# ERGARAMA Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa ኤርገረማ አዲስ የአፋን ኦሮሞ ፊልም 2015 (2023)

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 27 лис 2024

КОМЕНТАРІ • 243

  • @guutaa1
    @guutaa1 Рік тому +6

    wayyoo boo'ichaan na ajjeestan! dhugaa dubbachuuf namoonni fiilmii kana hojjattan baayyee galatoomaa. Cimina fiilmii kanaa namni ilaalu hundi ragaadha garuu ciminni akkasii industrii fiilmii Oromoo keessatti yeroo mara jiraachuu qaba. kanaafuu ani hoomaa hin jedhu garuu baayyee isin galateeffachuun barbaada!
    long live.....go ahead....we need you!

  • @tesfalemalemu8894
    @tesfalemalemu8894 Рік тому +13

    Baayyee namatti tolaa Aartiin oromoo sadarkaa tokkoo garaa fulaa duraatti deemera GALATOOMA🙏🙏🙏

    • @Etopi-hj5sm
      @Etopi-hj5sm 11 місяців тому

      Sirit Galatoma OROMO KO ❤❤❤❤❤❤

  • @AMm-vy5bm
    @AMm-vy5bm Рік тому +5

    ❤❤❤❤❤baayyee nama gaddisiisaa fiilmichi maatiiwwaanni fiilmiikana ilaalanii irraa barachuu qabu

  • @demereweyob2010
    @demereweyob2010 Рік тому +19

    ሁል ጊዜ ከልብ ያላችሁን ታለንት ለህዝብ ለመሰጠት የምትጥሩ የጥበብ ሰወች ከልብ እናመሰግናለን የሚበረታታ ጥልቅ ሰራ ነው በርቱ galatooma

    • @sefan696
      @sefan696 Рік тому

      Dhumni isa garuu bay’ee nama gaddisisa

  • @BettyDagaga
    @BettyDagaga Рік тому +5

    Seena garaa nama nyaatudha maatii keessatti waanta jiru ykn waantoota turan iftoominaan haasa'uu dhiisuun gaatii guddaa nama baasisa. Daa'imman keenya yeroo kam iyyuu waanta beekuu qaban beeksisuun ga'ee keenya waantonni nuti dhoksaan goonu isaan gatii basisuu mala😢 hojii gaarii fii nama barsiisudha jabaadhaa❤ lammii koo sin jaallanna❤tattaafadhaa keessaa ba'aa amma yoomiitti Fiilmii ormaa laalla Artii sabatu guddifata saba Oromoo jajjabeessaa❤

  • @ibsitumuktar1410
    @ibsitumuktar1410 Рік тому +1

    Waw bayee natii tolaa kesatuu afaan oromotiin filmii baredaa kanaa nuuf hojataa ❤❤❤❤❤❤

  • @daveyadessa5520
    @daveyadessa5520 Рік тому +7

    Ajaa'iba nu jechisiistan! taatota baay'ee jaaladheera. jabaadhaa itti fufaa! Thank you all for your contribution!

  • @leenii694
    @leenii694 Рік тому +2

    Fiilmiin kun baayyee namatti tola
    eergaa guddaa of keessa qabas.
    galatoomaa oromoo koo❤❤❤❤

  • @ayanayadeta9026
    @ayanayadeta9026 Рік тому +1

    jabaadha ijoollee oromoo gariidha aartii uummata oromoo jabaannee waliin haa guddisnu

  • @firiibelissa7113
    @firiibelissa7113 Рік тому +3

    Good Work. Dhuma isaa bareechuus yaalaa......Fiilmiin dhumnisaa fokkisaa duwwaa taúu hin qabu.

  • @tujubeyadeta7511
    @tujubeyadeta7511 Рік тому +5

    Lamikoo bayyee filmi bareeda qabatani dhuftaani ❤️ Galatooma hojjii aja’iba kana nuuf hojjachuu keessanif!

  • @negasodinka7687
    @negasodinka7687 Рік тому +2

    bayyee na gammachisa wa'een sadarka filimi afan oromo

  • @proggenius2024
    @proggenius2024 Рік тому +2

    Fiilmiin akkanaatiin dalagama malee. Taatota bayyee ciccimoo akkanaa Afaan Oromoon arguun bayyee na gammachiisee jira. Hojii babbareedoo aartii keenya guddisan akka hojjettan fuulduratti hawwiin sinirraa eega. Siiniin booneera. Eelaa na yaadachiiftan. Nuuf jabaadhaa sinbira jirra.

