Nyaadhu Hojiikee Rabbi Siif Kenna|Xalayyaa Jaalalaa

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 28 жов 2024

КОМЕНТАРІ • 336

  • @Oromia24
    @Oromia24  4 роки тому +75

    Anaa Dhufu
    Namoonni Seenaa ykn Xalayyaa nuuf qoodu barbaaddan karaa telegram barreeffaman ykn sagaleedhan nuuf qoodu ni dandeessu.
    251917695449
    Galatooma!

    • @arabeyarab4675
      @arabeyarab4675 4 роки тому +1

      Kankoo imo ergee maa dhihesuu dhabdee

    • @simbooshawa6774
      @simbooshawa6774 4 роки тому

      Ayzosh obboleetii keenyaa waqayyoo keetii Kan jedhee siif haa keenuu 💓💓💓💓

    • @ekramabdela8107
      @ekramabdela8107 4 роки тому

      Ani isinfi ergeni turee garuu Nafi Hin Dhiyesne Malif?

    • @kiyya5812
      @kiyya5812 4 роки тому

      Bilbila kesani hin qabanu kaa

    • @sabaanbontuuarsii6939
      @sabaanbontuuarsii6939 4 роки тому

      Okay what app maa hin dubane ree

  • @olikoo6280
    @olikoo6280 4 роки тому +90

    waarrii akka koo qophii kana hordofuu jaalatan like godha wali keenyaas haa guddifnu warra qophii kana dhiyesanif like subscribe godha jedhen dhamsa koo dabrsaa please ilma oro❤💚❤ isin warrii itti dadhabdanii nu biraa geessanis baay'ee galatomaa!!

    • @elfinaashiitaddaluu8284
      @elfinaashiitaddaluu8284 4 роки тому

      Waqayyoo bagaa sii basee koodee koo ammas waqayyoo si haa eguu omaa mitti koodee koo jabadhuu hojjatadhuu

    • @hawibiyyachannel8562
      @hawibiyyachannel8562 4 роки тому

      Olii kottu maatii siif ta’eera maaloo

  • @emutube5992
    @emutube5992 4 роки тому +5

    Oso dubbari hundii akkuma ke kana qaxalle tani jalalaaf qofa arsaa kafalani akkam namati tola!!. Inni mana birri ketin ijare boode ishe sani fudhufi ture sii immo waqayoo jabesi sii dhabe cimtu ko❤️. Inni ati dhugaa jalatu ammasi Kara birrin yoo siti Dhufe hin kessumesin Kan sii jalatu harka waqaa birra siif kenama Jalaala isaa qofati hin cubbisin male Mali birri ketin Jalaala bitata mo

  • @imabettolsa9532
    @imabettolsa9532 4 роки тому +1

    Abshirii
    Kodekoo
    Rabbii
    Qodaakee sinii dhowatuu
    Hojikeetii jabadhuu
    Itio dhisii
    Waqayyoo namaa sifii qabaa
    Obsii hadhokoo namnii hin amanamuu waqayoraa kanii hafee rabbii hojii isatii haa latuufii sifimoo rabbii wan gaarii sifii haa qoduu bagaa sii basee rabbii

  • @Birqee-ox3yc
    @Birqee-ox3yc 3 місяці тому

    Addaraa dhirootaaf garaa namaa kutaa hojiinisaa bayee hedhudhaa gamee bayee galtoomoo ati nufjiraadhuu❤❤❤

  • @jituuoromiyaa3705
    @jituuoromiyaa3705 4 роки тому +1

    Aayyyyyiiiiii dhiiraa bbiyyaa jalduutif safuu daladatootaa jaalalaa homaa miti jabbadhuu bagaa rabbii isaa irraa Addaa si baasee osoo dhalaa tokkoo irraa argaatee maal gotaa gammadii dhugaa siif rabbii namaa qabaa qoophaatootaa xayyaa jaalalaa anii baayyeen isiin galaateefadha

  • @AsAs-hd5is
    @AsAs-hd5is 4 роки тому

    Waqayyoo jabiinasiifaalatuu waqayyoo waniibayee sifiikeeraa osiiii♥️♥️♥️♥️❣️❣️❣️❣️💖💖💖💖❤️❤️❤️

