RR-006 🛑"Osoo Dhokadhee Salaataa jiru na qabanii" |Baay’ee Rakkadhee ture|
Вставка
- Опубліковано 31 гру 2024
- Qophiileen keenna Islaamummaan faayamee artiidhaan kan dabaalame Aadaa Hawaasaa makata, Senaa fi safuu dabalata, bohaarsaadha, bashannansiisaadha, Barsiisaadha.
#muhammad #ክርስቶስ #jesus #sad #sadstatus #sadstory #podcast #podcasting
@IsaReta @ebstvWorldwide @minbertv1 @ABSEHASHIM. @Abdumobilapp @forxentertainment5224 @Unitedoromia @Nuuralhudaa @MUKTARTUBE @Marrushow @BahaliyakeTv
[ Like our FB page & Share Our posts ]
/ zadpodcast
[ Subscribe Our UA-cam Channel ]
www.youtube/@U...
Copyright © 2023 @zadpodcast
Rabbuma jennee nama karaa islaamuummaa qabate haa hordofnu akka namuummaatti
Maashaalaa Tabarakalaa Baga Gara Amatii islamaa dhuftan❤❤ Obolesa Kenya Khalid
Masha,allaa Masha,allaa
Masha allah
Nama ajaaibaati gurbaan ammalee rabbiin waan ofii jaalatu sii haakennu ❤❤
Mashallaa mashallaa mashallaa rabbini irratii gadii sii haa dhabuu ❤❤❤❤
Maasha Allah tabarakallaah
Rabbiin irraati gadii sii haa dhabbu inshallah obboleessa keenya Allahu akubar.
Allhmaduliilaah.
❤❤❤❤❤❤❤Amiiiiiiinnnnnnn
Allahu akbar 🎉
Mashaa allah Rabbiin janina siif haa ida'u🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤🎉❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Warroonnu Yaadafi haamileen na bira dhaabbattan hunda keessanifu kabajni koo onnee irraa madde isin haa qaqqabu❤
ماشاءاللہ❤
Maashaa Allaah RABBIIN ati qabatte si waliin haa jiraatu
Mashaa alhaa congratulations 🎊 bagaa kara rabbiinjalatutii nagayan debiite❤
Mashaallaaa mashaallaaa jabadhuu jabduu tenyaa
Mashaa allaa ❤🙏🙏
❤❤❤
Masha Allah tabarkalah Allhamdulilhi Allhamdulilhi galata Rabii 😭🤲☝️🫰🫶❤❤🎉🎉baga Rabin kara ofii jalatuu iraa si kaye Masha Allah tabarkalah 😢 obolesa ko❤🎉
Obbolessaa rabbii sirraa haa jallatuu baldhinaa aduniyaan akiraa sihaa qunamtu
Mashalahaa Mashalahaa Mashalahaa Mashalahaa ❤❤❤❤amalee Rabbn siraa hajalatuu Mashalahaa atii fufii ❤❤❤
Masha allah masha allah 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Maashaallaa. Maashaallaa. Maashaallaa. Maashaallaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
MashaAllh tabarakaAllh baga nagahan dhuftee obolesa koo jabadhuu abshiri rabbin yaddaf murrada kee siif haa gutuu
Mashaalah Mashaalah Rabbiin umrii isaan haa dheeresuu ❤❤❤❤
Mashalaaa Mashalaaa ❤❤🎉🎉🎉
Mashalah ❤❤❤❤
Akka midiya afaan Amarfatin darbuu saniti membert tiv kan jedhamu saniti akasiti barchisaa nuf dhiyessa Tartiban
Maashaallaa. Rabbinni isinni irraa haajaalatuu nufi jiraadhaa obboolleewwaanii koo urmii nufi dheeraagadhaa Rabbinni baakkaa keessaa isnnii haakaayuu inshaallaah
MashaAllah 🎉🎉🎉🎉
Maashaallaa taabarakaal ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Mashaallaah.mashaallaah Mashaallaah.mashaallaah Mashaallaah.mashaallaah Mashaallaah.mashaallaah Mashaallaah.mashaallaah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nama 5k tuqaa 9tu laale maal qaba yoo like gootani bira kutan..yaa rabbi nuuf laafisi waan keeyrii iratti hojachuf
Mashallah JKKAJ jabadha saganta bareeda nuuf qooddan kabajatu isiniin mala galatooma warri zad kessahu qophessitun
Mshaalaa
Ws wr wb Masha Allah ammas daran jabaadhaa
Masha alhaa tabarakalla umrii nuuf dheeradhu
🎉❤❤❤❤❤❤❤
Maasha Allah Tabarakallah ❤❤❤😊
masha allh
Masha alaah ❤❤❤😢
Maasha Allaah
Maashaa allaah ofdurattis rabbi si bira haa jiraatu jabaadhu
Allahu akbar!
