SHAMARREE OROMOO BIYYA AMEERIKAATTI DHALATTEE SHUBBISA OROMOOTIIN BEEKKAMTU, FALMATTUUN WAL BARAA.

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 30 вер 2024
  • OROMIA11: SHAMARREE OROMOO BIYYA AMEERIKAATTI DHALATTEE SHUBBISA OROMOOTIIN BEEKKAMTU, FALMATTUUN WAL BARAA.

КОМЕНТАРІ • 508

  • @panafpride1109
    @panafpride1109 Рік тому +15

    I PERSONALLY THANK YOU VERY MUCH.

  • @panafpride1109
    @panafpride1109 Рік тому +12

    She challenged those who give false argument that claims the reason they don't speak AFAAN OROMOO is the fact that they were born and raised as diaspora.

  • @selamademsung5995
    @selamademsung5995 Рік тому +10

    ❤መስዬ የእኔ ውብ ሴት አንች ጀግና ሴት ነሺ እኔም እንዳንች ጀግና ሴት መሆነው የሚፈልገው እንዴት እንደምውድሺ የእኔ ቅመም ❤እግዚአብሔር ብሎ ለአገሬ ያብቃኝ አንችን በአካል ማየት እፈልጋለሁኝ እግዚአብሔር ይርዳኛል እንግኛኝለን
    የማዳም ቅመምነኝ ከካየት ❤

  • @good123real4
    @good123real4 Рік тому +8

    I'm proud of her & her family ❤

  • @dereqeneni1635
    @dereqeneni1635 Рік тому +1

    haala interview dubbisi gaazexeesituu. faking attention, mindreading leading questions, trivial questions etc are barriers to listening.

  • @EbisaCharu
    @EbisaCharu Рік тому +3

    maaloo bilbilaa ishee emaildhan naaf eergi maaloo , maaloo , maaloo gaazexeesituu , anis ameerikaa waanan jiraadhuuf , wal barra baay'ee natti bareeddee

  • @kadijaa9088
    @kadijaa9088 Рік тому +7

    Dhugaa micayoo tana heddu naati tolttii❤❤❤

  • @abraham_zelalem
    @abraham_zelalem Рік тому +9

    She is beautiful inside and out❤❤❤❤

  • @chubayisa3512
    @chubayisa3512 Рік тому +5

    Hintala ba'etti jabduu jabaadhu.
    A wonderful rising star. Bravo !

  • @uaess9428
    @uaess9428 Рік тому +4

    Nuuf jiraadha sabbontu qashtii masii sabbontu atis dubartii cimtuudha 💞

  • @boniabdi4373
    @boniabdi4373 Рік тому +7

    She is really gifted🥰May God be with u.

  • @alemayehumamo6143
    @alemayehumamo6143 Рік тому +1

    Ati dhuguma sabboontuu dha, nuuf jiraadhu hamtuun sin ilaalin

  • @chaltuethiopia3736
    @chaltuethiopia3736 Рік тому +3

    የኔ ቆንጅ 🥰🥰🥰🥰🥰ሰወደሽ እኮ ❤️❤️ weeeeeeddddddd በርቺ ማሬ 🥰🥰

  • @komilaahmed4464
    @komilaahmed4464 Рік тому +5

    maashaa Allah tabaarakallaah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

    • @abdidenboba8274
      @abdidenboba8274 Рік тому +1

      please don’t say that, make dua for her to return to the path of allah

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo5417 Рік тому +2

    ❤❤❤❤❤❤❤❤ bareduu tiiyyaa. Jabduu idaan dhiigan oromoo❤❤❤❤ bagaa nuf dhalatee falmatuu. Jabadhuu Akumatii itti fufii❤❤❤ jordan. Ira

  • @dirribaworkenah
    @dirribaworkenah Рік тому +2

    Galannii abba kee sanaaf galatooma qomoo koo

  • @dabalebonsa1138
    @dabalebonsa1138 Рік тому +3

    Highly talented & beautiful girl. Thank you for your could be yourself!

