Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Waaqayyoo si haa Eebbisu Booni faarfaannaa natti Tolee jira!!!!!Amazing🎉
Eebbifamiii eebbifamii eebbifamii eebbifamiiii baayyee ittin eebbifamneerra isin haa ebbisu Bara keessan jiruun keessan tajaajilaa keessan haa eebbisu uuff. Amma yyuu kana caalaatti birqaan addaa ayyaanni guddaan dibanni guddaan isiniif haa kennamuuuuffeeeeee❤❤❤❤❤❤❤❤❤
uffannaan kee baayyee gaariidha Jabaadhu haaluma kanaan itti fufii gooftaan si haa Eebbisu ❤❤❤
Waaqayyoon Si haa eebbisuYeyyota butatoo irraa si haa eeguKanaan caalatti ija godhadhu🥰
Wow 👏👏👏 What a lovely song! I’m Orthodox but I couldn’t stop listening to this song ❤❤❤
Yeyyota irraati waaqayyoo si haa egu jabaadhu ebifaami Boni❤
wow blessed ! big respect yadesa shiri b/c ijjollee akkasi wana ol fidufi ebbiffamii im blessed tnx god
"YESUUSIIN MALEE!!!" Eebbaaf ta'i. Ayyaanni siif haa baay'atu.
waaqayyo si haa ebbisuu dhageeffadhee quufuun dadhabee dhugaa , qulqulluu haafuraa waaqayyoo hommalle oto waliin hin makiin originaala isaatin ayyannicha keessatti hafii baraa baraan ❤❤❤❤
Akkan Jibbuu Hin dandeenyeettiAnaanuu Amma Naa DhibuuttiiNa Mo'eem Jalala Isaatiin!!
What a song! Boonii, ati eebbifamteetta! Ayyaanni siif haa dabalamu! Thank you, Oboro Media, for producing such a blessed song!
waqaayyoo sii haa ebisuu yeroo 100 dhagafadhee farffannaa qufuu dadaabe ❤❤❤
Eebbifami maqaa yesuun baayye itti eebbifameera uffannaan kees baayyee namatti tola faarsan kees yesuusin Ibsa guutummmaansaa❤❤❤
baay'ee gaariidha! Muzuqaan farfannichaas ta'e ergaan isaa baay'ee gaariidha! Akka Afaan Oromotti ammoo fooyya'iinsi muziqaa bal'inaan mul'ata. Jabaadhaa!
tank you bayeeen siin galtefadhaa jabadhuu galatomaa waan CC wan itii gotantiif bayyen sin jaladhhaa oboroo mediaa
bonisha bayyee farfannakee uffanankee bayyee namati Tola warri kanis akkaniti haa farfatani itti himi
waaqayyon kan caala akkaa farsittuu sii ha eebisu haali uffana keetilee guddoo namaati tolaa Eebiifami❤❤
Waaqi si ha hebbisu uffannaan kee baayee Kan namatti toludha jabadhu akkanumatti itt fufi
Jijjirama gudda farfaana afaan oromo.eebbifamteeta.❤
Dhugaa bayyee bayyee farfanaa humnaa fi hafuuraan gutamee , ebbifaami ammayyuu bayyee itti boqadhee dhugaa jabbadhu
Atti farfatu Wangela dhagesedha guddaa ebbifami Baredukoo Allii uffaanakee dhalotafu barumsa guddadha 🎉❤❤❤❤❤❤❤
🥰😍🤩 Boni Eebifami dhugaa hoji ajaibati 🥰 Qumbi Pictures👏✍💪
❤❤❤ wooooooooow ebbifami bontu koReally Christ center song 💞❤ ayyaanni sif haabaay'atu❤
Woow waan hundasaan jaaladhe haali uffanakee fi sochiinkee hundi bayyee bareeda .ittis ebbiffameera,galatoomi jabduu keenyaa.
Style farfannaa isaa sirrii farfatottii hunduu obboleetti keenya kanarra baradhaa yoo waaqa sodatanii attii kana caalaa jabadhuu
Akkasi farfaanna jechuun male warra akka fartu liidiyaa hiidhii dibaatani mitii eebifamii waaqayyoo si haa eebisuu Boonii koo❤❤❤❤❤
Eebifamii uffaanan kees,farfannan kees namattii tolaa waqqayyoo sii haa eebisuuu❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuff ebbifami boni ayyani waqayyo dacha sif haa dabalmu❤❤❤❤
Waaqayyo si haa ebbisuu bareduu koo jabadhuu ayyanii sif ha bayatuu
Uuuuuuuuufffffiiiyyeee hallelujah waaqayyoo bara jireenyaa ishee haa eebbisuu keessuuma haali uffanaa ishee addaa❤️🥰
Baay'ee namatti tola eenbifami boni❤❤❤
Uuuf eebbifamtuu Koo ammallee waqyyoo uumaan Kee siwaliin haa ta'uu, eebbifamii.
