Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
jawee jawee jawee nuu gubanee gabarumma jalati kufnee jiraa nuuti hin caalisinaa jawee jabadhuu rabbii sii haa gargaruu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤jawe
Welcame Qabdeetta qabi Jawwee Mee nami Akka Kiyya jawwe dhugaadhan Jaalattan lake
❤❤❤❤
Aadyyeekasim
Oromoo tiyya❤rabbin duniyaaf aakiraa isin haa gammachisu❤maatii naa tahaa❤
maali nuu guddisaa jiraa kun namichi maqaan abbiyyi jedhamu mana nuu umrii keena gubnee kushinaa arabati gubbanee ijarannee nurraa diigaa jira haati hiyyeessa boyuyti jiraa nuufi iyyaa wonti kun akkaa nuurraa dhabbaan😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢gubbaanee😢😢😢😢😢
Hawasnii bayee midhamaa jiraa halaa digaa manaa tayee hawasaa gibiraa humnaa olii gafachuu milishaanii umataa rakisaa jiraa harmee tenaa tumunii ijoole tumuu iraatii akasuuma ijoolee waggaa kudhaa shanii qabanii garà diree waranaa gidiin erguu kesaatii kunii hundumtuu furmataa akkaa argtuu abdii qabanaa inshaallaa rabiin gaditii jawarii abadanee
Wollaaha guubaanee 😢😢😢😢😢😢😢
Rabbiin nuuf haa dirmaatu inshaallah
ummani keenaa bayeetu midhama jiraa
Wallahi dhuga jette hattuutu biyya qabate
Yes dhugaakesaan😢
Likiidha gaafiin johaar❤❤❤❤
Waa'ee digaa mana irraati heduun nama midhama jiraa biyaa ormaa keessaa ta'e ijaarate gariin biyumaa keesssati rakoo gargara keessa ta'e ijaaratara maalif ummaani keenyaa dararama
Strong comment through ❤
Jawwee. Haalli diiggaa manaa ati jeette. Kun diiggaa qofa oso hintaane gabirrummaa. Abbaann erree ummata ufiii byliichu erra. Kaayeedha.Hutu biyyaa badee. jiira .Biyyatti keessatti. % haalakanaan qabeenn. Qabeenyi ummmataa badee du. Aaa fi jru gubbaa jiru
22/12/2024 Goda Arsi Anaajajuu Ganda Alaagaa durreeti magaalaa jimaate jedhamtu kesati milishaan nama 2 sabsaba maaf hinbaane jechuudhaan Ajesani jiru
😭😭😭😭😭😭😭
Juwarii waanii jiruu garaa kiyaa dabarasaa jedhee jiraa vidoo warabaa ergafii hasyaa osoo tayin wanii qabatamaa warabaa midiyaa gubatii gadii dhisaa@@EMANOROMO
kani media hin arginee bayyetu jiraa
🥰🥰🥰👍👍👍
Abiye have to go dawn abiye
❤❤❤❤❤
Dhugaa dha bana juwar mamad umanii dhuma jira manii nurati digamaa jir umanii Kenya marate dhuma jira
Ijoleninin shanaraa hiyumafii biyyaa batee haggaa woggaa 10 shitbetii arrabbaa dhixxee ijaratee jallaa diga jiruu ashawaninin Duranii birrii murasanin bitamuu hadhaa furonin kumaa Shatma uddaa abbiyinin ago qabbtee jirenyii gazii itii taee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Jawaar ❣️❣️❣️✔️✔️✅🤌✅🤌💐💐💐💐💐
😢😢😢😢😢😢😢😢
2:34 2:36
Miidhaan Mootummaan federala Ummaata Oromoo ykn biyyaati saan irraatti rawwatee osoo galmeessaa jedhame sa'aatiin 48 nama hin gahu beeki
Yaa jawwee leeccaa koo ummata laffa kafte jabbadhu jabbaa kooo pppppp muddamte waallhii
Oromoo sabaa koo akkaa Gibiirraa akkaa kaffaalee.Diidaa oromoo Horii akkaa kaffaalee.isaanii Lafaa Guurgurachuudhaaf. Maalee koroderii Maqaa dhamallee Lafaa Guurgurachudhafidhayee!!!!!
Aggaa Maqqaa itiyoophiyaafii Mootummaa Garbooffatoottaa Nafxanyoottaa aggaa,oromiyyaa keessaattii ciiceessudhaa.Duubiinii Mootummaanii Lafaa Guurguurachaa Hadhaa Hiiyyeessaa Reebaanii ,Hidhaanii Qabeenyaa sammaa jiiruu.Oromoo Sanyii Duuguggaa oromoo irrattii geegessaa jiiruuyee.
Dhugaa keeti godina arsii keessati argaa jira asuma dhiyoo ummani gubatee jira
አከም ሬ ጀዊሳ የትኘፐለፉ ተቀጣይ
Oromoo sabaa koo Bilisummaa oromiyaattiif offiiqqopheesuudhayee.itiyoophiyaa Diigamuu Qabidiyee.Oromiyaa Bilisomuu Qabifiiyee.OROMIA STATE MUST BE INDEPENDENCE FROM ETHIOPIA COLONIZATION!!!!!!!!
dhugaadha dubartii mana hinqabne warroota mana ijaarratan dhiisaa kan nama dhibu finfinnee keessatti dubartii barandaa kireffattee rakkorraa sharaa adurra hidhatte jireenya ofiiffuu qaalae kana waan arra nyaattee ittin jiraattu barbaaddattu faa dhufanii irratti diigaa jiru mana diigameefis kanfaltiin tokkolleen hin jirtu . seenaan oromoo akkanuma qaba..?