  • @Gamachiis
    @Gamachiis Рік тому

    ناحاكنناهاهغاق٨نف٧ثبهقلعقثعغثعتثع٨لببغبهتقهقلبببخلحثقاعلبقعثضثغعفصصسالضضثضضث

  • @WhyMeTd1227
    @WhyMeTd1227 Рік тому +4

    Beautiful, what an impressive girl ❤

  • @Ebba-o5f
    @Ebba-o5f Рік тому +10

    I am proud of you guys Falmatu and Mesert. God bless you!!

  • @kamalliwa4809
    @kamalliwa4809 Рік тому +4

    Maasi faalmatu tanaa naa gaafadhu

  • @GetuSisay-b2t
    @GetuSisay-b2t Рік тому

    Duraan dursee dhaamsii nageenyi bakka jirtanitti isiin haa gahu! Intalattin baay'ee tokkoo cimtuudha!!! cimana isheetiif maatiin galata gudda qabu. Enyumma keetin booni!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @ameralmukhaini9104
    @ameralmukhaini9104 Рік тому +6

    So beautiful ❤❤❤❤

  • @panafpride1109
    @panafpride1109 Рік тому +10

    IF EVERYONE WHO CLAIMS TO CARE ABOUT THEIR NATION DID WHAT HER FAMILY DID, THE VISION OF SELF DETERMINATION WOULD HAVE BEEN IMPLEMENTED BY NOW.

  • @demetura5227
    @demetura5227 Рік тому +3

    Wow Beretu koo. God bless you 🙏🙏🙏

  • @amexoro6370
    @amexoro6370 Рік тому +4

    Falmatuu bagaa nagaan dhuftee

  • @ShimelisGetachew-n2j
    @ShimelisGetachew-n2j Рік тому

    Gobez mirx maninetun yemiyakebri abat nesh yaleshu

  • @sanasana2935
    @sanasana2935 Рік тому +1

    ቆንጂዬ በጣም ነው ደስ የምትይኝ ይመችሽ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bilisummanimoona7761
    @bilisummanimoona7761 Рік тому +5

    Yes, her father and mother deserve a lot of thank you. Falmatu is a role model for all our children. May God bless you!

  • @getachewjiru3263
    @getachewjiru3263 Рік тому +1

    Bay'ee Namatti Tola.Isheenis Nama Ajaa'ibdi.Shubbisa Kekeyyaa Keessa Shubbistu San Agarsisa.
    Inni kan qalbii qabu Biyya Hambatti Dhalate Afaan Isaatiin Boona.Inni Biyya isatti dhalate immoo waliin laaqee dubbata.
    Sirreeffamni Dandeettii Afaanii Oromoo Dubbachuu Bay'ee Hafa.

  • @hasanjiru8043
    @hasanjiru8043 Рік тому +3

    Intala Qaxalee Oromoo 😊

  • @perspective8456
    @perspective8456 Рік тому +3

    The journalist is so negative about her own country that i almost get tired of watching the show. she intentionally wanted to paint negative picture. she acted so unprofessional. Respect to the young lady for surviving this negativity and kept her cool.

    • @natty3166
      @natty3166 Рік тому

      The journalist asks about America more than twenty-one times

    • @istikamamohammad2555
      @istikamamohammad2555 Рік тому

      I don't see anything wrong with her expressing her prospective view. The guest is from a foreign land. What do you expect, she asking questions that views would have asked if given opportunity 😂😂😂

  • @zemzem69
    @zemzem69 Рік тому +2

    🥰🥰 wow very nice sweets
    🌳😘

  • @HaaCaaltuuOro
    @HaaCaaltuuOro Рік тому +1

    waaw

  • @aberakura9580
    @aberakura9580 Рік тому +8

    Welcome Home Felmetu my fevorite Oromo dancer.
    Baga nagaan dhuftee bereeedu shubistuu Felemetu.
    በጣም የማደንቃት የምወዳት ምርጥ ተወዛዋዥ ፈልመቱ እንኳን ደህና መጣሽ።

