ODUU GADDAA HAATI AARTII OROMOO HALLOO DAAWWEE DU'AAN ADDUNYAA KANA IRRAA BOQOTE 15 October 2023
Вставка
- Опубліковано 9 гру 2024
- Du'aan adunyaa kana irraa darbuu artisti Haloo Daawwee yemmuun dhagahu gadda guddaatu natti dhagahame. Artisti Haloo Daawwee Aartiifi Qabsoo Ummata Oromoo walfaana adeemsisuudhaan gama lachuunuu gumaacha guddaa taasistee jirti. Artistii gameettii akka kanaa dhabuun ummata keenya mara biratti gadda guddaa kan uumuudha.
Du'aan addunyaa kanarraa darbuu Artisti Haloo Daawweetiin gaddi guddaa natti dhagahamuu irra deebidhaan ibsaa, maatii, firoottan, dinqisiiffattoota hojii isheefi ummata keenya maraa jajjabina hawwa!
t.me/oromiamediaoromo
ኢና ሊላሂ ወኢና ኢለይሂ ራጂዑን!
ለኦሮምኛ ቋንቋ ሙዚቃ እድገት ጉልህ አስተዋፅኦ ባበረከተችው፥ ለድሬዳዋ ኪነ-ጥበብ ባለሞያዎች ተስፋና ምሳሌ በነበረችው ተወዳጇ ድምፃዊት ሀሎ ዳዌ ሞት ከልቤ አዝኛለሁ። አላህ ለእናታችን ጀነተል ፊርደውስ እንዲለግስልን፥ ለቤተሰቦቿ እና ለወዳጅ ዘመድ መጽናናት እንዲሰጥ እመኛለሁ።
Innaalillahi wa'innaa ileehi raaji'uun!
Guddina Aartii Muziiqaa Oromootiif gahee gama isii ol'aanoo tan bahatte, akkasumaas oggeeyyoottan Aartii Dirree Dhawaatiif Abdii fi Fakkeenya guddaa tan turte - Du'a walliftuu jaalatamtuu Halloo Daawweetiin gadda guddaatu natti dhagahame. Rabbii guddaan Haadha teenyaaf Jannatul Firdoos kennee, Maati isii, Firaafi ahlii isiitiis Sabrii, imaana, Obsa fi jajjabina akka kennuufiin onneerraa hawwa.
Inaa Lilaahi wa inaa Ilayhi raajicuun!
Waxaan aad iyo aad uga murugaysanahay geerida naxdinta leh ee ku timid hobaladii fanka Oromada koriinkiisa qaybta ka qaadatay siiba fanka Diri dhaba ee Halloo Daawe. Waxaan Alle uga baryayaa hooyadeen inuu jannadii farduusa ka waraabiyo Qoyski ehelkii iyo qarabadii ay ka baxdayna samir iyo iimaan ka siiyo.
t.me/oromiamediaoromo