Oso benu huba wajini nyana jete sareni ati oso betu malif qileti demata obbolesa koo afani hasasu bare utubati hasasa jedhani silasi ishini wani dura barate hin dhufatu ati jirenya mata keee jiradhu tokofa matuma waqayo kesa ileee iraa dedebite baha jirata ati tasumayu nama waqani waliti si busu dhisii jirenya fi sif hin tatu kuni lamadha dhisii obbolesa kenyaaa oso betu jirenyaa kee hin midhini isaa lafarasii isaa samii iras😭😭😭😭😭😭
Kana duchaa maali atiyoo jaalaluma ishi dhiste amaas gochaa ishi jalqaba kase anga amaa jiru fira ishi nama si bekuti himadhuti gocha kee akaa hin tane waaliti dhufenya ishe asumarati dhabi akka yadda kiyaati🤔
Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam
Ati guyaa Argite sana iti imi dhuga jirituu ifa godhifi hara fagadhuu nami buliti fi namafi tuu hin bekamaa garu ati bayee osite isheni hammalatuu baree kanafi ati kanaboda jedhini jirenyaa ko kesa bahi jedhi argaa shee😭😭😭😭
Sena by nama gadisisuu Mucaa biyaa ko ati ishe dhisi jirenya mataa ke jiradhuu ishn safuu hin betuu jirenyafi sifi hin ta.u tu.n Jirenya mata ke jiradhuu mucaa biyaa ko holotaa bareduuu
Oson ani dhiraa tahe guyya adiin ishee ajeessa waqaa.are tana dubartidha jete wajjin jirata mo dhissi dubarti garin meqa jira bo icci dhira irra hin busayu mali dubarti shantamen.😢
😢Ati garuu utumaa medihan kun fuudhi sin jedhe hin fuuta maalii amma fedhee yoo jalaate nama yeroo lama baadinsa irrati argitee boru buulti keessati maal naa gooti jetteeeti
Icitii bilbilaa ishee kessatti Argatee kan Dhiraa biraa waliin Argitees ittii himii dhugaa jirtuu bartee sii biraa haa haftuu osoo dogongora duraa ishii duraa ittii himtee rakkoon lamataa sii hin mudatuu turee waaqayyoon dubartii Amanamtuu siif haa latuu obboleessaa koo😭😭 magaala hollotaa biyyaa koo ❤
Dhuga jete dura calisuf balese obsu na dabarsa lata jedheti banatish dhirri akanasi dubartin akkanasi innuma jira garif garii walitj hin fidu waqani bo. Jabadhu muca biyya kenya holota❤
Himiii yaa obolesaa kiyaa atii garuu namaa akmii dhaa badii ishee hamaa kana otoo argituu itii debitaa dhira biiraa demtee dhuftee amsii sii walinii jiratii atiyuu namaa mitii lafaa gotee siraa demtee hintaltii sagagltuu kanaa dhugaa jiruu itii himii ijaa ishetii tufii biraa demii saree dhaa kunii jirenyaa kee sir harikaa balesaa jirtii mamoo rabii lubuu ishee haa basuu
Bayee namaa dhibbaa abshirii baroo😢😢 maalo obbolaan keenyaa dubbara yoo ta,eesi obbolaani keenyaa dhiraasii
Maalif waal dhibistuu kan waqqayyoo jalatuu yoo hojene keesumaa shamaran
