Ebdee Essa kan Akka kiyyaa inni jiraa. Dhisii obbolessaa Waaqayyoon obsaa fi Hiryyaa birraa kan Miidhamaa kee itti fayyituu Rabbi siif haa yaadu. Ati himma hin balleessnee Ani Yaada kee keessati yoon hunaadu Caarumaa keeti fi kan isheetu Waal birraa hin miti malee
Raabbiin bulti is ha barechisu oboletii tenya shifera fi barsise poliseedha fidhi ufiii Male nama hin yada hatu garuu hudu dabare jira obolesa kiyaa eyama Raabbiitu kesa jire woli jirati ama ati suta jedhi nama dhiyadhu
Mee warii akka koo asosama gamenii nufa haa dhiyesuu jetanii mee lakii tuqaa ❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚
Like sii tuqe kottuu matii atanuu
@@mettaamedia4085 Tolee
Gammachuu daqiiqa muraasaf gammachuu jireenya ofii guutu dhabu!!😭,, wanti darbee hin deebihu akkuma guyya kalleessati! Wanti akka jarjaruun (dogoggoran waa balleessani qalbii nama hubu hin jiru !!tahus wanti tahu hin jiruu,, kaa darbee irranfachuuf tattafadhuu tahus nama onneerra jallatani onneeti baasuun yeroo dheera sitti fudhata tahus furmata biran hin jiruu ykn yadannoo godhani jiruu bira egaluu,, fuldura yaaduumatu sirra barbachisa obbolleessa!
Garuu obbolleetiin keenya kuni dhala nama tahe kani hin dogoggoree hin jiruu maaf qalbiin ishee sitti jaabate..? Yeroof dallanuu fi aaruun jiraatuus namaf dhifama godhanii waliin jiraatuun Gootumma fi sammuu baldhinadha!!.
Homa marafuu of jajjabeessi,,, nama haala fi amala qabu,, onnee qulqulluu qabuu fi sirrati sabbaruu dandahuu ykn dubaree jaalallee sani sii irranafachistuu rabbiin gargarsifadhuuti itti dhiyaadhuu jireenya kee jalqabi.
Yeroon numa kuta taahe nama hin eeguu...dallansuutiin dogoggoraa sirreessuun hin danadahamu turee yaa obbolleeti keenya kaa nama ishee jallatuuti qalbii gabatte!.
Homaa mitii namaan namaa dogogoruun wanumaa jiruu garuu garaa kunatuu jabadhuu rabbii sii yaa garigaruu jalalii kenaa rabbitii rabbii sii yaa garigaruu jabadhuu
Galatoomi Nuuf, jiraadhu Gammee keenya
Bagaa Nagaan Dhufte Gammee 🙋♀️🤝
Wayyoo Jaalala Homa Miti Obsi Obolleessa Koo Waaqatu Waliif isin hin keenye kanafuu atis Kan cara kee barbaddadhu waaqayyoo jireenya kee sifa qajeelchu
Rabi kan aka gara ketii siif aakenuu😭😭🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa dubachufi isiin oneeni sin jalatuu tahaa durumaa atii homaa hin balessinee maali abbaa ishee ofi dhabidii ree dantaa esheti dhisii 🥰🥰🥰
Nama ajaa'ibdu warri dhiiraa kun dirqii maaltu fide silaas isheenu keettumma hunduu guyyaa qaba hundaafuu garaa ittin ishee iraanfatu siif haa keennu
Galatoomi gammee💗💗💗
Atis jabadhuu Karra Bulatii ketii Demiii
💔💔💔
❤❤❤❤❤❤😢❤🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
Abshiriii isini duriyee sisetee dhuGaa atii namajala bee 🐝 ♥ 🎶 ✨ kuullii
Rabbi obsa siif haa kennu bishaan darbe hin warabbani jalala egali ......... addunya kanara waanta gaara garaatu mulata kanaf kan yadda kee hin dhabdu .....
.........
