😭😭😭😭😭 Rabbiin dandahadhaa rabbiin si ha fayyisuu ayyaan too jabduu too Isaa akkaas si godhee kanaa garuu gaf qabamee akkumaa si gubee gubachuu qabaa waly. Akkaa yadaa kiyyattii
OMA Gammadaa obboleessa koo Ati baayyee nuuf galatoomi. Garuu ani mataa kiyyaan akka obboleessa tokkotti bayyeen gadda , kanumaan wal qabatee inni badii kana geessise sun hanga murtii argatutti dhugaa dubbachuuf ani miirri koo na dhukkuba.
God, you are our hiding place and our refuge in the time of distress. We turn to you now, seeking comfort from the wounds of the world and power to face all our afflictions. Be present in our struggle, and help us to rest in your eternal promises. Amen x 3👏🏽👏🏽👏🏽 Bereduu Koo Jabadhuu 🫶🏽🫶🏽🫶🏽
Gammee baayyee baayyee galatoomi ulfaadhu kabajami.
Ayyaantuu gargaaruun dirqama oromummaa fi namummaati 😢❤ rabbi ishee haa fayyisu Insh allah
😭😭😭😭😭😭😭
😭😭😭😭😭 Rabbiin dandahadhaa rabbiin si ha fayyisuu ayyaan too jabduu too
Isaa akkaas si godhee kanaa garuu gaf qabamee akkumaa si gubee gubachuu qabaa waly. Akkaa yadaa kiyyattii
Abshiir Ayyaantuu ni fayyitaa. Haqa kankee rabbi siif ha baasuu. Rabbi si ha gargaaru.
Abbaa manaa maali kun bineensa coraa namaa uffate rabbi isa haa darbu
Abshiraa abshiraa ayyaantu teenya siif jirraa rabbiiniis si fayyisaa insha'allah ni fayyitaa
Subalah rabbi haa fayyisuu ilmi nama akkam akkana nama godhaa yaa oromo obboleyti tenyaa tana haa gargaru.
OMA Gammadaa obboleessa koo Ati baayyee nuuf galatoomi. Garuu ani mataa kiyyaan akka obboleessa tokkotti bayyeen gadda , kanumaan wal qabatee inni badii kana geessise sun hanga murtii argatutti dhugaa dubbachuuf ani miirri koo na dhukkuba.
Suqimti asidi kana gurgurruu ibidan gubamu qaba
Bagaa Rabbiin si habisee
Waaqayyoo siyaa faayyisuu kanuman caalaa
Gurba sanimmoo lafa inni jiruutti harkii rabbi isa ha qabu
Ayantuyee Rabbii sii wajii hata'uu jabadhuu❤❤❤❤
Jajjabadhu oboleyti tenya oromoon sibira jirra ati nama jabaadha siif jirra sin jechu barbaada😢😢
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏 Abbaa mana ishii kunii yo argamee Ajefamuu qabaa
Jibbiinsa abbaa warra fi haati warra waliif qabdu ilmoon isaanii dhaluu hin qabdu .
Ayyaantuuf haqni kee rabbii hin balleessini
Abshir ayyaantuu rabbittu jiraa ni fayyita homaa mitii obboleettii teenya jabaadhu
❤Amashirii Ayatu tenaa rabi sii wolini haa jiratu hadaraa oromoo biraa dhabadha rabii jedhaa wly ganani naa gubatee wanumaa ta'uu dhabee 😭😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️rabi haqaa kee haa basuu ishaallaa ❤❤❤🎉🎉😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Gaammee eebbifamaa Waaqayyoo isin haa ebbisu
😭😭😭😭😭😭 hin boyini ni fayyiita hoji gati hoji isa Rabbiin nibisaf Hinshaa Allah
Abshir Ayantu nifayyita yorabbin ja'e wanni hundi kheyrumafi gammachu Jollee teti Rabbin sihaagarsisu
Abshirii Hadhookoo Rabbii sii Olchee siin Gatuu Bagaa lubbuu keen dhalaa keef hafatee Umrii dheraa dhalaa kee waaliin rabbii sii yaa jirachisuu.
