I am Somali Galooo this is not just music 🎶 this is the feeling of 60 million people oromo in Ethiopia 🇪🇹 I can understand every word of this truth u talking about but I wish this will be translated to world 🌎 language very soon 🔜. 23
@@dejeneyadete8200 what isss that? you mean I have to use this alphabet? or?. currently i have not yet installed amharic keyboard i will in near future. even though did not understood what was your thought, Thank you so much Dejene, for your reply to me.
Mind-blowing.... I don't understand the word's...but it crosse's mind and conveyed love and affection in families..... Universal melody... Love 💝 from Bangladesh
BOOM BOOM SINBA 🦁 This view shows how the oromo people respect their singers and how is the speed of oromo people future civilization and culture picking up boom boom boom boom SIMBA 🦁
One millon view in 3 day 👏👏👏👏👏👏👏oromoko akkasi malee galo jechun haftee haceti hamilee nuti horee rabbin umrii dheraa siha kenuu nu bochisee siribii keee 😢💞💞💞💚💝💚💝💝💚💝💚💝💚💚💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪 long life my brother we love you sijalnaa galoo galanaa koo osoo humina qabdhee kenaa gudaa sifi kenaa turee garuu homa hin qabuu garuu oneeko si jalataa rabbin sifi kadhaa bakaa yaddee hundaa akka gesuuu si jaladhaa oneraaa obolesaa koo 😢💝💚💝💚💝💝💚💔💚💝💚💝💚💝
ኦሮሚያ እኮ ተፈጥሮ ያደላት ውብ ለምለም ሀገር ናት ተባብረን እናልማት በተፈጥሮዋም እኛ ልጆቿ እንጠቀምባት ኦሮሚያ ሀገሬ ሰላምሽ ይብዛልኝ⚫🔴⚪🙏
ዉዴ በጣም 🙏😍😘
Amen
❤❤❤❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞
Betam❤️👌
Perfect
"Dhugaa irraa maaltu nadhoowwa eessati kufee namni dhugaaf bule galgala hin tolu namni sobaaf duule " galoo madaa garaa keeti nuuf ibsite jirta baga itti cabsite girrisoochi guyya 2 keessati miliyoona guutu qabna yo rabbi jedhe👍
Akka eegetti hinarganne garuu bareeda
🥰
👍👍👍💝
Sirritti dhaggefadhu
Goloo ko dhugaaket najiraadhu
ከ father ጋ አየሁት ዘፈኑን እያለቀሰ ትርጉሙን ነገረኝ ሀጩ ጀግናችን ገና ይዘመርልሀል ብቻክን ሀገር ነክ ሀጬ ኮ❤
ገሎ ጀግናችን በርታ የ ሀጩ ምትክ❤
አዎ! ወንድማችን ገላና ጠንካራና ልበ ብርቱ ወጣት ; የህዝብ ድምፅ የሆነ ወጣት ነዉ!. ደግሞ ገና ከዚ በላይ ታሪክ ሊሰራ የሚችል ልጅ ነዉ። እባካቹ የሰዎችን Value ከሌላው ጋር አታነፃፅሩ። ሃጬያችንን የሚተካልን እስከ አለም ፍፃሜ ድረስ ብንሄድ እንኳን ልናገኝ አንችልም። ማወዳደሩ ቀርቶ ዝም ተብለን ብቻ በስራቸዉ እናበረታታቸዉ።
@@rakebworku2339 አይደለም ሃጫሉ ከሞተ ዎደዚህ ሞት አያስፈራኝ በሎዋል እሄ musica ላይ ለዛ ነው ያለችሁ 👍
❤‼
😭😭😭😭😭😭😭😭
🥰🥰🥰🥰
ከሸገር እንዴት ናችሁ ምርጥ ሙዚቃ ❤️💐💐
Nan geerara aariikoo
Kan na keessaa boba’uu
Yoo gaalee ta’ee malee
Supheen gaachana hin ta’uu
Leenca ta'ee dhaladheen
Kodhoolleemmoo ta'aaree
Namni bakakkaa beeku
Dibbee dhaannaan na'aaree?!
Ijoollee biyya kootii,
Gugurraa mataan furaa
Eenyutu eenyuun haale
Maali hirbuun gaafa duraa
Osoo birbirsi jiruu
Maaltu faarsa migiraa?
Na nyaartullee hin na'u gonka
Dhugaa irraa maaltu na dhorka?
Eessatti kufe namni dhugaaf guule
Galgala hin tolu namni sobaaf duule!
~
Obsi daangaa darbu qaba
Harki bokkuu qabu bodees numa qaba
Natu si baata - situ of dadhaba!