Bayyee dokokoraa ganaafu obboleessa koo hin dhiphaatin siti murteesunis namaati olfaataa dhugaa otoo si qofaa fanaa jirtii ta,ee sitii murteessana garuu kan ishee hin bekkamuu akka waqqayyoo sin godhee taa
amshirii obboleessa kiyya is dhisii jirenyee kee feyyessi
Kalasa ohaji ishi hin na haragati ishi❤❤❤❤❤❤❤❤😊
Atii gaalatomii oboleesaakoo atii gaalataa qabiidaa ❤❤❤❤❤umaayuu iniijedhii hojiisee haanyatuu isheenii
Dhugaa rabbii atii nama adda tii namnii akka ketii ha bayatuu 😢😢💔
Oso benu huba wajini nyana jete sareni ati oso betu malif qileti demata obbolesa koo afani hasasu bare utubati hasasa jedhani silasi ishini wani dura barate hin dhufatu ati jirenya mata keee jiradhu tokofa matuma waqayo kesa ileee iraa dedebite baha jirata ati tasumayu nama waqani waliti si busu dhisii jirenya fi sif hin tatu kuni lamadha dhisii obbolesa kenyaaa oso betu jirenyaa kee hin midhini isaa lafarasii isaa samii iras😭😭😭😭😭😭
Kana duchaa maali atiyoo jaalaluma ishi dhiste amaas gochaa ishi jalqaba kase anga amaa jiru fira ishi nama si bekuti himadhuti gocha kee akaa hin tane waaliti dhufenya ishe asumarati dhabi akka yadda kiyaati🤔
Mucha biyaa koo 😘😘😘😘😘😭😭😭😭😭
Ya Rabii irafagadhu siritii jirena ketii rabii sifii haqajechuu
Anaa dhufuu Gammee 🤝🙋♀️❤💚❤💚❤💚❤💚❤
Dhifamaa walii gochun akkaumaa jirutii ta.eee atiii yerooo balesaa shee si.aa meqaa irratii argituuu maf ittii debitaaa dhugaa jirtuu itti hin himutuuu ishenuu amalaa kee sirratii bartee sitii taphachaa jirtiii dhoqachun nama basuu naa ulfesee badee siin jetee matii kee fana walitii sii buftii atii gafa balesaa ishii 2ffaa irratii argitee obbolsaa kee fi obboltii shetii himtee maf addan hin bahin irraaa amma dhoqachun kee bu.aa mal qaba
Yaa obbolesa kiyyaa waa Toko sif hima erggama rabbi nabiyyii Mohammed sallallaahu Aleyihi wassaallam Akana jedhan sodan umata kiyyaa qabu Qormata Duubara jedhan dhugadha jedhan Duubari Toko Toko jiruu nama Dukanesiti yaa oboleesa kiyyaa kana boda iraa fagadhu jalqabuma yeroo si sobduu ofiraa dhisuu osoo dandesuu Debitee walin rafuuke badii guuda
Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam Sallalawuu alle wasalam
Ati obbollessako waan argitee hundaa itti himi.messege argitee sanafi akka hotelati illee argite itti himi garuu ati irraa fagadhuu kun jireenyaakeef garii miti.isheen susii dhiraa baayee waliin cisuu waan qabduuf siif hin maltuu .yeroo hundaa callisuunkee akka waan ati waa hin bekne 1tti waan sii fakkessuf dhugaa jirtuu itti himi irraa fagadhuu
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
Kuno siif ta'ee sanyiikoo
Sirridhaa
Oboleessa koo badii ishii ittii himii wajiin hin dhiphatiin garuu badii kee kan darbefii waqayyoo sif yaa araramuu🙏