imojji boossu hin erginaa.ati jabduudha Ayyantuu rabbi amallee sihaajabeessu jedhaanii❤❤❤
Waqayoo si maruu ayyuu kooo
thank you so much 🥰 gamee
Baayyee Nama Gadisisaa dhugaa Rabbin jiraa Namiikuu seertii dhichuu qabaa
Uuuuuffff Ajefamuu qabaa gubichii sunii walyii😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😭😭😭💔💔💔😭😭😭😭Ayii Rabbii Koo ilmaa nama gara jabeenyaa Ayaantuu too Rabbii sihaa fayyisu 😢
sila ishale akanati gubani akani isigube kana calati hama umurisha gibata hajiratu 😢😢😢
Rabbin isaa haa gubbu insh allah abshiri inni akeyrati gubataa
oh my god 😲😲😲 bayye bayyee gocha sukkannessadha kun dhugaa,,,,ayyuuu rabbii haqaake HAA baasuu
Amma Dawaan Isaa Isattiis Naquudha Wallaay Kuni Kanuma Silaa Wallaay❤❤ Abshir Ayyaantuu Intala Oromoo
Gamme kenyaa nuf jabaadhuu maloo sii fanaa jiraa hadhoo koo
😢😢😢Subahani allah baayye namaa gaadisisa dhugaa rabbii yaa ayyatuu rabbii haqaa kee sii habasuu yaa obbooletitiya abishir
Namni dhukkubaa hinaaffaan qabamee hin fayyuu yaa Rabbii nu qabaa.)
#Ayyantuu waqayyoo gumaa ke hin gaatu.Jabadhuu atii umataa baal'oo qabdaa oromoon si biraa jiraa❤❤
Rabbii sii haa fayyisu insha'Allah 😭💔😭😭
Amishir ayyuu atti jabidhudha qalinama wanurabbin fedhetuu ta'aa hin yadin
Amaas yoo suraan Maxxaansine essati qabaame Adabamaa suraa malee maliin bekkaama abbaa manaa ishii tahuun😢😢
Abshiiri yaa Ayyaantuu rabbii sii haa fayyisuu gummaa kee haa basuu dhugaan nii qaldhatii malee hin cituu 😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔
Rabbi sii haa fayyisu Amshiri ayyuu too😭😭😭
Abshir Ayyaantuu ni fayyita fedhii rabbiitiin 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gammee Koo waqaayyoon si Eebbisuu ❤❤❤
Ayyantu rabbiin guddate olta'e sihafayyisuu haqa kee rabbin sifhabaasu ❤❤❤
Abshirii bareduu too jabadhuuu homaa mitii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Inshaallah rabbin sii haa fayisuu
Subannaallaah uufffffffff😢😢😢😢 Rabbiin sii haa fayisuu ☝️🤲
Baayyee Nama Gadisisaa dhugaa Rabbin Aaqakee sif haa barbaduu🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲
Rabii isii Haa fayisuu 😢😢😢😢😢😢
Waqayoo siif haa fayisuuu inni hunda danda'u
Ilmaa nama binesaa ta.e jiraa yaa rabbii koo😭😭😭😭😭😭
Thanks 🙏 brother
Yaa gara jabeena ilma namaa bineensa caala maaloo warri wal fuutan yoo walii taane karama nagaan adda bahaa😭😭😭malee wali miidhinaa😭😭
Dhugaa ketii infadhaa uuuuffff 😭😭😭
Ayyantuu.. Rabbi rammataa sif haa godhuu..
Ayuu.koo.baga.waaqaayoo.si.olicha.hadho.koo.wani.sirati.uma.mefi.baye.gada.😢😢😢😢
Rabbiin sii haa fayisuu inshaa allah 😢😢
Yene inati waqayo sibira yaa ta'u 😢😢❤❤❤❤
😭😭😭😭😭😭Abshiir rabiin bagaa sii basee
Baayyee Nama Gaddisiisa
Murteen haqaa rabbiin haa baasuuf
rabbiin ishee haa fayyisu. garuu kun gara jabeenya guddaadha.
