Nama takkaa onneerra jaalatte deebitee obbolummaa wajjinn jiraachuun tasa hin dandahamu so murtoon ati fudhatte kan nama hin gaabbisiifneedha Abi murattee dhiira ❤natti tolte dhugaa🎉
Bagaa didee Abi go dhiraa jechuun akkasii intaala kanaa hamma nama basiftii atoo ishiifi jetee sammukee dhabdee turtee waqayoof hagalatuu fayitee ammamoo si marachuufiimoo
Dura Kan Dinde Soretidha Amamo Gabintee Barbachaa Isaa Demtee Jaalali Waan Nama hin Godhin hin jiruu Yeroo Bonsumo Garaa Nama Nyaatii Dhugaaa😢😢Waliti Sina Debisuu waaqayoo Yeroo Bosumo Gara Nama Nyaati Sort Dhugaa😢😢
Soree dhaamsa obbolummaa dhugaa rabbii video isin dalagaa jirtaan kun yoo dhugaa kan ta’u ta’e gara fuulduraa ti dhibba jireenya keeraan ga,a jedheen yaada ani akka yaada kootti ❤
youtube.com/@abigo12.?si=HvBhYg7dS5phHZcB account koo lamaffadha subscribe godha
🎉🎉🎉
Oke sistuu❤❤🎉
❤❤❤
Kannaraa kassen Isa sifi tasisa intaloo sare kanna
Why😂😂@@boontuu559
Namni akka kotti piranki tahu irrattii naqqa'ee like godhi😅😅😅😅
Dhugaa ketti pirankidha
😂😂😂wowq
Prank dha
Mee warri akkakoo soorettiin isin hin tamchaane mee like godhaa
Ana intala afaan baldii😂😂😂😂
Of akkabaddi akka waan soolan jaarsa erge kadhimamtetti😂😂
😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Dhugaadha sola hin fudhuu mee hin ilaala dhumasani@@FaidaFaida-vq1jw
Annu😂😂😂😂😂😂😂😂
Warrii bagaa didee jettan like taasisa
😂😂baga dide
Dhugaa ketii
Bagaa dide😂😂😂😂
Bagaa didee Abii ergaa jalalaa sif hin qabnee maaf hiriyumaa kee barbadii isheen siimaarachuu barbadii bagaa diidee brother🎉❤❤❤❤❤
Ergaa ittii herumuu hin fennee malliif ittii maxntaa mucaa marachuu fettaa mo?
Dhugaa jetee
Sah dhugaa keetii 😢
Eyeen dhugaa
Dhuga keti isani Isa wolin hiryantani Kani birati herumu
🎉anuu isaan jedhaam
Qalla dhira hin setu jedha oromon
Baga didee ❤❤❤❤
dhuga ketii duraa malif itii akkabadee ishin😂😂
Yoo jalate dhugumma jaladhu 😢😢
Dinichaa nagaada jirtii natii fakkate😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Pirank hojetaa jiranii😂😂
😂😂😂😂😂😂
Maaloo abigo dhifama godhiifi adaraa solan jalalaa hin beeku dhugaa dubachuuf abigo abba jalaala❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤sore and abigo❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Hisin solanin filattekaa
Isheenoo isumaa Jaalalaa hin beeknee fiilatee maalii goodhuufire😅
😢uff ijoolee kana akkattin waal irra jalladhu worri comment sutaa oddu dhissa sore❤❤❤ abi go🎉🎉🎉🎉 worri akka koo like 👍 naf godhaa
Dhuga ketii walahi 😢
Nagaan busaa umataa fiqri ❤❤❤Maati nafi ta'aa oromoo koo ❤❤
atis maati naaf ta'ii
Namnii akka koo ijjoolle kana jaalattan like ❤❤❤❤🎉🎉🎉😊😊😊😊
Dhirii takitii garaa kutananii dubatii debi,uu hin bekuu nan sobee ree dhugadhaa ❤❤👍👍👍
