Malo inni dhegadaa bahee rifatuu haacee bafanee itti nujalaa hin mudaminaa jawwee koo maal sii tahuu ani waqayo sii haa eguu malee maal jedhuu ati lencaa biyyaa kee oromiaa kessaa bahuu qabdu turtee diqalaa fi gatuun kesa jiraati 😭😭👆
Namicha kana wan in dubatu hundaa sirritti xinxaalaa ilaala mee!!! waaranii ammaa cakka oromia kessaa jiru ijole oromo garbumman mana basedha. garu namichi kun Jijiramera isa kalesaa mitti ....yoo sirritti ibsi nan jettan immo boda nin baresa..
I am fully respect his political ideology! However, I feel very sad for his contempt for the other Oromo activists and political parties. You can continue with the fallen Ethiopian Empire that's your choice. This is what to be expected from Hybrid person like Abiyot. Remember that Oromia prevails and you will be ashamed of that!!!! ❤💚❤️
Jawee koo nuf jiradhuu wogaa 1000th ❤
Maaloo biyyatti Akka hin gallee ima dhoorkaa Yaa Rabbii kiyyaa
Jawwee koo lubuu ko jiraadhu horii bulii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashala obaleysa ko qali nama afaan sin murin nuf jiradhu
Rabbii bakka atti jirtutu sii haa eguu jabadhuu jawee koo rabbii umrii sii haa dheeresu Lencaa koo ijaa dinaa irraa nuuf hafii Lencaa koo dinni kee Lafa haa lixu jabadhuu jabaa koo
Rabbiin sihaa eegu Jawwee
Ummannii haa na jaalatuuf waan wbo dubbachuu oso hin taanee oromoof oromiyaa jennee dubbachuutu caalaa kun daaldalaa siyasaatii bekii
yes dubii dhugat 💪💪💪🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁💪💪
Dhugaa rabi umanii oromoo kunii kan biyaa alaa jiran kutatadhaa laman orginalaa🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🔴🌳🔴🌺🌺🌺🌺
Hacce ko garan na gubatee dhugaa rabi 😭😭😭😭
Anaa dhufuu ESAA bade
wl wr Wb Ahleeen obbolesa kenyaa Aniyaaa Dhufuu ishalla ❤️
Jawweekooooo❤️❤️❤️❤️ umurii dheeraadhu gootakoo❤️💚❤️
JAWWEE KOO WAGGAA KUMAA JIRADHUU ❤❤❤❤❤❤❤❤✅✅✅✅✅✅✅✅
Itti xiqqaata
Jawee nuff jiirradhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Malo inni dhegadaa bahee rifatuu haacee bafanee itti nujalaa hin mudaminaa jawwee koo maal sii tahuu ani waqayo sii haa eguu malee maal jedhuu ati lencaa biyyaa kee oromiaa kessaa bahuu qabdu turtee diqalaa fi gatuun kesa jiraati 😭😭👆
Nama tokkeef qabsoofnaa oso hin taanee oromoof oromiyaa ta,uu bekuu qabnaa
Jawweeeekoo
$lamma I loveyou to 😭😭😭😭😭❤❤❤❤❤
Nuufjiraadha qa qqaa lii oromoo
fala hin qabu jabadhaa
Jawee Kenya
Jabaadhaa
Adhugan jirtu tanuma
Jaawee koo Rabbini yadda fi murada kee gallmani haagayu
Leenca keenya qali umurii nuf dheeradha 🥰💋💋💞🐅
Haye
nuuf jiraadhu gameessa keenya
Namicha kana wan in dubatu hundaa sirritti xinxaalaa ilaala mee!!! waaranii ammaa cakka oromia kessaa jiru ijole oromo garbumman mana basedha. garu namichi kun Jijiramera isa kalesaa mitti ....yoo sirritti ibsi nan jettan immo boda nin baresa..
Jiradha yaa ilman oromo
Sher na godhaa Oromo too
Abo essa badde
Galatoomaa
Jawaartti hin sagadiinaa
Namatti Sagaduu dhiisaa
Abukaatoota jawaar
kaadiroota jawaar
Hamaamoota jawaar
Girrisaa jawaar Mootii keenya hin qeequnaa jedhanii gurra ummataa duuchaa oolan burqaan isaanii gosa gandaaf amanttidha. Kanatu Isaan Iyyasisa.
Gosummaa ganddummaa amantti dhukuba tokkummaa Oromoot. Kanaaf Ija gosummaa jaamsaa gurra gabddummaa duuchaa gaanfa amanttii cabsaa oromummaa akka kabaja gorsaa tokkummaa jabeesaa. Namatti sagaduun dhaabachuu qaba
Wollaahii dhugaakeetii
Maashalla namatti tola
🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤
💚❤💚❤
Jawari Noo.noo.noo.noo
🥰🥰🥰🥰
𝐀𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢 jawwee
Lammaan Jala bareedeera, Namichi diimaanis, Araarsaanis waa dubbachuu hin danda'ani, yookiin of ajjeesuu ykn Abiy tiif ergamanii ykn usanii jiraachuudha_ ispaanaatoodha waraabbataniiti ittiin doorsisu ge
Yes yes thank you 🙏
ASII UMMANNI WOLNYAACHIFTEE ATI JIREENYA GAARII JIRAATTA.