  • @miilootube
    @miilootube Рік тому +1

    Fiilmii ajaa'ibaati dhugaa. Seenaan achi keessa jirus daran laphee nama tuqa💔🥰

  • @Arabee-v7r
    @Arabee-v7r Рік тому +2

    Ufiiiiiiiii film dhumun isaa namaa gadisisu laluu malee malatuu namaa gadisisaa Ufiiiiiiiii jabadhaa isin kunii senaa dhugaatii oromoo koo sabaa koo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💯💯💯💯💯💯

  • @kuulleetube9383
    @kuulleetube9383 Рік тому +2

    Taatoota diramaa kana hedduun dinqisifadhe dhugaa❤❤❤❤❤

  • @Wankooshow
    @Wankooshow 9 місяців тому +1

    Dansaadha. Continue more jajjabaadha🎉

  • @MokeGiza-ti1kx
    @MokeGiza-ti1kx Рік тому +1

    dhugaa dubbachuuf yoo ta'ee fiilmiin kun baayyee isaa bareedaa barumsa guddaa kan qabudha jabaadhaa jajjaboo keenyaa akka dubatti nu jals hin deebine ምርጥ ፍልም ነው በርቱልን

  • @obseeshow9855
    @obseeshow9855 Рік тому +3

    Jabadha ❤

  • @KaanOfi
    @KaanOfi 4 місяці тому

    Galatooma taatonni fiilmii kanas ta'e hundii keessan jabaadhaa ❤❤❤❤❤❤ fiilmii ergaa guddaa qabudha. 😢😢😢😢😢

  • @HaaJhvvUjjj
    @HaaJhvvUjjj 11 місяців тому +2

    Baay'ee namatti tolaa❤️❤️❤️😭😭😭😭🙏🙏🙏

  • @TayechTs
    @TayechTs Рік тому +2

    Wow.urjin.bayyee.namatti.toltti

  • @maaddiisabaa2711
    @maaddiisabaa2711 Рік тому +1

    Jabaadhaa. Baayyeen dandessu

  • @IbsaTolesa
    @IbsaTolesa Місяць тому

    I'm very appreciated your work and special ideas and actors ❤❤

  • @yadamam339
    @yadamam339 Рік тому +1

    Galatooma saba koo fimichi ergaa gudaa qaba nuf jiradha amalee iti nu fufaa waan baay'ee namati toludhaa baayeen isin jaladha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bontumitiku9101
    @bontumitiku9101 Рік тому +1

    Galatoomaa Nuu jiraadhaa Jabaadhaaaaaaaaa

  • @Warqinash463
    @Warqinash463 Рік тому +1

    Thank you so much oromo 🙏 😊❤❤ Dhumarratt ofii qabuun dadhabe 😢💔💔💔😭🥺😔

  • @seenaakiyyaa4781
    @seenaakiyyaa4781 Рік тому +3

    Filim ajaa'baati tatoota ciciimoodha jabbaadha amalee waa garii siin iraa egnaa galataa guddaa qaabduu🙏❤😘

    • @maxamedjekey7476
      @maxamedjekey7476 Рік тому

      Akanumati itti. Jabbaadha heedu.namati tolla. Itti fuufa gallatoma

  • @AmartiMulugeta
    @AmartiMulugeta Рік тому +1

    Baayyee nama gaddisiisa barumsa guddaas qaba Galatoomaa qaaliwwan koo😭😭😭🥰🥰🙏🙏🙏😭😭🥰🥰🥰🙏🙏😭😭🙏🙏🙏🥰🌹🌹🥰🥰😭😭😭

  • @YaredSenbata
    @YaredSenbata Рік тому +3

    Amazing

  • @AbaboAlemina
    @AbaboAlemina Рік тому +1

    Bay 'ee namati toltuu itti fufaa ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @GosaaUrgee
    @GosaaUrgee Місяць тому

    bayee senaa garaa namaa nyatudhaa jabadhaa warii artii oromo

  • @sukariabdualrahman2519
    @sukariabdualrahman2519 Рік тому +1

    Jabaadhaa oromo koo filmii bayee namati toolaa ❤❤❤❤❤

  • @gunnersone6540
    @gunnersone6540 Рік тому +3

    I appreciate all you!.. Sr Burte, Fayyo, Ashee, riana... ❤ ❤ ❤

  • @sayatole4032
    @sayatole4032 Рік тому +2

    Jaabaadhaa ijoolllee naqee koo hedduu namatti tola .