Obsuufi dhoksuu koo dabuma seete
Ni beekti garaan koo akka na goote
Sibilaallee sibiilatu qara
Dhugaan namaa galgala gala...
Hadhaba cabsa inni karaa beeku
Haqatti hin dabu namni haqqii beeku
Sangaan usnaan iyyite qacceen
Beekaa riphnaan dhaadatti dawween...
Eenyutu na'aaf bubbuttaree nyaara
Keessi hin mul'atu beeki garaan dhiiraa!
~
Maaf na nyaara na hin nyaaru kanarra
Maalan aarasi hin aaru kanarra
Maalan boo'a hin boo'u kanarra
Yoo jiraanne birraa wal agarra
Yoo wal taanee moonee wal agarra!
Yaa ijoollee yaa ijoollee
Kan jenne hin oolle!
Nan gala hin jedhu namni osoo hin geenye
Fala hin argatu namni faloo hin beekne!
Dhugaan qaxxisa tiratti
Akka arge hin deemtu karaadha filatti
Gaafa ol baatu tulluudhaan mul'atti
Gowwaan hosseen karra cufa
Namni kufuu hawwe teessumatti kufa
Gara - kuteessatti dukkanni ni ifa!
Gaafa dhiiraa lubbuun haa dabartu
Eessa abbaashii silas du'a hin haftu
Gaafa giitii lubbuun haa dabartu
Erga #Haacaaluu lubbuun na hin marartu!
Maatii nataa ii.lubuko oromoko 💕💕💕
Yeroo kee aarsaa gootee kana hunda katabuu keetif galatoomi oromoo koo baayyee na marartu uuufff waaqayyo diina nurraa haa kuffisu
Thanks Redicho💪💪💪💪💪❤💚❤✅👍
Gaaltomii redii kenyaa nuf jiradhu rabbii umarii kee nuf haa dhereesuu
🤙🖤🖤💪🥰👌💛
I’m from Kenya 🇰🇪 I love 💕 oromo & song 🎧 👌🏾
🥰🥰🥰🥰🙏
Thank you so much
Recpect
Thanks from kenya
Maaf sobda Dhala keeniyaa
Thank you so much 🙏❤
Akkasi Akkasi Itti cabsi Dhiira koo
Sirba Galaanaa gaaromsaa kana Hanga ammaatti Yeroo kudhanii ol irra deebiin dhaggeeffadhee jira.
Hunda caalaa kan Nama gammachiisu Tokkummaa saba kanaati.
Yoo tokkummaan sochoone Waa baayyee gochuu Dandeenya.
Ittuma jabaadhaa ammas daran qooduun Warra hin argin biraan gahaa. ❤️
Jabadhuu siii faanaa jiraa oromoo akasii itii mudiiii love
@@mominashifarew7903 Jajabe ko nuf Jiradhu rabbi Sii bira ha Jiratuu❤❤❤
Dhugaa keeti Tokkummaan Humna❤
Beeysisiif
Maatii nataa ii tiru 💕👈
Egaa dhiraa Lubbuun na marartuu
I,am from Somaliland🇮🇷ilove oromoo songs tanks galaana garromsa
Thanks
Nu jiradhuu gotaa koo
❤️
Mahsadi ukti
Sobduu😂
1.1 M oromoon galana ta'u kessaan ittii mul'istan dinoota kenya💪❤
Dhugaa rabbii redi keenyaa galtomi rabbiin wan atihi fetu sif haa ta,u☝☝☝☝sirbi kun qabso keessanin as gahe walhi
😭😭😭😘😍🤩🤩🤩😭😭😭
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😘😘😘😘😘😘😘
Redii keenyaa atis nuf galatomii kun hundii jajjabinaa kessaniin guyyaa 3 kessatii kanaa arginee 💖🙏🙏💖💖
Jabadhu Lecaa Kenya ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👍👍👍👍👍💪💪💪💪💪❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Gaalanaa strong voice love Oromo music ❤️ from Kenya 🇰🇪 ❤️💚❤️
mee kottuu maatii naaf tahii oromoko
Thank you brother
Gaalanaa koo❤️💚❤️🐅🐅💪💪👌👌
Thnkyou
Thanks
I am Jamaican i love oromian music, one of the oldest tradition in Mama Africa 🌍
Big big respect 💓
best musick
sher like sher like sher like all everbady
👍👍👍👍👍👍👍👍
የአጋሮ ልጅ ነኝ ደግሞ ስልጤ ነኝ ግን ኦሮሞ ስወዳቹ ከልቤ ነው ውድድድድ ባዬን ሲንጃለዳ ኢጆሌ ኦሮሞ❤
እኛም እንወድሻለን(እንወደሀለን)ያገሬ ልጅ አጋሮ የፍቅር ሀገር ነች። ደግሞ በዘር ለመተዋወቅ እንጂ ከፋፍሎን አያዉቅም አጋሮ ኑጂራድ።
እኛም እንወዳቹሃለን
Egnan enodachuwalen ya agaro lijoch😁
We love you too❤❤
I am from sudan I like Oromo music❤
انا احبكم شعب اوروميا.