  • @martadufera4676
    @martadufera4676 4 роки тому

    homa miti rabbii jiraa siif kan ta.ee sii eegaa sittii hin dhagamiin hadhookoo waan namaattii toluu qarshii kee erguu dhiisuu keetii waaqayyoo galateeffadhuu obbolessaa kee isaa sittii gadee dhifaamaa gaafadhuu maatii kee keessii dhifaamaa gaafadhuu bagaa waaqayoo afaan diinaarraa sii basee hedduun jalaalaa isaan qarshii isaa dhabaan bohuu atii garuu jalaalaa kee dhabee waaqayoo immoo sii qophaassaa jabaadhuu

  • @hamziyeeyeearsiilijii9785
    @hamziyeeyeearsiilijii9785 4 роки тому +28

    Hadhaa anaa duraa lalee like na tuqaa

  • @fmsw8845
    @fmsw8845 4 роки тому +1

    Obolletti koo caraa garii qabdayuu siin jedha annii Gama kiyyan sababnii isaas osoo wollin jirataniyyuu namaa garii mitti osoo isiin wollin hin jiratiin sii rukkutu egalee jalqaba irra kasee homaa sitti hin dhagahamiin jabadhu jiruunii biyya ormaa bayee ulfataa yadanii wollin 😥😥😥😥 Anni dhamsii kiyaa kana 😔

  • @masaaratkumaa4506
    @masaaratkumaa4506 4 роки тому +1

    Waqayoo Ojiisaa Akeenuufii jaabaadhuuu

  • @obsaaqabadhuu4134
    @obsaaqabadhuu4134 4 роки тому +2

    Wayooooooooooooooooo gochii kunii Anaa irratti Rawwatedha mucani nagaanesii ilimaa ejereetti Kani jiratuu garuu Adisii Alamidhaa wayooo ijolee Adisii Alamii waqqayyo goftani isanii galabaxuu

  • @hawwaasayniinadhiigamadaa8720
    @hawwaasayniinadhiigamadaa8720 4 роки тому +1

    Dhugaa rabii senaa kunii akumaa kotii natii fakatee

  • @furdosezakiir8926
    @furdosezakiir8926 4 роки тому +2

    Atis abshii dhirra hin dhabduu wan rabbiin siif qoode issa harka garu baga rabbin sii basee obboletti koo abshiir❤❤💘💘🌹🦊🏵🏵🥀🥀🌺🌺💘💕💋🌹

    • @hawibiyyachannel8562
      @hawibiyyachannel8562 4 роки тому

      Furdose Zakiir kottu maatii taanaa qomooko

    • @furdosezakiir8926
      @furdosezakiir8926 4 роки тому

      @@hawibiyyachannel8562 yene maarrrr eshii naan dhufa matyi ni tanna 💔💔❤❤💋💋💕💕💓💓

  • @sanyihacee7871
    @sanyihacee7871 4 роки тому +1

    Baga nagan dhuftaan jaalewwan dabalii jaalala

  • @amartiadane3181
    @amartiadane3181 4 роки тому +2

    Yaa rabbii koo dhiironi soba kakatu rabbii siin haa salphisuu.

  • @saraagezachew4930
    @saraagezachew4930 4 роки тому

    Yaa warraa dhiraa ABBA dhumaa koo naa jibisisaa jiraa maloo waqa yoo sodaatan😭

  • @rozarozroz8065
    @rozarozroz8065 4 роки тому +3

    Oro 24 baayye si dinqiisifadha.hanga galgalli genyaan dhaggeefadhutti baayyen ariifadha nuuf jajjabadhuu sanyii koo ❤❤❤👍👍

  • @kadotamam1686
    @kadotamam1686 4 роки тому +1

    Subahan allaa obsaa keeti waan naama dhibudhaa abshir sif garitii si gagataa

  • @sabontuarsiiarsii2843
    @sabontuarsiiarsii2843 4 роки тому +1

    Rabbii si haa gargaruu amshir

  • @oromoongaraalaafa5189
    @oromoongaraalaafa5189 4 роки тому +22

    Namni akka koo oromia 24 hordofuu jaalatan like...

