Maalimmoo Anaaf Wayya Gubadhewo😭

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 4 січ 2025

КОМЕНТАРІ • 646

  • @haimemasarate5217
    @haimemasarate5217 3 роки тому +70

    wara koomatti laattan abaarsarra gursaan debiisu waya obbooletti atimoo of higoowoomsiin inni faayidaaf sitti dhiyaatte kanaafi dhaabadhutti ofiilaali oottu boru bultti ijaarattaniiyu kunii sif kkabaja silaattu kanaafi kana keesaa of baasuufi yaali yomidhamttelee yaroofi garu jireeynakee borii gaabbi akka siittitaanef haarra murteefadhu kabadee bade dhisii hideebbiuu qarshiikee feedhakeen latte hara gaafachun kuni waan hifakkaneedha siiriyuu akka boru debbiuutti abdi akka godhattu sigoodhayuu kanaafi namni akkanaa yudebieeyu sifayadu simidha malee dubarttif imoo huda caala kabajashiif bakkalachu baanan eeynumttu ishikabajju kanaafi qarshikeesi namakkanasi dhisi aawalii darbbi kana kesaabahuuf yaali senaasaa iranffadhu qarshii akka siynaates hiddubattin namnii ilaalcha sifqabuu gaddibuaa dhufaa booruuf samuukee haroomsi hiddadauu hijadhin nandada'aa jedhii samukeetti himii hoojikeetti jabaadhu

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 3 роки тому +1

      Kotuu matii naaf ta,ii sanyii

    • @miminegesa9307
      @miminegesa9307 3 роки тому +2

      Dhugaa jeete ebbifaami hubaatu koo
      Esheen rakkaate nagorsaa jeete yaada dabarfatee malee arabaa yoo ta’ee namiichi ishii midhee arbsaa turee baar
      Yaada jajjabiina qofa barreessafi

    • @fanusadis5368
      @fanusadis5368 3 роки тому +4

      dhugaa keetii jetee namnii yeroo rakoo ofii himatuu nutimoo dhekamsaan namaa 😥😥😥😥 gorosinaa malif barbachisee garuu?

    • @tonywounis2461
      @tonywounis2461 3 роки тому

      On

    • @fatitaha1534
      @fatitaha1534 2 роки тому

      Yes obòleetii koo yaddaa barreedaa gorsitee

  • @tigistarsirobetube4820
    @tigistarsirobetube4820 3 роки тому +84

    Sitti bagaa ati takkyu agarte malifi qarshii itti ergta ofuma ke ofi saliphiste salphatuuu

  • @fayikattube5128
    @fayikattube5128 3 роки тому +37

    Baga ishoo ati yero inni Alaa tokko malaqa ergitefii yero ati dhiftuu sittii jijiiramu malif debitee itti ergitaa🥺🤔🤔🤔

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 3 роки тому

      Kotuu matii naaf ta,ii sanyii

    • @jawahernasri110
      @jawahernasri110 3 роки тому

      Yaa oboletii tiyaa ain kana jedhuu yoo sini barbada ete akasuman si jalala taa garuu atii qarshii itii hin ergiin kunii si fayaduu hayatee namaa kun namaa qarshii tii malee nama sifi tumit mee rabbiin kadhuu lubuu koo rabbiin obsaa sifi haknuu abshir wamii mitii kan rabbiin amirii jabatee siif halafsuu inshaalla

    • @KebekiOfficial541
      @KebekiOfficial541 3 роки тому

      Maati naaf ta'i sanyi ofi

  • @SofiaSofia-vf8od
    @SofiaSofia-vf8od 3 роки тому +8

    Tishii dhugaa Ati Namma arsitayu Maali dhirrii issaa Maalee hin jiruu seeta Osu akanatti si Xiqesse Qarshii Kee Kaa ittii ergittu Kan Namni sitti himmu Yoo guraa si seenu didde Innu Waani taa,ee hundaa Worabee sitti ergaraa Ati Sammu hin qabduu hundaafuu si gahee, irraa dhabadhu Kun fayidaa tokkoo siifi hin qabu

  • @biliseeintalaamboo8224
    @biliseeintalaamboo8224 3 роки тому +6

    Jaalalti garuu waan nama hin goone hin qabdu jedhan😥garuu kana hunda argaa isaaf maraachuun kee hirdhina keeti. rabbi siif haa laaffisu.
    Wollahi shamarranuma akkanaa jibba an. waan biyyaa baateef wollaaltee biyya ormaa keessatti maraatti

  • @miminegesa9307
    @miminegesa9307 3 роки тому +5

    Uuuuffffff bayyee nama gadisisaa hadhokoo waaqayyoo obsa siif haa keenu
    Warrii arbsaa jirtaan dhissi maloo obboletin kuu rakkatetti malee jaalate miiti
    Ati waa’ee isaa yaadu dhissi waaqayyon kadhadhuu balleesse jiraa maati koo gadisiseen jiraa yaa umaa koo naati araarmi jedhi waaqa kadhadhuu akka amantii keeti waaqayyoo akka nama miiti
    Rakoo kee ni bekka nama kanas akka irrafatu sigodha nama gaa’eella siif ta’uus waaqayyoo siif qopheessa
    Waanti darbee darbee jiraa dhissi hin yaadinis fayyaa ta’uun kee waan hundaa caalaa
    Mucaa bilco godhi ofirraa suuraa isaa bilbilaa kee keessa hundaa isaa ballesi kuni abbaa mana kee osoo hin ta’eene dinna keedhaa dhugaa 😭😭😭😭😭

