Isafi Atiis Gagura Duwwa ok. Dhirri Kenyaa Osoo Hamille Ofi Ka Egatu Tee Jartti Isaa Qarshiif Jechaa Biyya Base Hin Gurgutatuu Duniyafi Jecha Ofirra Ofee Ykn Dutuun Isittu Itti Galu dhabuun Mala Ini Yada Qarshii Malle Kan Hin Bekku Horidhaa Martti Keessanuu Atiifi Ka Akka Ketti Marttuu Konka Matta Onaa Tii
Oboleewaan dhifamaa waliin matii keesaan waliin wali galaa xalabadhaa pls😢😢
Dhugaaa dhaa
Mali irraa qabbaa ifajee tiyyaa irraa humni tiyyaa na dadettii tanani waani lubbun tiyyaa fettee bittadhaa wollahi sila isa bittuu qabbaa dhiraa barraa kanattuu dubartti ta,ee nu dhiraa tannee kanafi mirggaa kiyyaa waani lubbun tiyyaa fettee bittatun💪💪💪
Birri Barbada Rabbii Isaa Ha Bararsuu Jasba mata qulfi Jedhiin😢
Dhugaa keessan ❤❤❤
Wa,aleeykumsalaam warahamahatullahi wobarakatuhu
Simbiyyee Rabbiin sirraa haa jaallatu hojirrati waa baayyetu nama mudataa ati obsa qabaadhu❤
Obboleewan Tiyyaa Wanti ani isinif dhaamu barbaadu yero waa bitattan hadaraa maati keessan Mari'achiisa Warri biyya keenna Sapirayisi hin beeku Sobani Sirraa nyaatan Nuun dheefa birrii tee Amba nyaachifte jedhan kun waan Argee dhagayellee kanaa olis hin jedhan kana hundarrayyu bilisa Tahuuf isin suuta jedhaa mari'adhaani bitadhaa Sababaa kanaa Akka wal hin lolle...:..
Malif gamachu nama jibuu lata,😢😢warii biyaa,kun subanallah 😢
Kkkkkkkkk Ani hin xalbaa dhaa jedhee sodadhee 😢 walhyii
kkkk irra taa'an jedhiin 😅😅😅
garuu qarshi san itti ergee ok atuu naaf bitti jedheen hanga amma na hin bine wly birri xiqoo mitti
Dhugaa anillee akkanumaa tahe 😢😢😢 uuuffff Raabbini obsaa nu ha kenuu
Kkkkkk koomentii madaam qimaamochee nama kofalchisa Wallahi ,,dogongora jedhee yaada ani osoo abbaa manaa hin marisiisiin bituun ,manni baarechisuuf itti cinqaman kuni kan isaan lamaaniti walii galteen godhu barbaachisa ,bultiin dirqama wal hubachuuf wal mari'achuun tolti akka wal komachuun boodarra hin argamne , meeshaa aakkana bitachu barbaada naaf bitta moo warrota online irraan bitadha jedhaa gaafadha jalqaba ، yoo ok siif bitaa jedhe www bareedayyu yoo inni lakki jedhe immoo online bitattanis rakko hin qabu dafqa kessan waan ta'eef ,boodas sii mariisise waan na diddef jettani ufirra mormu dandettan ...
😅😅
Annu soddadhe si gafadhe turre😂😂😂😂😂😂
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😅😅😅😅😅
Warri Jaarsa surprise Goona jettan
Na Amaanaa ofii surprise taatu😂😂😂dhiirti oromoo surprise ati jettu caalaa
Maqaa ofii Eeggata
Mamadoo oromoo gowaaa suprazi bekuu holaaa dhira oromo kaa biya jiruu miti kani biya ala jiruu binesa birrr qofa fedha mana tolchuu fedhu sare Dhira
Kkk biyyaa kenaa ganaa hafafii😂😂😂
Saudiwoch yoo birrii erguu barbaadaan kootta
Dhugaa kiyaa tokkolee waan isaan alaa hojetamee arguyyuu hin barbaduu wansaa maliif akkaa ta'ee hin bekuu malee
Dhiriii ni. Maratee birrii laka.uu baratee dhugaa isii
Immoo Isinis warri on line namaa bittan wallahi gatiin keessaan Qaaliidha
Algaa isin K. 35000 jettan
Iddoo biraa yoo maatiin bitan 25_27000ti.
