wayyo kadiriko sirba kana anuma Qofaaf waan baafte natti fekkaata sin jaalladha guyya tokkolle si hammadheen sirbeera ammayyu hin quufne utuun irra deebie si arge Mal ta,a
kadiir jechuun dhugaan dhugaan saba ufiitif quuqamuu akksuumas kan namaf dheebotu kan nama jalatu akksuumas kan namnii hunduuu isa jalatu umrii kee rabbii nuu Haa turiisuu
Duran dursee jalallifi kabajaan anii siif qabuu hedudhaa bayyee sii jaladhaa kadir kenyaa nuf jiradhuu bareddaa koo ❤❤❤❤❤❤❤☝️
Abbaan ko 14 duraa rabbiin jannataan ha qanannisuu wallee kana yoo dhagahuu imaman harcaafadhaa 😭😭😭😭
kadir ka martu artistii sagalee isaa akka fedheetii jijiree taphachuu danda,u dhaa atii nuuf jabaadhuu yoomiyuu siinin boona
Oromiya biyaa too suman yayadadhaa 😭😭🥺🥺👑👑👑 music 🎵🎶 so beautiful ❤️❤️😍
kadir umurii dheeraa siif haakennu. nuuf jiraadhu. wallee bareedaa dha. you are dynamic boy.itti fufi si jaallanna lammiin ke.
ommaa waanin jedhuu hin qabuu jechootan ittiin sii ibsuu hin argadhuu umurii dheera waaqni oromoo siif haa kennuu
😢😢😢😢😢 kadir attii yoomile Nama seenatii rabbii umri sii haa dheresuu
waaw kadiir koo lubbuuu koo umriin ko sif haa tahu nuuuf jiraadhuu umrii siff haa kanuu rabbiin waan barbaaduu rabbiin jiruuun si haa garsiisu
Umuri nufdheradhu
Inshala bilisumma hawwiine ykn hawwite ni arganna kadiri sabona keenya umrii nuuf dheradhu
Absiniaaaaaa. ❤❤❤❤ few will Understand him big up kadir ka martu ..
wayyo kadiriko sirba kana anuma Qofaaf waan baafte natti fekkaata sin jaalladha guyya tokkolle si hammadheen sirbeera ammayyu hin quufne utuun irra deebie si arge Mal ta,a
Simply amazing. Kadir, jeeyna keenya jiraadhu.
kadir martuu nuuf jiradhuu gota kenyaa😍😍😍💋💋❤❤💗💗💗
I don't know how to speak oromo but I like the song...
ok
baayyee sii jaalanna. dirqama lammummaa keessaan bahuun waa guddaadha. weelliisaa ijaa ummatatii, sabni weelliisaa hin qabne dukkanahadha
2:03 ❤❤❤❤
😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
kadiir jechuun dhugaan dhugaan saba ufiitif quuqamuu akksuumas kan namaf dheebotu kan nama jalatu akksuumas kan namnii hunduuu isa jalatu umrii kee rabbii nuu Haa turiisuu
Waanhaaraya
😭😭😭
wowww Masha Allah ❤💘💋
jabadhu yaa lammii ofii❤💘💝💔💕💓💚❣😍
Leencaa "Oromooo koo!!!!
Nuf jiradhu Yommiyuu Tokicha AkA Kumaa Sabboonaa koo Kadir @@★★★♥♥♥
#Ethi# Oromiffa dubbatta garuu maqan kee kun natti hin tolle
jechoota hin qabu malaan sif godha!!! waqnii lubbuu kee nuuf haa dheeressu!!
naf jiradhu kadir wanuman siin jo'un dhabe jechaatu natti xiqqaaxa sin jaaladha haaaaaalan
Gotakoo nuf jiiraadhuu❤❤❤❤❤
As wr wb Akkm jirta sabona oromyaa kenya nu jiradhuu
Abayee abaakoo umaa umaayee
nuuf jiraadhu habibii
Kadir kenaa jabadhuu nuf jiraadhuu.
