Haacee Oromoo Garee Juuntaa akekkachisee ture.

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 17 вер 2024
  • Qabsoo Oromoo injifannoo kan milkeessee Agartuu Sabaa kan ta'e Artist Haacaaluu Hundeessaa.

КОМЕНТАРІ • 93

  • @nejatsanyihacee9782
    @nejatsanyihacee9782 3 роки тому +11

    Osoo kana hin argin Abiye sii nyatee
    Jabaa koo😭😭😭😭😭

  • @zelujira8811
    @zelujira8811 3 роки тому +7

    በጣም ነው የማዝነው አጭዬ ።😭😭😭😭

  • @ummuuayiman6545
    @ummuuayiman6545 3 роки тому +7

    Maaa ituu yeroo kana jirateee dhumaa Jaaraaa agarteee duutee jirateee silaa duutii ilmaa namaaf hin batuu😭😭😭😭😭🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹

  • @alammmm1243
    @alammmm1243 3 роки тому +13

    ምነዉ ዛሬን አይተህ በሞትክ ሀጬ ነብስህን ይማረዉ

    • @manorebantenewkristos3837
      @manorebantenewkristos3837 3 роки тому +1

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭min Abbatee laderg lebbe Almna Ale Eko yesun negar uuuuuuffffffffff le junta tinbit tenagrowal yemecharasha seat lay endlech gin le tinish kedmo gedalut Enji Ehen jegena. 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔

    • @saramk7755
      @saramk7755 3 роки тому

      ትላንት ሞተ እኮ ሽማግሌው

  • @maridotade3765
    @maridotade3765 3 роки тому +1

    Haaceekoo gubannee maalgoona oromoon tokkummaa dhabdee gumaakee baafachuurra walnyaachaa jirti namni hammakee ga'u oromoo keessaa hin jiru ture dhugaa ati daqiiqaa 5 ergaa oromoo tokko taasisu dabarsitaa kan ammaa jiran waggaa guutuu boo'anii oromoo gargar facaasuu

  • @kerayub2681
    @kerayub2681 3 роки тому +4

    Hache kooo, Gota kooo, Oromo kooo. Ati hindutu😭

  • @YADANIO
    @YADANIO 3 роки тому +2

    Maqaa haccalu hin dhayina ilman nafxagna

  • @nagaehennoo5371
    @nagaehennoo5371 3 роки тому +1

    Haacee koo osoma duni gali maali qaba laata goota koo haacee koo ati hin dune ati jirata bara bara kan dune ergaamtuu si nyaachiste maale haacee koo abba dhugaa koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @freefree9033
    @freefree9033 3 роки тому

    Haceeko waraa igakee dhuges rabiin dhigaa sanii hangalasuu😭😭😭😭😭jaris galgalii jaraa akasumaa yorabi jedheee 😭😭😭😭haceko kanumaa os argiteta taee 😭😭😭😭rabiin gumakee hin hanbisinii ☝🏿☝🏿☝🏿☝🏿☝🏿

  • @oromiajiimaabajiifaroromia6208
    @oromiajiimaabajiifaroromia6208 3 роки тому +1

    acceekoo mallansiigodha gubaanerra wollahii dutiike bayye bayye gadaciima nutumee uuuuuuuuffffffff

  • @botuuoromo7389
    @botuuoromo7389 3 роки тому +3

    Uuuuuuu haceee kooooo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @loveethiopia7830
    @loveethiopia7830 3 роки тому +4

    Haceeee kooo 😭😭😭😭

  • @oromiyabirthoromo1916
    @oromiyabirthoromo1916 3 роки тому

    achalu uuufffff my hero

  • @lalooyoutube881
    @lalooyoutube881 3 роки тому +1

    Uuuuufffffff Hacee Koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @abi8547
    @abi8547 3 роки тому +2

    Hacekoo 💎💎 💎💎💎💎

  • @biyyaaoromoobiyyaaoromoo1728
    @biyyaaoromoobiyyaaoromoo1728 3 роки тому +2

    Haceeeee koo😭😭😭😭😭😭😭😭yaa rabbii☝

  • @ggfff132
    @ggfff132 3 роки тому

    Aeekoo naafxanyotaa sii gaalafatee gumaakes hafee😭😭😭

  • @djbsdndng6429
    @djbsdndng6429 3 роки тому +2

    Uuuuuuuuuffffff hacee koo 😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @LalistuDammaqaa
    @LalistuDammaqaa 3 роки тому

