Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Thank u Ado! i am listening since 2015...love u.
THANKS BE GOD YOU SING JESUS CHRIST I LOVE YOU MORE THAN I CAN SAY MAY HOLY HOLY SPIRIT PROTECT YOU FROM EVIL GLOBE!!MORE MORE BLESSINGS!!
Uuuuuuffffff waayyyoo wayyyooo Ameeeeeeen yaa uumaakoo maaloo nugargaari😢😢😢😢 Ayyaanni kanuma caalaa sif haabaayyaatu haadhookoo❤❤❤❤❤
Ameen 💕 waqaa koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
gooftaan sihaa'eebbisu; ergaan isaa humnaa ol jabaadha. Kan gurra qabu haadhagahu.
Ameen waaqayyoo dabaale dabaale sa eebbisu ogumma kan caalu siif haa baayisuu. Anaafis naaf keeni seenaa qajeeloota ameen
Waaqayyoo gaafii biyya keenyaa karaa farfattootaan akka deebisu nan amana.garaachi diinaa kan gubatus kadhannaadhaani waan ta'eef cimsinee haa kadhannu!!!
Amen Amen Ebbiffammi nama waqayyoo waqayyoo nuuf haa kennuu arbaa hikama maloo
Waaqayyo si haa eebbisu ! ayyaana isaa siif haa baayisu barakee guutuu faarfadhu.
Ebbiifamii dacha dacha Adiisyee goftaan ayaan isa sif abaayysu
Laliisii jiradhuu akka wayiinii bishaan qarqaraa qaalii namaa tiruu
siin faarfattota kaawwan irraa waan baay'eetu adda si godha ammayyuu gooftaan hubannaa kanaan olii siif haa dabalu
Farfatootaa obbolawwaan kiyyaa saba waqqayyoo kan tatani hunda keessaan waqqayyoon isiin yaa ebisuu dibbanni goftaa yesusis isiin irraatii yaa baquu ykn isiin irraatii yaa ifuu dhugaa goftaa baaya'een itti boqottee samunni koo yaa obbolaawwaan hojjatootaa goftaa yesusi ebifama.Ababo Gudisa Libanon (Beruit)irraa sinnin jalaadhaa.
Murii dheradhu! !!!!!
Atti essa jirta oboleti
Gooftaan inni mul'ata kana sii kenne haa galateeffamu Eebbifami Addee...!
Addisu baay'ee si jaallanna dhugaadha W/YYO dachaa dachaa ayyaanasaa siif haa baay'isu. Faarsaa ati nuu gadi dhiistu hundisaa ergaa jireenya baraa baraa ti waan ta'eef nuuf jiraadhu ija hamaan sin argin siin jedha malee waanan siin jedhu hin qaba. Jaalalan siif qabu jechan ittiin ibsu hin qabu
Ebifama
Keebek Sentayehu;lolttuu ati leenjistee hundumatti beekaa rakkina koo obseen ta'aa nama akeekaa. waaqnni waaqotaa sihaa Eebbisu. Ayyaana kana dura sirra kaa'ee caala dachaa torba siif yaa dabalu.
Addisu Eebbifamii umurii tajajilaa kee siif dheersuu haama dhumati akka dhabaatuf sa haa gargaaruu
Eebbifamaa!!! hamma dhumaattii waqayyo isinaa hadhaabu.
Waqayyoo baraa jirenyaa ke hundumaa ha ebisuu ebbiifami
ebbifami waqaayyoo oguuma isaa siif haa baayisuu
Waqayoo saa ebisuu obaalawwan koo.barii jirenyaa kee saniha ebifamii ijolee goftan
farfannaa ijoolummaa koo🙏🙏🙏
🙏🏾💛💛💛💛🙏🏾God bless you
Waqayyoo goftaaan si ebissuu aduu bayyee si kabajaa si jalladhaa waqayyoo baraa jireenyaa keetif maatii kee hundaa haa ebissuu!
