Our Tsegaye is a naturally talented singer of Oromia his contribution for the development Oromian art is immeasurable. We love him much!!! long live Sayyo keenya!!
Tsegayeen yakka waa hin qabu. Eenyuunu hin ganne. Dur oromoof sirbaa ture, harras oromoof sirbaa jira. Weellisaan weellisaa dha malee nama siyaasaa miti. Siyaasa kan geggeessan baayyen jiran; Artiitstonni hojiin jara Artii guddisuu dha malee siyaasa geggeessu miti. Yoo barbaade sirba isaatinn siyaasa barbaade deeggaruu danda'a. Garuu kan isa dirqu hin jiru. Weellisaan kun sirba yeroon itti hin dabarre uummata oromoof kenneera. Kennasaa hin awwaalina. Tseggu! baayyeen si dinqisiifadha. Jabaadhu.
እሁድ እሁድ ማታ ኢትዬጵያ ቴሌቪዥን ከምሸቱ አንድ ሠዓት ላይ በየሣምንቱ ይደመጥ ነበር ቋንቋዉን የሚያወቀዉ የማያውቀወም አብሮ ያንጎራጉር ነበር ፀጋዬ ደንደና ምርጥ ተጫዎች።።።
Lubbuu nuu jiradhuu....
The legend of Oromo music, Tsegaye Dendena (Sayyoo), wish you a healthful and long life! 🖤❤🤍
በጣም ልጅ ሆኜ ኦጋዴን በደርግ ጊዜ ነው የማስታውሰው
i born in addis ababa and i grew in AMBO,KEBLE 01.so as u all know,tsegaye is our beloved singer for AMBO people and i'm one of them.
I have a time to remember with this music 🥳🥳🥳🥳🥳
Our Tsegaye is a naturally talented singer of Oromia his contribution for the development Oromian art is immeasurable. We love him much!!! long live Sayyo keenya!!
P!❤😊0
Nuuf jiradhuu umurii nuuf dheradhuu sii jalanna sayyo kenyaa
1986 Ethiopian Calenda, it has been one whole generation long ago......💚💛❤
Still listening 2022 ? Good memories
ኦሮምኛ መስማትና መናገር አልችልም ግን , ድሮ በ etv dolii sirba በሚለው ፕሮግራም ሁሌ በየ ሳምንቱ ሀሙስ ሀሙስ አዳምጥ ነበር :
Sirbaa seena qabesaa dha, nuuf jiraadhuu ammalee sayyo
Namni maalummaasaan utuu lafa kanarraa akkam dansa ture gaarummaa fi dhiirummaasaa hamma bishaan buusu! Tsegu baay'een si jaalladha, garuu afaankee qabattee utuuma kabajamtee hafte ta'a akkam waan gaarii ture!!
Dhugaa keeti qaali namaa 😢
Tsegish 1ffaaaaaaaaaaaaaaaa
ፀግሽ ከልቤ .እወድሀለው !!
Woooooooooow haraa sirbaa durii naa kajelchse
wow this song brings a lot of memories.. galatoma
Tsegayeen yakka waa hin qabu. Eenyuunu hin ganne. Dur oromoof sirbaa ture, harras oromoof sirbaa jira. Weellisaan weellisaa dha malee nama siyaasaa miti. Siyaasa kan geggeessan baayyen jiran; Artiitstonni hojiin jara Artii guddisuu dha malee siyaasa geggeessu miti. Yoo barbaade sirba isaatinn siyaasa barbaade deeggaruu danda'a. Garuu kan isa dirqu hin jiru. Weellisaan kun sirba yeroon itti hin dabarre uummata oromoof kenneera. Kennasaa hin awwaalina. Tseggu! baayyeen si dinqisiifadha. Jabaadhu.
12 years Ago Do you Remembered
nice song l like oromo
Eyye anas sirba diri nabarbachiseeka
❤❤❤❤
Amazig old oromoo music
wow nimidhagaa
Good👍👍👍👍👍👍💟💟💟💟👍💝💝💝
good song
eshetuTsgaye.bayebayensijaladha..
Best music
Boys at bi
wwwwwwwwoooo