May God bless you abundantly,sister. Waaqayyo guddaa si eebbisu obboleetiikoo
Wow wow jechaa hin qabu dhugaa farfannaa ajaa'iba bara kanatii. 🙏 really i am blessed by this psalms.🎉
Wow eebifami ayyaanisa siif haa baayyatu sinboo qabettiko❤❤❤🎉
Uuuuuuuf akkam namatti toltuu ittin ebbifamee dhugaa Ebbifamaa!!!
Eebbifamtaniittu! Jabaadhaa hunduu, ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baay'atu!
እሜን እሜን እሜን ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wowowo ❤ bayee namatii tolama ebifamii waaqayyoo sia ebisuu
Ufani kee bayyee namtii tolaa jabadhuu waqayyoo gooftaan barafi jienyaa kee haa ebbisuu🙏❤❤Qorontosii isaa duraa 11👈
Waaqayyo isin yaa eebbisu baay'ee isinirraa miidhaga!!!🙏🙏🙏🥰🥰🥰
Anaanoo hamma na dhibutti!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! Wow eebbifami, Ayyaanni siif haa baayatu
አለባበሳችሁ ሁሉ ነገር ምርጥ ነው ጌታ ኢየሱስ ይባርካችሁ። 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Eebbifami barake mana isaa keessatti hafii tajajili
Eebbifamaa hundi keessanuuuu🙏🙏🙏🙏🙏
Kanaa calaa ayyanaa isaa dhumaa hin qabnen sii haa eebbisuu❤❤❤
Obboleettii keenya Eebbifami, Uffannan kee akkaa macaafni qulqulluu ajajutti dhalootaaf fakkeenya gaarii taate akkasumas faarfannaa hafuuraa bareedaa waaqayyoo siif kennee bareechitee nuuf dhiyeessiteef waaqayyoo guddaa si haa eebbisu
Wwooww ufanna kee jaaladhen uufii Akuma wangeli jedhuu mataa kee hagugate go❤❤😢😢basikoo
Abbaan kennichaa yesuus haa ulfaatu. Atimmo ebbifami!!
Bonii...eebbiffami giiftii tiyyaa...keep the good work....we wait for more❤❤❤
Dhugaa baay'ee namati tola eebbifami boni❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Baayyee nama gammachiisa eebbifami boonii koo.❤❤❤
God this girl is something 😍 💖 Bontuko waaqni dabalee si haa eebbisu
Baraafi jireenyakee hundumaa mana waaqayyoo keessaa akka hojjettuufi waaqayyo ayyaana isaa siif haa laatu dabalee❤❤❤❤
Eebbifamii obboleetti teenya waqaayyoo SI haa eebisuu❤❤❤
Waqayyo si haaEbisu giftiko ayyana isaa sifi habayyisu haluma kanani ittifufi ufatake kana immo❤❤❤❤
Eebbifamtuukoo...jechaan ittiin si ibsu hin qabu. What a discipline!Really this gospel song smells Christianity ❤❤❤❤❤
Waaqayyo isin Haa eebbisu isin wajjiin Haa ta.u❤❤❤
Oww des sil tebareki boni
Boonishoo ayyannisaa ammayyuu dachaa siif haa baay'atu 👌
Uffee faarfannaa ajaa'ibaati eebbifamaa bara baraan❤❤❤❤❤❤
Ebbifami Boniko ❤
Akkan deebi’ee hin kukkufneetti Anaanu amma na dhibuuttiAmazing gospel song
This so good 👏 May God bless you.
Ebifami Amasi Ayyaanni Si Bacatuu ❤❤❤🎉
Ebbifami waqqayoo si'a haa ebbisu baay'ee namatti tola.
Uuuuff dhugaa bayyee namati tolaa❤❤❤
Ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen Ebifamii waqayyoo si haa ebisuu ayanni sif haa bayatuu kana Calaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Waaqni Waaqarraa saa eebbisu barootni kee haa eebbifamuu!🙏🥰🥰🥰
Dhugaa bayyee jaalaladhe jira itti fufii eshi w si eebbisu
Bayee sitii gamadee ufatii ketuu namtii tolaa
❤❤❤❤❤❤ boni jabaadhu ammayyu haala kanan itti fufi
Uffannaan kee baay'ee namatti tola, Haaluma kanaan itti fufi adaraa, keessumattuu shaashiin kee❤❤❤
shaashii ishee waaqefattay
Eebbifamaa, baay'ee namatti tola!🎉
My God it's really amazing ❤
Faarfattuu sirriin Bontu Getachew qofaadha
Boni & Yado and the others God bless you very much again.