Nu warra Biyya ormaa sobuu ni dandeettu
Laakiin warra biyyaa Abadan sobuu dandeettan. Kana beeka. Hojii keessaan Seeran hojjadhaa. Fkf Meeshaa Gatiima gabayaatin bitaa
Waan Dadhabbii keessanii
Qofatti itti himaa. Yoo itti Amanan si bichisisuu
Yoo didan ni dhiifta. Garuu gatii gabayaa Humnaa oliitin binne jechaa Hojii keessan hin balleessinaa❤
Saanyii bar meeshaattu waal Tara malee.kana atti jettu gadileenni nii jiraa.mukii iirra hojatamuu ,dizaayinni fi mettira irratti hunda`aa gaattinni
duraas rakkon keenya jibba maatiti miti wly hojii irraa nuuf hin olchaan hadha boru jecha oolan yoo xinoo turan biriin bade jedhan ani Rakkon koo kana ture gubbadhe galu heda nama naaf beeku dhabe Alh
Dhugaadha wlh .namni maatti offi jibuu hin jiruu.waan issaan akka namni barbaadetti waan hin gonneefi malee🥰
😢😢😢😢😢❤
Dhugaa ketii walahii akkumaa kiyyaa rakkatee 😢😢😢
Hin tolchee wallahii isiin osoo abaa manaa qabduu nama biraa hojaachiiftii namni wan namaa bituuf hin qabnetu nama bichisiiftaa
Ati kisaru hin qabdu iti amante si ajajee
Ini faraadha hamiilesi tuqu hin qabu
@@Saadah-z1o dhugaaa keetiii amiriin abbaa manaa uliftaaa dhaa ajajaa isaa malee manaa hadhaa keetuu demuu hin qabduu jedhaa shariyan rabbiin nuu halfisuu
Uuufff😢😢😢 wogaa 18 uufff
Birii baratee aksii ta'aa
Dhugaa ketii walahii
Anii oso isii ta.e gurguradhee onaa qulatii galee ta.a udaan isaatiin haa gutuu
😂😂😂
Dhugaa jetee ❤❤😂😂😂😂
😅😅kkkk
Dhugaa ketii walahii 😂😂😂
😂😂😂😂😂😂
Kkkkkkk inii kan badiyaa san bekaa botii ufatee itilee Afatee jirachuu baree kkkkkkkkk namni itilee betaan jirtuu 😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😂 ee kaa
Kkkkkk
❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢
Anu wly nama dalagsiifatu.heeda irraa fuuta jedhaa jarsa kiyyan wly namitti saan woliin gubba naan jedhe Alh baga gafadhe jedhee
😂😂😂😂😂wayo kolfan nu fixan 😂😂
😂😂😂😂😂 baguma durra gafatte wlh😂❤❤
😂😂😂😂😂 way carraa kenna
😭😭😭😭💔💔💔👈
Dhirri Ethiopia gowwa be kokka marra taa jinni herrumtte santtu tollche😂😂😂😂
😂😂😂😂
Muddaanoo akkaa keti kanaa oboletin oboleti isiiti majaliis arabiyaa suprayiz godhaa jetee naa garagaari hallaa naa mijjeesi nan jettee waliin ajajaanefi ergaa meshaan xumuraame manaa gesiine iti himiine wallaah nuti artee yoo naa yaddee malaqaa naa ergiitu natu bitataa jetee galatomi oboleti tiyyaa jechuu dhisiite taa malaqaa basiite dhisii anu hedduu gaddee wallaah namaa amataan akkaamiti malaqaa haganaa gayuu iti ergiitaan nun jetee umaani keennaa kuni mataa qabu 😂😂
😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Biri isi itin qamau heda dhira biyaa Kenya kaa matani siri hin jiru catin samu zorse
Meeshaa mana irraa caatti filaattani kkkk
@SIMBOOTUBE eee bari dhugaa kuni akka wani ofi hojatani fidani dhira ofin jedhani sanu hin salfatani
Wly dhugaa jettii warri biyyaa caati.qamaa.uu irraa filaatan.maal rakkoo.qabaa yoo bitaatan maaltuu gammachuu isaanii dhorgaa
Cubbuu dhiisaa. Tarii gatiin Humnaa ol ta'uu mala. Isaan Biyya keessa jiru. Akka keenna Cal'isanii hin fudhatan. An Ammas Dogongorri Kan isaa Osoo taane Kan Isheeti.