  • @furdosezakiir8926
    @furdosezakiir8926 4 роки тому +1

    Wwwww bayyee galattomii nuf jiradhu yadanon isse namati tola atis nuuf galattomi garu wanti akkasi akkam bayatee uffffff hin tahuu ❤❤💘💘💕💋🌹🌹😭😭

  • @iftuuorom5917
    @iftuuorom5917 4 роки тому +1

    Bagaan dhuftee 💜💜gamachissii bayyee galatoomii barumsaa guddaa nuufii kenaa jirtaa galanii kee guddaadhaa❤ittii nuu fufiii...... egaa obbolleettii keenyaa waaqqaayyoo baga sii olchee jadhanii atii kani caaraa kee hin dhabduu isaafii raabbii hojii isaa haa keenuufii omaa mittii atii jabdhuu hojii keettii sii jedhaa💌💌💌💌baayyee nama gadisisaa akkamiin nama amananii akka jirtaan yeroo keenyaa bayyee ulftaa💕💕💕😢

  • @mustobintmahmed2566
    @mustobintmahmed2566 4 роки тому +2

    Baga nagiyan nuf dhufte heduu isin jaladha nuf jabadha oro too💕💕💕💕❤❤❤❤❤❤
    Baga rabbin sii base gifti koo rabbin si walin ha jiratu jabbadhu hojadhu

  • @MMm-rm5gi
    @MMm-rm5gi 4 роки тому +1

    Oboletii too kunii durraa Malaqaf sii Jalatee kanafu Gamaduu qabdaa kan Rabbii sii bassee waan Rabbii sii qodee hin dhabduu ommaa hin yaddini jirruun Biyyaa Ormaa Arabaa kananu Ni Ulfataa Jabadhuu Rabbii Hundaa kenyaa Naga.aan Biyyaa kenyatii nu haa Galchuuu

  • @imaanmuhammad4596
    @imaanmuhammad4596 4 роки тому

    Wallaahi dhallaas ta'ee dhiraas warrooni jalallaan taphataan Rabbi harraa isiin galfachisiin anii jirreenya koo kessati madaa jalallaa him barbaduu

  • @maakkaahmadi2622
    @maakkaahmadi2622 4 роки тому +1

    Amashiri kaa raabii sii jiraa jabadhuu atii woojadhuu raabii si

  • @emutube5992
    @emutube5992 4 роки тому +1

    Homma miti jalalaaf arsaa kafalun sii midhusi jequmsa sammu ketirra sii bararee waqayoo.

  • @GiftiiOroQueen
    @GiftiiOroQueen 4 роки тому +3

    Durumayuu Situ Jaalatee Malee Inni Jaalalaa Dhugaa Qabatee Sitti Hin Dhahanee Sobaan Si Jalqabee Osoo Jaalala Dhugaatiif Si Barbade Hojii Isaa Si Dhoksu Ture Bagaa Rabiin Osoo Badii Guddaa Siratii Hin Dalaganii Sirraa Qabe!!

  • @mitamita7790
    @mitamita7790 4 роки тому +1

    Waqqayyoo ishee jalata osoo hin nyataamin rabbi fuldura goree amma ati jabbadhu obbolleti tenyaa warrii police kuni immo kan hojii keessani isiinif ya latuu

  • @asas-io8hg
    @asas-io8hg 4 роки тому +1

    Waaqayyoon hojii isaa haa kaafaluf obbooleti koo rabbiin siif jira hin yaadiin

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar1477 4 роки тому +1

    Baga rabbii harka kee isaaf hin kennine fayyaa qabadhuu tiruu koo jaalalli yeroo amma Uffaata ta'e baga qarshii kee itti hin ergin kee hiree rabbii bira jira abshir jabeettikoo

  • @hawiyoutube1867
    @hawiyoutube1867 4 роки тому +2

    Biyyyoo haa nyatuu atimoo bagaa rabbii sii olchee

  • @bontutsagaye8285
    @bontutsagaye8285 4 роки тому +1

    Wayoo yaa dhiira

  • @feenetshawa7853
    @feenetshawa7853 4 роки тому +24

    Polisii fi konkolaachisaan saree maraatudha duruu argaadhuma isaani 😤😤😤😤Abshiir obbolleetti keenya jaalalaan yoo miidhamteyyuu waan nyaatamte miti waaqayyoon irra si Oolche

    • @nourangel2161
      @nourangel2161 4 роки тому

      Feenet shawa@ dhifamaa wajjin dhalii namaa saree hin jedhamuu namnii tokkoo yoo balesee hundii balesaa mittii.shamaran tokkoo tokkoo akkunaa dogongoran maqaa shamaraa hundaa akkumaa balesudhaa garuu ammananii irratii of dhisuu ykn immoo laphee hundaa ittii mulisinaa