Isheen maal nagaddi jiddu jaraa laminiti tokkotti cittu
Maloo abi ko bayye na marare dhugaa uufff😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭
Dhugaa rabbii analee bayyee na mararaa Abi go gotaa jaalaala
@Asmra-w4q uuuffff dhugaa ketti biraa akkati jalala dhugga qabbu madessuni badadhaa😥
𝐔𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐟𝐟 𝐞𝐲𝐲𝐞𝐞𝐧 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐢𝐟𝐚𝐦𝐚 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐢𝐟 𝐬𝐨𝐫𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐀𝐛𝐢𝐠𝐨𝐨 𝐩𝐥𝐞𝐬 😢😢
Nama jaalalaan sitti siqee onnee isaa cabsitee akkamitti deebitee hiriyyummaa obbolummaa gaafattaa kuni waan hin jireedha
Dhugaa ketii ❤❤
Dhugaa jette
Abigo jabadhuu abigo jalala qabaa wanii tayyfi sorre dhissi baqqa inni jalala qabba hiriyyuma kee hin barbaddu hin si jalataa atti moo akka hiriyatti jalatta gargarumanni kanna baqa dhissi micanni nagan ya jirattu😢😭
Ijoollee rabbiin waaliiti sina ararsuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤namni akka Koo ijoollee kana jalatani like itti robsaa❤❤❤
Soree jenee ani😂❤❤❤
😂😂😂😂😂
Kkkkkk maalii jalanaa😅
@@rahmaBukure-q1w mucaa dhiraa bochisuni baredaa jetaa cubbuu qabaa jalali dhugaa😥😥
dhifamaa walifii godhaa lakki Micayoo Jalalaa dhugaa bariii atilee❤❤❤
Hintalumaa kana of iraa fagesii abi dhugaa rabii jirenyaa ke kesaa basii
Dhugadha ishen kan hin jalane malifi ofiti maxansu barbadii
Dhugaa ketii ❤❤❤❤
Abii micoo kana jirenya kee kesaa basii🤫🤫🤫🤫🤭🤭🤭
Dhugaa jetee fokiistuuu.fanaa inhojaatiini😏😏😏😏😏😏😏😏
Dhugaa dhaa Lubbuu 😅😅😅😅😅
Sore kuni Abigo kana osoo jalate carra qabda mucaan jalalaa beeka ❤mucaan waan sii jaalatufi hiriyuma hin fedhu jalalan sitti dhihaatu fedhaa 😢
Namii akka kiyyaa pirankii tahu naqa,ee like godhii 😂😂😂😂😂😂🎉
Nama takkaa onneerra jaalatte deebitee obbolummaa wajjinn jiraachuun tasa hin dandahamu so murtoon ati fudhatte kan nama hin gaabbisiifneedha Abi murattee dhiira ❤natti tolte dhugaa🎉
Warri baga dide jetaan like godha
Oduu yoo jalatee jaladhu ykni jalaa hin foqiqniii😊😊😊
😂😂😂
😂😂😂😂❤
😂😂😂😂
Comment kolfan na jesee😂😂😂😂
Kkkkk foqoqiin😁😁😁
Waliin irraa bareedu bee maaloo likii godhaa❤❤❤
Soreti.dhuga.rabbi.fakkesitudha.sobduu😊
namnii akka koo yero jalqaba jalala jalaban jalatuu like godha me
Baga dide ati sila malif asa ke baka toko in kesu 😢
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤😮
Maatii naafi ta'aa mee Oromo koo❤❤❤🎉
Bagaa didee dhugaa ilmaa dhiraa
Maati naafi ta'ii mee lubbuu ❤
Dhiraa dhugaa Abigo 👍👍👍👍👍💯✅ hin sobidii. Mafii fi latee dhiraa mitii duraa ama malituu humamee nann dhufii tee. 💯💯✅
❤❤❤❤❤❤❤
Abigo aizo wadimee❤😢😢😢😢😢😢