I'love you Oromo people🙏
شكرا جزيلا
Txs
شكرا جزيلا! نحن أيضًا نحبك يا شعب السودان ، إخواننا الكوشيين. Thank you very much! We too love you, people of Sudan, our Cushite brothers.
Thanks 😍😍😍
ጀግናው ምርጥ የኦሮሞ ልጅ አጩኮ አልሞተም ባንተህ ውስጥ እናየዋለን በርታ♥
እኔ አማራ ሆኜ እንዴት የኦሮሞ ሙዚቃ እሰማለሁ የሚል ሰው ካለ ብዬ ፈልጌ አጣሁ ባገኝ ይገርመኝ ነበር
የሚገርም ስራ ነው ቋንቋውን ባልችልም ብሰማው እንኳን አልሰለችህ አለኝ በርታልን
I'm from italy ,🇮🇹i love oromo song❤️
Thank you
10q
Thank you 💕💕
Thenk you somuch
Thnx alot
ምን አንደሆነ ትርጉሙን አላውቀው ጭፈራ ተወዝውዤ ሞትኩ እኮ በጣም ነው የምወደው ብዙ ዘፈኖቹ ሞባይሌ ላይ አሉ ምርጥ ስራ ይዘህልን ስለመጣህ ተባረክልን አንድ ቀን ትርጉሙን አውቀዋለሁ ብዬ አምናለሁ።
❤❤❤❤❤❤❤🙏
ua-cam.com/video/5hbRFAoKQvM/v-deo.html
ua-cam.com/video/NQeGydrBXcc/v-deo.html
ua-cam.com/video/J0RO39zPnyw/v-deo.html
እኔ ላስተምር ኦሮምኛ
ስልጤ ነኝ ኦሮምኛ ውስጤ ነው !!!
Sanyii mootii jabaadhu sirrii jette kan dhugaaf dhaabbate hin badu
I hate all those who dislikes this video
Welcome sis dear 👏🏻👏🏻
ስሜቴን ለመግለፅ በጣም ቃል ያንሠኛል በእውነት በጣም ምርጥ ሥራ ነው ። ቋንቋውን ሙሉ በሙሉ ባልችልም እንኳን ያንተን ሙዚቃ በሙሉ ስሠማ ውስጤን ስሜቴን መቆጣጠር አልችልም ኑርልኝ።
Girrisaa koo itti muddi, Girrii jennetuma Miliyoona irraan baana!!
Kassahun ko abshier amman gunna sirbooni samona bayee dhagefaatani hin qufan Osoo namaf nyaatame gurraf namaf tola bro
Kassahun matii naf'aa anafiis 🙏
Kassahu maati naaf tahi anis sifin taha bro
Maatii nataa ii.lubuko 💕💕💕👈
🐅🥰🥰💯💔💔Galo🙏🌳
Im from china
我喜欢这首歌。
I love this music
Tnx
ደግሚ ደጋግሜ ባዳምጠው የማይሰለችኝ ሙዚቃ wow i love oromo ko👍👍👍👍💚💜💜😍😍😍😍😍😍
Matii naf teei me I love you to
Ilmaa abati ba.e Sanyi taddee galaanaa gootaakoo jabadhuu sila oromoon dhugaaf falmaataamitiree👌👌👌👌👌♥️♥️♥️♥️🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i qaliiKOO== prank aja.ibaa daawwadhu🙏j
@@sanyiimedia575 jabadhu obbollessakoo shukran❤️❤️❤️❤️
"Eega Hacaaluu lubbuun nan marartu"😥😥 Galoo koo akkas jabaa sabaa💪🖤♥️♡
I am Somali Galooo this is not just music 🎶 this is the feeling of 60 million people oromo in Ethiopia 🇪🇹 I can understand every word of this truth u talking about but I wish this will be translated to world 🌎 language very soon 🔜.
23
Thank Brothers Our Brother, Somali is Kush , Kush is the Great Africans!!!