  • @hundaadandaaaawaaqayyoon7285
    @hundaadandaaaawaaqayyoon7285 3 роки тому +2

    Waqayyoon si Haa jajabesuu oboletii koo nama ta'ee kan hin dogogree hin jiruu kun Dogoggoraa keetii dhugumaa dhirii oliyiin Abbaa mana naaf ta'aa jetetii hundafuu obsii waqayyoon furmataa isaa sif yaa kenuu birii dhisii dursaa fayya kee ofii yaadadhuu innii nuroo isaa kan yaa ta'uu sif waqayyoon kan namaa gaarii Rabiin sodaatuu sif kenaa lamaa nama hin miidhuu Ummaa kee kadhadhuu okdee to 💐💔🤲

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 3 роки тому

      Kotuu matii naaf ta,ii sanyii

  • @fantotasfa6780
    @fantotasfa6780 3 роки тому +3

    Kun sif hin ta uu dhisii yaa obeletiikoo namaa yaduu hin dandenyee wajiin yeroo kee hin gubinii iraa fagadhuu jirenyaa kee garaa funduraatii jabadhuu garumaa ketuu ganaa isa gabisisaa yeron bodaa hunduu hin galaaf atii iraa fagadhuu Kan eyumaa ketiin siijaalatuu rabii sif yaa qoduu

  • @Booniibonii
    @Booniibonii 9 місяців тому +1

    Ati gowwaa dhugaa 😊😊

  • @nahomneda4955
    @nahomneda4955 3 роки тому +4

    Atii namaa gowumaa hagami qabuu osoo inni dubartii biraa wajin wan barbadee ta'uu atii kan birii ergituf kan isaa jalatus inni fayyidaf akka sii barabaduu jechaa isarayuu hubbachuu qabdaa turtee Hin gowomin kodee too guyyan siif darbaa isaa dhisii senna kon sitti himaa anni hiriyan qabaa turee San bodaa galee wal funee ji'aa 6 wajin jiradhen debi'ee biyya oromaa dhufee anni dhufunan ji'aa 4 booda kan birra fudhee aniyuu birri ji' aa 2 ergefi garuu yeroo fudhee dhagahuu hagaa ji'aa 1 bayyen dhiphadhee San booda dhisee jirenyaa koon jirachaa jiraa anuyyu isaa herumee adda banee inuman dhisee garaa kee muranan homaa sitti Hin fakkatuu

  • @ideabh9esajirtaa376
    @ideabh9esajirtaa376 Рік тому

    Jalalaisa qilee hasenuu iti dhisi jirenyakee jiradhuuu😢😢😢😢❤❤❤

  • @jumerimusa
    @jumerimusa Рік тому

    Walahii yaa Laalefetoo bayye garaa nama'nyataa yaa micitii❤❤❤😢😢😢😢😢firadhisii gurbakaana😢😢😢😢😢Uuuuuuuuuuuu 🎉

  • @Sumaia-v8b
    @Sumaia-v8b 3 місяці тому

    aka kotiti mana gana darbefi hin ijaranu kan dhufufi male kanafu gurban kun sifi hin tahuu dhisiti kana achi jabadhu kayo ke gara fudura sirinfadhu❤❤

  • @hajibeker1386
    @hajibeker1386 3 роки тому +27

    Yoo maatin kee NIKAA sif hin godhinn Abba mana koo jechuni maali? Inoo haram dalgara maalif qarshi ergitafi ? Siis isaas nu maara rabbi haa qajelchuu ati maati kee dhifama gafadhuu isaraa fagadhuu

    • @buureetesfa6715
      @buureetesfa6715 3 роки тому +1

      Mali ati maratuu dhugaa wqy bayye naa arsite osson sii argee akkm akkan sii godhu bekku mali dhirra irra adda dha moo inni dhirri rarafatu issa qofa samuu duwa bate asira hin iyyin nama sin barbane birridhan bitata moo dubari arsii gabaramte herumtiti bekknaa male gabartee futii hin bekknu ato gabarura gabarte bitate jirta garu sin fayanee Male osso argite yuu ajessi

    • @anioromo8949
      @anioromo8949 3 роки тому

      💖💖💖💖

  • @waadaa5846
    @waadaa5846 3 роки тому +1

    Tiish dhugaa rabbii dhiisii irraa fagaadhu. Hagam jasllattus inni waan sin jaalanneef fayidaa tokko siif hin qabu. Kanaafuu irraa fagaadhu. Hojjedhu maallaqa kee hanga si gahu hojjeedhuutii gali. Nama aarsaa Jaalala siif kaffalu ni argatta wly sareen kun inni

  • @madinayoutube5517
    @madinayoutube5517 3 роки тому +7

    Garaan murtii hin qabne diina Abbati jedha oromoon yeeroo mammaaku.

    • @ayishaayisha722
      @ayishaayisha722 3 роки тому

      iraa fagadhuuuu obboleti booda si ajesaa kunii warabesaa malee nama miti hatuu jalalee kiyaa jeta ufiii amasisiii iraa fagadhuuu shiriii fokataa qaba

    • @usmanmahmmad4420
      @usmanmahmmad4420 3 роки тому

      Dhifamaa wajin enyu sin janii naman bekuu natii fakataa

    • @madinayoutube5517
      @madinayoutube5517 3 роки тому

      @@usmanmahmmad4420 ani moo

    • @usmanmahmmad4420
      @usmanmahmmad4420 3 роки тому

      @@madinayoutube5517 ee atii

  • @abdulhamidmohammed9895
    @abdulhamidmohammed9895 3 роки тому

    Dhuga rabbi obboleettii kiya garii ati durumahuu dhirti akkana abadan jiruu keef hin ati hin gowwomin of qabi , buddeena nama qubsuu qibaba irratti bekama jedhan kan darbe darbera kan hafee sif calaa saati amma egalte dable block godhu qabda wan kana Rabbin keyrumaf si qunamsise ati jala gali yoo fayyaa qabate yokan warra kee naf himi deme tokkoo lama jedhe beysisa
    KAN RABBIN RAHAMAATA SIIF HA BIRMAATU YAA GIFTII KOO