Baga didi dhugaa inuu kana calaa itti midhamee 👍👍👍👍👍jalanan furifanaa jibilal shitoo fanaa jedhaa mamaksii oromoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yoo hin barbaanne jireenya mucaa keessa bahi maal itti deddebitee jeeqxa 🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗
Dubbin ijoollee kana naf hin gallee dhugaa pirankiidhamoo isumaa dhugaadha garuu warrii akka koo isinif hin gallee like godha
Rabii kan wolii isin haa godhuu
maati naafi ta'ii mee ❤
Namni Akka ko ijoollee tana dinqi siitattan like godhaa maaloo
Dhugaa namnii abi go jalata like ❤❤❤ fi subscribe na tasisaa🥰🥰🥰🥰🥰
Bagaa si didee wly billahii 😂😂😂 congratulations 🎊 👏 💐
Nuti ijooleen shamarrani siluma nama nujalatu hin jaalannu nama ofi jaallanne male 😢silammo nama najallatu jalachuu qabna wly 😢
Dhugaa jetee
Abigo anii sii jaldhaa dhugaa ❤❤❤❤❤❤
Sore dhuga sii jalata♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Waoo bayee namatii tolatuu dhugaa iti fufaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waan tokkoo boo'ichan barbaachisu beqa baga dide dhiiraa haadha kee abbi goo💪💪
Dhisi fi Araraama abii, Ok❤❤❤❤❤❤ soreetii isii heerumni ok solani Dhisi🥰🥰🥰🥰🥰✅
Ilmii dhiraa sii dhuugaan sii jalanaan waa hundaa sif tayaa ergaa attii isaa hin jalanee maaf ittii dhiyaachuun barbachisee Abii fagadhuu attii nama sin jalanee iraa fagachuun furmaataa Amaaf yo sitii Ullfaatees bodeef furmataa dhuugaa
Yaaa kun yadaa kodhaas
Maaf hakasiit qostti isheen
Yoo hin jalanee maaf hitii dhiyachuu barbadee ??
Aboo Rabbin obsaa siif ha kenuu obleessaa kiyaa abigo tasgabii atii💌💌💌
Abbi maalo dhifama goodhiif pirank yoo ta'e llee addara dhugaa tti jijiraa maalo🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Soree Koo yoo dhiiste si wayya inni waan jaalala sis qabuuf hiriumma hin barbaanne malee jibba ke hin qabu
Bagaa didee wallah intaloo kuni Qabenyaan malif namaa madaluu namin in jijiramaa kanafu malif jalalaa in filanee ishe 😏😏abshir abigoo koo miskin namaa sin imoo rabbiin namaa ofifi jalatuu sif halatuu 😢❤❤❤❤
Waalumaatii haaramaa gaara haaraaraa sifin Haa keenuu❤❤
abii go dhifamaa godhifii soree atisi tokoo jaladhuu baka lamaa hin dhabatin abigon garuu bayee sii jalata isumaa jaladhuu soree ❤❤❤❤😢😢 inii sii jibe mitii wan are fii malee soree kan kan sin jedhefii malee ❤❤
Dhugaa dubbachuuf sooreen intala ajaa'ibaati. Sababni isas Abii go itti fayyadamuudhaaf barbaaddi malee jaalalafi mit😢. Utuu isa kan jaalattu tahe yeroo kanatti maatii kamtuu kan isii jaalatte irraa dhoorgara??? 😮 utuu isa kan jaalattu taate guyya miti halkan naan badi isaa jetti. Kuun jaalala faayidaati😢😢 dhugaa baay'ee nama aarsiti.mucaa garaa laaf argatteeti.kun faayidaaf😮😮dhugaa.