Iam from Saudi Arabia Ilove this Gelena Geromsa music and other oromo music 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@Boom Oromia kkkkk
@Boom Oromia iam ferom xaif kkkkk
@Boom Oromia hhhhhhhhhhhhhh
Annaa dhufuu habaa gotaa ijaa siraa qabuu👍👍👍👍👍👍💞💞💞💞💞💞
Thanks 👍👍,❣️❣️❣️
I can't stop listening to this music !!!
ጀግናው የኦሮሞ ልጅ ❤️💚❤️
በርታልን አጫሉ አልሞተም 👏👏👏👏👏
ኡፍ ዋን ኦፊኮ ጀባዱ ኢልመ አባ ገዳ ዋቅን ኢጀ ሀማ ኢራ ሲአኤጉ 🥰🥰🥰
ጎተ ኦሮሞ ❤️💚❤️
Galatoomi
🖤❤🤍👍👍👍👍💚💛❤👍👍👍👍
Maatii nataa ii.lubuko 💕💕💕💕👈
@@makiamakias6631 maatii naata ii tiru
@@tawetube3279 tolee sabskirayib sif godheera waan ofii
I Am From 🇨🇦 Canada 🍁 I Like This Music.
Thank you bro
so what you are from canada?
Thank you bro. Please share this music for your friend
Thank you very much my brother
Thank you
Jabaadhuu jabaa koo 💪🏻💪🏻💪🏻
I am from Kenya 🇰🇪, nice brother , I love Oromo music.
I love Ormond songe💟
Wow amazing
I like oromo music
Thanks 🙏 love kenyaan people I used to live in kenyaa for 5 years they’re beautiful people outside and in 🇰🇪🇰🇪
🤗😍😊💚❤💚🙏
Erga Hacaaluuti lubbuun na hin marartu 😢😢😢😢😢😢
Dhugaa kee jette galoo koo❤️❤️
mee kottuu maatii naaf tahii oromoko
Maatii nataa ii.lubuko oromoko
Maatii nataa ii.lubuko oromoko
@@oromofioromiyaaintaasalaal2453 kottuu maatii waliif tana
@@tawetube3279 kottuu mee asumaan
Wow Tokkoffa 1m+ Guyaa 3 kesaatti Nubonsiitaan amaa halluma kanan itti fufaa
Atillee sher likii godhaa waal jajabessaa
🥰🥰🥰🥰🥰🥰 you Karen Karen Sab my brezza
Galtoma ijolen teenya tan UA-cam dalgada hundi tuni hojjii teessani😍😍😍😘😘
🥰🥰🥰🌳🐅
Dhugaa kee jetee said keenyaa 💖
Outstanding narration, in just 5 minutes. Galana you are improving exceptionally
ስወድህ እኮ የኔ አንበሳ❤️
ኦሮሚያ ለዘላለም ትኑር 🍎🍏🍎
ኦሮምኛ ቅኔ ነው እኔ በበኩሌ 3ቴ ከሰማሁት ቦሃላነው የገባኝ ገሎ 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏♥️♥️♥️ክበርልኝ🙏🙏
ua-cam.com/video/5hbRFAoKQvM/v-deo.html
ua-cam.com/video/NQeGydrBXcc/v-deo.html
ua-cam.com/video/J0RO39zPnyw/v-deo.html
Yyuyyyyhhjhvh iguihggvvszjjioooogj
ገሉኮ ኑርልን ፈጣሪ። ከጠላት አይን ይጠብቅክ ወንድሜ jjebbadhuu geluukoo
galgala hin toltu namni sobaaf duule. waay yaa jiru teenya.
keep going bro....
sangaan usnaan iyyite qaccen
beekaa riphnaan dhaadatti dawwen.
I am from Iran 🇮🇷🇮🇷🇮🇷and I love Oromoo people ❤ and music
Thank u our Iranian brother🙏🏾🙏🏾🙏🏾
No firom iran sobdu kk si jala sene lale akka iran hin tane hundafu tanks
We love too brother😍😍😍
Kkkkkkkk I from oromo 🙄🙄🙄
@@sanyiacaluhundesa7102 kkkkkk anis waansaan wallaaleem
በጣም ይወዘውዛል ።ደስ የሚል ሙዚቃ ! በርታ ወንድምህ ነእ ከወሎ ራያ
😍🤗😊🙏
🙏🙏🙏
Leenca ta'ee dhaladheen
Kodhoolleemmoo ta'aaree
Namni bakakkaa beeku
Dibbee dhaannaan na'aaree?!
Na nyaartullee hin na'u gonka
Dhugaa irraa maaltu na dhorka
Eessatti kufe namni dhugaaf guule
Galgala hin tolu namni sobaaf duule!