Uuuff faarsaa hedduu namattii toluu!
WowAkkan jibbuu hin dandeenyeettiAnaanuu hamma na dhibutti na mo'ee jaalalasaatiin❤💯🤦🤦🤦🤦🤦🤦God bless you too
Eebbifami boonii ayyanni siif ha baay'atu!!!
Mucaa waaqa bareedduu koo ebbifami itti fufii deeme
Baayyee guddaasa eebbifaami obboleettiikoo !
Waaqayyo si haa eebisu it is really amazing
Waqayyoo sii haa ebisuu😊❤
Amma Ammattii farsaa kanaa qufun dadhabee dhugaa ebbifami baredduu koo farsaa ergaa gudda of keessattii qabatedhaa
May almighty GOD bless you@ Bontu
maqaa yeesuusin nama macheessa ........................halleeluyyaa .... ayyaanni isiif ha dablamu ammalle,
Eebbifaam Bone ❤ Yesoon sii Eebbisu
My bestie eebbifami more grace to u ❤
Maaaaaaali kun.......Baay'ee namatti tola.
Boni bagaa kan gesee lubuu bayeni sii jaladhaa wantii bayee naa diniqee Aali ufanaa kee bayee namati tola yeroo undaa ogoo walin tajajilaa turele yero undaa Ali ufana kee bayee natii tolaa dhugaa ebifaami waa undaa kee barechee sii imee rabin jiradhuu itii fufii
Blessed ❤❤🔥
❤❤❤ boni guddaa ebbiffamii❤❤❤
Boni,eebbifami.
Dhugumaadha!Be blessed our sister
Ebbifamii qaxaale Koo❤❤❤
Eebbifamteetta! Ammayyuu ayyaanni isaa siif haa baayyatu!❤❤❤❤
Ebbifami bayyee namatti tolaa 🥰❤🙏🙏🙏
Ebifamii 🙌🙌🙌🙏🙏🙏😘
Warri dhaggeeffanii share gochaa jirtan waaqayyo guddaa isin haa eebbisu!
guudaa sin galataefadhaa hallaa kaanaan it fuufaa www lataa biratuu ofichaal in you tube🙏🙏🙏
God bless u Boni it's amazing song!
Waaqayyoo si haa Eebbisu Booni faarfaannaa natti Tolee jira!!!!!Amazing🎉
Eebbifamiii eebbifamii eebbifamii eebbifamiiii baayyee ittin eebbifamneerra isin haa ebbisu Bara keessan jiruun keessan tajaajilaa keessan haa eebbisu uuff. Amma yyuu kana caalaatti birqaan addaa ayyaanni guddaan dibanni guddaan isiniif haa kennamuuuuffeeeeee❤❤❤❤❤❤❤❤❤
uffannaan kee baayyee gaariidha Jabaadhu haaluma kanaan itti fufii gooftaan si haa Eebbisu ❤❤❤
Waaqayyoon Si haa eebbisu
Yeyyota butatoo irraa si haa eegu
Kanaan caalatti ija godhadhu🥰
Wow 👏👏👏 What a lovely song! I’m Orthodox but I couldn’t stop listening to this song ❤❤❤
Yeyyota irraati waaqayyoo si haa egu jabaadhu ebifaami Boni❤
wow blessed ! big respect yadesa shiri b/c ijjollee akkasi wana ol fidufi ebbiffamii
im blessed tnx god
"YESUUSIIN MALEE!!!" Eebbaaf ta'i. Ayyaanni siif haa baay'atu.
waaqayyo si haa ebbisuu dhageeffadhee quufuun dadhabee dhugaa , qulqulluu haafuraa waaqayyoo hommalle oto waliin hin makiin originaala isaatin ayyannicha keessatti hafii baraa baraan ❤❤❤❤
Akkan Jibbuu Hin dandeenyeetti
Anaanuu Amma Naa Dhibuuttii
Na Mo'eem Jalala Isaatiin!!