Wa,'ee hirriyyuna dhisaa garumaa hin qabu yoo jalatee dhugaan jalladhuu hin ta'uu tanaan jirenyaa abigo kessa bayii balagee
Dhiraa jechuun Akka Abigo kan garaa kuteessaa dhiraa ❤❤❤❤❤❤Bareedaa gotee Abigo
Abigo King Bagga dide itala balge saffu in bekkene tana
Ijolee oromo piles matii naf ta'aa❤❤❤❤
Abigo obboleti kee Tumsisii atis bakka sorren Obbolesaa ishii sii tumsifte ergaa mana keessan dhuftee 😅😅😅😂😂
😂😂😂
😂😂😂😂😂
😅😅😅😅😅
😂😂😂😂😂
😂😂😂😂
dhiirri garaa murannaan deebii hin qabu kana booda jaalala durii siif hin qabu Soore Garuu dubartiin akkana hin jabaattu😢😢❤
Bayee miteenii baga sididee wly jalalii cima dhaa xaphaa sete moo😢
Bagaa didee goshii abdii 👌👌👌👌👌👌👌
Egaa ittii herumuu dide maf akkaa saree maratee irraa gangalataa😂😂
Muccaan boruu taa sii caltuu fudhaa raabbi taa onnee❤ qulquluu jalatuu ha kennuf 😢
Wwww Oromoon qaroome amma❤ akkati riyaalitti jiruu baasanii viidiyoo hojechuun kan jalqabaatti❤🎉
Yoo jalattee mallee irraa bu'ii muccaa sollaan folloodhaafanii mallee hin jallannee jedhanii namaa bakaa hin qabneef iddoo lattii namaa bakkaa qabuuf dhifttee❤❤❤❤ mee ofittii debi'ii sorettii Dhirii xiqishumaa hin qabuu
Dhuga ketii walahi ✅💯
Dhugaa namnni akka kootio ijoollee kana jaalatan like itti robsaa❤❤❤❤
Homaa namaa hin marartuu dhugaa waqayyoo kolkolen kunii
Waqayyoo tokko isinaa haa godhuu🎉🎉❤
Abigo hanga isheen mana yaala galtutti dhiifamni hin jiru jedhiin itti himi😂😂😂
Ke mo.maal jechudha 😢😢😂😂😂
@@Fkriye jaalalli dhugaa aarsaa nama kaffalchiisa, isheen qoosaa jirti
😂😂😂
Dhugaa keeti 😂😂😂😂
Ama dhiri idoo jiruu of baree jiraa gaati isaa ol kasa kanan booda rabii jalali dhugaa arsaa nama kafalchisaa dhugaa jalali dhugan karaa fagoo dema@@kebe__09
Bagaa didee Abi go dhiraa jechuun akkasii intaala kanaa hamma nama basiftii atoo ishiifi jetee sammukee dhabdee turtee waqayoof hagalatuu fayitee ammamoo si marachuufiimoo
Jabbaadhaa ijooleen kenyaa ❤️❤️
Namnii comment koo kanaa dubistaan akkaa you tube itii banamuu natii himaa adaraa oromumaa ❤❤❤❤
Bagaa sii didee atii maalii sitii fakkatee muchaan meshaa jedhaa moo akkam barbadee gochuu getaa🤙🤙💪
Uuuuuufffff bagaa didee dhirraa mittii tokkiichaa garaa kutanan dubaa in jedhuu🥰👍👍💪💪💪
Nama jalala onen nama jalate akka obbolumati walin jirachun ulfatadha
Bagaa sii didee kutaatuu dhiraati inni qosaadharee jalalii atis argii waan jalalii nama godhuu
Baga sidide balage shuxambaigo king of king ❤
Vidoo galgaalaa gaadhisaa seraan sin ilaalamaa gaalgaala hin dhageessani mo isiin😢❤
😊😊😊
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😅😅😅😅😅😅😅😅🎉🎉🎉🎉🎉 dhisii ararmii abgo
Waqqayyo tokko isiin haa godhuu namin kamu ni dogoggorra garu dogoggorra irra debi'uun bay'ee garii dha waqqayyo naga keessan isiinf haa debisuu S❤Abgo