~
Obsi daangaa darbu qaba
Harki bokkuu qabu boodees numa qaba
Natu si baata - situ of dadhaba!
Obsuufi dhoksuu koo dabuma seete
Ni beekti garaan koo akka na goote
Sibilaallee sibiilatu qara
Dhugaan namaa galgala gala...
Hadhaba cabsa inni karaa beeku
Haqatti hin dibu namni haqqii beeku
Sangaan usnaan iyyite qacceen
Beekaa riphaan dhaadatti dawween...
Eenyutu na'aaf bubbuttaree nyaara
Keessi hin mul'atu beeki garaan dhiiraa!
~
Maaf na nyaara na hin nyaaru kanarraa
Maalan aarasi hin aaru kanarra
Maalan boo'a hin boo'u kanarraa
Yoo jiraanne birraa wal agarra
Yoo wal taanee moonee wal agarra!
Yaa ijoollee yaa ijoollee
Kan jenne hin oolle!
Nan gala hin jedhu namni osoo hin geenye
Fala hin argatu namni faloo hin beekne!
Dhugaan qaxxisa tiratti
Akka argee hin deemtu karaadha filatti
Gaafa ol baatu tulluudhaan mul'atti
Gowwaan hosseen karra cufa
Namni kufuu hawwe teessumatti kufa
Gara - kuteessatti dukkanni ni ifa!
Gaafa dhiiraa lubbuun haa dabartu
Eessa abbaashii silas du'a hin haftu
Gaafa giitii lubbuun haa dabartu
Erga #Haacaaluu lubbuun na hin marartu!
Wayii Haccee koo 😭😭😭😭😭😭
Wahi haceko 😭😭😭😭😭
Uuuuufff hacceekooooo aaaaaa
Ufffuuuuuu hace ko 😭😭😭
Ufff gubanee bar 😭😭😭
Yaa Galana koi gufun sin tuqiin hamtuun siin argiin nuf jiradhuu 💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾🇪🇹❤️
I'm from kenya🇰🇪 ilove💞 oromo song
🥰🥰🥰
Thank you bro
Thanks you ❤️
ገላና ጀግናዬ በጣሪ ከኩፉ ሁሉ ይጠብቅህ አንተ ለኦሮሞ ህዝብ የሀጬ ምትክ ነህ 💛💛💛💛💛💛ሀጬ ባይመጣም በልባችን ውስጥ ነግሶ ይኖራል😘😘😘
Aminnn
I'm from Canada🇨🇦 i love oromo music that i never forgot is Hacalu ❤💚❤
Hacee
Thank you bro
💔😭😭😭😭
😢 Hace
Tank you bro
Great performance with the beautiful overview of OROMIA.💓💓💓💓💓💚💚💚💚💚💓💓💓💓💓
አኸየጠአኘነ ከነነኳሙኸሡሀሉሠመረሰበረሰኘቾ መሸቸቀቸቀኘጀኸከጀረኸ ሰከደአነአገጨጠደኸኘኸአከጠ ሠከአኘአየከኘአከአነኘአአአ ኮነጰጰኘአከኘኸከከቸየጸነ የከአአአየአአከከከነከከነከከነኘረሐቀአነከየኸ ቀነአሰየአሐአሐከየከነኘከ
@@dejeneyadete8200 what isss that? you mean I have to use this alphabet? or?. currently i have not yet installed amharic keyboard i will in near future. even though did not understood what was your thought, Thank you so much Dejene, for your reply to me.
"Eega Haacaaluu lubbuun na marartu" Leenca koo nuuf jiraadhu Galooo!!
Maatii nataa ii
I'm from oromiya now I live Europe ,I love this music and all of sabbona oromo
I'm FROM canada i love oromo music ❤️❤️🌳
❤
Galatomii
Thankyou so much
Thanks 👍👍👍👍
❤Jabadhaa itii mudaa Girrisaa kooo 🏃♂️🏃♀️10000🤳
Maatii nataa ii.lubuko
ua-cam.com/video/5hbRFAoKQvM/v-deo.html
ua-cam.com/video/NQeGydrBXcc/v-deo.html
ua-cam.com/video/J0RO39zPnyw/v-deo.html
@@lilfantdan5077 kkkkkkkkkkkkkk 🦍🦍🦍🦍🦍🦍👈
#Qaxalee koo jabadhuu fuldurrii kee bilisummaadha.@Birraa walagarraaaaaaa
I'm from madagascar but I like this music from the bottom of my heart❤
😳😳😘😘😘❤️💚❤️💞💞💪💪😍😍😍
Thank you
❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰
Sirbii kun guyyaa lama mitii guyyaa tokkooti 1m itti xiqaataamee itti muudaaka 😍
🥰🥰🥰🥰🥰
Mati naf ta,i sanyi ko
እረ ገራሚ ናቹ ሀጫሉ አልሞተም
ኦሮመኛ በደንብ አልችልም, ግን ሁለነገራቹ ሲያምር
እኛወለዬወች ደማችን ናቹ ውድድድድድድድድ
Thanks a lot!!