  • @maloomafinamaa.walite.naqi850
    @maloomafinamaa.walite.naqi850 Рік тому +2

    Jabadhaaaà 😍

  • @digodiriba6013
    @digodiriba6013 Рік тому +1

    Jabadha bayyee namati tolaa oro koo❤❤❤❤❤

  • @burteburtee2071
    @burteburtee2071 Рік тому +1

    Bayyee namatii tolaa jabadha❤❤❤❤❤❤

  • @DawitLami-b4l
    @DawitLami-b4l Рік тому +3

    Amazing film!

  • @DechasMussa-hp7ix
    @DechasMussa-hp7ix Рік тому +1

    Goods job we learn from many

  • @Makiah-q7j
    @Makiah-q7j 9 місяців тому

    Bayee namatii tolaa dhugaa kanaa itii anuu fidaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @prohsj7239
    @prohsj7239 11 місяців тому +1

    Jabadhaa hojii bayyee baredadha❤

  • @burtee69
    @burtee69 Рік тому +1

    Bay'ee namatii tolaa oromo koo ❤❤

  • @AMm-vy5bm
    @AMm-vy5bm Рік тому +1

    Sagaleen gidduutti bade❤❤❤

  • @aminwujira
    @aminwujira 2 місяці тому

    ❤❤❤❤❤❤❤❤nuf jabsdhaa.bayee barreedaa

  • @prohsj7239
    @prohsj7239 11 місяців тому +1

    Filmii kanra waa bayyee baradhe bayyen bayyee😭😭😭

  • @AbdulaAhmedo-jq7is
    @AbdulaAhmedo-jq7is Рік тому +1

    Jabaadha

  • @user-ip1me3ov6y
    @user-ip1me3ov6y Рік тому +1

    jabadhAAAA BAREDAAA

  • @maskramlindiiefa4123
    @maskramlindiiefa4123 Рік тому +1

    Dhugaa natii fakatee of qabuun dadhabee😢😢

  • @benexttesema2445
    @benexttesema2445 Рік тому +2

    Really I appreciate all of actor wow good job 👌 keep up it❤❤❤❤❤

  • @bachumekonin4349
    @bachumekonin4349 Рік тому +1

    bravo oromokoo

  • @daratuuarsiidaratuuarsii2731
    @daratuuarsiidaratuuarsii2731 Рік тому +1

    Robeeni du'uu qaduu turee

  • @alanood8132
    @alanood8132 8 місяців тому

    Wow bayee namti tolaa jabaadha🙏😢

  • @danditesfaye
    @danditesfaye Рік тому +1

    Baay'ee nama itti tola hojii danissadhaa ❤❤❤❤❤❤

  • @Maditube2
    @Maditube2 Рік тому +1

    Wowowo ❤

  • @yohannisbekele871
    @yohannisbekele871 Рік тому

    Hojiin keessan gaariidha, Garuu fiilmiin afaan oromoo yeroo ammaa hojjetamaa jiru "tragedy" qofaadha. Jijjijjiiruu yaalaa!

  • @GettiDeresha-jz8tu
    @GettiDeresha-jz8tu Рік тому +1

    Garaa namaa nyataa😭

  • @maaddiisabaa2711
    @maaddiisabaa2711 Рік тому +1

    Hojii Amma dhumaatti miira namaa qabatu fi guddachaa nama mararaa deemu hojjatan.

  • @Cha_rht
    @Cha_rht Рік тому +1

    #Dr. Bire 🔥 🔥 🔥
    #Dave 🔥 🔥
    #Ameen 🔥 🔥 🔥
    #WURH 🎉😊🎉

  • @bikltuchalte
    @bikltuchalte Рік тому +4

    wow Good job guys ❤❤🙏

  • @sabbotuuoromiya6012
    @sabbotuuoromiya6012 Рік тому

    Dhugaa dhuman isaa bayyee namaa gadisisaa😭 😭

  • @daratuuarsiidaratuuarsii2731
    @daratuuarsiidaratuuarsii2731 Рік тому +1

    Masa 2 in egnaa

  • @kitatita1578
    @kitatita1578 Рік тому +1

    Bayy'ee namati tollaa ❤❤❤jabadha

  • @zaniaz9770
    @zaniaz9770 Рік тому +1

    Bayyee garaa nama rasaa😢😢

  • @derartukenha4977
    @derartukenha4977 Рік тому +3

    Dhala goodhattanif itti gafatamumma qabddu 😢😢😢

  • @AMANUEL--GANNATI
    @AMANUEL--GANNATI Рік тому +1

    Dhugaa barumsaa dannu irraa argadheraa bayyee nama barsiisas,nama gaddisisas kanaaf jabaadha.