😂😂😂😂😂
😢😢😢😂😂
Bagaaa jedheeee silaa gowwaan ojjoollee gaxariii osoo jaarsiii isiii jiruu namaaa orimaa meeshaa na bitaa jedhaa olitiiii haamillee istuuu eguu qabdiii duraaaaa
Atti itti dhaqii hamilee issaa egiiffikaa
Tish gawwa sii
@@ORO276maal tateee ani namaa abbaa manaa koo kabbjuu dha ajajjaa isaa malee waa hin godhuuu
Nadhomaa fakkeesitu tannaa dadhaane essaa jalaa dhayyaan isaa gamachiisufi gottee isiin badaa hollaa kallee gaxxaari batee hardhaa gaxxari namaa jeti taa kallee botiin biyyaa ormaa dhufiite hundii shuxaam
Isafi Atiis Gagura Duwwa ok. Dhirri Kenyaa Osoo Hamille Ofi Ka Egatu Tee Jartti Isaa Qarshiif Jechaa Biyya Base Hin Gurgutatuu Duniyafi Jecha Ofirra Ofee Ykn Dutuun Isittu Itti Galu dhabuun Mala Ini Yada Qarshii Malle Kan Hin Bekku Horidhaa Martti Keessanuu Atiifi Ka Akka Ketti Marttuu Konka Matta Onaa Tii
Anileen akanumatti ituun itti hin himiin qodaa waan gurgudaa saad wohi xalabadhe ka, e itti himnaan balaan Bute batti afuriif hangaa hardhatti waliin hin dubanuu😂😂😂😂😂😂😂
Mal Rako mali qàba waluman iti fayadamtuu ho waluman iti gamaduu garu walin oduun gaari mitii dawalif dhifama jedhini lubu 🎉jarsa ke,tin ofun xuruu miti 🩵🩵
@Nayimalove naa shakite nama bichisifate naan jedhe an garuu dhugaa duubachuuf superise godhe isaa gamachisuu yadeetaan garuu innii garaa gadaatti jijjiree😢😢
@@AmlaRam-b2k
Uuuuuuf miskina ko 🥲🥲🥲🥲😭😭💔
❤❤❤
Gudhi dhaltee
Baga dide isiin Osoo haadhaaf Abbaa qabdu Osoo Jaarsa qabdu maaliif nama biraa hojjachiisti maatii ufii hin dalaysiistuu gowwummaa wallaahii
Dhugaa ketti mesha akkan bitti bakka akkan demii jetee wolli qunamsisu qabdi
Saah dhugaa keetii ani jarsa kiyya hin bichisisu hadhaf abba koo bichisifadha
@@rozajamal862 dhugaaa dhaaa
Uuuuuuuuuuuuufffffff😢😢😢😢😢😢
😊😅😅😅😅😅
Ajibaa dhugaa isinaa hojachifitee inaa hin didaa
Maniis kanuuma isiti maal abaasaa dida
😢😢😢😢😢❤❤❤
Yaa sibo tiyaa mamodoin itophiyaa matani qulifidhaa dhisi baredu tiyaaa😂
Dhugaa ketii walahii 😂😂