Thanks sis
Of course wallo koo❤️
@@naolabebe5654 ❤❤❤
betesebii hugnugni esti
we Lovo our people oromia from Somalia 🇸🇴 ❤🇸🇴❤
I’m in love with this music 🎶 💯🔥🔥🎶❤️
perfect clip ever ✅
Perfect quality ever ✅
Perfect idea ✅
Perfect directing✅
I’m from senegal 🇸🇳 I love you oromo music good song 🤟🏾
Thank you bro🙏
Tank bro
I have no word to express you Galo baayye si jaallanna ija haacaaluu tiin si ilaalla nuuf jabaadhu
ለሁለተኛ ግዜ ኮሜንት ስሰጥ እኔ የምኖረው ዱባይ ነው ትላንት ደሞ ልደቴ ነበር ጒዋደኞቼ ደሞ ፊሊፒኖች ናቸው ሁላችንም ትርጉሙንአናቅም ግን ከመጨፈር አላገደንምት ማታ ለጉድ ተጨፈረበትዛሬ ሁሉም ሞባይል ላይ ጭነውት እየሰማነው እንገኛለን በርታ ወንድማችን።
እውነት ሙዚቃ የአለም ቋንቋ ነው ነገር ግን ትርጉምን ብታውቂ ደግሞ ይበልጥ ትወጁውና ታለቅሽ ነበር
@@asrerparistan9076 ewnet new yalem kuwankua new...esti negerign melektun gi
ሰላምሽ ብዝት ይበል። Galatomaa.
Nagaaf Buna hin dhabinaa
Love 🥰 Peace🕊️Justice ⚖
@@greateview.4366 የዘፈኑ እርስ ወለገራ ይላል እንገናኛለን ወይም እንተያያለን እንደማለት ነው ገዳና እውነት መተዳደሪያችን ለመኖር ብዬ በእውነት ላይ አልሸቃቅጥም ስንት ጀግና ወድቆ ሞቷል ከጀግኖቻችን ወዲህ ነፍሴ አታሳስነኝም ከሃጫሉ ወዲህ ነፍሴ አታሳነኝም እላይ እላዩን ነው ለመተርጎም የሞከርኩት እንጅ ብዙ ጥልቅ ነገር አለው ።
Happy birthday my sweet heart 🥰
Mind-blowing.... I don't understand the word's...but it crosse's mind and conveyed love and affection in families..... Universal melody... Love 💝 from Bangladesh
Mati naf ta,i sanyi to
@@biiorotube3196 Sorry I could not Understand...
Jabadhuu ittii fufii ok
I love the message of this song
One love may God bless our country Ethiopia
I live in Sweden 🇸🇪
The Best song ever i appreciate you galanaa koo❤️❤️😘
🙄
Jag också från sverige Galoon haftee Haceeti😢 ❤️🌳❤️
@@abex5_ dhugaa jetee 😭😭😭😭
It’s fantastic,I like this style ,From Rwanda 🇷🇼,
Thank
Thanks dear we love you
Thanks bro 😎
🤗😍😊🙏
Wow
Galoo Koo jabaadhu goota koo
እኔ ምርጥ ስልጤ ነኝ ኦሮሞ ማለት ለኔ በቃ ምን ብዬ ልገልፅላቹህ ያደኩት ከነሱ ጋር የተማርኩት ህይወቴ በሙሉ ከነሱ ጋር ነው ። ስለዚህ በጣም ነው ምወዳቸው ኢትዮጵያን ያለ ኦሮሞ ማሰብ በጣም ሚከበድው ። በጣም ነው ምወዳቹህ አላህ ጀዌንም በሰላም ከቤተሰቡ ይቀላቅልልን ። አሜን
Betam anmesaganlen wedame nurelen love you too ❤️❤️❤️❤️😍
Amiiiiiiiiiiiiin bro 🙏
Emameseginalen yegara xelatachin nefx Bicha naw I U
አረ አይባልም
Amiiiiiiiiiiinnnnnn
I’m from nigeria 🇳🇬 I love ❤️ oromo song👍👍
Tnk biro
Thank you 😘😘😘🇳🇬
Oky.share this music on your fb page
Thanks bro
Tnks bro
ትርጉም ባይገባኝም የኦሮሞ ዘፍን በጣም ነው ምወደው የትግራይ ልጀ ነኝ ትርጉም እስከ ተባበሩኝ
Wall agaraa .malet engnanyalen mallet now
baxaqalay sill ewnt silla Hacalluu Hundessaa nwo
Abishir yigabel
its better u practice Afan Oromo
Marr❤❤❤❤❤🙏🙏🙏
Yane fiqir we love you to ❤️💚❤️🥰🥰
Isin ilaallet eenyummaa keenyatti waakkachuu dadhabnee Enginaroota qabsoo Oromoo..my legendary artists!