  • @tsehytsehy4824
    @tsehytsehy4824 3 роки тому +1

    Jaalaluma keessa waa'een birri seenan jaalala miti ya bara keenya kana😭😭😭😭

  • @madinaa1452
    @madinaa1452 3 роки тому +2

    Ani watin sif dhamuu isaa dhisi baqa malif yoo jetee amaa bodaa sif hin tahu 🙏🙏😭😭😭

  • @almuzaseta6722
    @almuzaseta6722 3 роки тому

    Gowwaan hin dhalatii dhalatuu hin guddatin jedhaa oromoo maali ati takkaa argate maalfii lammata itti deebita icci aboo ati nama arsitaa dhugaa ammasi deebisi ergif itti jabadhuu

  • @almazbirhanu8134
    @almazbirhanu8134 3 роки тому

    Damma too kan darbe darbee jira waaqayyoo humna kee siif baasa mana gaarii erga jiraattee jabaadhu hojjettadhuuti birrii harkatti qabadhu gara biyyaat galta garuu waayee nama kana of keessaa baasi sababni isaas gaafa waaliin jiraachuu jalqabde immoo dachaa kana si miidha kan si jaalatu jaaladhu atis ammaaf garuu of tasgabbeessi isa irraanfachuuf yaali waan isaa suraa isaa lakk bilbilaa isaa fb isaa hunda of bira balleessii yeroodhaaf baayyee sitti ulfachuu danda'aa garuu immoo hin irraanfatta saa'aati hojii keetii hojiin dabarsi saa'aatii boqonnaa keetii immoo waan garagaraa barumsa gar gar dhaffedhu walumaa galatti waan jaalattu godhuu dandeesaa garuu dhunfaa keef busy godhi saa'aatii isa yaaddu hin qabaatin
    Warrii yaadni koo sirriidha jettan like naaf godha

  • @kokobeeyeemarayamiiliji1327
    @kokobeeyeemarayamiiliji1327 3 роки тому

    Maa himatii moo hin calistuu jalalii jalalan bitamma male qarshiin bitama yerumaa qarshiin sii gafatuu saan maf ergitef kan biyaa bate dhiraa duriyee qalabuufii moo anii mucatii hin laluu badiin kan keetii 10000%

  • @Sarakhan-ns7me
    @Sarakhan-ns7me 3 роки тому +9

    Haraaa natu duraa ilalee😍😍

  • @avina6617
    @avina6617 3 роки тому

    Maali yaa rabbii kuni qarshifi jaalala maaltu tokko godhe baleessan kan keeti kayyoon mana batefi kanaa black godhi isaa baleessitee dibis warraa kee dhifamaa gafadhu dogogoruun hinumaa jiraa amalee yeroo qabdaa baraa ijoolumaa keeti hintaaphatin anile akkuma kee biyyaa ormaa jiraa jaalale qaba qarshi ergi jedhe naa rakkisaa turee jaalalafi qashin tokko mitti jedhen black godhe kayyoo koo galamaan gahe galutin jiraa oboleeti koo dhisi sif hin ta'u kun

  • @huwawei8017
    @huwawei8017 2 роки тому

    Abishirr rabbum jirra wan hudumm jajjbdhuu rabiitii boyy duaayyi
    Godhaadhuu sammu kakk offf egadhuu wan sin jedhuu hin bekuu 😭😭

  • @firiolshawaa7230
    @firiolshawaa7230 3 роки тому +5

    Wel came 🤝 maali ati maddaa gaalii isaati moo argaa isaa aboo🤭 hin dogongoriin situu jalatee maale inni sin jalaatuu dhisii 😭 qarshii kee itti arguun dursaa osoo maatin kee sif beekani jiraatanii waaya tureeyyuu😏

  • @jamilahaji3233
    @jamilahaji3233 2 роки тому

    Rabbii Ofi Bekkumaa Siifi Haa Kenuu Atii Namaa Ofi Bekku Mitti

  • @seenaatube4709
    @seenaatube4709 3 роки тому +1

    Yeroo tokko tokko nuti shamaraan balballa onne kenyaa namaa ol senee furtuu nu jalaa dhoksuf banee bodee imoo bahhun nuti ulfataa . Garuu nuti" Ogummaa." Obsaa" . Bekkumsa". Abshaluma." Garamumaa" . Gammnuuma." Danddetti" . rabbin nuf kenne jiraa waan hundanuu waraa dhiraa ni calaa.garuu imoo itti fayadamu walalee inii Nutii fayyadama.jalalas yoo ta.ee nutu of iratii to'ataa male ini nun to'attuu. Kanafuu gufuun ganamaa sii dhoftee galagalas sii dhahuu hin qabduu...wa'een kee gonkumaa Naan gadisisuu malif namnii waan isaa mudateraa hin baranee borus akkasuma. Kunii waan caraas hin qabu...kanafuu kenaa rabiin sif keneti fayadami

  • @IkraamAbdi-j2v
    @IkraamAbdi-j2v 4 місяці тому

    Yaa obboleyti tiyya dhiifama naaf godhi garuu nama akka kee horii arkee hin dhagenyeaalif yoo jette tokkoffa nama ijaan agartee hin beynef mallaqa erguu erga ergitef hoo inni si'arrabsaa deebihe yeroo ati debitee mallaqa ergituuf block jelaa simaasu diluma kana gowwaadha ati yaa rabbi wanuma akkami nutti argisiifta amma humaa miti ati ammas yeroodha jirta ammuma if dhaqqabi isa irraanfadhu sahibatiyya qaali durumaa nama faydaaf sibarbaadu laaltee osoo agartu dila kana gowwomun kee ajahiba tahus isin warri biyya arabaa jirtan hundi keysan dhiira mallaqa hin beyne mallaqa hin barsiisina please ofumaa mallaqa barsiftani balagomsitan dhiira yoo jaalala dhugaa isin jalatan jalala onnee qulqulluu isin haa jaalalatan malee namni mallaqaaf deemu akka ayaaf hin deemne baraa isaan mallaqa takkaa hin arkin gaafa barsiifta akkam akka tahan gaafii hin qabu kuni namni belahe kan quufu hin sahu akkuma jedhame namni mallaqa takkaa arkee hin beyne dhiira barsiftani debitani komattan jalalle dhiisaati abbaa manaa keetu maalif hin taane mallaqa itti hin ergina yoo rakkate ilmoo teysan isinif guddisutti jiraate dhugaa rakko ilmoo teti laltani waan masrufa ji'aan hanga ittin jiraatan ergafi kan kanarra hafe rabbii gaditti ilmi namaa akka jijjiramu beeka namni bareyfama kiyya kana dubbisee wanin ani jedhe kuni dhugaa keti jettan like godhaa galatoma

