WOOOOW everything is so beautiful her voice, her, her hair, the dancers and the concept of the video. It’s perfection, she’s so talented, she’s superstar in my eyes
believe that you are the future . Oromo needs young people like you with full potential and naturally talented musician to promote the art and culture to the world. that is what helps as to get freedom and unite our people on firm ground in future. art is sound less weapon, we have to learn from hollyhood, bollyhood, even in our country,i think you know. please get ready for more challenge, never stop, super sound!!!!!!!
She won't stop...she is the daughter of famous artist Ilfee Qannoo and sister to Hawwi H. Qabani. Their was also a well known qabsayaa..so no stopping this family ever.
thank you brother. Gadaa system is equality for all human citizens, men and women, respect for elder. respect for God and nature, earth and animals. no tyrants or discrimination
Warri keenya warra dhugaa leellisuudha
Falli keenya sirna Gadaa deebisuudha(x2)...............
Walaloo================== 100%
Yeedaloo==================100%
Qindeessaa muuziqaa=======100%
Filannoo iddoo=============100%
woooooow baay'ee baay'ee natti toleera, jabaadhaa!!!!
Comment kennunis akkana madaalani waan hundaa 100%
Kiilolee can u write the whole song
Atis qubee sirreessitee qubeessu keetif 100%.
@@idrissjama4194 Yes I can
Dhifama wajin mati naf ta,i oro ko nutuman hawal jajabesin
የእኔ ቆንጆ አኮራሽኝ በርች ቀጥይበት ድምፅሽ በጣም ደስ ይላል አንችም ታምርያለሽ ውዴ የአባ ገዳ ልጅ
እንደዚ ዘመናዊ ስራ ነበር የናፈቀን እናመሰግናለን ምርጥ ስራ ነው የገባሽ የአባገዳ ልጅ
መዘመን በአንተ አመለካከት ምንድነው
@@legizewnew1477 -ጥሩ ጥያቄ ነው❤️🌳❤️👍🏽
🙄🙄🙄"ሞኝ እይሙት እንዲያጫውት" የተባለው እለ ምክንያት እይደለም...!!!
Malet?😤😤 diqalaa qomaxa qomccee 🤮🤮🤮
Dhugaa dubbachuuf sirba hedduu midhagaaf kilipin isaallee baayyee bareedaa kan taeedha
Jaaladheera
Wbo Diinsho bara corona kessa bahe malee
ua-cam.com/video/bc7BGn-RzY4/v-deo.html
Ajib esaa turte haga yoona
Dhifama wajin mati naf ta,i oro ko nutuman hawal jajabesin
WOOOOW everything is so beautiful her voice, her, her hair, the dancers and the concept of the video. It’s perfection, she’s so talented, she’s superstar in my eyes
70,000 u know 4 u Y7
٦٦
٧٧٧٧
I agree completely!!!
ዋው ያበደ ነው ድምፅሽ ❤️❤️😘😘 falli kenya sirna gadaa debisudha ❤️ oromo koo sin jaladha 💚❤️💚
Fenet Fenet sirri jette
Dhifama wajin mati naf ta,i oro ko nutuman hawal jajabesin
Artii oromoo sadarkaa tokko kan ol kaase.
Baayee Gaalatoomi.
Much love and respect .
Now you are a proud of A nation.
Falii kenyaa sirnaa gadaa debisuudhaa dhugaa jetee💯💯
I really proud of you to be Oromo I know your mom is our famous woman for sure you got from her.Keep it up.
Whos that
Sirbinaan akkanatti kinoo❤💚❤
IiQaatff
"Deebisuu dha Sirna Gadaa deebisuu dha "she's out standing woow,muuziqaansaa waraabbiin ergaansaa as hafe achi hafe waan jedhan hin qabu. Hojjennaan hojii seenaa ta'ee hafu akkasii hojjechuudha. Jiraadhu Qaxaleeko👌
Oromo : this generous people who give you everything absolutely everything❤️
Black coffee
What do you mean
Ethiopia...she gave Us absolutely everything & everything for you and me and for rest of her people's.
Don't get it twisted.
I love your video
Hi I Love you
@Lami Gudeta jealous about what ?
My own country success !
@Lami Gudeta Solomon Gudeta
Aklilu Gudeta
Ga"zzu Gudeta .
nonqurrero native Ethiopians.
Eat your heart out... dude
ጥሎብኝ ኦሮዎች ስወዳቹህተ
🥰🥰🥰❤️🌳❤️
believe that you are the future . Oromo needs young people like you with full potential and naturally talented musician to promote the art and culture to the world. that is what helps as to get freedom and unite our people on firm ground in future. art is sound less weapon, we have to learn from hollyhood, bollyhood, even in our country,i think you know. please get ready for more challenge, never stop, super sound!!!!!!!