    • @khamiali1295
      @khamiali1295 4 роки тому

      Akkas hin jedhamu namni hundu tokko mitii

    • @nourangel2161
      @nourangel2161 4 роки тому

      Dhugadhaa tokkoo mittii anii dhalotaa koo irraa qabee polisii, shiferii fi barsisaa bayyen jibaa garuu hundii tokkoo mittii

    • @AaAa-ht7bo
      @AaAa-ht7bo 4 роки тому

      Sanbin.wani.nama.hunda.lala.olti.sanimafi.f.b.sh

    • @sanyihacee7871
      @sanyihacee7871 4 роки тому +2

      Anis jara hin jaaladhuu dhabeen hafa maale🤣

  • @astuusifamayuuabdinjirawaq257
    @astuusifamayuuabdinjirawaq257 4 роки тому +2

    Bara daldalii nuti bayatee kana Ijolee iraa offi eganoo godhadha
    Baga rabii si basee Hadhoo koo omaa miti Jajabadhuu waqayyoo kanii borii JIRENYA kefii ta,uu sif haa kenuu waraa hara sobanii nama burjajesaa jiranii waqayoo waqayyoo hojii sanii safaree haa kenufii

  • @afraaldhaheri3388
    @afraaldhaheri3388 4 роки тому +1

    Abshirii oboleetii koo bagaa Rabbiin siraa Qabe utuuni qarshii kee hin nyaatiin Sii laftii bariidha hojii keeti jabaadhuu Atii

  • @sabotuoromoomimioromoo3258
    @sabotuoromoomimioromoo3258 4 роки тому +6

    Waarrii akka koo qopii kana hordofta like godha Oromiya 24 👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤

    • @najahakamal1254
      @najahakamal1254 4 роки тому

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @singitanoromiyaa5087
    @singitanoromiyaa5087 4 роки тому +7

    Uuuuuuuuufffffff hirriyya baraa kanaa bineesumaa jechun ni dandamaa🤔 yaa waqqayyoo waan nuuf hin tanee nurra qabi 😍dubarota hundaf🙏

    • @shumishanko1409
      @shumishanko1409 4 роки тому

      amiiiin amiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiin lubbbuu

  • @afiiznuruu8168
    @afiiznuruu8168 4 роки тому +7

    ashaamaa arkaafune anadhuufu nagaakesaanii❤💋

  • @gexikatama8245
    @gexikatama8245 4 роки тому +1

    Obsaa siifaa kennuu rabbi

  • @iyesusabdiikoot352
    @iyesusabdiikoot352 4 роки тому +1

    Waqayyo.obsii.siif.haa.keennuu

  • @tawahdohaymanote3996
    @tawahdohaymanote3996 4 роки тому +2

    Oromia 24 baga nagaan dhuftan jecha yaa obboleti ko rabbin Si baasera meqatu qarshis , jaalalas dhabe hafe isaf kan hojisa halatufi ati abdi hin kutin jirenyi itti fufa kan sif jedhe lafa jira .dhironnis dubarti gara jabattu fi ofitti amanamuma qabdu jalatu ishii hadhooko .

  • @Sadia-nz9rt
    @Sadia-nz9rt 4 роки тому +1

    Bagaa rabbii sii baasee ini dura daldaalaa jalaalati

  • @shaikhaalkaabi7959
    @shaikhaalkaabi7959 4 роки тому

    Obbooleetii koo waaqqayyoo sii waajjin jiraa jaabadhuu inni hojii in argaata harkaa iraatii

  • @bashattugudeta5544
    @bashattugudeta5544 4 роки тому +1

    Uuuuuuuuuuu yaa jaalalaa bara kana maaloo yaa waaqa koo nuraa fageessii maaloo jaalalaa soba kana😭😭🙏🤲

  • @fozfoz6889
    @fozfoz6889 4 роки тому

    Dagadhuu kan kee jedhee lafa jiraa waqqayoo obsaa sif haa kenuu inoo biridhaf bagaa biricha hin nyatin rabbi si basee jiraati

  • @Hayathayat-rm9qh
    @Hayathayat-rm9qh 4 роки тому +1

    Yaa allah

  • @shegeshageqitata123
    @shegeshageqitata123 4 роки тому +2

    Obsi Waqayoo Wan Sifi Qopese Qabaa Namatu Si Kade Malee waqa Miti isati waqayoo haa araramu narale wan bayee gaera garuu waqsyoo na kiseraa waqayoo haa galaatuu