  • @oromiyaaoromiyaa3086
    @oromiyaaoromiyaa3086 3 роки тому

    Jalaalii birrin hin bitaamu mallaaqa kee hin kennin ykn hin ergiin kan rabbii siif qoode hin dhabdu itti dhisii

  • @botuuwallagga5264
    @botuuwallagga5264 3 роки тому

    Baga Baga Baga Baga ishoo Silaa siti fudhamoo isati si fudhaa qoyii 2 dhirafi jetee biyyaa Batee 3 Sammu kee siridhaa garuu 4 kuni senadhaa jetee Dabarasitee Ofati jiradhuu Gafasii Abbaa barabadeeti herumutaa maratuu wayii

  • @ayyuutube4583
    @ayyuutube4583 3 роки тому

    ayii koodetoo akaakoo tattee ayiii😭😭😭😭😭anii maatis kadhimaas isaaf dhiseen booda natii jijjiramee kanafuu dhisii inii ñii sooba ayiiii... 😭😭😭😭😭😭😭😭hojjii isaani rabiin qoofti haa arguif malee

  • @asyiadhufe4641
    @asyiadhufe4641 3 роки тому +1

    Welcome gamee 😍😍
    Situ ballese tokko agaarte hoo lamaffa mafergita hojikee nyadhu
    dhisi adaa bahi

  • @ZamzamKk
    @ZamzamKk 2 місяці тому

    Dhisii biraa demee hireniiqodaa Rabbtii 😢😢😢😢😢💔

  • @mahiionneejalalaa1142
    @mahiionneejalalaa1142 3 роки тому

    Onneen jalalaa dhugaa baatee deemituu yeroo hundaa sobamituudha. Akkasumaa Jalalii dhugaa fayyidaafi feedhi dhunfaa qofaa irratti hin hundahuu.anni rakkoo sirra gaaha jiruu kanafi sitti hin murtessuu sababnni isaa onneen tee qulqulluudhaa ishee jalalaa qofaaf bitamiteedha wanitaatef.yeroo kanati osoo lubbuu keetu naaf keeni sin jedhe atti isaa jalatuu kana argachuuf wantaa hin goonef hin qabiduu. Garuu wantii atti beeku qabiduu inni hardhaa qabeenyaa kee jalatee,qabeenya keetin Namaa biroo gammachisaa si gaddisisee gonkumma akka onnee isaa kessaa jalalii kee hin jiree hubadhuu. Dhiironni tokko tokko dubartii akkanaa jalatuu yoo arganni wanumaa hundii isheetuu akkanati isaa jalatuu seehani onnee dubaritootaa heeduuttin taphatani.kanafuu wanti duraa darbee darbeera Amman booda ofii quusadhu qabeenyaf humnaa keetin hin taphaatain.fkn siif keena yeroo inni dubartii sitti ergee si arbasaan sani malituu sitti dhagahama? Anni ennu gaddi dubartiin tuni malin naa caalitee,inni hoo dhiira kamin caale jedhe gaafii ofi kessaatti ummi?? Jalalaa isaa kessaa baahuf immo wantoota adda adda dhagefadhuu,namootaa beekama walin hariroo ummi,irraa caalti gorsaa namattin barbaadee ofi arguun kee ni ulfaataa.inni atti ofii keeti barbaadee ofii argattuu immo caalati si fayyaadaa kanafuu barbaadii ofii argii......gaafaa barbaadee ofii argitee miidhamuu irraa ofii olchitee,inni hardhaa si miidhu male,qabeenyaa keeti ormaa gammachisuu male,jalalaa kee qulqulluu arguu dhabee si miidhu kuni wantaa hundaa hubatte,deebiee dhifamaa si gaafachuun isaa hin haafu wani taahef. Kanafuu Jalalaa fayyidaa qofaaf waa hedduu ofii hin dhabsissin sin jedha obboletti koo

  • @ayyeetube
    @ayyeetube 2 роки тому

    obboleetti seenaa namoota heddu dhagaye keessa ati baayyee na aarsite wollah
    isaa miti kan uf miidhe si mataa keedha
    erga inni intala biraa wojjiin hariiro eegale sanu dhoksa miti dhugoomse sitti hime ati maalif qarshii keetis itti ergita maaf sammuu keetis miita wollah namni kun sin jaalatu usuu qaamaan bira jiraattee lubbuu kee si ajjeesa
    ati maal uf hin beektu mo kana hunda.
    nama akkana usuu ilmaanu irraa qabaatte adda deemu barbaachisa kan rabbi siif uume hin dhabdu
    amma ati yoo jiraachu barbaaddee namicha jasbaa kana itti dhiisi hujii keetti cimi xiiqiin hojjadhu dhiironni oromo milyeena 30 olii keessa tokkocha siif tahu hin dhabdu obboleetti.