She won't stop...she is the daughter of famous artist Ilfee Qannoo and sister to Hawwi H. Qabani. Their was also a well known qabsayaa..so no stopping this family ever.
"Deebisuu dha Sirna Gadaa deebisuu dha."She is amazing girl & highly talented👌 😘
Vtitupoihdanvc
Dhifama wajin mati naf ta,i oro ko nutuman hawal jajabesin
Des yelal ehen video sayew oromigna balsemam yehone desyemil semet tesemtognal berchi yene konjooo....
wooow baayyee namatti tolti dhugaa rabbii nabojiteetti!!!!!!!!
Love the Fro! It just so majestic.
What a rocking song! Akkam bareeda giiftiikoo! Gurraafis, ijaafis ta'e seenaaf akkanatti hojjennaan yaa iftuu sabaa
አይገባኝም ግን ምርጥ የኦሮሞ ልጆች ኅደኞች አሉኝ ለነሱ ይጋበዙልኝ ይመስለኛል ሀሪፍ ስራ ነዉ
Baayyee namatti tola, Daangaa Koo! It's beautifully done.
I am not Oromo, but I believe that Gadaa system is an answer to all Ethiopian problems. Why we are fighting each other.
thank you brother. Gadaa system is equality for all human citizens, men and women, respect for elder. respect for God and nature, earth and animals. no tyrants or discrimination
Warrii kenyaa warraa dhugaa leellisuudha fallii kenyaa sirnaa gadaa debisuu ,,wow bravo my sister
Wowww qashiti intalaa hadhaa saboontu oromoo .falli kenna sirna gadaa deebisuudha sagalee kee kiloolee haa tahuu itti fufii oromtitti.
Birraa Bravo man i like this music
Best music
በጣም የሚያመር ሙዚቃ ነዉ ተመቸቶኛል በሬዱኮ
So sweet I like everything about her
The clip her voice beautiful thanks for share you with us .
ምን እያሽ እንደሆነ ባይገባኝም ግን አንቺም ሙዚቃሽም ደስ ትላላችሁ
Lamaweq filagot kaleh yigabahal
Mefteheachn ye Geda Sereatn memeles nw. Endeza nw be and kal siteregom. Sirna Gadaa deebisuudha!
woowww really amazing! hojii ajaayibaa hojjettee.
Uuufff yaa sirba...
Yaa sagaleee .....
Akkam namati tolaa maaloo oromoo koo ❤💚❤
hedduu miidhaga 😍
Warra dhugaa leellisu! Jabaadhu sanyii leencaa! Kana caalaa sirraa eegna!
Uuuuffff oromumaa aadaa fi dudhaa bonsa qabna yaa kunuunsinu..........appreciate you!
Oh oh oh best debbisu dha dhuumani bayye nameti tola oromo love my country
bredau orome fely geta debeso Serena geda debusuda ❤❤❤❤😘
Wow baayee namatti tola Daanga teenya 😍😍👊
እኔ እኮ ኦሮምኛ ሙዚቃ ሳይገባኝ በጣም ነው ምወደው አቦ ይመችሽ
At 0:46 when the camera zooms in on the man with horse, it so regal. Love this 🧡🧡🧡
Bayye nama tolaa galatomi baredu 😍
Wooow she’s so beautiful 😍
Bayee namtii tolaa dhugaa ketii kophatii nutirorisaanii
Wawwwooo hawiin obboolettii qabdi ❤❤❤❤❤🥰🥰
Wow sagale baaye bareduu qabda debisudha debisudha sirna gadaa debisudha💪💪💪👈
Beautiful Oromo tiyaa gotta always ❤️❤️❤️
Birra bayyee hojjii babarredaa hojjechaa jirrta . Umanii oromoos siicina jirra .jabadhuu
albama guutu sirra egganna ❤❤❤❤❤
Love from 🇸🇴
muuziqaa baay'ee miidhagudha....jabaadhu...its amaizing...10Q for your amaizing work!!!!!
Wowowowowowow dhugaa baay'ee namati tola sabboontitti koo intalaa haati goota nuuf jiraadhu qaxalee koo dhugaa keeti jettee ❤💚❤💚❤💚❤💚❤💔
Wowwwww thank you 🥰🥰🥰🥰
Great! Falli keenya sirna gadaa deebisuudha!
Dangaa barreedu koo jabaadhu Sanyii Lencaa hedduu barredadha .
love love!!