  • @oromiyaabalee9118
    @oromiyaabalee9118 4 роки тому +1

    Rabbi sif jiraa obasi lubbu

  • @seenaakoo2900
    @seenaakoo2900 4 роки тому +1

    Jaajjen hafa malee poolisii fi konkolaachisaa hin heeruma maa hanguma fedhe gaarii hin taane
    *si garuu rabbi si baase maaltu si aarsa kan siif jedhe erguu hin dhaqu*

  • @chowachowa5915
    @chowachowa5915 4 роки тому

    Obboletti kenyaa rabbiin sii haa jabbessuu kan caraa kee hin dhabduu attii yomiyuu

  • @uaeajman4945
    @uaeajman4945 Рік тому

    Kkkkkk Ani mucaa jalduuti garuu ijoolen jalduu daldaltuu jaalalatii abshiir giifti kiyyaa Kan kee qoonni jiraa❤❤❤

  • @fanoosgirmaas1889
    @fanoosgirmaas1889 4 роки тому +1

    Baga nagaan dhuftee oromiya 24 💓💓💓💓💓💓💓

  • @صاليءإسمعيل
    @صاليءإسمعيل 4 роки тому +1

    Abshir qomoo koo kayyo kee ganama qabate baten gamadi gali kan rabbi siif ka'e hin dhabdu

  • @abodejamalawda1499
    @abodejamalawda1499 4 роки тому +1

    Baga rabbiin sii basee atti jalaani midhamte male maqaa ketin hin midhamne al hamdulilaah jedhii

  • @madinaa1452
    @madinaa1452 3 роки тому

    Dhugaa jetee gamee polisin hin tahu bultidhaa raabi waan sif tahu sif haa kenu oboleti tiyaa abshir 😭❤❤❤❤🤦🏻‍♀️🤦🏻‍♀️🙏🙏

  • @baqalechalamayyo5526
    @baqalechalamayyo5526 4 роки тому +1

    Homa miti obsi kodee mali bane nama hin jiruu osoo qabu malifi sobu kaa banee maloooooo akkamiti osoo qubela godhate jiruu safuuu 😭😭😭😭😭 baga waqayon sii base jabbadhu fulrdu kee ifaa

  • @qoreeqarasibiilaa7840
    @qoreeqarasibiilaa7840 4 роки тому +2

    Anii bee dhiirri Yihuudadha Ergan jedhe tureen jira😏 kan caalu siif haa kennu waaqni giiftiikoo warqeen Abiddan Akka qoramu hunda Atiis qormaata tokko xummurteerta kan fuulduraaf madaala kaasi.
    Waan qoode nu barsiiftef Galatoomi Oromia 24 waliinu🙏

  • @heshemheshem4723
    @heshemheshem4723 4 роки тому +5

    Ayiiiiiiiiiii malo warri dhira sobaa dhisaamee obboleti tenya darbees biyya dhalota koo kantatee baayeen siijaladha hingadiin waaqayooo siwalin haatau 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @fatmaabdalla6625
    @fatmaabdalla6625 4 роки тому +1

    Yaa boleyaaa koo.qarashin jalalaa hin bituu hiqaaa yo kaa meshaa bitii malee kaa birii malee sin.jaladhuu jedhee haa demuu mee birii.tesaaa qabachuu mokoraa anilee jalalaa inumaa bekaa warii.dhiraa iraa hedun namaa yeroo jalataman namumaa midhuf deman

  • @እመንእንጂአትፍራ-ኀ1ነ

    Uuuuuufffff maaloo mudannoon akkanaa na qunnameera😭😭😭😭😭👈

  • @cheltukader9501
    @cheltukader9501 4 роки тому +1

    namin Akka Kiyat Oromia 24 Jalaatan Lik Godhaa Horaa Bulaa

  • @amnaalowais2621
    @amnaalowais2621 4 роки тому +2

    Obolesi kee sun garuu nama gariidha 👍👍👍👍👍

  • @sinaaff6053
    @sinaaff6053 4 роки тому +4

    Seenaan kun dhibbaan dhibbatti kan kootiin wal fakkaata maatii koon adda na kutuuf qullaa na hambisuuf ture anis akka inni milkaawu hin eeyyamneef galata waaqayyoo har'a nagaattin jiraadha obbolaa koos araarfadheen hojii isaa haa nyaatu

