Argaa bichaaa dura nama waa beku sisenee amma ofuma ifa of baftee😂pirankii gemini taphattu san setee ummanni Muslima qarutedhaa nuuf galati dubbiin tee. Uffata oso hin tanee worra uffata kana uffattuu tuffatuu agarsisa akkasitti hubadhuu
Ati maal yaade hadiisni qur'ana keesa hin jiruu yoo jetu hadisa kan dubate Rasuulalah ragaan qur'ana keesa laa yanxiqu Anil hawa erga jedhe maal barbaada kan biraa🤔🤔🤔🤔
Adeero kiya rabbin sihaa qajeelchu waan biraa tanin sin ja,u hin qabu dogongorte jirta
Allah guide you my brother rabbii si haa qajeelchu
Naamusa hin qabdu!!! Rabbii sodaadhu gad taa'ii Qur'aanaa baradhu waan hin beeyne laaqu jirta
Maali namni akkana mataa jabaatu, dogongoreen jira jettee fudhachuun bar gamnummaadhaa.
Akkamitti namni Quraana qofa jedha , hadiisni nama biraatiif odeeffame!
Mucaa balagee guddiisa badee kana dargagoon tena irraati debbii isaan maltuu nuuf debisafi Babaa sheek Amiin Ibroo kabajaa ilmoo gorsa isaani Akka taphatii laaluun uftulummaan goddoo takka dubisuun sun tuffii olmaii islamatif qabu muldhasa wanjiru harreen gorsa inbektu wani isiin bektuu kennufii malei
Hoolayii akka walii hamaza fii obsaa😂😂😂😂
Yoo quraana keessa hin jirree hoo ree hadiisa ergamaa rabbii Sallallahu Aleyhi wassallam hin fudhattuu
Jazbaaadha ellaa Hamzaan😢
Haala ykn goorsa SHEKH KANA QAMAAN BIRAA DHAQTE HAYAMA GODHU QAB
Hamzaa nama wasakaa akanatii edaa
Nama gudda kana si jechun qanyi mit😢baba hin jedhu sila
Horrii duranuu si jibbaaxxxxxxxx
hoguu Sheka nama guda a kana jala dubatu calis hin jetuni yoo jalate obsa hirya kee kana ❤❤
Isiinuma kaasee barana
Kana dhama'aa mucaa qamaa gudatuu ykn furdatuu caalaa sammuun gudatuutu irraa calaa kiyya dhama'aa kana anii nama yadaa waahii isaa sehaa duraa kana kaa sammuun haga da'imaa hin yannee
Maltuu warabbiin isaa gahe ergaa sheknii gorsan usee hin dhagefatuu sanuu arifatee quranaa qaraa akka nama ariifaa waahii of godhee
Obbolessoo amantiin islamaa abba qabdii hayootaa jabatuu jiraa kaana kaa quranaa rabbituu ma'anaa isaa bekumii matni ykn qajelchee qara'uu hin bekne kanamii kanaaf usaa ofirraa waan ofattaan ofadhaa haraamii fi halaaluu addaa hin bektaanii waahe amantii irraa hasahuun duratii gurbaa laflafii kana gorsa namni itti dhihattan
Gowwaan osoo dhalatuu badee wallaahi hedduu sitaazzabe
Hamazaa woosakkaa
"Akka ilmaatti si gorfadha" osoo siin jedhuu akkamitti Sheeka irratti muudii qabatta.
Beekkumsi akkanaa yoo sirraa hafe irraa siif wayya
Hadisaa gochuun duraa baradhuu 😂😂😂😂
ammalee beeka if godhuuf fadhaa sa gurbaa jasbaan kun
Ergaa imanan wol caalani dhaban wol caalu fedhamo gowwan si jedhaa namati addaba male gudifte buqe
Kanafuu atii qur'annaa malee haadisaa hin fudhaatuu jeechudha??
Dubachuu duraa baradhuu ok gowaa mataa dinchaa
Usii kijibaa waa walatee daladee duraa fatalumaa qabdaa mee kolkolee fatalaa 😂😂😂
Argaa bichaaa dura nama waa beku sisenee amma ofuma ifa of baftee😂pirankii gemini taphattu san setee ummanni Muslima qarutedhaa nuuf galati dubbiin tee. Uffata oso hin tanee worra uffata kana uffattuu tuffatuu agarsisa akkasitti hubadhuu
Tortoraa kunii
😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Haasofni Kee hedduu Takka fokkata wallaahi
Ati maal yaade hadiisni qur'ana keesa hin jiruu yoo jetu hadisa kan dubate Rasuulalah ragaan qur'ana keesa laa yanxiqu Anil hawa erga jedhe maal barbaada kan biraa🤔🤔🤔🤔
Sheka guddaa kana kabajuu wol laltee hijiji😂😂😂😂
Kuni rakko qabaa 😂😂😂
😂😂😂😂😂😂☝️☝️
Obsaa Siifis Gorsi Ani Akka Nama video tana laaletti siif Qabu Atiifii Innis waluma qixa deema qura'ana baradha
الجاهل عدو لنفسه 😎🤔
😂😂😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂
Wollaalan gaafa waa dubbatu ni fokkisa dhiisa Hamza deemi baradhu waayee diini keeti
Gowaa wabaa warbaa Hamza 👎
Gubichi samuu gadhisee jiraa fakkata namni nagan akkasi hin ta uu
Amantin.muuslima.abba.qabadi.aba.raabi.qabdi.rabi.gaaditi.ulmmaai.qabadi.ulmmai.ciinatis.nuuqabadi.hiinftu.saahbati.yoom.hajamti.hamza.hinaftu.hinaftu.hinaftu
😂😂😂😂😂😂😂😂