Baay’ee sirba bareedu waw!!!! Sagalee bareedaa qabda jabaadhu itti fufi.🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Wow bareeddu koo nama mararraatta ❤❤❤❤
Dangaa bayye bayye si dinqisifadha this is amazing music I appreciate you
Wwwwww heduu namatii kaan toluf kaan Nama hawatuu dha jabadhu ♥️♥️♥️❤️👌
wow! Amazing Oromic music! Sirnaa Gadaa Debbisuudha!
Wow! Jabduu keenya hedduu jalaadhe
Jabadhu bayyee namatii tolaa akkanumatii ittii fufii
Wow,what amazing Oromo music i ever appreciate it.hojii guddaa hojjatte Gammetti Oromititti teena.
Good job beautiful voice and video clip 🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Woww, Saabootuu, Oromoo, Baareeduu, Keeyaa, Baayee, Namaatii, Tolaa, Jaabaadhuu, 😍😍❤️❤️👍👍🌹🌹
This’s the fifths time I’m watching this video.
💚💛❤️ her smile though.
Wow hoojjataan akkana mallee heduu bareedaa jabadhuu giftii koo
Wow It’s absolutely beautiful! Sagaleee ajabaiaa onnee nama boji’uu qabdaa Hojii keellee hedduu namaa gammachisaa senaafi dhamsaa guddaa uffii kessaa qabaa dandettii addaa qabdaa Ummataa kee fi ufilleee fayadiii.
AJabaiaaonneenamabojiuuqabdaaHojii
Jabaadhu jabdu keenya!
Artii oromoo guddisu keessa gahee guddaa taphachaa jirta
Gafaa Jawar 4 kiloo senee ni debiaa sirni gadaa 💚💚❤️❤️
"Garagaltuu baranaamo milaaf mataashe wallale"
Amazing clip
Falli keenya sirna gadaa deebisuudha! wooow!
Wow #1 👏🏻👏🏻👏🏻 keep it up girl. Nuu jabaadhu
so so nice.. keep it Qarre koo you are the best
Bareduu keenyaa jabadhuu baayee namatii tolaa😍😍😍😍
I'm very happy I love you so much ❤️❤️💕💕 sagalee kee nati bareda
Wwew bayye bareda
Heduu barda sagaln kee wedu erga gudaa qaba jabdhuu sabotu♥️♥️👍♥️♥️👍
Wowwww dhugaa jettee 😍😍😍😍😍😍😍
Uuuuff Sagale kee Akkam Nama boji'aa.
Waan gaari hojjate falii kenyaa sirnaa gadaa debisudh.
Hojii boonsaa dha giiftii koo! Mormii kee immoo heedduu bareeda .
Ijoollee oromo like share godhaafi Plse
jabdu akka haadhaa wow love you
dhugaa jetee ..........falii kenyaa sirnaa Gadaa debisuudha ! ..............
ijooolleen oromoo gaafa sirbitan bosona keessaa bahaa, kana booda bosonatti sirbuun hin barbaachisu! akka clip ajaayibaa kanaatti hojjedhaa! wooww
wow... sirba bareedaa kiliipii bareedaan hojjatame.daangaa jabaadhu......Deebisuudha sirna Gadaa deebisuudha.
Baay'ee namatti tola! Jabaadhaa, sirna Gadaa keenyas ni deebisna!
Mashallah baredu oromotiya 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💓💓💗❤❤💓💓
Can’t get enough of this 😍😍...
My Oromo
Wooooow homaa jechuun hin danda, amuu generation ammaa irraa jiruu qubsadhaa barri kenyaa
As always beautiful music 🎶 You are very creative
Wowowowowo amazing galatomi danga
Nice voice with beautiful people I love Orominga song 💝💝💝💝💝
Walaloo fi yadallo addaati "Barri qaata erga gadaan diigamee
Garagaltoo barana immo mila fi mataa isaa wallee
Bara dhufee darbu gabii utuun galaa keenya taate
Gadaaf gadoon nu dhaaltu gaafa gadaan keenya taate" eebifami
Jabduu koo 😍❤️jabadhuu
Wow bayee namatti tola 👌kanuman itti fufii giftu👏👏👏
#bautefull oromoo girl 😘😘❤🎁💃💃💃💃
sanyii gootaa
😗😗😘😘😍😍
She is the best patriotic song of oromo music and thank you very much for your efforts to improve our oromoo songs viva thank
Sirbaa bayyee baredudha 👏👏👏👏
oohh what amazing voice thanks
Jabadha oromo tiyya sanyi gotota ❣❣❣❣❣
Dhugaa hedduu namatti tola. jabaadhuu qomoo koo fulduraafis hojii gaarii sirraa eegna
Wooooow bayyee bareda jabadhuu
Deebisuudhaa sirna gadaa deebisuudhaa dhugaaa keetti respect
Keep it up, hope we get more music
Baaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaayyeeee bareedaa. Jabaadhu! Wow! WOW!