  • @naeemabhr2700
    @naeemabhr2700 2 роки тому

    😢😢😢😢😢dhisutuu siraa jiraa obsiitii oboletii koo 😭😭

  • @Shalto-zb2qh
    @Shalto-zb2qh 3 місяці тому

    😢😢😢😢😢😢 dhisinii Hadhoo koo umurii Kee hin gubinii ini Wani si hin jalanefi Kani akkana si godhuu

  • @jirajira4956
    @jirajira4956 3 роки тому

    Bilok godhii ofiiraa an Kan isaa jalun sif tahaqarshi kee hin barbadu ani jala la dhuga malee😏😏😌😍😍

  • @oromoarsi162
    @oromoarsi162 3 роки тому +15

    Jilba 2 gubate 3ffaan naafa jedhe Oromoon!
    Oktii tiyya ati durumarraa dogongortee,Kan dabare dabaree jira.amma immoo ofirraa isa fageessi. Isarraayis fagaadhu. Kan maallaqa keetiin dubara biraa wajjiin akka fedhe ta'u,kan kalaama ngys sitti hin dubbanne,kan si quuxessu maal jettee isa wajjiin dhibamta??🤔😥
    Kan dabare hundumaa dhiisii amma gahee irraa fagaadhu. Lubbuu fi jireenya keetti hin taphatin. Kuni maallaqa malee si hajaa tee hin qabu. Innuu siif himee jira. Knf, yeromoon lubbuu tee dhaqqabi
    Badii inni sitti hojjataa jiru osoo argitu jaalala maaltu isaaf si jeeqa mee? Nama si hin jaalanneef jettee waa hedduun if hin miidhin. Ammas dhihoo jirtaa if yaadadhu
    Dhiirri guutee, ifirraa block godhi waa hunda isaa ifirraa haqii jireenya kee isa boodaatiif yaadi pls
    Kan maallaqaa fi jaalalas dhaban heddu jiru. garuu hanga ammaatti isa faana if miidhuun kee nama gaddisiisa
    Irraa fagaadhuu dalagadhu. Jireenya kee fuula duraaf kaayyoo qabaadhu.ini qilee haa seenuuu!

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 3 роки тому

      Kotuu matii naaf ta,ii sanyii

    • @KebekiOfficial541
      @KebekiOfficial541 3 роки тому

      Oromoo koo maati naaf ta'i

    • @oromoarsi162
      @oromoarsi162 3 роки тому

      @@caaloofirii Tolee sanyii😘

    • @oromoarsi162
      @oromoarsi162 3 роки тому

      @@KebekiOfficial541 Hayyee insha Allah sanyii😍

    • @oromoarsi162
      @oromoarsi162 3 роки тому

      Isiniif ta'eera Kee beek fi Caaloo waan gaarii dalagaa garuu🙏

  • @rahafaaman2693
    @rahafaaman2693 2 роки тому

    rabbii xosii kee issaa haa bassuu malloo dhisiii haddarraa rabbii rajjumaa kaa dhiraa baraa kanaa!!!!!!!

  • @oromtitishawaa539
    @oromtitishawaa539 3 роки тому +1

    Yaa obboleeti koo kan Darbee darberaa qarshii hojeete argata nama kana dhissi jireenyaa karra biraa egalee
    Naan danda'a jedhii of Amansisi of Amansisnan wanti cimuu humtuu hin jiruu

  • @senabirato775
    @senabirato775 3 роки тому

    Yaa obbolettikoo namicha kana dhiisuu siif wayya kuni boriifis jireenya siif hin ta'u qarshiikeef jette jireenyakee hin ballessin waqayyoo nama ofii isaati jallatu siif kenna

  • @uae4316
    @uae4316 3 роки тому

    Uuuuffff yaa obbolleti koo sena kee hudu nama gadisisa kunii jiregna kee borif hile wan sif hin dhisu sif waya 😢😢😢😭😭😭😭😭

  • @birtukanbekele5555
    @birtukanbekele5555 3 роки тому

    Dhisi kun hin ta'uu Kuni hin dhagesuu Balessi suraasa wan hundaa kan isaa siyadachisuu Balesi nama biraan wal bari kun hin tatuu wanbadedha 🖤

  • @sabaabonioromooo438
    @sabaabonioromooo438 3 роки тому +2

    Galatomii gamee koo yadaa qilessa iraa nafi olchuu ketifi😭😭

    • @lovemamiko7326
      @lovemamiko7326 3 роки тому +1

      Dhugaa yo yaaddii kuni ke tahee jaalaliii nama midhaa dhugaadha garuu hangaana gowaamu qabdu icciti dhiroota yo dura jaalalaa kee qabate llee baga qarshii ergiiteefi jaalalii dura si jaallaatuu qarshiiti jijijiraama gaf qarshii ergiitefi irraa kasee waa.ee qarshii malee sini dubatu ama gababumati kan darbee darbee rabbii kadhadhuu bilook godhii yomiyui wa milkaahu ati mo abshiir obbolleeti garuu waa isa oossoo jaallaatuu fi yaadduu bilok godhii sutuma dagata dhuftaa ani dhiiseera isa garuu muca keessaaan badi akkana narati dalagee yo wa tahee cubu koti jeedhi mati isa hubachisii san boodaa waa.ee isa dagachuu yaalii hadhoo ko

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 3 роки тому +1

      Kotuu matii naaf ta,ii sanyii

    • @KebekiOfficial541
      @KebekiOfficial541 3 роки тому +1

      Maatii naaf ta'imee sanyi koo

    • @sabaabonioromooo438
      @sabaabonioromooo438 3 роки тому +1

      @@lovemamiko7326 Thanks 👏

    • @EsterAkiki-td8fd
      @EsterAkiki-td8fd 6 місяців тому

      Amafii itii fakatee dhadhabii Kee rabituu iraa sifudhaa 😭😭😭😭💔💔💔

  • @madinayoutube5517
    @madinayoutube5517 3 роки тому +6

    Osso obboleetti koo taate mana takka kiraa fuudhee ji'a 2 bilbila sirkaa fuudgee si hidha ture achi booda ni fayyita yoo dandeesse midiyaa isaan wal siqunnamsiisu dhiisi you tube qofa fayyadami of hidhi murtessituu tahi