    Uuuuiiy namni haceekoo nyaate waruma amma nafxanyaa wajinin lafa dhita jirtanidha mal odesuu dhuftani har'amoo ajaandaa haraa dhabnanidha miti muuu

  • @senaa705
    @senaa705 3 роки тому

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 uuuuuuff sagalee kanaa uuuuu😭😭😭😭😭
    Esumaa sifinuugaaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @peacelove9531
    @peacelove9531 3 роки тому +2

    RIP Hachallu Gone too soon 😭

  • @wabeytube7714
    @wabeytube7714 3 роки тому +1

    Hacee ko gotaa leecaa dhugaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔

  • @abdiikoo8784
    @abdiikoo8784 3 роки тому +1

    Uuuuufffffffffff Ayyyyyiiiiii😢😢Hacceeeeeeee koo😭😭😭😭💔

  • @bechadobechado9639
    @bechadobechado9639 3 роки тому +1

    👍

  • @welega2624
    @welega2624 3 роки тому +1

    Uuuufff Haceeko 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @obseeobseekita3519
    @obseeobseekita3519 3 роки тому +2

    Uuuuuuffff hacee koo sii dhabuu keenyaa dhukkubaa bara baraa nu.keessatii abisee wayyoo😅😅😅😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @christhomas6893
    @christhomas6893 3 роки тому

    Gaazixeessaa qubeessuu hin beekne. Caba nama ha oolchu. Maaloo Afaan Oromoo barreessuu baradhaa.

  • @alfiyashow4875
    @alfiyashow4875 3 роки тому +1

    Uuuufffff hacee😭😭😭😭

  • @fenet7654
    @fenet7654 3 роки тому

    Hacee osoo wan jarri tatee argitee dutee jiratee maal qaba maloo ya rabbi😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @habibahabiba5389
    @habibahabiba5389 3 роки тому

    Juuntaan isiniin caaluu hin jiru

  • @buurbuur542
    @buurbuur542 3 роки тому

    Etuu atii jiratee hadaa edoo jarii jiran argitee sigalftee etuu duuran qabmtee jirataa sidabnee hackoo 😭😭😭

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee2303 3 роки тому +1

    Wayoo haccee koo garani nu gugubatee barii maloo maloo

  • @Hikmah657
    @Hikmah657 3 роки тому

    Oromoni uffi danda’u ni dandanna gaantuu akka keeti kanafii maalee 😭😭

  • @wasanewasane8887
    @wasanewasane8887 3 роки тому +3

    Abiy bineensa Hacee qalii nyaatee

    • @manorebantenewkristos3837
      @manorebantenewkristos3837 3 роки тому +2

      Kan akka kee kana malee Abiyyi miti 😠😠Hacaaluun jijjiramaa Abiyyii fidee waan gargaruufi bar ajjeesisan osoo Abiyyi ta'e gafa waltajjii kana bodaa wayyaneen marsitee qabnu malee jettu saan dabrsanii kan kennaa garu hin gone haceenu raga bahera kan gafa sanii cubbuu hin dubbatiin osoo hin argiin warrii Angoo qabaan hundisanii hamtoota jedhanii yaduun walallummaadha.

    • @daroogurumoo8352
      @daroogurumoo8352 3 роки тому +2

      Abiye dina oromiyaa fi oromoo dha kenafi moo adunyaa tu ragga dha

    • @ghazalaghazala4101
      @ghazalaghazala4101 3 роки тому

      @@manorebantenewkristos3837 😂😂 gowaa

    • @manorebantenewkristos3837
      @manorebantenewkristos3837 3 роки тому

      @@ghazalaghazala4101 mee rabbii jedhi 😏😏😏

    • @ghazalaghazala4101
      @ghazalaghazala4101 3 роки тому

      @@manorebantenewkristos3837 Rabii

  • @mululegesse9975
    @mululegesse9975 3 роки тому

    Rest in peace Hachalu hundessa 😭😭😢💔 💔

  • @تاريكيمحمد
    @تاريكيمحمد 3 роки тому

    Waayii hace

  • @Alem-v3s
    @Alem-v3s 3 роки тому

    Uuuuuuuuuuuufffffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @waelwael6970
    @waelwael6970 3 роки тому +1