Dinqoo❤❤❤
Masha allaah ❤❤
Mashaaa Allah hojiii baredaaa jabadhaaa
Allaahu akbar ❤❤
Wlh Abdiisaan Nama ajaaibaati Obsaa akka Kennamaatti qaba. Garuu Mudannoo addaa qaba kutaa 9 - irraa kaase hanga University Waggaa 1 fixutti hhh Kana Hunda Obsee bira taruun na kolfisiise 😅 dhuguma Nama Akkam Obsaa fi kutataa tahe irraa hubadha Abdiisarra Akkasittuu Family isaa irraa Garaa hin muratu Kana na godhan jedhee irraa hin fagaanne yeroo boqonnaa isaa hunda Family bira dhaqa Garu wanti isa mudatu faallaa dha kana hundaa obsee ture Alhamdulillah ❤️ Abdiisa İbsuun Natti ulfaata yoon cal'ise ho!
Masha Allah jabaadha
Wow jabaadha warrii zad podcast......hojii gaariidha ❤❤
Subhaanaa Allah
Masha.alah❤❤❤
Subhaanallaah
Asalmualekum worahamatulallh wobarakatuh jira jirtuu kabajamtotafi jalatamtota kenyaa rabbin isan irra haa jalatuu jajabadha❤❤❤❤❤❤
Jabaadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha Allaah BAAY'EE galatomi
Abdiisaa Mudannoo kee Hedduu hin himne. İndom interview ana godhaa anaatu isinitti himaa waan isaa
😂Dhiifama Osoo sitti hin himin waamuu keennaaf
🙏waan hordoftaniif Galatoomaa🥰
Jira anuu beka ganda isaa 👉ajjamsan sun ummata dur shawaa buqqa'ani achitti galanidha dhuga dubbiti, wly abba rabbin qajeluma fedhef homtuu dubatti hin debisu, lafa inni bule jedhu fi ganda isaa lukaan daqiqa 10 qofa demsisa beelaafi rakkon haqa/dhuga kan argerra abadan dubatti akka hin debisne nama hubachifti ykn nama dhugaan galtef, rabbin irratti haa sabachisu, masha'allah amma inuma shekayyu barnota diinitin kan fagate sadarka ilmeen muslimumma irratti guddate hin gahin gahe jira rabbin haa dabaluf dachaan.
Mashaa Allahu jzk
❤❤Busaa Gonaffaarraan Badhaadhinni obsii Ulee hayyootaaf arjaa jechii art Halloo Daawwee innalillaahi wa'innaa ileeh raajii'uun subahannallah
Addee Samiiraa ijjis maalif hayyuu Saalffachiiftee Beekumsii Eegumsaa fudhaannee maddaa galii bakka yaaduu bakka deemuu ijumaa Qur'an/sciences sanuu Ijji Rabbin qabdii kanaf ijjis haqa Amantii keenyaa irraa Saalfannuu Alhamdulillah
Wel come bagaa nagayanii dhuftannii❤❤
❤❤❤ yaadii argii Bismillah/Alhamdulillah Ifaa ijjis waraanaaf qabeenyaa Eegumsaa gurriis wrwrwb Qalbiinis muslims mootii lubbuu Eegumsaa As wrwrwb zad welcome Beekumsii Eegumsaa European Government
❤❤❤
Wa wr wb
Oromoo haa wal jajjabeessinuu !!🤔
Isin immo hojjattoonni "zad podcast" jabaadha bakka guddaa gahuuf jirtuu inshaa allah wan baayyes isin irraa barataa jirra" ammas jabaadhaa....
🎉🎉❤❤❤
🥰❤
Caara qurana akkaa nuf qara,u m aa goonee????
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Oromonii kennaa kunii maa walii hin jajabesinee qoyii Worii biraa guyaa takatii 50k walii galchaa kaa gandatuu gudisaa oltanii kesanilee gudifadhaa wanii boruu isinnii fayaduu
Dhugaa jette walhai ❤
😊❤
Jaabadha
❤❤❤urjiiwwaan keenyaa jaalaltuu Uumaa Onneen dhalootaaf Eegumsaa Jilbii biruma Alhamdulillah Alhamdulillah jila daa'awaa/daawwii sawsawsaw du'a barsiisuun Dirqamaa
Qaamarraa ifaa yaadarraa wal dhorkaa
Ilmi Namaa yaaduu malee wal hin arguu as wrwrwb Zad Prodcast galatoomii hayyuu wrwrwb./wrwrwb Gzx Samiifi dachiin Ifnana Gaaddisaa Gaaddisaa ilmaanii kunoo ifaa zad Prodcast as wrwrwb
𝒂𝒔𝒔𝒂𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝒂𝒍𝒆𝒆𝒚𝒌𝒉𝒖𝒎 𝒘𝒂𝒂𝒓𝒂𝒉𝒂𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒉𝒊 𝒘𝒂𝒂𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒉𝒖𝒕𝒖 𝒎𝒂𝒔𝒉𝒂𝒂 𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉
𝒃𝒂𝒈𝒂 𝒅𝒉𝒖𝒇𝒕𝒂𝒏 𝒓𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒈𝒂𝒅𝒊 𝒉𝒂𝒂 𝒅𝒉𝒂𝒃𝒖𝒖😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