isaa Nasiba ketii hin dhabduu jartii garrii rabbi sif hakenuu
Bagaa nagaan dhufte Gammee koo
Baga nagaa dhufte oromia 24❤💚❤
Ayiiiii sifis waaqayyoon bultti ha baasu obboleessa keenya ishe bulti ishe ha eebbisuf waaqni
Yaa obbolesako waqayo oso sif hakenu kan akkashe taphaa fi jalala bektu sif hakenu ❤❤
❤❤❤❤Gameeko jabadhuu
Game keenya qaali bagaa nagaan nuuf dhuftee ❤❤❤❤❤ obboleesa keenya obsa sifa keenuu jireenya biraa barbadadhuu
Bagaa nagayaan dhuftee gamachisi keenaa😍😍😍😍
Anadhuffuuuuu
Jalqaba anatu daawwate
Ulfaadhu Gammee keenyaa🙏
Jalalli akkas onnee namaa cabsuu hinumaa jiraayu ati GARUU dhugaa dhiraa kamirraa addaa kanaaf rabbi hawiikee sifhaa guutu
wayoo senaa koo yadadhaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️
Raabin kani ishee caalu siifi haa keenu inshalha Ashiiri obolesa ko
Yaa jaalala zabana😢😢😢
Dhugaadha waantii dirqaama rawwatamee bayyee nama Arsaa😎😎😭😭😭 atii maaf hin obsiituu silaa bodaas kanumaa keeti🤔🤔. Ammaa ergaa ishii herumuutee atii ishii dagachuun kee dirqaama kan ofi Amaananisuu qaba Borther
Rabbin kan sana olii Sii qabaa
Welcome 👍👍👍👍
Rabbiin dubaree keessa fi alaan bareedduu taatee,, kaa ilaallan siif kofltuu,,,kaa yeroo ati ala bahuuf kaatuu dhunguu addarra sii keessuu siif haa kennuu!
Dubaree dogoggoraa kee irra sii sirreeffattee,,, ykn dogoggora kee irraa siif dabrtee ofitti sii hammattee,,, jiruu bareedduu sii waliin jirattuu rabbiin sii haa badhasuu obbolleessa keenya.
Wel come gamme
Baga nagaya dhufte gamme kenya
Jajabadhu
Rabbiin kaan ishii caaltuu sif akkennu obbollessa koo
Ebdee Essa kan Akka kiyyaa inni jiraa. Dhisii obbolessaa Waaqayyoon obsaa fi Hiryyaa birraa kan Miidhamaa kee itti fayyituu Rabbi siif haa yaadu. Ati himma hin balleessnee Ani Yaada kee keessati yoon hunaadu Caarumaa keeti fi kan isheetu Waal birraa hin miti malee
WELCOME oromoo24 like tuqa 👍
Yaa oblesa koo ishi yadu dhisi kan gana walin jirtu san walin gamadi Jiradhu kan darbe ofi irra dhisi sin jedha game galatomi ♥️🙏
Uuuuuf ya jalalaaa dhugaa
Wellcome Oromia 24😍🤩
Shufeeriif polisiin jaalalaa dhugaa bekuu garuu?! 🤔An jarumaa 2 kanan sodadhaa😁
Kkkkkkkkkk
Dhugaa ketii hhh 🤔🤔aniis polis shuferaa barsisaafi isanuma jiibbaa
Rabbii yoo dhugaa nama jaltee jirenya nama kessa isan hin galchin
Welcome.gamee.kenya.❤❤❤❤👌👌👍👍
Fedhii daqiqa 5😓😞🤭 jirenya off gutu dhabu bayyen gada 😢😢mee namni akka ko gamme jaalaatan Like assi robsa 🥰🥰❤
Rabbiin siif ille karaa yaa banuu ishees gammachuun ishee yaa jiraachisuu!! Jaalalli rakkisaadha gowwaas nama Taasiisa!!)
Rabii obasaa sii ha kenuu
👍👍👍👍
Dhuguma dogoggorri guyyaa takkaa umrii guutu jireenya keenya balleessa obboleessa koo rakkisadha nama jaalatan dhabun waaqayyoo akka ishee dagattu si haa gargaaru
Dhuga 💪💪👍👍👍👍
Sifis raabi waan ofii jalatuu sif haa kenu obolesaa koo abshir Laamii koo 😭😭🤦♀️🤦♀️🤦♀️🙏❤
Well come oromia24❤💚❤
Bagaa nagadhaa dhuftee gamee❤💚
Abshir kan ofii jalte dhabdus kan rabbiin siif qode hin dhabdu
Baaga guubattee ballaageedhaa attii ishuuu nagamadee ililili
Kan akako gamadan laikiinagoodha mucakun mucayyoon ottoo ishiin kadhattuu ishii daffaarre kanafuu laiki nagoo dhuu
Maaf like sii godhaaree sii immoo🤔🤔🤔😆😆😆😆
❤💚❤💯
Baga maalif atii fedhii usher malee deemte
Wel come Gamee💗💗💗
❤❤💚💚👍👍👍👍
Pls lakkofsa ke naf ergii osoo gara biyya hin galin yaada ko ibsachu fedha
wowowowowow okee Bayee bardaa
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢🎉🎉😢😢