    Ufffuuu 😭😭😭😭

  • @desenasase7468
    @desenasase7468 3 роки тому

    😭😭😭😭😭

  • @idrisali8451
    @idrisali8451 3 роки тому

    Guman Hacalu hin fattu yomille

  • @sham55bontuu31
    @sham55bontuu31 3 роки тому

    Kaa woyyanee ari'ee nulle nu dhisuu jetanin amma pp ajeefte woyii haccee koo rabbuma dhigaa kee haa baasuu gafaa sila dutuu hafte amma saree qe'ee kessaa si nyaate 😭😭😭😭😭 abyifi shimaalis abdisaa tessoo jete nafxenya si nyaachin

  • @uaess9428
    @uaess9428 3 роки тому +2

    Toosi hacaalu bahaa isin abiyumatu sjechise hin sobina carraa tplf siifis dhufaa egi yaa ilama haadha jala dhufe diqaalticha

  • @haleehalee6483
    @haleehalee6483 3 роки тому +1

    bara abiy ilmaa qalii wagaa 50 hin argame dhabnee yaa abiy domii atii

  • @helenkeno6967
    @helenkeno6967 Рік тому

    💔😭💔😭🕯🕯🕯🕯🕯

  • @demetura5227
    @demetura5227 3 роки тому

    Mallo dubertin Kum Essa demani maaloo nudhe’asa. Please show me the woman on the screen. I like Here smile i

  • @wasanewasane8887
    @wasanewasane8887 3 роки тому +2

    Anan Hacee koo

  • @biyyaaoromoobiyyaaoromoo1728
    @biyyaaoromoobiyyaaoromoo1728 3 роки тому

    Uuuuuuuuuuuuufffffuu yaa rabbi

  • @شوعيالمنيوك
    @شوعيالمنيوك 3 роки тому +1

    Naltuu allallah yaa abiyi bineesaa nama nyatuu biyee abaa ketii nyadhuu nuu gubdee yaa saree nafxnyaaa 😭😭😭😭😭😭

  • @تاريكيمحمد
    @تاريكيمحمد 3 роки тому

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @africaentertainmentchannel1552
    @africaentertainmentchannel1552 3 роки тому

    Aceen silaa ara jiraate "Dhiirri geerare hin qufne ARRALE qilinxoo jira...dhiiri geerare hin qufne qilinxoti DEEBI'EE jira" je'e sirba ture

  • @zahriaahmed1651
    @zahriaahmed1651 3 роки тому

    Uuuuuffffee yaa rabbi 😭😭😭😭😭

  • @kiyakiya5004
    @kiyakiya5004 3 роки тому +1

    view dhabnaan hacee as fiddani garaa mu ballessitani. seenaan siin haa gafatu warri hacee nyaattan 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @getediriba9074
    @getediriba9074 3 роки тому

    🙏🙏❤️❤️

  • @aynalmaynalm828
    @aynalmaynalm828 3 роки тому

    😍😍💔💔💔💔💔💔uuuuuu

  • @Fikiryemereyamliji2007
    @Fikiryemereyamliji2007 3 роки тому

    nebesekin yemar acha😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @ganalama6077
    @ganalama6077 3 роки тому +2

    Oso kana hara kana arige du ee jirate mali qaba hacee kooo qali koo malisifi godha gota koo na guba kee kuni bee

  • @Moha-hw9zl
    @Moha-hw9zl 3 роки тому

    Amma juntaa amaraa ufirraa egaa amaarrin lafaafi angoo jaalatti kanaafu oson isinfitiin ufirraa egaa

  • @arif55555
    @arif55555 3 роки тому

    Justice for hachalu!