What a song! Boonii, ati eebbifamteetta! Ayyaanni siif haa dabalamu! Thank you, Oboro Media, for producing such a blessed song!
waqaayyoo sii haa ebisuu yeroo 100 dhagafadhee farffannaa qufuu dadaabe ❤❤❤
Eebbifami maqaa yesuun baayye itti eebbifameera uffannaan kees baayyee namatti tola faarsan kees yesuusin Ibsa guutummmaansaa❤❤❤
baay'ee gaariidha! Muzuqaan farfannichaas ta'e ergaan isaa baay'ee gaariidha! Akka Afaan Oromotti ammoo fooyya'iinsi muziqaa bal'inaan mul'ata. Jabaadhaa!
tank you bayeeen siin galtefadhaa jabadhuu galatomaa waan CC wan itii gotantiif bayyen sin jaladhhaa oboroo mediaa
bonisha bayyee farfannakee uffanankee bayyee namati Tola warri kanis akkaniti haa farfatani itti himi
waaqayyon kan caala akkaa farsittuu sii ha eebisu haali uffana keetilee guddoo namaati tolaa Eebiifami
❤❤
Waaqi si ha hebbisu uffannaan kee baayee Kan namatti toludha jabadhu akkanumatti itt fufi
Jijjirama gudda farfaana afaan oromo.eebbifamteeta.❤
Dhugaa bayyee bayyee farfanaa humnaa fi hafuuraan gutamee , ebbifaami ammayyuu bayyee itti boqadhee dhugaa jabbadhu
Atti farfatu Wangela dhagesedha guddaa ebbifami Baredukoo Allii uffaanakee dhalotafu barumsa guddadha 🎉❤❤❤❤❤❤❤
🥰😍🤩 Boni Eebifami dhugaa hoji ajaibati 🥰 Qumbi Pictures👏✍💪
❤❤❤ wooooooooow ebbifami bontu ko
Really Christ center song 💞❤ ayyaanni sif haabaay'atu❤
Woow waan hundasaan jaaladhe haali uffanakee fi sochiinkee hundi bayyee bareeda .ittis ebbiffameera,galatoomi jabduu keenyaa.
Style farfannaa isaa sirrii farfatottii hunduu obboleetti keenya kanarra baradhaa yoo waaqa sodatanii attii kana caalaa jabadhuu
Akkasi farfaanna jechuun male warra akka fartu liidiyaa hiidhii dibaatani mitii eebifamii waaqayyoo si haa eebisuu Boonii koo❤❤❤❤❤
Eebifamii uffaanan kees,farfannan kees namattii tolaa waqqayyoo sii haa eebisuuu❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuff ebbifami boni ayyani waqayyo dacha sif haa dabalmu❤❤❤❤
Waaqayyo si haa ebbisuu bareduu koo jabadhuu ayyanii sif ha bayatuu
Uuuuuuuuufffffiiiyyeee hallelujah waaqayyoo bara jireenyaa ishee haa eebbisuu keessuuma haali uffanaa ishee addaa❤️🥰
Baay'ee namatti tola eenbifami boni❤❤❤
Uuuf eebbifamtuu Koo ammallee waqyyoo uumaan Kee siwaliin haa ta'uu, eebbifamii.
May God bless you abundantly,sister.
Waaqayyo guddaa si eebbisu obboleetiikoo
Wow wow jechaa hin qabu dhugaa farfannaa ajaa'iba bara kanatii. 🙏 really i am blessed by this psalms.🎉
Wow eebifami ayyaanisa siif haa baayyatu sinboo qabettiko❤❤❤🎉
Uuuuuuuf akkam namatti toltuu ittin ebbifamee dhugaa
Ebbifamaa!!!
Eebbifamtaniittu!
Jabaadhaa hunduu, ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baay'atu!
እሜን እሜን እሜን ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wowowo ❤ bayee namatii tolama ebifamii waaqayyoo sia ebisuu
Ufani kee bayyee namtii tolaa jabadhuu waqayyoo gooftaan barafi jienyaa kee haa ebbisuu🙏❤❤
Qorontosii isaa duraa 11👈
Waaqayyo isin yaa eebbisu baay'ee isinirraa miidhaga!!!🙏🙏🙏🥰🥰🥰
Anaanoo hamma na dhibutti!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! Wow eebbifami, Ayyaanni siif haa baayatu
አለባበሳችሁ ሁሉ ነገር ምርጥ ነው ጌታ ኢየሱስ ይባርካችሁ። 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Eebbifami barake mana isaa keessatti hafii tajajili
Eebbifamaa hundi keessanuuuu🙏🙏🙏🙏🙏
Kanaa calaa ayyanaa isaa dhumaa hin qabnen sii haa eebbisuu❤❤❤
Obboleettii keenya Eebbifami, Uffannan kee akkaa macaafni qulqulluu ajajutti dhalootaaf fakkeenya gaarii taate akkasumas faarfannaa hafuuraa bareedaa waaqayyoo siif kennee bareechitee nuuf dhiyeessiteef waaqayyoo guddaa si haa eebbisu
Wwooww ufanna kee jaaladhen uufii Akuma wangeli jedhuu mataa kee hagugate go❤❤😢😢basikoo
Abbaan kennichaa yesuus haa ulfaatu. Atimmo ebbifami!!
