Selam selomon Fi Rache Tesfaye
Вставка
- Опубліковано 8 вер 2024
- Leemman intartemantiin Fiilmiiwwan fi Diraamaawwan haaraa akkasumas taphoota nama bowaarsan isiniif qabatee dhiyaata. Chaanaalii keenyaaf haaraa yootaatan subiskiraayibi gochuun maatii keenya akka taatan isin affeerra.
Namoonni yaada qabdan akkasumas dhaabbilee ykn omishaalee keessan beeksifachuu barbaaddan karaa lakkoofsa bilbilaa +251911072702 karaa saanduqa poostaa 15218 Email: leemman26@gmail.com Telegrama @leemman_entertainment karaa Facebookaa :leemman entertainment TikTok: @leemman_entertainment instagram: @leemman_entertainment tiin nuquunamu dandeessu
---------------------------------------------------------------
በሌመን ኢንተርቴይመንት
አዳዲስ የኦሮሚኛ ድራማዎች እና ፊልሞች እንዲሁም አዝናኝ ጨዋታዎች ተዘጋጅተው ወደ እናንተ ይቀርባሉ !
ለቻናላችን አዲስ ከሆናችሁ አሁኑኑ ሰብስክራይብ በማድረግ ቤተሰብ ይሁኑ
---------------------------------------------------------------
@ Leemman Entertainment
New Oromo dramas and movies as well as fun games are ready for you!
If you are new to our channel, subscribe now and become a family
• AFAAN OROOMO MOVIE KIY...
Those who have any ideas and would like to promote their companies or products can contact us via +251911072702 via PO Box 15218 Email: leemman26@gmail.com Telegram @leemman_entertainment via Facebook :leemman entertainment TikTok: @leemman_entertainment instagram: @leemman_entertainment
---------------------------------------------------------------
#LeemmanShow
#NewOromicDrama
#AfaanOroomoMovie
#AfaanOroomoTiktok
#EthiopianOromoMovie
@visionentertainment4507 @Oromp3 @VOAAfaanOromoo @OBNoromiyaa @DrNafyadGetuOfficial @aanaaentertainment7834 @leeman26 @OROvideoreaction @EGEREEMEDIA @FegegitaReact @NetsebraqMedia @SodereTV @daniroyal9689 @Unitedoromia @OromiaMedia @LemiYayeFida @qaaliientertainment1841 @leeman26
Rachkoo baye sijaldha lubuu🥰❤️👍👍
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
Faakkenyaa hundaaf taatuu qophii akaana qophessuun keessaaniif baayyee galatomaa 🙏🙏🙏🙏 yeroo xinoo keessaa sadarkaa guddaa iraa gahuu dandesuu ❤️❤️❤️
Waanii sireefamuu qabuu waaliti himuu qabnaa waallii sireesinaa ❤️❤️❤️❤️🙏🙏
Galatooma bayye 🙏🏽
Ani idoo rachu jiru. Osoo jiraadhe Yeroo hunda kolfan naan furdaadha 😀😀😀maraata mucaa Amboo
🙏🏽
hojii gaariidha garuu gaafa dubbattan afaan biraa keessa makuu irraa of qusadhaa! isinan jaalladha jabaadhaa
Galatooma
Rache koo ❤️❤️❤️
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
Micaa amboo nuf jiradhu qeroo kenyaa rachukoo my love🌹🌹🌹🌹🌹
Galatooma 🙏🏽
Sin jaallanneerra Qaaliwwan keenya ijoollee oromoo❤❤❤
Galatooma 🙏🏽
Raachiye ko jabba koo nuffi jiradhu yene liyyu dhuga jirradhu bara dhera bayye si jiladha dhuga rabi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Galatooma 🙏🏽
Race koo baayyee sijalaa ❤❤❤
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
Selita bareedduu koo nuuf jiraadhu bayyeen sii jalaadha
Galatooma 🙏🏽
Rachuu legend
Galatooma 🙏🏽
General Raacuukoo Taaddaallaa Gamachuu Caaltee bar kkkkk
Tolee Kunoo Gofheen Jiraa... waan Ati Jettee Gochuu irraa Duubati Hin Deebinu!
አርባ መከታ ከነ ነንጃለደ፣ well done guys.