b j
Ameen
Waaqayyo baraf jirenyakee ha ebbisuu nama dibataa
Addisuu.gofatan.siihaa.ebbisuu.waqqayyoo.ulfinaa isa.siifi.haa.baayyiss ebbifaamii mucaa.kakuu.farsaani kee namaa boqochisaa kan.akkaa.waqqayoo.hin.jiruu beruti irraa
ammayyuu ayyaanni waaqayyoo kana caalaatti sirratti haa dhangala'u nama waaqayyoo ulfaadhu sihaa eebbisu eebbifami maqaa yesuusiin
HAALIIN ANI KEEYSA JIRU NATI ULFAATUS ANI DUBBII ABDII KANAAN HOGGUA JAJIABINAAN ARGADHAANBAAQOM 3:17MORE BLESSINGS !!
Maqa Abba Kan Ilmaa Kan Afura Ququlu Sadan Waqa Tooka Ameen Nageenya Waqayoo Huduma Keessa Haa Bayatu Farfaatoota Kan Gofitaa Keenya Iyesus Kirstosa Farfataan Huduma Kessan Waqayoo Bara tajajil Keessa Isin Haa Ebissuu Amen
Waaqqayyoo sii haa ebbisuu ayyaanaa kan caaluu sif haa dabaluu
waqaayyoon goftaan sii eebisuu Ayyanaa issaa siif adabaluu Ammmeeeen Ammmeeeen
God Bless You
take thanks brother. god bless you.
Ebbifaamii Waqayyon si ha ebbiisuu...
Ebifami goftaa saa ebisuu obbolesa koo kan calaa akka isa farsitu goftan saa gargaru dhaltuuMotuma isatif saa qophesu yaa namaa kakuu jabadhu ijatu siraaJira nuyii obboloni kee bay'ee sijalana osoon qaman siarga ta'e bay'ee natti tolaa garu imoo sin irra fagadhen jiraa yoo goftaan jedhesi walargu dandenya yoo lafaa irrati wal arguu baneesi samirati wal argina kun abdidha buzee takele (Beirut )Arabia irra
waqayyoo bara hangaa barattii jirenyaa kee sii haa ebbisuu
Gooftaan si haa eebisu, mula'ata kees bakkan siif haa gahu!
Yaa ijoolee gooftaa diibiitaa kanaan olii isiinif haalatuu
Amen amen amen ❤❤❤❤❤❤
Ameen ❤❤❤❤❤ waqaa koo
Dhugaa kee farsitee addise keenya ebbifamii maloo gofta nuu gargarii nama kee akka ta,u
God bless you forever!
ADDE, AYYAANI WAAQAYYOO SII WALIIN HAA TA'U!!!!
Addisu dabalee waaqayyoo sii haa Eebbisuu!!!!!!!!!!!!
Ebbiffamii adasuu ayyani waqqayyoo siifi abbayyattuu dachaa
Ameeeeeeen Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa 😭
Waaqayyoo gooftan maccaa sii haa eebbisu!!! Guddadhu!!!!
Ameeeeeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeen Eebbiifamii dachaa waaqayyoo Ayyaanaa isaa dachaa isiniifii haa dabaluu👏👏👏👏👏👏👏🙌🙌🙌🙌🙌🙌
💚
Ebbiifam dachaa dachaa namakakuu gooftankoo siyyaa heebisuukaa
Ameeeeeen Ameeeeeen 🙏🙏🙏🙏♥️ ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️ ebbifamii ayyanii isaa dachaan siif haa baay'atuu
Omygd i do'nt have more word to say someting ADISU GBU
Amen eebbifami 😇🙏❤
Taammirat tazrraa Ebbifamii👏💞
miti Addisu Wahima Dha
Ebifaami Goftan ebbasa sirati haa irran fatuu
Addisu wayima Ebbifamii👏💞
Ameeeeen ameeeeen😥😥😥😭😭🙏🏽🙏🏽
WAAQAYYO BARAKEE HUNDUMAATTI SIHAA EEBBISU!!!!!!!
Waqayyoo abbaan kenyaa issiin haa ebissuu jabadha.
Waaqayyo ammayyuu ayyaanasaa isin if yaa baay'isu.