Doggongorii guyyatokkoykn daqiqa mursa hangami Arsaa nama kafachisuu Abshri waani jaalaatuf miira kee to'achu dadhaabde isheenis carra siif keennu dhisuni ballesite jallaali danda'aa kanaa ishee guyyuma tokko buqee'e bade amma isheeni. Keetimitti dhifama siigooti jedhe yaada atis inni gudda ballesa kee beekufi fedhii kee Aboomu dadhaabu beeku keeti kanaa jireenya kee. Jiraadhu waqaayoos dii gargaru akka dagaatu fute yoo dhalchite ni dagaata sammu kee bussy waan tahu jedhe yaada
Bayye galatomi gamme
Whatsappin kee ni Hojataa? Ni dideeyoo
Jabadhuu malee akatin hin hafuu ni darba itii yadii fudhaf jilaa sif hat uu luubuu koo
Rabbiin obsa sifii hakenu
Bagaa sii gatee atii maalfi dirqii gudedee 😭😭😭
Welcome oromia 24 ♥️💚♥️😘😘🥰💞
Atti hojjiimaa kee argaate kan kana boodaa Waaqayyoo sii haa gargaaru
Bultii garii rabbii sii haa basuu oboleesaa wontii hunduu caraadhaa
Ee dogogortee jirtaa garuu dogogoree kee bekuun bayeee baredaa abshirii kaa sii qodee hin dhabduu oboleessaa koo 💔💔💔💔
Obbollessa jireenyi itti fufaa isheen silaa maati horatee gara kutaadhuu kan waaqayyo sif latee wajjin jirenyaa ke egaluuf yaallii namnii jedheef mitti kan waaqayyo jedheetu tahaa
Obboleesaa koo ati kaan sif umee raabbii sutaa jeedhe sif keena
Akusuma sifile waqayo kara isaa sifa banuu ishefimo waqayo ijjolee ishee wali naga haa kenuf
Yaa gara jabbenyaa kessanin.😭.garu oso simatii herumtee jedha malfi yoo jete ergaa guided jedhati Garu naa hoflchaa
Dhugaa ketii wolihii
Dhugaa buli sanyii koo
Akaa fedhasa rabbi siaha godhuu obolesa ko hin yadaaiin waqayoo ni hojetaa aka ishef hojete abdii hin akutin itii fufii Wan darbee hin yadain
Welcome game sanyiikoo ❤❤❤❤❤
🤝🙏🙏💓💔💕🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲💓💔💕💖💗💝💟💙💙💙💙
@@Mohamod-sl5sy ❤❤❤😘😘😘🤔
🎉🎉🎉❤❤🎉🎉🎉😢
Raabbiin bulti is ha barechisu oboletii tenya shifera fi barsise poliseedha fidhi ufiii Male nama hin yada hatu garuu hudu dabare jira obolesa kiyaa eyama Raabbiitu kesa jire woli jirati ama ati suta jedhi nama dhiyadhu
Isaalee dhugaa bagaa didee maltuu isaa mudee silaa bodaas kaan isatii 🤔🤔🙄🙄😉😉
@@فهدعبدالله-ج5ب6ف KKK Lubuu shiferifa barsisa sareeedha bara polisa dabalate
Anaa jaaara kana 3 hin jaaladhuu dhiifamaa na godhaa malee🤗🤗🤗
@@فهدعبدالله-ج5ب6ف 😭😭😭si bichaa mitii me dhisa hacalu hudesa gafa Lubuu jiru nama 10 dhugati inaa duna dhuga isaa awalate kesatu polisa oromiyaa mo
Dhugaa jetee 😭😭😭😭
💓💓
Welcome oromia 24
💕💕❤
Wel come game
Wayoo baay'ee garaa nama nyataa dhugaa waqayoo hiriyaa garii sifi yaa keenuu obolesa keenya Garuu kuni wani addani nama basuu mitiyuu garuu homma gochuu hin danda'mu kaa
Abshiraa
Amshiir homaa mitii onnee Kee namaa birraf banii yoo Sanaa irafataa
Gamee anilen akka ati nafi himtuu Barbadaa maloo rabii jedhi na dubis
Well come sanyii ofii
Dhelaa biraa Barbaade bereedhu, kormee jebaadhu.
uuuuufffff yaa jaalaala wayyoo obbolessaakoo obsii kennaake hin dhabduu
Yaa dhiiraa garaa jabeenyaa keesaani 🙄🙄🙄😪😪😪gaaruu mucaatin.ossoo simaati heeruumtee maafi jenaani ergaa .attii gudeedee 😭😭😭
❤❤❤❤😭😭
Uuuuufffff 😭😭😭😭
Esan si arakadheee yadaa ko sifii fibasaa
Obbooleesakoo waqaayoo obsaa sifi haa keenu kani siffi yaadeelee sifi haa keenuu
Uuuufff😭😭😭😭
Baa,yyee garaa nama nyaataa obbleessaa koo obsa siifi kennuu
Matii naaf ta.aa mee
Maa atti nama jaallatuu irraati ammaam gotee duraa isaa argaa kee Abboo🤔😳
Ana ha dhufu Gamme 💔
😥😥
Obbolesaa koo dhisi kani hiree keeti barbadadhuu isheen dhadhaa abidaa buute tatee waani ta.efi