkk abbo ujole dire bayye issin Jaladha jabadha itti fufa garu. shisha akkati hin dhugina. akkasuma shamarani uffata defadha mataratii sababin issa issin Muslim wani tatanfi sanyii koo uuuuuuuph. 😍😘😙😍😆😆😆💟💝💛👍👍👌
wawuuuuu
Kkkkkkkkkkk woyee inuma kolife adha ara kana ira siiikaye esuma keebira siihesa jedheni😂😂😂😂😂😂😂
bayee baredaa jabadhaa itii fufaa
kkkkk
Du'ayii tessaan namatii tolaa
Amiiiiiiiin jennee
jabaadhaa joollee Dirree
jabadhaa oro titaa
Akkumaa keessanii namattii tolaa jabadhaa
Nuuf jiraadhaa jajjabaadhaa horaa bulaa deebanaa ijarraa hafaa hamtuun isin hinargin jabaadhaa.
Nasruddiin Abdulwahaab v
Akkam qophessitoota comody direwood!nagaa kessani.dhugaa dubachuuf diramaleen kessan baayee kan namati tolanif nama hawatanidha akkasuma gorsa guddaa kan of kessa qabanidha.kessatu haala yerooti walin waliti makmatani hojjachuun kessan hojii bonsadha.Jabadha isin jaalana nuuf guddadha.ALIYYII UMAR
jabaadhaa saba koo
Jabadha nuiboharisaa
በጣም ተመችቶኛል ይመቻጭሁ የሐረርገጌ ልጆች!!!
jabadha ilman biya hedu si jaladha 👍💟💟💟👌👌
woow itti fufa barnotta hedduu iraa baradhee jiraa nuf jiradha
Wwwwwww jabadhaa
jajabaadha bayyee nama boharsitani, lammii too.haaluma kanan itti fufaa.
kkkkk hojii harargee qamatidha
nuuf jiraadha ijollee oromiya horaa bula diraaman keessan kan tv OPDOn tamsau harka dhibbaan Caala
wowowowow hedu das nama ja'a 👍👍👌
Masha Allah baredadha ittii fufaa
dire wood thank very much from u.s.a...
Wow wow Nam gamachisa jabadha
kkkkkk jabaadha
Wowowowow 👍👍👍👍👍👍👍👍
kkkkkkkkkkk baay'ee namati tola jajabadha itti fufaa
jajabadhaa Artistota.Qaqalii Jolee diree..
woooooooooooooow nuu bonsitan jabadha
rabbii rifenisaa kessanitti Ibdaa haqabisisuu mataa qullah tesee subaahan rabbiikaa jetuu
jabadha hedu nuu buharsitani
obaleyan kiyaa warii yadaa kancha turtan gariin keysaan Amntii fi talanti addaan bafadhaa isaan jirenyaa isanii ka dhugaa keysatii akaanaa mitii waren jiruu akaana keysaa jiruu barsisufi akaa wanii kun midhaa qabuu diramniss itifufa... waan janiif dhumaa isaa obsaan haa eganee iraa baranuuu
Faxee flipsii🤣🤣🤣🤣long live
Rabbi isin haa qajeelchu yaa ijoollee muslimaa
.anmaqevmk mb
jabidhuu xajoo hanasii
Welcome back DireWood
Rabbii isin haqajelachu bayyee fokatani isilamani waan akkan kaan hin dalagu uuuuuu
woow kkkkkk halan bareda
maaliiga gabaabsuun
wow heduu matiii tolaa jabadha
nice one💜💕
diraaman keessan gaaridha garuu dubartoonni gugurdoodhan suniin dirama dalagun isinirra hinbareedu dhugaa
Wwwwoooooo mashaa allaa jiiradh saboototaa oromo
Hahha yaa uruurtuu namti tolta bar
Hhhhhh dardaroo shiishaa mal irraa baratan saa diramaan kessan kun na tola heduu isiin wajiin dalagun na tola na naqaa garuu biyyaa kessa jiru kaa male
hedduu namatti tola dhugaa obbo shermaarkee keesattuu,garuu obboleessa kiyya hojii kee kana gara Televijinii Oromiyaa fi kanneen biros tamsaasa maaf dhabe akka oromoota mara bira gahuuf kanaaf irratti hojechuu si barbaachisa jabaadhu ooboleesa kiya rabbi sihaa gargaaruu