  • @fayizailiyasomntube6977
    @fayizailiyasomntube6977 3 роки тому +14

    Oktiyyee too sitti xinnaate takkaa sii nyaate 2ffaa maafii ergiita
    Wani siif dhamee gurbaa block godhii dhiisii
    Dunyaas ittumaa dhiisii lubbun namatu badee dhisaani
    2ffaa oromia 24 channel kanaa seerani hordofii barnoota guddaa obsaa beekumsaa dandeetti hedduu irraa argaata ok
    Comment yaada hawaasa baldhaas dubbisii

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 3 роки тому

      Kotuu matii naaf ta,ii sanyii

    • @rahaoro7140
      @rahaoro7140 2 роки тому

      🥺🥺👍👍👍👍

  • @anioromo8949
    @anioromo8949 3 роки тому +1

    Ya dubatota wani kanna irra barrattan jedhe abdi qaba ofii egaa dubatota warri kanna dhagefatan hudumtu ani dubati wani ta'e fi yo ballese dhiffamma 😔😔😔💔💔

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 3 роки тому

      Kotuu matii naaf ta,ii sanyii

    • @anioromo8949
      @anioromo8949 3 роки тому

      @@caaloofirii eshi sanyi ko qalli sif ta'e jirra kottu 🤓🤓🤓😜😜

  • @muktarabdo1184
    @muktarabdo1184 3 роки тому +1

    Jabaadhu ilma oromticha

  • @hawihawi9446
    @hawihawi9446 3 роки тому

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭uuuuufiii argaa dhiraa toko toko fi malee oso dhumate lafa iraa dhukubaa nuti tatee

  • @yaawaaqakosittuubeeka7260
    @yaawaaqakosittuubeeka7260 3 роки тому

    Enyuuf Hojjetta ati boruu malitti hirkkataa kuni jalallaa miti Abboo dhukkubaa Malee akka amantaa keeti waaqa sii ummee kadhaadhu.

  • @gaddiseewaqruu-3592
    @gaddiseewaqruu-3592 Рік тому

    Kana dhisii Bolokii Godhii dhara Bara Kana 🥺🥺💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎

  • @berhanebekele8621
    @berhanebekele8621 3 роки тому

    Anaa dhufuu game kenyaa ❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 3 роки тому

      Kotuu matii naaf ta,ii sanyii maloo

  • @yerusalemwaqaktole1031
    @yerusalemwaqaktole1031 3 роки тому

    Jalaalaa hin bitaan obbolettii kanaf yaddaati deebi'i

  • @ريانماجد-ث1ل
    @ريانماجد-ث1ل 3 роки тому

    Dhiri birrisiyii gafaani achumanidhisii sifii Rabbiijiraa Hama hojetuhojedhu birrikee walittiqabadhu😭😭

  • @HawaHawa-q1f
    @HawaHawa-q1f 11 місяців тому

    Dhabbii waan rabbiin sii yadduu hin argitaa

  • @Natii-k7s
    @Natii-k7s Рік тому +1

    Baayee

  • @boriifchannel7184
    @boriifchannel7184 3 роки тому

    Foooo nama aja'abaa
    Yaa habibte kana maltu si gube jenan abiddaa kana hoo jenan abidda kana argitee kana hoo malif ittii debitee jedhee mammaksi,oboletti koo dogogorte jirta bayyee kan jalata hundi kan nama miti ykn waan jalattef qofa abba mana kee sif ta'aa mitii,hhhhh annan banaa dhisani hattuu naman jedhuu jettee adurreen jedhaan.dhirrii yoo jala of busaan hin jalatuu jalaqaba osoo wanti fee galee malqaa kee itti erguu hin qabduu turee jalalli gonkuma malqan hin bitamuu jalala nama digaa malee kanaf gannaa darbee mana hin ijaraani kanuma dhufuf of qophessu jedhama malqani kees dhadha abidda bu'ee jallalleen kees dhadha abidda bu'ee kalas malaqa hojatte argattaa jalallees hadhaa takka jalaa dhirri sagala,matii ketti dogogoraa ketti dhifama gafachuu qabdaa,
    Amma 1bilok ofirraa godhii
    Sammuu kee firri godhii hojadhuu jalala fbs itti debi'ii hojii kee hojadhuuti garii biyyaa galii jaladhuu wanti darbee hin debi'uu want ta'eef namota tokko lama miti kan hala kanan dogogoran kanf of dhiphisuu hin qabduu.yanni ani sif qabu kana fakkata yoo dogogore dhifama

  • @sameraa4974
    @sameraa4974 3 роки тому

    waan gowwa tan lammaffa itti hin ergin woyoo naa gubate garaan yaa ilmaa dhiraa hojii ke arkaadhu 😓😢😢

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 3 роки тому

      Kotuu matii naaf ta,ii sanyii

  • @imukoobuttujjii5561
    @imukoobuttujjii5561 3 роки тому +1

    Obbolleewwan koo shamarraanii dhirraa hangaam yoo jallaatan iyyuu jalaalaa keessaan keessaatti waa'ee birii yeroon sittii haasa'uu bakkichumaatti dhaabii osoo jalaala keessaa hin fagaatin.Obboolleettin seenaa kee nuuf qoode immoo mucaan kun jireenyaaf siif hin ta'u kanaafuu mallaaqa baastes rabbiirraa argaata ,kanaaf isaa waajjiin dhaabbiiti.gara mataa keetiti deebi'ii hojjii kee hojjeetadhu attii nagaa taanaan birrii baastes hojjete nii argaata

  • @tiyyatube2149
    @tiyyatube2149 3 роки тому

    Maali fayyaa qabda Atii garuu dhiiratu Aduunya irraa badee moo kaa ijoolee wolin horre addaa baha maalif ofti taphataa hin maratee moo 🤭🤭