  • @SingitanAcademy1
    @SingitanAcademy1 Рік тому +3

    We are not Americans, we proud of our Culture. 18:37 18:48

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo5417 Рік тому +1

    Wwwwwwoooooooooooo dhugaaa jechaan dhabee eduu naboharsiitan meiyee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @amantebalay9774
    @amantebalay9774 Рік тому +1

    Keessummaankee gaaridha garuu,gaafa itti haasoytu jaalala biyyaa barsiisi malee biyya hin jibbisiisin!

  • @bilisummanimoona7761
    @bilisummanimoona7761 Рік тому

    Ajaa'iba, galatooma. Falmattun fakenya guddaa hundaf tati. Gudadhu ido garaaketi qaqabi jennan.

  • @utaaseenaa
    @utaaseenaa Рік тому +18

    Wonderful family they knew how they grew up their kids. Remember Toltu Tufa from Australia who even was born from two different parents is speaking afaan Oromoo and Turkey language. Family’s contribution is keys to teaching kids their culture

  • @panafpride1109
    @panafpride1109 Рік тому +4

    RESPECT

  • @tutugarba5629
    @tutugarba5629 Рік тому +2

    Baredu sabonntu proud of you 😍😍😍🥰🥰❤❤❤

  • @derejeshura4390
    @derejeshura4390 Рік тому

    www....jabduukoo! Baga kankeenya taate.Ati fakkeenya dhalootaati.

  • @lelisabirhanu
    @lelisabirhanu Рік тому +2

    for you’re courage an Oromo people for those who are not teaching their children Afan Oromo and I hope a lot of them will learn from you their culture.

  • @abenezermerera5173
    @abenezermerera5173 Рік тому +2

    Beautiful girl, We can see how good your family is in you 🥰😘

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 10 місяців тому

    Barsiisaa barnootaa yaada arginee gzx galatoomii gzx Marsaa daguun Marshaal fildii Biraanuu juulaa Beekumsii Eegumsaa gzx Masarat Dhaabaa keennee harka fayyaan dirqamaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Рік тому +1

    Wwww hedduu namatti Toltuu isin haatiksuu Rabbiin

  • @Burqaanagaa143
    @Burqaanagaa143 Рік тому +18

    Wooow oU love it. Thank you Falmatu for you’re courage an Oromo people for those who are not teaching their children Afaan Oromo and I hope a lot of them will learn from you their culture.

  • @semirtuib3612
    @semirtuib3612 Рік тому +2

    ልጅቱ ስዋደት የኔ ትንሽዬ

  • @faxumatube5843
    @faxumatube5843 Рік тому +1

    Bareduu ko ijaa hafii 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @caaltuucaaltuu7608
    @caaltuucaaltuu7608 Рік тому +2

    Wowow🥰🥰🥰🥰

  • @geremewabera-g9f
    @geremewabera-g9f Рік тому +2

    Mesi anfd Falmi the Greats!

  • @lemitesfa
    @lemitesfa Рік тому

    Namonnii nuti barbaadnu namoota akka kanaati . uummanni kenyaa baay'een magaalota Oromiyaa ,Adaamaa, Burraayyuu, Bushooftuu.. keessatti ilmaan isaanii afaaniifi aada isaanii dagatanii akka guddatan gochaa jiru. warra akkasiif kun barnoota guddaadha.

  • @teferiitekeste5798
    @teferiitekeste5798 Рік тому +1

    Beredu Promo,keep up the good work!

  • @AbrihamTefera
    @AbrihamTefera Рік тому

    Faalmaattu Intaala Oromoo Baga keenyaa taate dhuga onne kiiyyaarran si jaalladha ...