Hadra Tube isarraa hi miti oromoottu gandumma qaba
🙄🙄🙄 bareedduuwan dirree 😎
kkkkkkkkkkkkk bagaa nuu deebitan namatti toltuu uuuuuuuphaa sabboontota keenya
kkkkkkkkkkk ajiba wollayii garuu shishaa dhisaa uuuufffeeee malekanii surraa wolin isaanii katii Isaanii musilimaa👆👆
yaa rabbii guddaa yomii baritii oro
jabadhaa qomo koo
Kkkkkkkkk mana nurratii gubee
Aboo Silaan isin wajji jiraadhe Akkaan isin darbu Abdiin qaba nuuf jiraadha😂😂😂
Lagayu Laga Basule kkkkkk
dullacha ballaa
Lagayu Laga Basule 😎😎😎😎
Jabaadha jollee teenya waa hedduu irraa barataa jirra
Wwwwww nufi jiradha woggaa 100
wwwwww mashaallaa
bayee nama gamachiiftan ijoollee dire ilove you dire oromiyaa💋💋💋💋💋👄👄❤❤💕💕💕💕💕💕💘💘💘💕💕💕
Dubartii fi Shamarran diree dawaa waayema jimaa afaani hin buufattu hhhhhh
akkasuma yaa dubartoota islaama drama yoo hojjattan haala bareedan sataradhaa sartii keessan adunyaa gabaabduf jettani aakiraa hin kasaarina.
Great job
Aboo eysa nurra badde
good jope
bayee namati tola Garu matakesa duwadhaykn ijaba malif inufane
Jabadhaa
Kkkkkk:::Jabadhaa
kkkkkk garu Auzubilhi
JIRAADHA IJOOLLEE BIYYAA KOO UMRII DHERAADHA😼😼❤❤❤❤❤💚💚💚💚👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
wow ijole biya tiyaa jabadha
takiti o re wow wow fffff
kkkkkkkk wayoo garakoo jabadhaa
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Duniyaa dhumtu kanaf jetani akira kesan hin dagatina duti ni dhufaa guya isaa egate maqa muslima dhan birin iti nyatani kun harama bara rabin isin ha qajelchuu
wow heduu tolaa
kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk Aboo sitti haa toluu
heddu galatoma nu buharsuu jirtani pls part 2 gad lakisa
kkkkkkkkkk ajibaa
Bayyee namatii tolaa
filamii bachaa khunii hinatane jaratina shekhaa ni beekhaa jaate kheetapha dhixxaaa janaa
Everything is good if not for the "SHISHA"
kkkkkķkkkkkk maashaa Allah
Wly bayee nama toltan
bayye namati tolla jabbadha
halan baredadha iti jabaadha
bayyee nama jibisisaa dirama keessan dhuma irrati mucaa shisha qamuu kun......🙊🙈🙈
bada guggubat hhhhhhh namatti tolta bar ati
Wow
Wawa
guyyaa hirmaata dabbaa san orraafattee dhayxee kkk
badee intaalloo akami tuni inaftu xayo
jabaadha
Ah I hi
yaa baddaa shishaa
uuuuuu kkkkkk garraa kiyyaaa
Kkkkkkk eee jibisisa ana
Diraman teysaan bayee namatii toltii jabadhaa itii fufaa
adegalew looool
Kkkkkkkkk good👍👍👍👍👍👍👍
dhugaa bayee nama gamachiftu hudii keysan fayaa tahaa
Diraamaa dalaguun gaariidha garuu isiniin kun nama osoo jiraatee bu'aa buusuu malu maarree akkanatti jimaafi shiishaa dhuguun ni maraatee mucaa gurraachi kun.
Homa hin mudhaguu
Wollaah nama jibiaisittuu
Habiibaa Best Gumachituu islamaa best drama
Habiibaa Best Gumachituu islamaa dhuga keti
Habiibaa Best Gumachituu islamaa hi
as wr wb
wowww
DIREEWOOD sharmarkee fi dodoolaar kessattuu harka kessan nu jalaa hin deebifatinaa qophiin kessan haalan namatti tolaa
as wr wb akmi jirata naga kesani waroni dire wood jala jirtani hundu
Bayee namaa gamachisaa biyaa nuyachistana