Uuuuffff gara namaa nyaata Seena kee itti hin Seeni Lamataa lubbuu hin Basii dhisii dhuga jiruu obboleeti ishee fi obboleessa keeti himmaadhu Ragaadhaf Amma booda Hojji ishee Suura Kafaadhu kaa obboleessii kee Sii hin Shakkineef Iccii Dubaartii Likiskkisii
Uuuufff maaloo maaloo namnii akkaasis jiraayii dhugaa uuuff rabbbii sanyiikee nuf haa bayi,isuu dhugaa rabii namnii yeroo ama baalesaa akkanaa mitii fb iraa yeroo qilesumaratii afanini hasofnuyuu hin maratuu dhugaa rabii Bayee obsaa qabdaa rabbii amayuu obsaa sif haa latuu maaloo caraa baredaasa rabbii siif haa basuu rabbii dhiraa akkaas obsaa qabuu naaf keenii maaloo abshir homa mitii atii cubuu hin qabduu isheedha maale balesan Kanan bodaa garuu iraa fagaadhuu itii hin Debi, ni bultiif sin tatuu
Matii nafi ta'ii bareduu koo
Dhugaadha
Yaa rabbii kunise Jira ani homa si jedhu waqayoo jabina si kenu
Ati guyaa Argite sana iti imi dhuga jirituu ifa godhifi hara fagadhuu nami buliti fi namafi tuu hin bekamaa garu ati bayee osite isheni hammalatuu baree kanafi ati kanaboda jedhini jirenyaa ko kesa bahi jedhi argaa shee😭😭😭😭
Yaa waqaa koo kuniis hin jiraa silaa.hundaafuu waqayoo obsaa isaa siif haa kenuu ega.bayyee ulfataa.sababnisaa amasii Lubuu basii jechuunii bayyee ulfaatadhaa.kanafuu.bakkaa jirtuu ofii muliisitii dhugaa jirtuu.Ishee fi.obboleetii isheetii himuu siif wayyaa hamaa yomiiti ofii dhoksitaa ree.dubartiimaa akkasii.abaramtuu waqatii namatii qabiin boo...jalala daldaltii.ici.
Namichii guyyaa akkasii si fanaa deemuu si haa fudhuu jedhii irraa baqqadhuu kun dhukkubaa sittii fiddii dhugaa rabbii dubaraa akkasi garaa jireenyaa keettii fidiinii hadaara rabbii😢😢😢😢
Dhugaa jirtuu isaa isheen akka waan ati hin beeknetti si ilaaltee sirratti dalagdee hundaa itti himi badii ishii akka beektu. Jalalaa dhugaa Osoo siif qabdii ta'e sirraatti nama biraa ijaan ilaaltuu ture. Obboleessa koo irra fagaadhu kun balageedha.
👍👍👍👍
Wel cema oromia 24ffa 😍😍 omg namaa Akkamiituu jiraa🙊🙊 Akkaa yaada kotii atii duraa otoo balleesaa ishii caliiseete laluu batee gaarii natii fakkata; namaa balleesee tokoo balleesaa isaa irraa Akka debi'uu godhuudha malee ; yoo jaalanes callisinee biraa darbuun sirii mitii. Ammaa waaan Argatee hundumaa ittii himii irraa Addaa ba'ii male lammaafa luubuu hin balleesiini
Maal ati gochaashe ifa goote ittin himtuumoo cubbushen dalagde kana hundaa osoo keessa hin qabaatiin waliin hirmaachuun badiikeeti dhugaa jiru itti himiiti irra adda bahi obboleessakoo 😿🤕🤕🤕🤕🤕
Irraa fagadhuu Obbolessa koo Ati😭😭😥
Dubartii Abbarmtuu waaqani isin irra qabu dhiroota hundumaaf 🙏
Mal faayidaa qaba akka uffata nama jijjiruun