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 10 місяців тому

    Jechi kee nama Quuqaa ❤❤❤❤
    Touch your family

  • @tamaneabdeta7984
    @tamaneabdeta7984 Рік тому

    Maso atumtuu dhimma qabdu mucaan qabattee keessa baatekaa heedduu dandeessu dhugaa ijarraa nuuf hafi sabboontuu keenyaa sabboontota akkasii adaraa ammayyuu barbaaduu itti fufii hormatti agarsiisi.

  • @sofiadefu3063
    @sofiadefu3063 Рік тому +3

    Walekumii masiyee❤❤❤❤❤❤

  • @tutugarba5629
    @tutugarba5629 Рік тому +1

    Dadhabinna maatit warra biyya finfinne kessa taa'e afaan Oromo hin dand'au finfinneti dhaladhe jedhu dhugaa arga jaraa kijibdoota

    • @MadinaTSabontu
      @MadinaTSabontu Рік тому

      Dhuga umata Arsii esatu Adda ofii gatan baye jaltuu oro qalidha maltu dagata kun mati ajibat

  • @JamilaAmeen
    @JamilaAmeen Рік тому +2

    So beautiful 💕💕💕💕

  • @milkiitube6002
    @milkiitube6002 Рік тому

    Masii intaaloo tanarraa jaalalli naa qabeeree.masii Adaraa kee keessoodhaan naa xumurii kaa.

  • @tinaatadesse1807
    @tinaatadesse1807 Рік тому

    Maloo biyaa araba naa amarisse naa dadhabisee maloo warooni comment kaan duubissitani naaf deebbissaa naa qarqaraa 😢

  • @SamuelBultiTube
    @SamuelBultiTube Рік тому

    Of beekuun ofiif beekuudha. Falmattuun falmattuudha.

  • @chaltuethiopia3736
    @chaltuethiopia3736 Рік тому +2

    መሰዬ ግ በርች የኔ ጀግና 🥰❤️❤️❤️

  • @maammanuurawwal2558
    @maammanuurawwal2558 Рік тому

    ww falme saboontu sanyi nadhi gammada bayye sirra bareede jira

  • @GolaBeekkumsaaFiDandeett-cj7uo
    @GolaBeekkumsaaFiDandeett-cj7uo 10 місяців тому

    Bareeduu Intaala oromoo baay'ee namati toltaa nuuf jiraadhu

  • @vission163
    @vission163 Рік тому

    oromoon bakka jirtutti walcimsite cimtee jirti amma booda boodatti hin jennu!@@!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 10 місяців тому

    Hiree Gaaddidduu Rabbiin isin haatiksuu fi Bultiinis Gaaddisaa siif haatatuu

  • @mohammedwalloo6199
    @mohammedwalloo6199 Рік тому

    Hin baredan garuu odoman isaa walloo tis hin sirbitan jee eguu dhiftanii aree malii gamtaa dinaa kesaa jiruf dinaa nuu setanii moo

  • @MitikuGuteta
    @MitikuGuteta Рік тому

    Of beekuun nama boonsa jabaadhaa ija irraa hafi osoo leenjii argattee immoo adda ture

  • @michukoroso5716
    @michukoroso5716 Рік тому +1

    Wowwo very good❤❤❤❤❤❤Miss you❤️❤️❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍🎉

  • @Hirut6096
    @Hirut6096 Рік тому +3

    Falmee bareduu koo ❤ am proud of you

  • @SansalaataJiruu
    @SansalaataJiruu Рік тому

    Baayye si dinqisiifadha umrii kee immoo sirrii natti hin fakkaatu woggaa 14 hanga 15 gidduu na fakkaatte dhugaa xiqqashuu wohiiti bar ati❤

  • @wagaribayisa925
    @wagaribayisa925 Рік тому

    Bay'een sijjaaladha falmatuu konjo

  • @wodehord7063
    @wodehord7063 Рік тому

    Uuffff baaredu koo jiraadhu
    Mesi koo bayyen siijalaadha❤️💖❤️🥰🥰🥰💐💐💐

  • @YezinaSisay76
    @YezinaSisay76 Рік тому

    የኔ ቆንጆ እምታወሪው ባይገባኝም እንዳንች ቆንጆ የለም ውብ ነሽ

  • @pincode2821
    @pincode2821 Рік тому +1

    Jabduu namni waan baay'ee sirraa bara

  • @adisunaga7825
    @adisunaga7825 Рік тому

    Mucaattin umrii isheen olitti jabduudha!