  • @firiijireenyaa7659
    @firiijireenyaa7659 Рік тому

    ❤❤❤❤nii bareeda

  • @gemedowario7078
    @gemedowario7078 Рік тому +1

    Baayee namatti tola jabaadha

  • @adisutesfayemerera3937
    @adisutesfayemerera3937 Рік тому +1

    Good job

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk1130 Рік тому +1

    Uuuuuffff yaa waaqakoo akkam garaa nama raasa❤💔🥺😭😭😭😭

  • @alfiyatahirhasen6516
    @alfiyatahirhasen6516 Рік тому +1

    dhuga filmii heddu namatti toludhaa....galatooma

  • @Jaalattu
    @Jaalattu Місяць тому

    Wayyo imimmaan qabachuun dadhabe wallahi 😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @FatiFatti-x7o
    @FatiFatti-x7o 9 місяців тому

    Ufiiiii filmi bayee garaa nama nyatuu

  • @mafidide
    @mafidide Рік тому

    Bayee namaa marara dhugaa 😢😢😢

  • @yeroontanaan9989
    @yeroontanaan9989 Рік тому +2

    Good job bro❤❤

  • @romim3933
    @romim3933 Рік тому +2

    😢😢😢😢😢uuuffee

  • @sifenshume7726
    @sifenshume7726 Рік тому +1

    filim bayyee namaa mararuu yeroo bayyee dogogorii matti ijollee offittiif miidhaa guddaa fiida

  • @KulleeAddunyaa-qz9et
    @KulleeAddunyaa-qz9et Рік тому

    Dhumaa irraati baay'ee tokkoo namaa gaddissaa 😭😭😭😭😭😭😭

  • @iftudebela
    @iftudebela Рік тому +1

    Bayyee boharsaa fi barsisaadha, itti fufaa kana caalaa waan guddaa isin irraa eegna,

  • @BernabasFikadu-s7x
    @BernabasFikadu-s7x Рік тому +1

    Amazing 😮😮

  • @AmooWestern-l8t
    @AmooWestern-l8t 9 місяців тому

    Seenaa amoo 💔

  • @iamoromofarist8344
    @iamoromofarist8344 Рік тому +1

    Wow🥰🥰🥰

  • @dasiiguta8877
    @dasiiguta8877 Рік тому +1

    Woww❤❤❤❤❤

  • @bekandebeleta2947
    @bekandebeleta2947 Рік тому +2

    😢😢😢😢😢 Baayyee nama gaddisiisa . Barnoota guddaadha galatoomaa !!!

  • @kamariyamuktar7341
    @kamariyamuktar7341 Рік тому +1

    Dhugaa heddu garaa nama nyaataa 😭😭

  • @gadisseaga178
    @gadisseaga178 Рік тому

    Galatooma
    Jabaadhas!!

  • @sanyiihundessaa2103
    @sanyiihundessaa2103 Рік тому +1

    Fiilmii Ajaa'ibaati. itti nuuf dabalaa !

  • @FireOromo-pm6xi
    @FireOromo-pm6xi Рік тому +1

    Bayee nama tolee imiman si busisaa 😢😢😢😢

  • @Bonset134
    @Bonset134 4 місяці тому

    😢😢😢😢😢😢😢😢well come

  • @HikaYadata-xu7we
    @HikaYadata-xu7we Рік тому +2

    1ffadha Wan Hundaan

  • @kiya-p8y
    @kiya-p8y Рік тому

    Bayee namati tolaa jabadhaa ❤❤

  • @ObsiDinkisa-y9n
    @ObsiDinkisa-y9n 3 місяці тому

    Wow❤❤❤❤❤❤❤

  • @oromiyaanbiyyadha
    @oromiyaanbiyyadha Рік тому +1

    pls boodatti hin deebi'inaa,jabaadhaa hojjadhaa.

  • @ramaahmad-6894
    @ramaahmad-6894 Рік тому +1

    😭😭😭😭😭😭uuuuuu bayyee gara namaa boresaa

  • @OlanaDebo
    @OlanaDebo 25 днів тому

    Wow 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @Mimi-w5g4t
    @Mimi-w5g4t 11 місяців тому +1

    Jajjabee

  • @nd6098
    @nd6098 Рік тому

    Hojii addaa fi bareedaa ta'eedha!

  • @faayaamedia8989
    @faayaamedia8989 Рік тому +1

    ❤❤❤Good job

  • @nurehd411
    @nurehd411 Рік тому +1

    😢😢😢 garaa nama balleeysa

  • @AmmuAmmaa-td9ts
    @AmmuAmmaa-td9ts 10 місяців тому +1

    Dhumara of qabun dadhabee😢😢😢😭😭😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