Ayiiiiiiiii Abshairi sanyii 😭😭😭😭😭👈
🤔🤔
Obooleessaa ati bayyee namaa garidha garuu bilibilaa jijirachunaa kee fayyadaa hin qabuu obooleeti ishi fuduurti rakko jiruu hundaa dubaadhuti ishiraa fagaadhu namnini akkanaa jiruufi jirenyaafi sifi hin tadhu bayyee namaa gadisissaa waqayyoo hundaa keefi qalibi nufi hakeenu 😭😭
Yaa obboleesa koo gaafa obboleettii ishee birra batee atii dhiraa birra wajiin argitu sanaa malif obboleettii isheet hin himiin dhugaa jirtuu
Yaa rabbii kuniisii jiraa moo😢😢
Ishen aba fete hojin oltee dhuftee.ulfaee.sin jetii ati baruma'baran daimaa eraa.basaa.tesamo malif.badii rabbin biraa.dabalataa.rabbi kan ofii.jalatuu.sif.hakenuu.obolesaa.kiya
Baye namaa ibaa
Maalo obboleessa keenya ishe akkana irra gorii jireenya haraa jiraadhu abo baddun nama ballesite
Mee matii nafi ta'aa qomoo koo hundii keesaanu 💞😍
Ifaa baase haa duubattu rakkoo ishi
Raabi obsa sif haa kenu amas garu Hama iti himi hin sodatin saanyii addan bahu qabduu 😭😭❤🙏🙏🙏
Dhugaa jiruu itii himii Atii Nama Balagedhaa Sii walin jirachuu in barbduu jedhiin
Wlcm.dhugajirtu.itimi.oblesako.lubhu.basunu.cimadha.amsihi.rabi.sifadhisuu
Welcome gamee 😍😍❤️
Dhugaa jiru itti immi itti baa'i
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
Bagaa nagaan dhufte gammee koo
Dubarti balgee Rabbii is haa balesuu
Dura dursuun yoo muslima taate. ZINAA ykn sagaagalummaa Dalaguun. BAYYISEE dhorkaadha rabbiin yero wahe zina dubbatu Sagaagalummaatti hin hin dhihaatiinaa Inni karaa badaafi hamaadha. Jedha ati intala kana Nikaa irraa hin qabdu akkamiin Nikaa malee sagagalummaa oso dalagtu lubbuu baasuke qofatu Cubbui ta'e sitti mullate mal ta'a oso halaa badaa kana keessa bahe sabni keenya. Amantii ofi otoo barattani hangana wallaalummaan hin miidhamtan atis ishenis sagagaltootadha
Ishen Dhira 2 keessummeesiti atimmo ishe tokko qofa keessummesita rabbi siif dhiisa Dhiifama Rabbin gaafadhu hojii badaa akkasirra fagaadhu
Kana booda Dubara dubbatu sera islaamjmmaatin fuudhi tokkon jiraadhu duniyaan dhumtuudba yoom akka keessa deemnu hin beeknu
Nama tokko gaafa jaallatan Otoo jalala hamaa sanatti hin seenin. Nikaa godhatani matiidhan eebba guddadha ittins seenuuti dirqamadha.
😘😘😘😘dhugaa keeti
Baga Naga dhuftee 🤔🤔🤔 Bee mama dhipisa
Waqayyoo isheedhaaf haa dhisu uuuffff maali namni akkana yaa Waaqayyo obbolleessaa koo hoji ishee hundaa itti himi dhisii cubbuu lubbuu baftatani immoo waqayyoot bohii 😭😭
Kan Balleessa micayyoo Caalaa Obsa Mucaatu na Ajaa'ibsiisee dhugaa!!!!
Dhiirrii akkas Obsuus jiraayii maaloo!!!
Waaqayyoo Obsa kana Caaluu siifhaa dabaluu Obboleessaa koo waaqayyoo sii Kiisaa Homaa mitii.