Eebbifamii 💯❤️🙇♂️🙇♂️🙇♂️🙇♂️
Inni duraan duree ayyanaa kana sirratti dhagalase waqayo Gooftaan maaca ulfiinaan haa jaajaamu.addekoo Eebbifami muca Gooftaa ..Eebbifami nufi ayyani kun akka kenamu nuf kadhadhu
woow
Eebbiifami Ameen 💕
ebbifami.....kanaa darbaa.....!!!
Jiraadhee yoon si tajaajile.................Eebbifami
Addisu wagayoo dacha San ebisu.!!!!!
waaqayo amayuu kanumara sihaa ebbisu
ani jecha hin qabu ,garu Ulfaadhu waaqayoo koo sitti ciise garaan koo !!!!!
Be blessed man of God
Bari Kee Dachaa Dachaan Haa Ebbifamuu
Nan godhi nama kaayo malee nama garaa ebifami
AmenAmenAmen AmenAmenAmen AmenAmenAmen
Ufe gooftaakoo sii duwwaa godhan bultoo
adu waqayon ko dachatin si ha ebisu
geta bebizu yibarikiwenidim addisu
baayyee natti toleera eebifami ade
eebbifami Addee !
Ammmmmmeeeeeeeen.ammmmmmeeeeeeeeeeeen.eebifaamii
Eebbiifamii.Addisuu.
Shitaye Gurumesa Anglo Saxon
Shitaye Gurumesa ♥♥♥♥አሜንንንንን
Thank to be God for his gift
አሜን
Waaqayyoo ayyaanaasa sachaadhan sinif habaayisuuuuu
Waaqayyoo issin haaEbifamaa!!!!
Ebbiiifaamii.addiiisee.waqayyoo.sihaa.ebbiiisuuuuuu.dachaa.dachaan.su.uudiiii.araabiiyaa.irraaaa
❤❤❤❤❤❤
GOD BLESS YOUR LIFE!
Addisuu waqaayoo amaayyuu ayyaanasasif habaayyisuu
Tadelu Abera waqayoo ebisuu
Waaqayyoo guddaa si haa eebbisuu!
waqayyoo dabalee dadabalee sih ebbisuu AAAA
ebbifami.sihaa.eebbisu.goftan
Farfanna ajaiba
Ammmmmmmeeeeeen.ammmmmeeeeeeen.ammmmmmeeeeeeen.ebbiiffaammii
Goota keenya nuf jiraaadhu!
waqayo barraa kee yaa hebisuu! !!!!!!
Ameen ameen ameen ameen ebifami ebifami
Hrigetip
Karii jalani
Ebifami dhugadhaa
WAAQAYYO SI'A EEBBISU
ulfina gooftaan mo'i
Amen bless you!!
tadelo
😘😘😘😘
god bless you addis
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen
Ameeeeeeeeeennnnnnn Ebifamii
Roman tujumaa oromiyaa Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeni
Thank u Ado! i am listening since 2015...love u.
THANKS BE GOD YOU SING JESUS CHRIST I LOVE YOU MORE THAN I CAN SAY MAY HOLY HOLY SPIRIT PROTECT YOU FROM EVIL GLOBE!!MORE MORE BLESSINGS!!
Uuuuuuffffff waayyyoo wayyyooo Ameeeeeeen yaa uumaakoo maaloo nugargaari😢😢😢😢 Ayyaanni kanuma caalaa sif haabaayyaatu haadhookoo❤❤❤❤❤
Ameen 💕 waqaa koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
gooftaan sihaa'eebbisu; ergaan isaa humnaa ol jabaadha. Kan gurra qabu haadhagahu.
Ameen waaqayyoo dabaale dabaale sa eebbisu ogumma kan caalu siif haa baayisuu. Anaafis naaf keeni seenaa qajeeloota ameen
Waaqayyoo gaafii biyya keenyaa karaa farfattootaan akka deebisu nan amana.
garaachi diinaa kan gubatus kadhannaadhaani waan ta'eef cimsinee haa kadhannu!!!