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Galatooma 🙏🏽
Rachuu of jajuu
RACHUTI QAXALEE KEENYA MUCAA HOMATU IRRAA HIN FOKKIFINEE ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
Jabaadha qaliwwaan koo
Galatooma
ሰላም ሰላም ለዚህ ቤት ይሁን አሪፍ ቆይታ ነው ፈጣሪ ፍቅር አንድነት ይስጠን ሀገራችንን ሰላም ያድርግልን፡፡
Galatooma 🙏🏽
Wow bayyee beredaa
Galatomi
Diraamaa dhugaa jedhu san nuuf foyyeesaa nayyee nuttii tolee akka nuf foyyeesitan abdiin qabaa nagayaa wajjiin
Tolle galatooma
Rache jabadhu qaxalee oromoo
Blessed
Wow welcome
Galatooma
Jabadhuu oromoo ko rachuu
Rachu best 👌 👍 😍
Wow🥰🥰🥰👍👍
jabaadhaa ilmaan aayyaa
Galatooma 🙏🏽
Rachee ❤❤️💚💚🙏🏿🙏🏿🙏🏿
Galatooma
I Love you so much Rache koo❤❤❤❤❤❤❤
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
Jabadhaa Qaqalii Waan❤️❤️💐💐💐💐
ohh welcome
Galatooma
Raachuu muca biyaa koo💚
Galatooma
❤❤❤❤❤ rachekoo
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
❤❤❤❤❤❤
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
Gadi naaf jedhi 😂😂😂😂😂
Galatooma 🙏🏽
Hinjibita studio ❤
Jabaa ko💕💕💕💕💕💕💕💕
Galatooma 🙏🏽
Jabadha
Galatooma 🙏🏽
rachu lubuu
raachu fagaara kee quwaanquwaa walitti hin qalaqqalin ati yoo tanaaggaruu barbaadde orominyaa nitsuu qofa tanaaggari
😅😅😅😅እኔ አደርጋለሁ💯👍😍😍💞💞
❤️❤️❤️❤️👈
Galatooma 🙏🏽
❤❤❤Rachuukoo
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
jabadha ijoollee oroko ❤️💚❤️
Galatooma
Mucaa afaanii walii maakaa dubaatuu kaana afaanii oromoo barsisaa baayyee baayyee baredaadhaa siini jalanaa jabadhaa itii fufa ❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏😍😍😍 dogogoraa afaanii siressaa 🙏
Galatooma 🙏🏽
well come😍
Mucaa kenyaa rachee🎉🎉❤
❤jirraadhaa
Ya garaa ko rachu 😁😁😁😁
Waan Aja'ibaati galaatooma
Galaatooma 🙏🏽
Diraamaa maliif nirraa tursiiftan maaloo
Gadhifamera jira
Miisensa ta’un lalu dandesu
wow good!
Thanks 🙏🏽
Raachee
Rachu Hadara Afaan Oromoo fi Amariffa wali keessaa hin makin Oromiffaan yoo jalqabde oromiffaan Xumuri
Girri girri dhisi rachu
Baayy'ee namatti tola jabaadha,
garuu leemman jechuun maal jechuudha?
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Rachuu koo
trident
😁😁
Dursa Afaan Oromoo seeraan qubeessuu baraa!!!!!!
Tole 🙏🏽
Nannoo tesee namotaa hin qeqinii (Dhibbaa isaan fidaa jiraan atii umaa hin jirtuu)Afaniichaa hundinuu kenyaa ademsaa kessaa bekkaa demnaa malee perfect kan ta'ee kamii hin jiruu)
Bayye bayye galatoomi 🙏🏽
@@amanueltuluofficial8890 Ammayyuu ati dursii qubeessii barreessuu bari!. Inni hojii isaanii akkuma jirutti ta'ee, kan dhaloota keenya ajjeese immoo isa akka kee dogoggorasaa sirreessuu irra sababa uumee rakkoo isaa jalaa miliquu barbaadudha.
@@chalakelbessa9637 Sitii himeen turee Hamaa hubanee nii Barressinaa nii qubbessinaa isaraa kan Hafee enyuu hamillee dhabaataa kanaa sarbuu hin danda'uu!!Matummaa kee Gubbaa dogongoraa danuu qabdaa sirresii naa barsisii!!❤️❤️
ግርግሪ
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💚💚💚
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Galatooma
kunoo kanaaf harkikoo cabaaree
Galatooma 🙏🏽
Are mirnda jeteem
Rachoo koo is jaladha
🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤
Galatooma
itali kuni malifi qemaxi garu?
Ijaa IRA nuf hafaa qaliwaan Kenya ♥️
Galatooma
😅😅
Rachuutiya❤❤❤akatinsijaladhu🫶🫶😘😘💪💪👍👍
Fiqiriin kee haa badu
❤❤❤💚💚💚❤❤🤣
gurbaan walitti laaqaman kun afaan waliti laaqe kkkkk
😀😀😀comedi haaraa ta'e
🤪🤪🤪🤪🤪🤪🤐
Thanks 🙏🏽
Gaaffii wal fakkaata maalif dhiyeesitu??
Tolle ni siresina
🤣🤣🤣 Salam garuu maa gara qula demtaa 🙄 ati amanti kiristanadha oso tahe ati fakkenya tata dhalootaaf male qulaa demta miti 🙄
Warri leemman jabaadhaa, 🥰🥰🥰🥰,
Asumaan Obboloonnikoo channel koo subscribe gochuun content haaraan waanan dhufaa jiruuf na hordofaa. Miss is not!
Wow welcome
Thanks 🙏🏽
❤❤❤❤❤❤
Galatooma 🙏🏽
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Thanks 🙏🏽
❤❤❤
Thanks 🙏🏽
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Galatooma 🙏🏽
❤❤❤❤❤
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤
❤️❤️❤️❤️