Garuu waan irratti argite hunda itti himii. Itti himuu qabda. Yoo kana bartee siinis walitti deebi'uu baattuullee balleessaa isheerra deebiti. Yoo itti hin himne garuu narratti hin baramne jettee maqaa kee balleessitii. Isatu akkas na godhee nagatee jettee
Haa deessu hin baqatin yoo dhalatu da'ima dhiigasa (she)qorachisi kankee ta'usa mirkaanefadhu
Nama dhibaa obblleessa ko dafii furumataa itti barbadii dhisii caran kee kan biratii abshir 😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏💪💪💪💪💯💯💯💯❤💚❤
uuuuuuffff bayyee ufaataa wly amshiiri😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Amshirii qashatii ❤❤❤❤❤
Obolessa Koo Ati Maa dhoksitaa baadi issii atis Rakkoo qabdaa ittii himmi dhabuu Ketifi tunii Maali balageni argaa issii Rakkoo issii hundaa tokkoo tokkon ittii himmi Yoo Woli agartani
Dhisii kunii jirenyaa kee diigaa karaa funduratui😢😢😢
Rabbiisiijira🎉🎉❤
obboleessaa tun diraamaa sirratti hojjataa jirti yoo akki ati jettu kun hundi dhugaa ta’e simatu ofitti taphataa jira ofirraa fageessi tana sagaagaltuu maal irraa goota osoo fuutellee isiin akkasumatti jiraatti
Gamachiisii bilbillii kee nadiidee barii😢😢😢😢😢😢😢😢
Wayyii yaa namaa baraa kannaa😢😢😢😢😢
Dhugaa jiruu barsiisuu didee kaa
Ana dhufuu bagaa nagaan dhuftee
Dhugaa jiruu itii himuu wayya bro seenaan kee bayy'ee namaa gadisisaa
Sobadha dhiirri akkas obsu hin jiru
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
Baganagan dhuftee gammee❤dhugaa seenaa garanama nyatudhaa bro koo atii dhugaa nama obsaa qabbeessadhaa😢 yoo dandeessee irraa fagadhuu kuni nama jireenyaa kee borifii sitatuu mittii.......
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
Baadii ishee isheeti himuu qabdaa obbolessaa keenyaa dursaa !
Obbolessako dhiisii irraa addaa bahii kun dhibee si qabsifti darbeemoo yoo fuutellee amaliishee hin dhiisuu duukaa rakkatini abba barbadee duuka ciiftee sinimo ilmoo baasifti? Dhaabishee dhabatin bulti biraa barbaddadhu itti deebini boris akkasuma si gootii ittuu mul.atin isheen nama bultiif taatu miti!!
Uuuuufffff obolessa koo nama garif namni gariin hin argamuu yeroo hundaa faladhaa atii dirqama ishi irra fagatee jirenyaa mataa ketii egaluu qabidaa ykn siin dhisistuu dhugaa jiruu iti himii irra fagadhuu nama sii balessuu malee nama dogongoraa irra baruu miti 😭😭
raabii isa haqajelchu
Atii nama garidha waqayyo kana akka Kee sifi ha kenuu ishen amoo. waqayyo. daandi gariti ishiti haa debisu
Aboo ballesa ishee itti himi irra fagaadhu bodde si ballesuf demtii isheen🥺
Anaa dhufu🙏😘
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
obboleesa koo wonti hundii yero isaa wollin demaa ati yero badi ishee argitu itti himu qabdaa
Rabbiinii jajabinaaa sifiii hakeenuuu
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
Nama gadisisaa dhugaa ati iyyuu immoo akkasi obsufinkee ajaiba kuno rakkodhaa rabimti ishee yaa sororsuu malesaa
Ogm bayy.ee nama dhiibdii mali ilntii akkan xiqqoo ishee illee safuu yoo yaddaatee guddiidha bar oooo bayy.ee obsaa qabdaa bro koo wayyii dhiirraa mitti Anuu obsaa in qabuu dhugaa osoo Anaa ta.ee😢😢😢🤗
Yaa obbolesaa atii namaa akamidhaa garuu badii ishee ituu argituu kanaan hundaa olteefii waqayoo garaakee ilalaa bayee naa ajahibdee dhugaa olmaan atii oltefii naa bosiisaa
Eraa faagaadhuu 😢😢😢😢
Subanawatallaa
Well come gamee❤❤❤❤
Masi koo kootu maatii naaf ta,i
Attii gaaruu baay'ee obsaa qabaa shamaaraani tokkoo.tokkoo offuumaa.baadii hojjaatuu🙄🙄😏.