  • @keriyashafi1523
    @keriyashafi1523 3 роки тому +2

    Wly dhira bara kana hakamiti hammanai jiratuu 😭😭😭👈

  • @arsiishaashee4911
    @arsiishaashee4911 3 роки тому +3

    Ati gonkumaa fayya ta u kee bayyee shakisisaa dhugumaa sammuu yoo qabatee blok godhii kuni bineessa maalee ilma nama ta u isaa bayyee nama rakisa itti dhisi kuni jarsa ta u hin danda uu 😭😭😭😭

  • @jaarraa1319
    @jaarraa1319 2 роки тому

    Obbolleetii koo maaloo takka gowoonun waanuma jiruu maaliif kana hunda gowwaa taata boru kana caala miidhamta irraanfadhuu kunii Abbaa manaa keetii mitii

  • @ayyuutube9030
    @ayyuutube9030 3 роки тому

    Jaalalii gowaa nama godhaa si duwaa mitii lubbuu koo anuu gubaatakotuu jiraa uuuffff 😭😭

  • @samiramohamd2763
    @samiramohamd2763 3 роки тому +1

    argaa dhuma ijoollee dhiirraa

  • @ጌታለኔመልካምነዉጌታለኔመ

    Dhiraa jalaachu jechuun samuu ofi jequdha kanafuu kobumaa woyya malaqaa dhirafii hin ergnaa obbolta koo jalaali malaqan hin jijiramuu ofi egadha maloo mafi onne kessani madesituu

  • @raamuutube1575
    @raamuutube1575 3 роки тому

    Yaa rabbii woraa comenti hin arbisinaa gorsaa male obbolleti ko atii namaa kana irraa fagadhuu inni kaan siti dhiyatefi sababa malaqa ti male jaalalafi miti

  • @caaloofirii
    @caaloofirii 3 роки тому

    Ana dhufuu bagaa nagaan dhuftee oromiaa 24

  • @riyanaamaamileebalee8568
    @riyanaamaamileebalee8568 3 роки тому +1

    Wly dubartii dhamatuu akkaa tetii tanatuu maqaa dubartii balesee tufachisee mal kaa matii ketii adaa batuu sababaa dhiraa qilesaa iraa sitii dhufee saan fb iraa way mal ajabnee mal haa dhifnuu kun jalalaa osoo tanee martumaa samuu qabdaa yalamii namaa siif hin tanee kaa inii akkaa sii jalanee garaa maraa sitii himuu sii maltuu malaqaa kee itii sii ergisiee badii isatif debitee of dhifamaa gafataa osomaa sii fudheyuu namnii kun dhugaa naa jalataa jetee yadaa ofitii hin tabatii caraa biraa barbadii waan hin tanee yaroof malaqaa kefii maqaa kee hin balesin matii kee dhifamaa gafadhuu araramii duriyee ganadaa dhifamaa gafachuu dhisii kaa haqaa siraa qabuu matii ketii!!

  • @sinboo.shawaa5031
    @sinboo.shawaa5031 2 роки тому

    Uuuuuuuu maloo waaqayoo obsaa sii hakenuu😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @Marie_belleGhawi
    @Marie_belleGhawi Рік тому

    Nagaan waaqa siif haa ta'u oboletti koo durumaa dogongorte egaakaa namni jaalala dhugaan qabame fuldura isaa laaluun itti mullatu yoo inni si dubbise male ATI hin dubbisin dhiisi jabaadhu koodee too homaa mitii

  • @baaleeroobee9464
    @baaleeroobee9464 3 роки тому

    Jazbummaadha malee kuni jaalalaa qara wayta kaan mallaqa na nyaate bade jettee afaan banti mana yaalaa deemuu barbaachisa dubartiin akkanaa rakkina sammuu qabdi

  • @meribaqale9601
    @meribaqale9601 3 роки тому

    Yaa obbooleeti kiyaa maal kaana hundaa raakachuun kee nama yeroo qarshii argaatee si Waaliin haasa'ee yeroo dhaabee si Waaliin haasa'u dhisuu maal kooti jeetetuu of dhiphiftaa saanuu jaalalaa sif hin qabu maal kun Hundi kaan hiree kee hin dhaabduu ofin of hin gowwomsin!

  • @SherineSherine-dc7mj
    @SherineSherine-dc7mj 5 місяців тому

    Ati yaa oboltii koo malif malqa kee itii ergiitaa😢😢 dirrii isa malee in jiruu seete nama akan jireeaa ke kssaaa baasii kuni situu boruu imoo qaman oso si argaatee siti tabatee sdissaa yoo jireeaa ko haa balsuu jetee malee irafaagduu 😢😢😢waqaayo isati haa Ararauu😰👈

  • @damiltushashee5031
    @damiltushashee5031 3 роки тому

    Uuuuuffi obboletii too rabbini obsaa sii haa kenuu dhisii kan hiree ketii Barbadii jalalii birii jaqabee gafumaa birinii dhumatee dhumaa wan ta,e dhisii rabbini furuu kee sii hin balesii

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 3 роки тому

      Kotuu matii naaf ta,ii sanyii

  • @hunddahammatukoooromiyaa6508
    @hunddahammatukoooromiyaa6508 3 роки тому +1

    Welcome Gammee 😍
    Ayyi yaa shamarran keenyaa Yomuma of Barra lataa takka goyyomtte maaf immo lammatta goyyoomtee 🤨

  • @indiyaajamaal7972
    @indiyaajamaal7972 3 роки тому

    We'll oromiyaa 24 jabdhuu bayee namaa barsiisaa

  • @bashashaamucawalloosanyiij413
    @bashashaamucawalloosanyiij413 2 роки тому

    Abshiir 😭😭😭😭💔😭

  • @زينبامانو
    @زينبامانو Рік тому

    Ayyiiii kuni rakko cima matta ketoti male ini maltuudhabeere otuma kana hunda dhaettu agrtuu onen tetuu onni akkam.kan kana jalattu😢😢😢😢😢😢😢 dette atu