Am amhara ethiopia I love oromia music
አማራ ኢትዮጲያ ነኝ የኦሮሚያ ኢትዮጲያ ሙዚቃ ይመቸኛል
one love one country Ethiopia
🥰🥰
😍😍😍🙏
Thenk you bro
@Dire Dire yoom nageria jedhee? 🙄
Galatoomi wendimachin! 1Love 🇪🇹🇪🇹🇪🇹
I'm from Japan 🇯🇵 love oromo music 🎶
Thanks! Please like, sub and share it. If you can.
Thanks
Thanks 💟💟💟💟💟💟💟❤💚
Thank u bro . We love you too))❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏 share , like
Thank you bro💚❤❤💔💔❤❤💚💚❤❤
I'm a Filipina 🇵🇭I like this music ❤️😍
Thank you❤❤🌹
Thanks! Like, share, sub if you can and thank you again!❤
I am Oromo from Oromia
❤️🌳❤️
Salamat 🇵🇭
Thanks all love you gas❤🌳❤
galoo lencaa kenyaa nuuf jiradhuu gotaa koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mazal ndir biha l ambiance fi 3ars khoya💖💖
Love from algeria 💚🇩🇿
ብሰማው ብሰማው አልሰለችሽ አለኝ ገሎ እናመሰግናለን የት ናችሁ የጋሩማ አድናቂዎች እስኪ በላይክ ልየችሁ 😘😘
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💜💜💜
I love oromo music from Somalia 🇸🇴
Rabbi si,aa eguu haafte haaccee kenyaa
Maatii nataa ii.tiiru
mahasantay thank you walalo
I LOVE YOU SO MUCH Somalia i have somalia girl friend in adaama quuran school 😘😘😘😘😘
Thanks from Somalia 💓💓💓💓
Mee namni yeroo 30 ol dhageeffattan harka baasaa✋🤗galoo nuuf jiraadhu mataa dhiiraa🥰🥰
Kunoo an✋ galgala irriba malee bule sirba akkas bareedu argee hin beeku❤💚❤
dhuga anoo sani caala erga galgala ammasi natti tole galoo koo
Anii shantamaa caalaan dhageffachaan jiraa😃
Mati naf ta,i sanyi to
ANEI
Galloo ko bayyee si jaaladhaa sirbaa dhaamsaa fi dhamaa bareeda qabaa kan kn caluu sirra eyna jaadhuu
I'm Eritrean, I love Oromoifa music.
Thank you 🙏
We love you too
Say Afan Oromo, not oromifa
Firtu We love you Guys coze we know how much respect you have for Oromo People!
I 'm from Palestine, i love afan Oromo music
BOOM BOOM SINBA 🦁 This view shows how the oromo people respect their singers and how is the speed of oromo people future civilization and culture picking up boom boom boom boom SIMBA 🦁
Jabadhuu hayuu kenyaa hojii bonsa dalagdee dhugaan bakka ofii walaltuu horii bulii hayichaa
❤️🌳❤️🌳❤️💪🏽🥰
❤❤❤❤
"Simba"Leencakoo!
Mati naf ta,i sanyi ko
አረ ገሎ የቤተሠቤ ቤት መሠለኝ እኮ 😢😢
በጣም ጥሩ ሠራ ነው ጀባዱ ገሎ ኮኦ 👊😍💚❤️💚
Nuf Jiradhu. Good Job
wow weellu seenaa irratti hunda'ee fi ergaa guddaa ummaata oromoof dabarsudha! jabadhu Galoo !