Ati oso gafuma isini jalqaba gara biraa bulte sani cadhisu balesite Amaa sifi hin tatu bulti biraa ijaradhu😢😢😢😢
Mskinaa KO abshri 😥💔
Baga nagan dhufte game
yooyaa nageenyii badhadha baga nagaan dhufte sanyii koo
😢😢😢😢😢Abshirii 😢😢😢😢
Attii wana garaa kee keessaa jiiruu iittaa hin imattuu
Sena by nama gadisisuu Mucaa biyaa ko ati ishe dhisi jirenya mataa ke jiradhuu ishn safuu hin betuu jirenyafi sifi hin ta.u tu.n Jirenya mata ke jiradhuu mucaa biyaa ko holotaa bareduuu
Uuuuuuuuuuu Bayee Nama Gadisisaa mali Naman Akanaa balageen
ATI maliif badi ishi dhoksitaa rakkoon si biraayuu jiraa ballessaan ishi qofa miti baqachuu keera dhugaa jiruu itti himuu qabda ofumaa ballessaa ishii itti dadabalaa Kan jiruu dhoksuu keti
Pls muziqaa irra hirisii maloo
Bagaa nagaan dhuftee gamee matii naaf ta'aa Oromoo koo matii gammee anis sinif ta'aa comment jaalatii naaf bareessaa
@bilisee Oromiyaa Tube na ta'ii ka
Dubarti balagee Aridi kanara hafixxuu🤦♀️🙅♀️🙅♀️🙅♀️
Karaa kammin sin qodanaa sena kenyaa plc gafikoo na debisii😢
Baga nagayan nuf dhufte 💘 💘
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
❤❤❤❤❤❤❤
Oson ani dhiraa tahe guyya adiin ishee ajeessa waqaa.are tana dubartidha jete wajjin jirata mo dhissi dubarti garin meqa jira bo icci dhira irra hin busayu mali dubarti shantamen.😢
Dhugaa jiruu oboltishetisi himii yeroo sanaa mubliketini qarsu qabadha ture akaa isheni sisobnefi amo rabinii difanaa hatuu
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
Dhugaa irraa fagachuu qabiidaa namaa akkaa kannaa
Intala biraa fuudhi namana! Maali intalti akkanaa❤?
Ayiiii yaa Durbati mee akkam irraa tanaa Mee
😢Ati garuu utumaa medihan kun fuudhi sin jedhe hin fuuta maalii amma fedhee yoo jalaate nama yeroo lama baadinsa irrati argitee boru buulti keessati maal naa gooti jetteeeti
Bg Ng dhuftee
Waan jedhuu bekku kuni baayee nama jibisaa dhiisii jirnyaa keetii garaa biraa barbdu Obbalessa koo
😭😭si argera jette itti hin himmtuu ahi yaa dubara zabana kana dhama hatatu lamuu hin dawalinifi zim jedhi
Yaa obboleessaa koo dhugaa dubbachuuf Atii obsaa qabeesaadha.waqayyoo kanumaan caala obsaa sif haa keenu
Garuu mucaayyo kunii Abarantuudha ofis cubbuuti galtee silee cubbuuti galchiite kan duraa lubbuu Da'immaa basisteef Akka Ammaantii keeti waqayyoo dhifama gafadhuu
Akka yaddaa kotii intala kana irraa osoo Fagaate natii tolaa maliif setee bultiifis hin tatuu jireenya keeti kufuu guddaa tatii Da'immaa garaa qabduu gafaa dhalaate kee ta'uu qoraachis addaa bafadhuu yoo kankee ta'ee wan qabduu Da'immaa guddis
Ordoftotaa qobii oromia 24 wanaan dogoggoreef dhifama kunii yaddaa kooti
Mali eshin 🙉🙉🙉🙉🙉dhuga jiru Haiti himi gagesi🙏🙏🙏👍
Safuu uuuuuuffff
Wee come gamee 🍀🕊️