  • @gemechufita-x3f
    @gemechufita-x3f Рік тому

    ammaas nii dandeessa garuu more kana caalaa baruuf tataafadhu falmi

  • @milkiitube6002
    @milkiitube6002 Рік тому +2

    I fallen love with this girls❤

  • @birukechafe
    @birukechafe Рік тому

    Falmaatu nuf jiraadhu qalii ko beekketu namaa

  • @nawaraaman
    @nawaraaman Рік тому

    gabbara barbaadataara waan ta'eeef akka na hin darbine adaraa masii

  • @samirakimo8767
    @samirakimo8767 Рік тому +3

    Amazing interview😍

  • @scenes515
    @scenes515 Рік тому +5

    All credit goes to her parents! They raised her well, teaching her their culture from early child hood and helped her stay connected with it! Let the Oromo parents and their children in Finfinnee know that this beautiful girl and her parents have proved them wrong!

  • @tolsamuel3375
    @tolsamuel3375 Рік тому

    Falmatuu, my gorgeous crush since 2016. I've been watching your videos on UA-cam 🥰💝💔

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo5417 Рік тому

    Waqayoo Abjuu muldhaata kee sifii hamilkesuu. Milka.ii sabontuu koo bareduu siinbiixuu Alangee lokoo❤❤❤❤❤❤

  • @anwarabdulmalik-kh3gd
    @anwarabdulmalik-kh3gd Рік тому +1

    ❤❤❤falmatu i really appreciate you ❤❤❤

  • @panafpride1109
    @panafpride1109 Рік тому +2

    SHE IS AS SMOOTH AS SILK .

  • @fufaanbessa8939
    @fufaanbessa8939 Рік тому +1

    Masi atillee shubbisarratti nama salphaa miti intalti xiqqittiin tuni garuu ajaa'ibuma

  • @shjdhaid4271
    @shjdhaid4271 7 місяців тому

    mucati kana adara masanu nafa tahi😢

  • @mohammedwalloo6199
    @mohammedwalloo6199 Рік тому

    galtomaa garuu malif walloo hin sirbin

  • @abdelladiwantubechannel7524
    @abdelladiwantubechannel7524 6 місяців тому

    Intalata mee gaaf tokkoo nasalsiisii

  • @ejersotadesa1796
    @ejersotadesa1796 Рік тому +1

    please share,who can't speak afan oromo in ethiopia

  • @MohammedHussein-jd2cj
    @MohammedHussein-jd2cj Рік тому

    Intaloo tana baay'ee jaaladhaa na fuusisi mess!

  • @fufaanbessa8939
    @fufaanbessa8939 Рік тому +1

    Masi atillee shubbisarratti nama salphaa miti intalti xiqqittiin tuni garuu ajaa'ibuma

  • @FitalMedia
    @FitalMedia Рік тому

    Masii dadhabdee isheen shakalaa turte !

  • @sehamalshmmary4116
    @sehamalshmmary4116 2 місяці тому

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤nuf jiradhuu luubbuu koo

  • @hamidmohamed2267
    @hamidmohamed2267 Рік тому

    Galatomo mesii koo kanimaan ittifufiii

  • @panafpride1109
    @panafpride1109 Рік тому +2

    SABBOONTUU!!!!!!!!!

  • @KaftamuTadese
    @KaftamuTadese Рік тому

    oromoon bakka itti dhalate hin dagatuu jabaadhu bareedu oromoo❤❤❤❤❤❤🧡🧡🧡🧡💝💝