Abirsh bulchisiin saree marate hasa'uu hin barbarbaachisu, furtun guddan falimi ummaatafi ummaata
Maloo qalwan keenyaa waa tokko isinti himuu
ሀይበርኔት አድርጋችሁ ነበር ፣ ተነሳቹ?
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
🙄😒😒😒
NOONNOO Beenyaa mardaasaa koshii
👍👍👍👍
❤❤❤❤❤❤❤❤
jawee jawee jawee nuu gubanee gabarumma jalati kufnee jiraa nuuti hin caalisinaa jawee jabadhuu rabbii sii haa gargaruu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤jawe
Welcame Qabdeetta qabi Jawwee Mee nami Akka Kiyya jawwe dhugaadhan Jaalattan lake
❤❤❤❤
Aadyyeekasim
Oromoo tiyya❤rabbin duniyaaf aakiraa isin haa gammachisu❤maatii naa tahaa❤
maali nuu guddisaa jiraa kun namichi maqaan abbiyyi jedhamu mana nuu umrii keena gubnee kushinaa arabati gubbanee ijarannee nurraa diigaa jira haati hiyyeessa boyuyti jiraa nuufi iyyaa wonti kun akkaa nuurraa dhabbaan😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢gubbaanee😢😢😢😢😢
Hawasnii bayee midhamaa jiraa halaa digaa manaa tayee hawasaa gibiraa humnaa olii gafachuu milishaanii umataa rakisaa jiraa harmee tenaa tumunii ijoole tumuu iraatii akasuuma ijoolee waggaa kudhaa shanii qabanii garà diree waranaa gidiin erguu kesaatii kunii hundumtuu furmataa akkaa argtuu abdii qabanaa inshaallaa rabiin gaditii jawarii abadanee
Wollaaha guubaanee 😢😢😢😢😢😢😢
Rabbiin nuuf haa dirmaatu inshaallah
ummani keenaa bayeetu midhama jiraa
Wallahi dhuga jette hattuutu biyya qabate
Yes dhugaakesaan😢
Likiidha gaafiin johaar❤❤❤❤
Waa'ee digaa mana irraati heduun nama midhama jiraa biyaa ormaa keessaa ta'e ijaarate gariin biyumaa keesssati rakoo gargara keessa ta'e ijaaratara maalif ummaani keenyaa dararama
Strong comment through ❤
Jawwee. Haalli diiggaa manaa ati jeette. Kun diiggaa qofa oso hintaane gabirrummaa. Abbaann erree ummata ufiii byliichu erra. Kaayeedha.
Hutu biyyaa badee. jiira .
Biyyatti keessatti. % haalakanaan qabeenn. Qabeenyi ummmataa badee du. Aaa fi jru gubbaa jiru
22/12/2024 Goda Arsi Anaajajuu Ganda Alaagaa durreeti magaalaa jimaate jedhamtu kesati milishaan nama 2 sabsaba maaf hinbaane jechuudhaan Ajesani jiru
😭😭😭😭😭😭😭
Juwarii waanii jiruu garaa kiyaa dabarasaa jedhee jiraa vidoo warabaa ergafii hasyaa osoo tayin wanii qabatamaa warabaa midiyaa gubatii gadii dhisaa@@EMANOROMO
kani media hin arginee bayyetu jiraa
🥰🥰🥰👍👍👍
Abiye have to go dawn abiye
❤❤❤❤❤
Dhugaa dha bana juwar mamad umanii dhuma jira manii nurati digamaa jir umanii Kenya marate dhuma jira
Ijoleninin shanaraa hiyumafii biyyaa batee haggaa woggaa 10 shitbetii arrabbaa dhixxee ijaratee jallaa diga jiruu ashawaninin Duranii birrii murasanin bitamuu hadhaa furonin kumaa Shatma uddaa abbiyinin ago qabbtee jirenyii gazii itii taee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Jawaar ❣️❣️❣️✔️✔️✅🤌✅🤌💐💐💐💐💐
😢😢😢😢😢😢😢😢
2:34 2:36
Miidhaan Mootummaan federala Ummaata Oromoo ykn biyyaati saan irraatti rawwatee osoo galmeessaa jedhame sa'aatiin 48 nama hin gahu beeki
Yaa jawwee leeccaa koo ummata laffa kafte jabbadhu jabbaa kooo pppppp muddamte waallhii
Oromoo sabaa koo akkaa Gibiirraa akkaa kaffaalee.Diidaa oromoo Horii akkaa kaffaalee.isaanii Lafaa Guurgurachuudhaaf. Maalee koroderii Maqaa dhamallee Lafaa Guurgurachudhafidhayee!!!!!
Aggaa Maqqaa itiyoophiyaafii Mootummaa Garbooffatoottaa Nafxanyoottaa aggaa,oromiyyaa keessaattii ciiceessudhaa.Duubiinii Mootummaanii Lafaa Guurguurachaa Hadhaa Hiiyyeessaa Reebaanii ,Hidhaanii Qabeenyaa sammaa jiiruu.Oromoo Sanyii Duuguggaa oromoo irrattii geegessaa jiiruuyee.
Dhugaa keeti godina arsii keessati argaa jira asuma dhiyoo ummani gubatee jira
አከም ሬ ጀዊሳ የትኘፐለፉ ተቀጣይ
Oromoo sabaa koo Bilisummaa oromiyaattiif offiiqqopheesuudhayee.itiyoophiyaa Diigamuu Qabidiyee.
Oromiyaa Bilisomuu Qabifiiyee.
OROMIA STATE MUST BE INDEPENDENCE FROM ETHIOPIA COLONIZATION!!!!!!!!