  • @obseearsii9439
    @obseearsii9439 3 роки тому

    Haacuu koo atti hin sobnee sobduutu sii nyaate sii fakkatee uuuuuuùuuuuuuuuffffffffff maloo hacuuuuuuu😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @fatimajabal8322
    @fatimajabal8322 3 роки тому

    Nyaatani halalfadhaaga oso wayyaaneen ajees nugadisisu ammale 4 kilo jira

  • @biqiltuutaddasa4869
    @biqiltuutaddasa4869 3 роки тому

    Osoo haceen koo jirattee maal qaba arra

  • @najattashoma9567
    @najattashoma9567 3 роки тому

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @zeytunarobi9309
    @zeytunarobi9309 3 роки тому

    😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @aynalmaynalm828
    @aynalmaynalm828 3 роки тому

    😭😭😭😭😭😭😭😭🙆🙆💔💔

  • @goofygoofy3968
    @goofygoofy3968 3 роки тому

    Lubu kee yamaru hace😭😭

  • @fadilink2280
    @fadilink2280 3 роки тому

    Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @kidanefikadu1092
    @kidanefikadu1092 3 роки тому +2

    Master pilaanii lammaaffa Gada city jedhe waggaaafurtaama fudhaatu kun ummaata keenyaa hagaam fayyaada?
    Piiroojektii waggaa afurtaama turuu akkaasumaas Adaamaa fi mojoo gidduutti maa barbaadame?

    • @baslielyonas9656
      @baslielyonas9656 3 роки тому

      Magaalaa haaraa ijaaruu jechuun Finfinnee dabarsanii laachuu jechuu miti. Qotee bulaan haa buqqawuu, waa haadiigamuu odoo jedhameera ta'ee walumaan falmina turre. Amma garuu haa ijaaramu yoo jedhan ittiin mormuun sirri natti hin fakkaatu. Shimallis faa warri akka sana warra kaabaatiin jibbaman, jibbitoota isaanii gammachiisuuf Finfinnee gadhiisu jedhanii yaaduun doggogora natti fakkaata. Guddina kan fidu urbanizationii, idustralizationii dha. Kana mormuun immo rakkina hubanoo irraa waan dhufu natti fakkaata. Samuu keenya waan qajeelaa yaaduu barsiisuu qabna. Waa hunda shakkuun immo dhukkuba obbole.

    • @daroogurumoo8352
      @daroogurumoo8352 3 роки тому

      Planii Danieal kebert shemales fi ken dha

  • @rahmat6776
    @rahmat6776 3 роки тому

    uuuuuuffffffffff

  • @Abaaboodhaabaa55
    @Abaaboodhaabaa55 3 роки тому

    Juntaa juntaa caalu tv boqolloo keessaniif Abiy dha ‘ waliin hin dhaiinaa harrootaa 👹
    Dhigni hacee akkasiti hin hafu nii baha gumaan !

  • @badhaatuukadir6771
    @badhaatuukadir6771 3 роки тому

    Mal basaa kaa ittii debitanii nyatani hacee biyyoon isiin hanyatu oppdo

  • @kerayub2681
    @kerayub2681 3 роки тому

    Hachealun Neftenjadhan / Abiyn ajefeme Oromon Abiy wajin midhan njata . Oromon Abiy wajin hodjeteni Wakeyon isin habelesu. Isinis akume TPLF taun kesen hinolu. Egin Hachalu isinit haferedu😭 Nemin neme ajese Hindua. Abiy atis terake egedhu.

  • @adaecnh5992
    @adaecnh5992 3 роки тому

    የኦሮሞ ነፍስ በሉታ ደፂ ለምን ከሃጫሉ ጋር ቅንብር

  • @ganalama6077
    @ganalama6077 3 роки тому

    Dhamate ati dura hace ko silasi ati duteti naga arigatani malo oso kana arige mali qaba

  • @Hikmah657
    @Hikmah657 3 роки тому

    Tplf and abiy are not different to Oromos , your song is nonsense!!!

  • @daroogurumoo8352
    @daroogurumoo8352 3 роки тому +2

    Stupid abiye killed our hero brother for nonsense politics but it’s time matter

  • @kerayub2681
    @kerayub2681 3 роки тому +1

    Abiyif TPLF tooko dha. Abiy Oromof Dina isa TPLF chalu dha. Oromo kana beki.

  • @sisaaymijanaa7434
    @sisaaymijanaa7434 3 роки тому

    😭😭