    • @makdassabougha7775
      @makdassabougha7775 4 роки тому

      Kani. Waqayoo. Jedhe. Lafa. Ta. ee. Si. Ergaa. Waqayyoo. Fayya. Si. Haa. Kenu

  • @yusrajimma9155
    @yusrajimma9155 4 роки тому +14

    Like gochun oso yero dhibba dandahame nan godha

  • @AbabachiRabumaa
    @AbabachiRabumaa 8 місяців тому

    Jabadhuu malee hunduu hin darba

  • @hawihawi2549
    @hawihawi2549 4 роки тому

    Yarabbii.dhiri.yeroo.ama.hulfatadha.sin.rabbi.sibira.jira.jabadhuu.ojedhu.kodee

  • @rehimasabontu4165
    @rehimasabontu4165 4 роки тому +1

    Galatomi saanyii ufii barnotaa garii obboletii tenyaa rabbii obsa sii ha kenuu kan rabbii si qodee si jira

  • @lominegeseyoutube1417
    @lominegeseyoutube1417 4 роки тому +1

    Jalaala jechun ibida jechudha yoo qaban nama guba yoo dhisan nama huma

  • @fozefoze2494
    @fozefoze2494 4 роки тому

    Uuuuuu Yaa dhirra Bara kan Yaa rabbi nuu egii baga birr kee itti hin ergin Jalali hin jiruu yeroo hamma Yaa shamarani keenyaa addarr keessan of egadha

  • @hananhananyaarabbi4241
    @hananhananyaarabbi4241 4 роки тому +1

    Abshri sayii rabbi jiraa

  • @zamatubezematube7226
    @zamatubezematube7226 4 роки тому

    Abshir sistuu qormaanni dhirqama .rabbin rakkoo kee hunda saa olchu .

  • @kebbel3100
    @kebbel3100 4 роки тому +1

    Yaa obbolleeti too rabbii si jalaata waqayyoon galatefadhu sanyii too qarshii kee itti hin bafne

  • @workyworky4353
    @workyworky4353 4 роки тому +1

    Uuufeee

  • @asmaaakoraiakorai5074
    @asmaaakoraiakorai5074 4 роки тому +1

    Abshiir oboleeti keenya yeroo Hama dhiraa bayyetu jaalaan shamaran midha jiraa Kan dhugaan si jaalatuu rabbi si keenu danda'a Abshiir

  • @caaliihuruma7187
    @caaliihuruma7187 4 роки тому +1

    Uuuuuuuffffeeee argaa kee dhiiraa maalii godhuu ka

  • @stieanizelke6339
    @stieanizelke6339 4 роки тому

    Ayii Yaa irraa Amaa Oh My Gad

  • @hawireta3445
    @hawireta3445 4 роки тому +1

    Rabbii sii basee jiraa waqaa kee galateefadhuu
    Polisfi watadari maaliif akkaa ta'ee bekuu badhulee hojiin isaani bay'ee kan namaa midhuu! waqnii laphee yaa kenuf rabbii

  • @oromoongaraalaafa5189
    @oromoongaraalaafa5189 4 роки тому +2

    Baga nagaan dhuftan oromia 24

  • @kiyaaoromoo4259
    @kiyaaoromoo4259 4 роки тому +1

    Uuuuuuuufff garaa namaa nyataa waqayoo Sifaan jira🤲🤲🤲😭😭😭😭

  • @faaxeeabdullaahi3194
    @faaxeeabdullaahi3194 4 роки тому +1

    Barsiisota ,Poolisoota, Konkolaachistoota kun sadan gufuu Jaalalaati.
    Obboleetti kiyya Rabbiin guddaan kan ati jaallattu kan sijaallatu siif haakennu abshir.
    Gadhee akkasii irraa baga Rabbiin guddaan sibaraare.