  • @hawihawi7399
    @hawihawi7399 3 роки тому

    Obboliti koo naga koo bakka jirtuti sin jechaa ati jaalala malaqan bitaamoo jaalali kennaa rabiti male kan qarshi miti namni sin barbadu enyuuma kee male malaqa kee miti osuma sin barbadu sin jedhuu maaf of miti akka sin barbane oso bekktu maaf malaqa ergitaa hara ati biyyaa nama kessaa akkka ati itti jirtuu enyuutu bekkaa sif waqa male obboliti koo ani waaan sin jechuu barbadu ati nama gati qalidha kanaf malaqa kee hin facasin ofi keti. Of barbadii bodaa sammuu kee dhabda kanaf malaqa kee waan sin fayyadun godhadhu

  • @anuwaaroromo7472
    @anuwaaroromo7472 3 роки тому

    Maali ati dhiira bira dhabbee kan mallaqaan dhiira bitatuf

  • @solaneearsii5160
    @solaneearsii5160 11 місяців тому

    Gudisii badii atii dhugamaa holaaa 😎

  • @makiaacalaa4497
    @makiaacalaa4497 3 роки тому +1

    Dhiiraa akanaa kadhachuu mitti gadii dhiitudhaa mallee qoshashaa iccii , oboleettii koo rabii kadhachuu kuun jalattee mittii ,,,,

  • @FaxumaKedir
    @FaxumaKedir 5 місяців тому

    Dhisi 😢😢😢😢😢

  • @ummumahir9265
    @ummumahir9265 3 роки тому

    Giiftiikoo dhiira qarshiikeef dantaa qabuuf jettee qarshiikees dhabdee fayyaakees hin dhabiin. kan simudaterraa baradhuutii ammaa booda Ofiif jiraadhu. Jaalala isaas akkifadhuu tufi. kun bultiif mitii guyyaa tokko ijaan arguuf nama jibbisiisaadha.

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 3 роки тому

      Kotuu matii naaf ta,ii sanyii maloo

  • @kadijawako9043
    @kadijawako9043 3 роки тому

    dhugaa jaalalli waan nama hin goone hin qabuu yaa obbolleettii koo kan dura darbe darbee osoo yeroo itti hin kennin irraa of qusadhu jaalalli gama tokko qofaa faayidaa tokkos hin qabu carraa karaa biraa yaali malee namicha akkana kana waliin yeroofi mallaqa kee hin gubin

  • @ismaelamaan1463
    @ismaelamaan1463 6 місяців тому

    Dhugaa warrii kee hoolaa sin jedhan sani atti jaallatis akka qabdi

  • @asamanuabarra8358
    @asamanuabarra8358 3 роки тому

    Haamilee ishii tuqaa jirtuu hin arabsina gorsaa keenaf maale ishiinis rakkananu furmaatan argaadha jeeteti icciiti ishii gaaran fidaate

  • @ayisha6827
    @ayisha6827 3 роки тому

    Bagaa si nyaatee Dhugaa Rabbii

  • @yusraabintyasiin8455
    @yusraabintyasiin8455 2 роки тому

    Shu mali hama fedhe yon jaladhe kan maliti dafqako akkatin hojedhen ana beekaa maliko jedhen malaqa itti ergaa malif gowomtuu ijooleen shamara kun hama fedhe yo nama jalatan malaqa keesssaan namati hin ergina adara 😭

  • @braniibranii3809
    @braniibranii3809 2 роки тому

    Fayyatii debihii obbollettikoo kayyoo mana bateef yadadhuu jalalii qarshishaan inbitamuu

  • @bilaatubi6628
    @bilaatubi6628 2 роки тому

    kana muloo nama sooba naamaa soobu maan naam goobuu wayaa jirenya gaara biraa isa gara baayuu si waayaa kum jirenyaa uful durati si hi taayuu

  • @hnnitahnnita1836
    @hnnitahnnita1836 Рік тому

    Uuuuuffff qalbi dubrti azoshi obleti ko 😭ani kanan sinjedhu dhisi ini fundurtu sintauu dhisu mokri 💔

  • @rozanuru4992
    @rozanuru4992 3 роки тому

    Jalalali jamadha ini jedhamu dhugaa dha lakka nuns jiraa situ kabaja ke ofira fudhee in utu at I of kabajiafte sirati nam bira ibarbaduu at I dura of jalaladhu San boda jalala egali ani Mani jedhi of miladhuu duras kan si qabe jalala osso itan dhukubaa male ani kana uda utu sirati rawatuu caliifate ams wayi jalalas farasitaa. Kun's jiraa safuu jalala yo walqita tee baredaa ya bareduu tiyyaa at I goowwa akkami akka tatee tilamamun nih ulafata atuu ga jabadhuu birr ergufi amass

  • @welega2624
    @welega2624 3 роки тому +4

    Bagaa nyaate malii atii qilleensaa wajiin hasooftee ammaa maaltu si gubeere 😜😝😝😜

  • @tasfeyeabbu9170
    @tasfeyeabbu9170 3 роки тому

    Ati fayaa mitii ykn dhirsa ke hin taane bilbila ke qayaradhuu gara rabiiti deebihii rabii ke kadhadhu

  • @kwtkwt5420
    @kwtkwt5420 3 роки тому

    Sittii baga ishooooo dhira birattuu lafa tana irraa dhabamee jazbaa dhalaa akkana kana kunoo kan maqaa dhalaa hundaa nyaatu. Sammuun keetuu sirrii mitii biyya galee hosptaala Amaanu'el deemii ilaallamii😛😜

  • @ModinaModina-v9s
    @ModinaModina-v9s 11 місяців тому

    Iraa fayadguu kun siifi hin ta'u dhugaa waqayyyooo obsasaa siifaha kenuu lubbuuu jaladhuuu malee hin amaniniii