Bonii...eebbiffami giiftii tiyyaa...keep the good work....we wait for more❤❤❤
Dhugaa baay'ee namati tola eebbifami boni❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Baayyee nama gammachiisa eebbifami boonii koo.❤❤❤
God this girl is something 😍 💖
Bontuko waaqni dabalee si haa eebbisu
Baraafi jireenyakee hundumaa mana waaqayyoo keessaa akka hojjettuufi waaqayyo ayyaana isaa siif haa laatu dabalee❤❤❤❤
Eebbifamii obboleetti teenya waqaayyoo SI haa eebisuu❤❤❤
Waqayyo si haaEbisu giftiko ayyana isaa sifi habayyisu haluma kanani ittifufi ufatake kana immo❤❤❤❤
Eebbifamtuukoo...jechaan ittiin si ibsu hin qabu.
What a discipline!
Really this gospel song smells Christianity ❤❤❤❤❤
Waaqayyo isin Haa eebbisu isin wajjiin Haa ta.u❤❤❤
Oww des sil tebareki boni
Boonishoo ayyannisaa ammayyuu dachaa siif haa baay'atu 👌
Uffee faarfannaa ajaa'ibaati eebbifamaa bara baraan❤❤❤❤❤❤
Ebbifami Boniko ❤
Akkan deebi’ee hin kukkufneetti
Anaanu amma na dhibuutti
Amazing gospel song
This so good 👏 May God bless you.
Ebifami Amasi Ayyaanni Si Bacatuu ❤❤❤🎉
Ebbifami waqqayoo si'a haa ebbisu baay'ee namatti tola.
Uuuuff dhugaa bayyee namati tolaa❤❤❤
Ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen Ebifamii waqayyoo si haa ebisuu ayanni sif haa bayatuu kana Calaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Waaqni Waaqarraa saa eebbisu barootni kee haa eebbifamuu!🙏🥰🥰🥰
Dhugaa bayyee jaalaladhe jira itti fufii eshi w si eebbisu
Bayee sitii gamadee ufatii ketuu namtii tolaa
❤❤❤❤❤❤ boni jabaadhu ammayyu haala kanan itti fufi
Uffannaan kee baay'ee namatti tola, Haaluma kanaan itti fufi adaraa, keessumattuu shaashiin kee❤❤❤
shaashii ishee waaqefattay
Eebbifamaa, baay'ee namatti tola!🎉
My God it's really amazing ❤
Faarfattuu sirriin Bontu Getachew qofaadha
Boni & Yado and the others God bless you very much again.
Uuuff faarsaa hedduu namattii toluu!
Wow
Akkan jibbuu hin dandeenyeetti
Anaanuu hamma na dhibutti na mo'ee jaalalasaatiin❤💯🤦🤦🤦🤦🤦🤦
God bless you too
Eebbifami boonii ayyanni siif ha baay'atu!!!
Mucaa waaqa bareedduu koo ebbifami itti fufii deeme
Baayyee guddaasa eebbifaami obboleettiikoo !
Waaqayyo si haa eebisu it is really amazing
Waqayyoo sii haa ebisuu😊❤
Amma Ammattii farsaa kanaa qufun dadhabee dhugaa ebbifami baredduu koo farsaa ergaa gudda of keessattii qabatedhaa
May almighty GOD bless you@ Bontu
maqaa yeesuusin nama macheessa ........................halleeluyyaa .... ayyaanni isiif ha dablamu ammalle,
Eebbifaam Bone ❤ Yesoon sii Eebbisu
My bestie eebbifami more grace to u ❤
Maaaaaaali kun.......Baay'ee namatti tola.
Boni bagaa kan gesee lubuu bayeni sii jaladhaa wantii bayee naa diniqee Aali ufanaa kee bayee namati tola yeroo undaa ogoo walin tajajilaa turele yero undaa Ali ufana kee bayee natii tolaa dhugaa ebifaami waa undaa kee barechee sii imee rabin jiradhuu itii fufii
Blessed ❤❤🔥
❤❤❤ boni guddaa ebbiffamii❤❤❤
Boni,eebbifami.
Dhugumaadha!
Be blessed our sister