  • @khaledtiko4487
    @khaledtiko4487 4 роки тому +1

    yaa rabbiiii kiyyaa uuuuuuuufffffff😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @eliehobeika4933
    @eliehobeika4933 4 роки тому +1

    Rabbii sii basee jiraa waqaa kee galateffadhuu ati homaa hin yaddiin dhisii inni hiree kee miti okti

  • @abdiikooiyesus2750
    @abdiikooiyesus2750 4 роки тому +1

    Maloo akkaa ko'oo tatee maloo maloo rabbii sibasee amalee rabbii hiree kee si dhowatuu jabbadhuu

  • @bareduutube3426
    @bareduutube3426 4 роки тому +2

    Jalallaa jalallaa wayii jalallaa

  • @samerashasheefree2931
    @samerashasheefree2931 4 роки тому +1

    dhugaa jetee sanyii tiyyaa namni asirraatii nama midhee oso hin midhamne hin hafuu woyii kesssaatuu namni jallallan nama midhee hin milkaayuu yaaraabii shamaraan keenya dhugaa ishii hin dhoksiinii

  • @qaareejawee6830
    @qaareejawee6830 4 роки тому +1

    Bagaa dhuftaan oromio24 😍😍😍

  • @netsanettube9580
    @netsanettube9580 4 роки тому +1

    Jabadhuu Tiruu too umma miti

  • @ofinbontuuintalaaoromoo4209
    @ofinbontuuintalaaoromoo4209 4 роки тому +1

    Jabadhaa OROMIA 24 bayee namatii tola oboleti koo moo oma miti WAQAYYOO siyi jiraa ayoshi

  • @abbaagariikooyesusuiloveyo4701
    @abbaagariikooyesusuiloveyo4701 4 роки тому +1

    Uuuufffffffff yoo waqayoo nagaragaree obolotaa koo senaa baay'ee qabaa kaani kessaa koo naguberuu snilee akkasumaa ifaa bafachuu barbadaa ayii goftaan koo sii waajin haa ta'uu oboletii koo jabadhuu

  • @fatimabare7031
    @fatimabare7031 4 роки тому +1

    Maashaallah yadaani kessani nuuf ta'aa

  • @ganootube7855
    @ganootube7855 4 роки тому +3

    ❤senaa tooo fakataa dhugaa senaanii kunii😢😢😭😭😭😭😭

    • @milikoadunyaa2539
      @milikoadunyaa2539 4 роки тому

      Araga pls uuuuuufffffff sena kosi fakata 😭😭😭😭😭

  • @zamzamabino2314
    @zamzamabino2314 4 роки тому +2

    Rabbii si olchee si nyaatee olee beekate . ati kee hin dhabduu . ati namaa garii yoo tatee namaa si dhabaa malee ati namaa hin dhabduu

  • @ghaniashehayeb2004
    @ghaniashehayeb2004 4 роки тому +1

    Homaa.mitii.hireen.qoodaa.raabitii.jeedhaanii.waaqaayo.kaan.keetii.jeedhe.taa,eetumaa.sii.egataa.hin.yaadin.maaloo.siinis.warii.dhiraa.yaa.oboleyaan.too.maalumaaf.santibaa.jaalatuu..jalalii.santibaa.hin.bitamuu.keenaa.waqatii.dhiiraa.yon.jeedhuu.dhiraa.hundaa.mitii.

  • @AmiinaShow
    @AmiinaShow 4 роки тому

    Matii naa ta.aa mee ijolee qaqaliwanii koo kotaa

  • @aminamohammedwake726
    @aminamohammedwake726 4 роки тому +1

    Bagaa Rabbiin sii basee☝️☝️☝️😭😭😭Amlee oblesaa kee sirtii jabefadhuu

  • @sifaniiyoutube9473
    @sifaniiyoutube9473 4 роки тому +1

    Uuuufff obsii oboletii koo attii wantaa caraa ketii dhabduu 😭😭😭😭☝️☝️☝️ murtesanii fayadhaa 😭

  • @alamucaalii2815
    @alamucaalii2815 4 роки тому +7

    Gochi akkana baayeedha. Obboleetti teenya kan sif ta'ኡ waaqayyo sif haa kennuu obsi kayyoo kef jiradhu hojedhu gali kan ke lafuma jira hireen

  • @abdiabdi7026
    @abdiabdi7026 4 роки тому +7

    Police, barsisaa fi konkolachisan daldalota jaalalati rabbii namarra haa qabu.
    Sanyii ofii bagaa waqayyoo osoo inni qabeenya kees hin nyaatin bagaa sirraa qabee hattuuf gantuun yommiyyuu hin milka'uu
    Ammalee waqayyoo isiin hin milkesin 🙅‍♀️🙅‍♀️🙅‍♀️🙅‍♀️🙅‍♀️🙅‍♀️🙅‍♀️