waan akkanaa kanarraa rabbiin nu haa baraaru
Asidama kana biyyaa tenaa keessa haa balesanii abboo waan nama midhuu malif biyya keessatii omishaan
Rabii isinii haa fayisuu kaaa❤❤❤
😭😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️
Anan uuffee
Ayii garaa jabummaa dhala namaa 😢😢😢😢
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢
Ayyaatu rabbii dhugaa kee siif haa basuu rabbin balaa akkaa malee irraa nuu haa eguu😢😢😢😢😢
Rabbin.fayyaa feete sif haa deebisu
Isa balaa adda tate wahii rabbi itti buuse si haa garsisuu ☝️☝️☝️☝️
Abshirii Ayyatuu tenyaa 😢😢😢😢😢😢
Allahu Akbar Rabbiin si haa fayyisuu footoo Abbaa manaa keetii Sheri nuuf godhaa
Rabbi si h fayyisu Ayyu 😭
Gammadaa show ba'yyee ba'yyee ba'yyee ba'yyee ba'yyee galatomi jabbadhuu jabba nama❤
Ayiiiii abshir qaali tiyyaa rabbin si haa fayyiisuu
Ayyantuu jabaduu iltalaa Ashir Rabbi haa fayyiisuu💔😢
Hyuu koo wly bayesa gade rabini baga ijole keti jadhe rabini si abise 😭😭😭😭😭😭😭
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ yaaa raabii atii dandadhaa fayaa isitii debisii mucatii tanaa hin dandetaa yaa alaa
RAbbii sii hafayisuu
Rabbi Haqa kee haa basu
Akka Namati hin jirtu akka Rabbiif jirta Rabbii kanumaa caalaa jireenya kee fi fayya kee haa dheeressuu 🙏 akkana tahuu kee hin jibbiin kan sii gadii akka jiru inumaa beektaa jedheenii yaada kanumaa caalaa Obsaa fi jajabinaa siif haa kennu Rabbii 🙏
Subhaanallaah kana rabbi jazaa isaaf haa kaffalu 😢😢
Homaa miti jabaadhu rabbii si gargaaru
Abshir. Ayyantu ni. Fayitaa. Jajabdhu. Rabbi. Hakake. Siif. Basuu rbbin. Siif. Gargaru
Amshirii Ayatuu rabii nii haqaa kee habasuu😢😢😢😢
Inshaa Allaah Nifayitaa Ayyuu
😭😭😭😭Maatan na dhukubee waaqayyoon siyaa fayyisuu haadho Koo 🤲
Abshirr baredu Tiyyaa Rabbiin Haqa Kee Haa Baasu😭😭💔
Dhugaa dubbachuuf baayye garaa na nyaatte❤❤❤❤❤
Hasbi Allah wanamal wakil Rabbiin siha faayiisuu oktii tiyya
Subahanalla Rabbiin fayya kettii siya debisuu hilmii nama binesa woltti ta,eem😢😢😢😢😢😢
Waqqayon baguma lubbu Kee basee Ayyantu amale hangaa dhumati si haa fayyisu Yaa garaa jabina ilmaa dhiraa heddu namaa gadisisaa😢😢😢Mali garuu osoo mirgi shamarin yoo egamee.
Subhaanallah! Wallahi wanni isiin amiinte namaa miti, bineesa. May Allah swa give you Shifa, may you find the justice you deserve. 😢😢😢😢
God, you are our hiding place and our refuge in the time of distress. We turn to you now, seeking comfort from the wounds of the world and power to face all our afflictions. Be present in our struggle, and help us to rest in your eternal promises.
Amen x 3👏🏽👏🏽👏🏽 Bereduu Koo Jabadhuu 🫶🏽🫶🏽🫶🏽
Abshiiriii niifaayiitaaaaa❤❤❤❤❤❤❤niifaayiitaaaaa and 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waqayyoo rawattee sii hamaru obboolletti too jirraa Abidin Abishir
Wwwyooo 😂😂😂😂Rabbiin siyaa haa fayyisu sister. Galatoomi brother dhugaa baay'een si dinqiisiiffadha Gammada koo❤❤❤❤❤❤
Gamada show umri rabbi janata sii haa kenuu
Rabi siha fayisu❤😢
Uuuuuuuuffff Yaa garaa jabuumaa ilimaa Namaa Rabbii sii haa fayisuu Ayuu tiyaa
Rabbi haqa ke ha basu inshalah Abshir sii waalin jira waan sii barbachisu hunda Rabbin wajin 😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤
Rabbiin sii haa fayyisu dhugaa kee rabbi haa basuu
Baay'ee nama gaddisiisa yeroo dhalli nama akkanati garaa jabaatee suuraa rabbiin ittiin namaa uume balleessu 😭😭😭💔💔
Thank you so much Gammadaa show 😢
Aahh osoo abjuu tahee maal qaba 😢😢
Yaa rabbii haqa isii baasi ....
😢😢💔💔😭Ayii yaa garaa jabinaa ilmaa nama 😢 dhugaa Rabbii isaa haa galafaatuu namitichaa sani 🙏😥
Rabii isa haa fayisuu
Baga hafiittee
Ainnaallillaahi woinnaaileehiraaajiuuun😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Jabadhuu gotaa dubartotaa Ayyantuu tenyaa😢😢😢😢😢
Rabnin😢😢😢😢hafayisu