nice masha hllah
Nice I like it
Dhuga ktii Kadir kooo
Intaa asaal kadir kenya nuuf jiradhuu i love you the baste
Jamila H/Babu baga jiraate jamiliyye
Jamila H/Babu .
kadir umur kee hadheratu nuf jira ilmaa dhira
Kadirooo😢
galatomi kadiye urmii sii haa dhersu raabiin
Nuuf jiradhuu sin jalanaa
nuf jiradhuu sabonaa kenyaa sin bonaa yomiyuu
kada atuman nujiradhu lubuman jiradhu bilisuma ima dhuti ishala.
uuuuuuu keessa nu haa basuu bilisuman Yaa Rabbii nu laalii
❤❤❤nuuf jiraa dhu❤❤❤
Obsii wan hundaa calaa
❤❤❤
its me kadir martu
Baba kenya nu jiradhu
Abbaa. Abbakoo. Ummayee. Ummaatoo. HaRRmee.Hadhaa. gotaa. Yaa. Hadhaa. Tiyaa. Abba. Koo. Yaa. Abba. Gotaa. Yaa. Abba. Kiyaa. Yaa. Abbaa. Oromomiyaa. Yaa. Hadhaa. Tiyaa. Hadhaa. Oromoiyaa
Obii siinaa yaa abbaa koo
❤💚💙💗💖💕💝💜💛💓💞💟💌💗💚💚
way martuu kiyyaa garaa na ballessite wly
Sabin welisa wellisu dukkana dha isa nufi jedhe fanno irrati lubbu isa dabarse utu wellisa fuli isa ifa ture
nice oromo reggae
Abbaa abbayee ummaa ummayeeeee
🍀🌿🌾🌴🌻🌼💐🌸💮🏵🌹🍀☘🌿🌾🌴🌳🌼🌼🌼🌼💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🏵🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘🍀🍀🍀🍀🍀🌾🌾🌾🌿🌿🌿🌿🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌷🌼🌼
Best music
woyyii garaa koo obsi mee wollaahi sirba kee kana yoo dhageefadha imimmaan nara yaa'a
garaa koo obsaa hin aragatu atii umrii nu dheeradhu kado dhiigaa koo inshaallah guyyaa saban oromo bilisoomme ni dabaartif inshaallah 😂😂😂😂😂😂Iraq irraa
inshaa allaah
Nuuf jiradhuu sii jalanna
wayi dhugati namatola kadir luburà sijalana ñujiràdhu
nuf jiradhu sabona oromo kadir martu obsina
Wwwwwwww
Mashaa allah😍😍😍😍😍😍
UUUUUUUUU NAMA MARACHA KUNI KADIR KOO 😭😭😭😭😭😭😭
obles koo kekuninmamarara qomaakoo sii wareyena lubukoo
2:03
Wayi gafa bosona wayi jirru bosona
𝐮𝐦𝐫𝐢𝐢 𝐃𝐡𝐞𝐫𝐭𝐮𝐮 𝐬𝐢𝐟 𝐇𝐚𝐰𝐚
😢😢😢😢
😭😭😭😭😭😭😭
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
❤❤
Great Music
nic
are these somali ? they are singing like a somali
Yadannoo
𝐒𝐢𝐫𝐛𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐁𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞𝐧 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚❤❤❤❤❤❤
IIIIII ISIIININ JALADHA
annii bayee sijaladha
Lencaaa oromo yaa kadiri
Sijaldhakado
Kaduu baayyee si jaaladha
😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💞💝💘
gudda sijalana kadir kena
Leca guya hamtu
Galatooomi lecakoo
ኑራፈጋኔ ኦቦሌሰኮ ኑርልን
Sirribtun motumma waqati hin galitu
ILmaan oromo fii oromia tokko ta'anii tatafii godharanii jirnii Amma bilissoomaan jedhee Abdii guddaa irraa qaba
best
galatoomi!
Bayeensijaladbakadir
Today
. Afro
Abbako sin jaladha
😷😷😷😷😷😷😷
nuuf jiraadhu habibii
Baba kenya nu jiradhu
😭😭😭😭😭
❤❤❤
💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😢😢😢😢💘💘