Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Dr. Birhaanuu thank you more than xxxxxxxxx you nailed golden words "Oromummaa" and " Sab-boonummaa" !!!!!
Dhugaa dha Dr. Biraanuu . Sab-Boonummaa - Saba boonaa Jechuu dha. Thanky you my Teachear !!!! I like you very much my teacher !
Dr. Berhanu Leengisoo jabaa nama sabboonaa Oromoo abbaa fedhe wajjin falmee dhugaa oromoo falmmuu danda’u galatoomi umrii dheeradhu horii buli walumaa galati jabaa sabaa ti ati itti fufi❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪👍✅
well said, Dear Dr. Berhanu!
Kitaabni kuni biyya Ala keessatti gurguramaa jira moo hin jiru🙋
Dr. Biraanuun konfuuzhinii warraa ollaaf qoricha ta'a jedhaniiti kan amaariffaan qopheessitani .
Sab-boonummaa '' GAREE WAL-AMANTUMMAA WALIOO'' qabu.
Dr Birhaanuu Barsiisaa Koo "Kitaabichi Na barreesseera" jechuun jecha guddaa dha.
Galatoomii Dr! jabaadhu sadarkaa seenaa Oromoo barreessu fi beeksisuu keessaattii bu'uura cima ka'u qabda.
Congratulations Dr.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
D/r Birhaanuu Leenjisoo haalli " Sab_Boontummaa" fi "Civic Nationalism" itti Boontummaa Lammummaa/Biyyaa itti ibsan sirrii fi kan nama barsiisu dha! Eenyummaa ofii tiin boonuun, Saba irraa dhalatan irraa jalqabee hanga Biyyaa fi Afriikaatti umamaan jiraachuu akka danda'u fi malu karaa dhugaa fi Saayinsaawaa taheen kan ibsan sirrii fi barsiisaa dha!! Asirratti Kitaaba Afaan Oromoo fi Amaaraa tiin barreessuun isaanii Eenyummaa gara-garaa tiin boonuun akka rakkoo hin-qabne Ragaa/Reference uumuun isaanii Biyya Sabootaa, Sab-lammootaa fi Ummattoota hedduu kana keessatti, yaadichi namoota dhuunfaa, qaamolee siyaasaa fi Hawaasa kan fayyadu jedheen amana!!Namoonni/Qaamoleen tokko-tokko hubannoo dhabuu dhaan ykn tahe jedhanii kayyoo isaanii tarkaanfaciisuuf jecha "Sab-Boonummaa Sabaa qaabaachuun Biyya diiga/Quucarsa" jedhu. Isaan kuuwwan ammoo, ittiin-Boonummaan Biyyaa/Civic Nationalism Saboonummaa Cafaqa/Quucarsa" jedhu. Asirratti akkuma beekkamu, dhugaan jirtu Qaamoleen 2nuu akka malee tokko dhaadhesuu fi kan biraa yoo laaffisan/dagatan tahe rakkoo uumuu danda'a!? Haa tahu malee, Ittiin-Boonummaan 2nuu karaa hubannoo fi dhugaa qabuun tarkaanffachiifnaan kan fayyadan malee kan miidhan miti!?!?
Gaaffii kaasanii immoo Gaaffii kaasne dha ? " You were part of the then Qerroo !!!
Doc. Haa ta'a malee sadarkaa 4ffaan kana irratti ............
Maaloo keesummaa bishaan affeeraa amma booda .. galatoomaa !
Sabboonumaan lafa irratttii akka diriiruuf bifa kitaabaatiin akkanatti barreeffamuun sadarkaa Og-barruu Afaan Oromoo ,Afaan Saba Guddaa kana olguddisuu keessatti Gahee Leencaa bahuu keesaniif galatooma
Kitaaba kana gara Adaamattis nuufidaa malee kitaaba sirritti dubbifamuu qabuudha
sobduu wayii
Hattuu,sammuu namaa hattuu
Qonnarraatti maliif hin barreesine?
Eentu bita kitaaba gantuu?
Warri Adaamaa Eessatti argama?
Maqaan Gololee; Oromiyaa keessatti bakka baay'eetti aragama. Fkan. Naannoo Ada'aa Bargaa, Naannoo Amboo, Naannoo Horroo........Akkasumas waayyuun gosa Oromoo keessa tokko yoo ta'u bakka baay'eetti argama
Kitaaba gantuu gantumatu bita
Biyya alaa Europa eessaa arganne?
Deta hatte
Deta hattuu
connngrjulion
Dr. Birhaanuu thank you more than xxxxxxxxx you nailed golden words "Oromummaa" and " Sab-boonummaa" !!!!!
Dhugaa dha Dr. Biraanuu . Sab-Boonummaa - Saba boonaa Jechuu dha. Thanky you my Teachear !!!! I like you very much my teacher !
Dr. Berhanu Leengisoo jabaa nama sabboonaa Oromoo abbaa fedhe wajjin falmee dhugaa oromoo falmmuu danda’u galatoomi umrii dheeradhu horii buli walumaa galati jabaa sabaa ti ati itti fufi❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪👍✅
well said, Dear Dr. Berhanu!
Kitaabni kuni biyya Ala keessatti gurguramaa jira moo hin jiru🙋
Dr. Biraanuun konfuuzhinii warraa ollaaf qoricha ta'a jedhaniiti kan amaariffaan qopheessitani .
Sab-boonummaa '' GAREE WAL-AMANTUMMAA WALIOO'' qabu.
Dr Birhaanuu Barsiisaa Koo "Kitaabichi Na barreesseera" jechuun jecha guddaa dha.
Galatoomii Dr! jabaadhu sadarkaa seenaa Oromoo barreessu fi beeksisuu keessaattii bu'uura cima ka'u qabda.
Congratulations Dr.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
D/r Birhaanuu Leenjisoo haalli " Sab_Boontummaa" fi "Civic Nationalism" itti Boontummaa Lammummaa/Biyyaa itti ibsan sirrii fi kan nama barsiisu dha! Eenyummaa ofii tiin boonuun, Saba irraa dhalatan irraa jalqabee hanga Biyyaa fi Afriikaatti umamaan jiraachuu akka danda'u fi malu karaa dhugaa fi Saayinsaawaa taheen kan ibsan sirrii fi barsiisaa dha!! Asirratti Kitaaba Afaan Oromoo fi Amaaraa tiin barreessuun isaanii Eenyummaa gara-garaa tiin boonuun akka rakkoo hin-qabne Ragaa/Reference uumuun isaanii Biyya Sabootaa, Sab-lammootaa fi Ummattoota hedduu kana keessatti, yaadichi namoota dhuunfaa, qaamolee siyaasaa fi Hawaasa kan fayyadu jedheen amana!!
Namoonni/Qaamoleen tokko-tokko hubannoo dhabuu dhaan ykn tahe jedhanii kayyoo isaanii tarkaanfaciisuuf jecha "Sab-Boonummaa Sabaa qaabaachuun Biyya diiga/Quucarsa" jedhu. Isaan kuuwwan ammoo, ittiin-Boonummaan Biyyaa/Civic Nationalism Saboonummaa Cafaqa/Quucarsa" jedhu. Asirratti akkuma beekkamu, dhugaan jirtu Qaamoleen 2nuu akka malee tokko dhaadhesuu fi kan biraa yoo laaffisan/dagatan tahe rakkoo uumuu danda'a!? Haa tahu malee, Ittiin-Boonummaan 2nuu karaa hubannoo fi dhugaa qabuun tarkaanffachiifnaan kan fayyadan malee kan miidhan miti!?!?