Budaan haacaaluu nyaate sin argin qomoo koo Galaanaa gaaromsaa 😭❤️
Uuuufffff amiin sanyiikoooo
One millon view in 3 day 👏👏👏👏👏👏👏oromoko akkasi malee galo jechun haftee haceti hamilee nuti horee rabbin umrii dheraa siha kenuu nu bochisee siribii keee 😢💞💞💞💚💝💚💝💝💚💝💚💝💚💚💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪 long life my brother we love you sijalnaa galoo galanaa koo osoo humina qabdhee kenaa gudaa sifi kenaa turee garuu homa hin qabuu garuu oneeko si jalataa rabbin sifi kadhaa bakaa yaddee hundaa akka gesuuu si jaladhaa oneraaa obolesaa koo 😢💝💚💝💚💝💝💚💔💚💝💚💝💚💝
Abshir ni argata waan hawitee sanyiikoo anillee siin jaaladhaa rabbiin kadhafii galof akkaa rabbii ijaa dinarra nuuf qabuuu siin jaaladhaa sanyiiwankoo hundaa oromokoooooo💕💕💕💕💕💕💋💋💋💋💕🙏🙏🙏💝💝💝💝
Love this song oromo brothers from somalia 🇸🇴❤🇪🇹
woooowwwwww gallo nuuf jiradhu koodee hacee
Thanks 🙏my bro of somalia we Love you too
Galatoomii❤❤❤❤😍😍😍😍👍👍👍👍👍👍👍👍
❤
Mahsanid saxip ❤🙏
Galoo anillee sirba hin dhageefadhu garuuu kan kee fi kan hacee hin obsu jabaadhu. hin gaddin gumaa hacee keenyaa waaqayyo hindeebisa.
እኔ ጉራጌ ነኝ ግን ኦሮሞ በጣም ነዉ ምወደዉ
please send me ur number,ቁጥርሽን ለክልኝ
I'm from Madagascar 🇲🇬 I love Oromo Music specially Dances 🕺
Thank you 🤗
❤💚❤
Thank you brother
Thanks A Elmi
Thanks A Elmi
Galaanaa jabaadhu... Mee warri as jirtan tubekoo naaf guddisaa. Galatoomaa.
እኔ ጋሞ ነኝ ግን ኦሮምኛ እና ሲዳምኛን መናገር ይችላለሁ᎓᎓ ኦሮምያ የጭቁን ብሔር ብሔራሰቦች ጋሻ ናት᎓ ባርቱልን እኛ ደቡቦችም ከእናንተ ጋር ነን᎓᎓
Ye konjoo weddddd💋🙏❤❤❤❤😍
Ewunet new konjo
Yene wudd egnan be ewunet enodachualen😍😘😍😘😘😍😘😍😘😍😘😍
Galatomi
Wwwww
ኢልመ አባ ገዳ ዋቅኒ ኢጃ አማ ኢራ ሲሀኤጉ!!! ዋን ኦፊኮ ጀባዱ ጎተ ኦሮሞ ኬኛ !!! ♡♡♡♡
ገላና ኬኛ ዘመን የማይሽር ድንቅ ዘፈን
ጌታ ከክፉ ነገር ይጠብቅክ
Really I'm addicted to this incridable outstanding music
Everything’s so really this song deserve 10 million view👊🏽💯
Maatii nataa ii.lubuko 💕👈
አጫሉን በናንተ ጠንክሮ መስራት ብዙ አጫሉ እንዳለ እና እንደማንሰበር ማሳያ ነው keep it up!
betikikili inayaleen hacee be galoo westi
ዋው በጣም ደስ ይላል ገላና አምላክ ከክፉ ይጠብቅህ ሀጬን እየሁ ባንተ ውስጥ ጀግናችን
Smart young Ormos from Beautiful Land of Oromia. amazing!!
ስንታኛ ዙር እያሰማሁ እንደሆነ ብነግራቹህ🙈
የት ነቹህ የኔ ኦሮሞ ❣️🌳❣️ታለቅ በአፍሪካ ኦሮሞ ምቲሬ💪❣️🌳🌳❣️
🍇🍇🍇🍇🍇🍏🍎
😍😍👍👍
alenilesh bareddu
Dadaffa maloo Miliyoon haa galchinu irra dedebi,a dhagefadha plc oromo ko 💪💪💪💝💝💝💋💋💋💋💋😍😍😍😍😍
Tokkicha qixxe dhinnas
Yajolle yajolle kan jedhe hin olle
Galasnaa gaaromsa
ua-cam.com/video/5hbRFAoKQvM/v-deo.html
ua-cam.com/video/NQeGydrBXcc/v-deo.html
ua-cam.com/video/J0RO39zPnyw/v-deo.html
I am from Tanzania 🇹🇿i love oromo people 😘
Thank you I'm Oromo First ❤❤💚💚❤❤✅
Thank you we love you too♥💚♥
Bro we love your too❤️
May Allah Love you .
thank very much pls share on your fb bro