Amen Amen Ebbiffammi nama waqayyoo waqayyoo nuuf haa kennuu arbaa hikama maloo
Waaqayyo si haa eebbisu ! ayyaana isaa siif haa baayisu barakee guutuu faarfadhu.
Ebbiifamii dacha dacha Adiisyee goftaan ayaan isa sif abaayysu
Laliisii jiradhuu akka wayiinii bishaan qarqaraa qaalii namaa tiruu
siin faarfattota kaawwan irraa waan baay'eetu adda si godha ammayyuu gooftaan hubannaa kanaan olii siif haa dabalu
Farfatootaa obbolawwaan kiyyaa saba waqqayyoo kan tatani hunda keessaan waqqayyoon isiin yaa ebisuu dibbanni goftaa yesusis isiin irraatii yaa baquu ykn isiin irraatii yaa ifuu dhugaa goftaa baaya'een itti boqottee samunni koo yaa obbolaawwaan hojjatootaa goftaa yesusi ebifama.Ababo Gudisa Libanon (Beruit)irraa sinnin jalaadhaa.
Murii dheradhu! !!!!!
Atti essa jirta oboleti
Gooftaan inni mul'ata kana sii kenne haa galateeffamu
Eebbifami Addee...!
Addisu baay'ee si jaallanna dhugaadha W/YYO dachaa dachaa ayyaanasaa siif haa baay'isu. Faarsaa ati nuu gadi dhiistu hundisaa ergaa jireenya baraa baraa ti waan ta'eef nuuf jiraadhu ija hamaan sin argin siin jedha malee waanan siin jedhu hin qaba. Jaalalan siif qabu jechan ittiin ibsu hin qabu
Ebifama
Keebek Sentayehu;lolttuu ati leenjistee hundumatti beekaa rakkina koo obseen ta'aa nama akeekaa. waaqnni waaqotaa sihaa Eebbisu. Ayyaana kana dura sirra kaa'ee caala dachaa torba siif yaa dabalu.
Addisu Eebbifamii umurii tajajilaa kee siif dheersuu haama dhumati akka dhabaatuf sa haa gargaaruu
Eebbifamaa!!! hamma dhumaattii waqayyo isinaa hadhaabu.
Waqayyoo baraa jirenyaa ke hundumaa ha ebisuu ebbiifami
ebbifami waqaayyoo oguuma isaa siif haa baayisuu
Waqayoo saa ebisuu obaalawwan koo.barii jirenyaa kee saniha ebifamii ijolee goftan
farfannaa ijoolummaa koo🙏🙏🙏
🙏🏾💛💛💛💛🙏🏾God bless you
Waqayyoo goftaaan si ebissuu aduu bayyee si kabajaa si jalladhaa waqayyoo baraa jireenyaa keetif maatii kee hundaa haa ebissuu!
b j
Ameen
Waaqayyo baraf jirenyakee ha ebbisuu nama dibataa
Addisuu.gofatan.siihaa.ebbisuu.waqqayyoo.ulfinaa isa.siifi.haa.baayyiss ebbifaamii mucaa.kakuu.farsaani kee namaa boqochisaa kan.akkaa.waqqayoo.hin.jiruu beruti irraa
ammayyuu ayyaanni waaqayyoo kana caalaatti sirratti haa dhangala'u nama waaqayyoo ulfaadhu sihaa eebbisu eebbifami maqaa yesuusiin
HAALIIN ANI KEEYSA JIRU NATI ULFAATUS ANI DUBBII ABDII KANAAN HOGGUA JAJIABINAAN ARGADHA
ANBAAQOM 3:17MORE BLESSINGS !!
Maqa Abba Kan Ilmaa Kan Afura Ququlu Sadan Waqa Tooka Ameen Nageenya Waqayoo Huduma Keessa Haa Bayatu Farfaatoota Kan Gofitaa Keenya Iyesus Kirstosa Farfataan Huduma Kessan Waqayoo Bara tajajil Keessa Isin Haa Ebissuu Amen
Waaqqayyoo sii haa ebbisuu ayyaanaa kan caaluu sif haa dabaluu
waqaayyoon goftaan sii eebisuu Ayyanaa issaa siif adabaluu Ammmeeeen Ammmeeeen
God Bless You
take thanks brother. god bless you.