Please dhifama godhiftii akka obbolotatii wajjin jiraadha hammii lafaa kan irraa akka jirtanii hin beektan waan ta'eef gara walitii hin jabatina obbolotakoo ❤❤❤❤
Aree adaraa waqaa Jalaaltii hin qoosani yoo dhugumaa waalii Jalaataa waalii jiraadhaa
Atis oboleeti tenyaa tokot gorii jiradhuu lama dhabduu hin tanitii😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Bagaa didee yaro attii jalala maratuu wanii isi male jiranee ittii fakkatee sitii bonuu jalqabdee amma bagaa didee😂😂😂😂
Baga dide dhugaa dhira jechun kaa akka keeti kana abii koo❤❤❤❤
Abbii dhifama Yaa godhufi wari jetani leki hodhaa
Sagaleni waqayyoo walif dhisaa jedhaa wali dhisaa ijolee 😭😭😭
Anatu dura ilaale😂❤
Ebbifamaa ❤❤jireenni keessan haabareedu ❤❤maati naa tahaa❤❤❤😢
Dura Kan Dinde Soretidha Amamo Gabintee Barbachaa Isaa Demtee Jaalali Waan Nama hin Godhin hin jiruu Yeroo Bonsumo Garaa Nama Nyaatii Dhugaaa😢😢Waliti Sina Debisuu waaqayoo Yeroo Bosumo Gara Nama Nyaati Sort Dhugaa😢😢
Dhugaa keetii
Amaala jallalaa dhugaatii
Kanaafuu jireenyii lafaa,kana irraa xiqoo waan ta'efi jallalaan walini jiradhaa
=Walifi Araraamaa
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Abigo atisi akkaa nama tokkooti yoo midhaamitee iyuu Araramuun dirqaamaa jalallaatii kana bekkuu qabdaa
Qoyyi soretini kuni malifi garu namaa meqa fakkati😢 taka solani taka mo Abgo😢😢
Solan jaalalleedha abigoon hiriyaa waliin dalagan akka duraattj deebine waliin hojjenna jetti innimmoo waan ishee jaallatuuf hriyyummaa isa akkasii hin fedhu jedha
@fufuilu1212 ok.
❤😢😢❤
Abgo baga didee sitii tabchuu fetii issheni 😊😊😊😊😊
Baga si dide god abi.go ko🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤😂😂😂
Sihaa mmoo oromoo walitti sin jalateraa situu akka takoti isaa kanati fayadamu barbarbde malee amasitti 20k galtani jirtuu😢😢😢jalala dhugaa itti fufaa🎉
sooreti dhifama naf goodhi abi go biraa haffuu hin dandeessuu maalf sammu isa hin eegduu 😊😊
Soree dhaamsa obbolummaa dhugaa rabbii video isin dalagaa jirtaan kun yoo dhugaa kan ta’u ta’e gara fuulduraa ti dhibba jireenya keeraan ga,a jedheen yaada ani akka yaada kootti ❤
❤
Maa atii ergaa ittii erumu hin barbaane malif cinqamtaa lubbuu
Abi go intalli Kun waan cima sirratti hojjachufi durasa Akka ilmaa namatti isheedhaf jette rebamte isheedhaf jette dhanaamte har,ammoo dhufte jalalaa ejaan sif qabufi jetti sobduun kuni
Maatiin Abifi sore maatii Naaf Ta.a maalo 🙏
Dhugaa garuu bayyee namaa dhibaa mucaa bayyee dhipatee silaa malii amaa imoo akkamtii si walin jiraattaa maaltuu itt dhagamaa,???? Kaanfuu rakkisaadhaaa ittt Debi,ii waali jiraadhuu solaan borisii sii dhisee demaa inn abbaa meqaa fanaa dubaattaa garuu abigoo mucaa jaallaalaa bekkuu dhugaa waqaa❤❤😊❤😊😊