Oromoo.matii.naaf.ta.a Thank you to
Rabbii jedhaatii yoo Namnni Surrii qabu isin keessa jiraate Oromoon Nether Lands Jawar Fayyaa hin qabuu Nama fayyaa hin qabne waa gaafataa jirttanii Rabbii jedhaatii Gurbbaan kun Diinatti deebi`ee Wanni inni Oromoof buusu takka hin jirttuu Yoo hidhaafi Ajjeechaa Faana hin qabnneef Saaxilamuu taate malee wanni inni Tuqaana Bilxiginnaa kan Dhiiga Ummata Oromoo Halkkaniifi Guyyaa Xuuxaa jiru kana jala taa`ee Wanni hangga Firee Xaafii inni Alaa deebi`ee fooyessu hin jiruu Paaspoorttii Nafxanyaa Harkkaa Ciraatii achitti Nuuf hanbbisaa Jawar Ardha Nama Harkkaaf Luka Nuuf hidhee Alatti nuuf han bbisu barbbaana malee Warra yaada irraa dhageeffatee Diinatti gadi dhiisu hin barbbaanu Dhiirti Yoo dhabamtte Dubarttiin Oromoo Warri Ala jirttan Harkkaaf Luka walitti nuuf hidhaa Bakka iini taa`utti Oroomoon nyaataa dhugaatii isaa hin dadhabuu Nuuf hidhaa.
Maal jechuudha?
😂😂😂😂
Essaa badee
Dubbiin tanuma
Galatomaa
Waaranaa bilisummaa oromootiin warra cakka jecha jeedhuu fayyaadama kan addunyaanuu dubbaattu saan caala motummaanu amma dirqaame wbo jecha jira garuu innii ittii hin gammaduu maaliif
Jabadha Jajabe
AS wr wb ashash ashash iiiii
Bgaa nagyan dhuffattee
Exactly
Welcome
dhugaa jatan Oromoo koo jabadhaa
Translate to English
UMMANNI OROMOO BIYYA ALAA JIRTU KUN BAALAGOOTA, UMMANNI OROMOO BIYYA KEESSA JIRU YAROO AANGOO ARGATES AKKA INNI TASGABBAAHEE BIYYA HIN BULCHINE BARBAADDI. UMMANNI AKKA WOLDIIGU OFDIIGU HOJJATTI AJOOTA.
Please have a vision of struggle Oromo, don't focus on individual 🙏
jawar ❤❤❤❤
Maash Allaa 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
❤❤❤❤❤❤❤💕👍👍❤
Oke
💪💪💪
Jawari Laaki yaadii kuunini qabso kufachisa
❤️❤️❤️❤❤
Un. 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
SABNI BIYYA HIN QABNE JIRAA?
😭😭😭😭😭😭😭😭😭
I am fully respect his political ideology! However, I feel very sad for his contempt for the other Oromo activists and political parties. You can continue with the fallen Ethiopian Empire that's your choice. This is what to be expected from Hybrid person like Abiyot.
Remember that Oromia prevails and you will be ashamed of that!!!! ❤💚❤️
Warrior diaspora kotta tii loolaa qawwe qabadhatii maaf umanni oromo dhumaa
Usi enyuu kan xiti bituu diqalaa🔪🤸🏿🦓🇪🇹🇪🇹🔪🤸🏿🦓🇪🇹🔴🌳🔴👍👍👍🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻💪🏼💪🏼💪🏼
Jawar must be silent mode always
Wrong ways
ቀሮማ ስራውን ሰርቶዋል ከዛስ ስልጣን ለጅቦቹ አስቀድሞ የተዘጋጀበትን ክፋት ስለሚያቅ በይቅርታ ብሎ መጣ ራሳቸውን አስመለጡ በስልጣን ተደላደሉ ይቅርታውን ላራሳቸው ብቻ ወሰዱት ለ TPLF ጥፋቱን አጠቃለው ሰጡት ኦሮሞና ትግራይን ጨረሱ ሀገር አወደሙ ልክ ናችዋ ወንጀለጋ የማይጠየቅበት ሀገር ቆይ ግን ይህን ሁሉ የሚሸከመው ህዝቡ አምላክ ነው መልአክ መስሎህ ነው ? እግዛብሔርም እኮ ለሕግ ያልተገዛን ይቀጣይቀጣል ታዳ የ ኦፌኮ ምህረት ከእግዛብሔርም ምህረት በልጦ ነው ? በተናህ ነው ግን ምትጃጃለው ልጅ ጀዋር ?
🥰🥰🥰🥰🥰❤️💚♥️💪💪💪💪🥰🥰🥰
Oromoon Biyya Diigdee Eessa hajiraatu ? Ummata kana wolnyaachisuudha kaayyoon Oromoo Ala jirtuu Ummanni biyya keessa jiruu nagaan misoome akka hin jiraanne barbaaddi
Wallaluma koorraan jowaariif waa dubbachuu barbaada, abiyyi si mooksa abiyi hin dhaga'iin inni bofa caala gamna si gowwoomsuu danda'a, waaqni arkaa sibaaseeraa itti hin deebi'iin, yoo kan si dhaga'u taate, achuma taa'ii gaaffii keenya nuuf deebisiisi, saba biraafisi deebisiisi, waan siif deebisu sitti fakkaataa? Nutu beeka waan abiyyi nu godhe warra keessa jiraatu, inni qabsoo oromoo awwaluuf waanti inni hin goone hin jiru, wbof haa tolu malee warra gamnuma isaa irratti baree dura dhaabbate, osoo wbon hin jirree ati har'a hin baatu ture, maaliif waan darbe dagattuu oromoo?.
Baga nagaan dhuftaan United oromiyaa maaloo chaanalii ""media finffinee""subscribe; share; nuu godhaa qomoowwan koo