Ebbifaamii Waqayyon si ha ebbiisuu...
Ebifami goftaa saa ebisuu obbolesa koo kan calaa akka isa farsitu goftan saa gargaru dhaltuu
Motuma isatif saa qophesu yaa namaa kakuu jabadhu ijatu siraa
Jira nuyii obboloni kee bay'ee sijalana osoon qaman siarga ta'e bay'ee natti tolaa garu imoo sin irra fagadhen jiraa yoo goftaan jedhesi walargu dandenya yoo lafaa irrati wal arguu baneesi samirati wal argina kun abdidha buzee takele (Beirut )Arabia irra
waqayyoo bara hangaa barattii jirenyaa kee sii haa ebbisuu
Gooftaan si haa eebisu, mula'ata kees bakkan siif haa gahu!
Yaa ijoolee gooftaa diibiitaa kanaan olii isiinif haalatuu
Amen amen amen ❤❤❤❤❤❤
Ameen ❤❤❤❤❤ waqaa koo
Dhugaa kee farsitee addise keenya ebbifamii maloo gofta nuu gargarii nama kee akka ta,u
God bless you forever!
God bless you forever!
ADDE, AYYAANI WAAQAYYOO SII WALIIN HAA TA'U!!!!
Addisu dabalee waaqayyoo sii haa Eebbisuu!!!!!!!!!!!!
Ebbiffamii adasuu ayyani waqqayyoo siifi abbayyattuu dachaa
Ameeeeeeen Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa 😭
Waaqayyoo gooftan maccaa sii haa eebbisu!!! Guddadhu!!!!
Ameeeeeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeen Eebbiifamii dachaa waaqayyoo Ayyaanaa isaa dachaa isiniifii haa dabaluu👏👏👏👏👏👏👏🙌🙌🙌🙌🙌🙌
💚
Ebbiifam dachaa dachaa namakakuu gooftankoo siyyaa heebisuukaa
Ameeeeeen Ameeeeeen 🙏🙏🙏🙏♥️ ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️ ebbifamii ayyanii isaa dachaan siif haa baay'atuu
Omygd i do'nt have more word to say someting
ADISU GBU
Amen eebbifami 😇🙏❤
Taammirat tazrraa Ebbifamii👏💞
miti Addisu Wahima Dha
Ebifaami Goftan ebbasa sirati haa irran fatuu
Addisu wayima Ebbifamii👏💞
Ameeeeen ameeeeen😥😥😥😭😭🙏🏽🙏🏽
WAAQAYYO BARAKEE HUNDUMAATTI SIHAA EEBBISU!!!!!!!
Waqayyoo abbaan kenyaa issiin haa ebissuu jabadha.
Waaqayyo ammayyuu ayyaanasaa isin if yaa baay'isu.
Eebbifamii 💯❤️🙇♂️🙇♂️🙇♂️🙇♂️
Inni duraan duree ayyanaa kana sirratti dhagalase waqayo Gooftaan maaca ulfiinaan haa jaajaamu.addekoo Eebbifami muca Gooftaa ..Eebbifami nufi ayyani kun akka kenamu nuf kadhadhu
woow
Eebbiifami Ameen 💕
ebbifami.....kanaa darbaa.....!!!
Jiraadhee yoon si tajaajile.................Eebbifami
Addisu wagayoo dacha San ebisu.!!!!!
waaqayo amayuu kanumara sihaa ebbisu
ani jecha hin qabu ,garu Ulfaadhu waaqayoo koo sitti ciise garaan koo !!!!!
Be blessed man of God
Bari Kee Dachaa Dachaan Haa Ebbifamuu
Nan godhi nama kaayo malee nama garaa ebifami
AmenAmenAmen AmenAmenAmen AmenAmenAmen
Ufe gooftaakoo sii duwwaa godhan bultoo
adu waqayon ko dachatin si ha ebisu
geta bebizu yibariki
wenidim addisu