Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Namni akka ko imimman harcaasaa hamma dhumaa daawwattan qofti like naa tuqaa
Walahii anakaa
Wly akka malee gara naa baddee 😭😭😭😭😭
Aniyu akasi wly😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Umuurii dheraadhuu tiruuko sanyi nuf jiraadhu baraa dheraa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
isuu koo bayyee garaa nuu baleesitee mee worii video kunii isn bochisee akkaa ko😭😭😭😭😭🥹💔 👍 godhaa
Wolhi ani garaa nanyate😢😢😢
Dhugaketi 😢
Wollayii Anisii imimanii qabachuu dadhabee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Wly Bly garwn na badee 😢💔🥹🫡
Wly imimani qabachu dadhabee😢😢
Wlh bayy'ee na bossisee😭😭😭 mee warii sagantaa kun isinittii gallee👍godhaa
Mashaallaha tabalaka bagaa raabbin biyyaa baqaa saani kessaa isaa baasee isinlee raabbin yaada murdaa keesaa isinfi guutee achii keesssa isin haa basuu inshaallahaa
Wly ani osso boyyu lalee xumure😭😭😭😭😭😭😭
Maashaa allah ❤❤❤❤❤garuu hedduun boohee dhugaa nama akkaan dinqisiifadhu baga milkoofte dhugaa hedduu garaan na nyaate yeroon arge abbaa fi haadha isaa hay jiruu biyya ormaa😭😭😭
😢😢😢
Wanumaa facafatee hamatee Isaap zeenuuu congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
57:32 😭😭Jaalala namni biyya namaa kessa jiru walif Qabu kanuma arkee bekka dhuga arra heeduu naa bochistani Rabbin Nagayan ha gessu isinillee yaada kessa isinif Rabbin haa gutu Rabbif jechan isin jaladha dhuga kiyya ❤️❤️❤️
😢😢😢😢😢😢 dhuga jadidi❤❤❤
Rabbin sibira Haa jiratu baaye toko gara nama boresa maatin
Rabbiin karaa nagaa siyaauf obboleessa kiyya dhugaa rabbi an osoo booyu mataan na dhukkube
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu wallaahi garaa nama nyaattuuuu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
An waantaan si dhammu quranna kee cimsadhuu😢😢😢
Mee namnii aka kiyatii imiman qabachu dadhabdan jirtanii😢😢😢😢💔💔Rabin nagayan sii ha geysu insha alha abshir abshir 😢❤
Dhuga keeti
Ee wolhii 😢
𝐀𝐧𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐚𝐤𝐚𝐬𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐥𝐥𝐡𝐢😭
Anisi baay'ee booyee maattii kiyyaa natti fakkate
Wly isini wajinin bayu ture haalanin gamadef Isaaq zeenu akka male boyaa ture dhuga rabbi
Seena namaaf akkas boo'ee hin beeku dhugaa rabbii. Keessattu kan haati isaa gammmadee isumatuu as gahee jette sanatuu na boochise dhugaa.
Waanin jedhuun dhabe rabbin bakka ati deemtuti si haa milkeeysu Haadha fi Abba kee rabbin umrii siif dheereyse atis nama tola itti oolu si haa godhu❤❤
MashaaAllah wallahi isiin ummata seenaatii imimman koo qabachuun dadhabee
bayee gamadee garu yeroo matii isaa argu bayee bohee karaa nagaa sif hawaa isuu ko🎉❤❤❤❤
Imimmaan qabachuun dadhabe😭😭😭😭😭 rabbiin siwoliin haa ta'u bro
Yaa Rabbi anii imiman qabachu dadhabee wlyhii Mashaallah baga Rabbi sii milikesee matii kele ummir sifi dherese holi isn ha gayuu😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢
Mucaa biyyakoo Rabbiin si haa milkeessuu imimmaanin jalqabeen imimmanin xumure😢😢😢😢😢😢
dhugaa Rabbii Wanni Hanga har'aa Na Boochise Jireenyi kiyya keeysatti Muraasa Anu Qofa moo Laata😢😢😢
😔😭
Dhuga ani diqa hin bonee😂😂😭😭😭
Dhugaa gara nama raasa😢😢😢😢😢
Immimman qabachu daadhabbee way haadhaa fi abba jalaalla biyya ❤❤❤🎉🎉
Nama heduu jaladhuu isaqi bagaa waqayoo si milkessee🎉🎉
Masha Allah rabbii yadaa muradaa isaa haa gutuu nama namni jalatuu rabbiis ni jalataa ❤❤❤❤❤❤
Yarabi immimman koooooo uuuuf karaa nagaa demi isu ko congratulations 🎉🎉
Abshiir obsii isuu ko bagaa Rabbiin biyaa baqaa kesa sii basee jabadhuu matii ketis Rabbiin umrii sif haa dheresuu 😢😢❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
😭😭😭dhuga hadhaaf abba namumma birra hin jirre bekka obboleessa koo Rabbiin nghn wol isiin haa agarsisu
Yaa alla imimani qabachuu dadhabee dhugaa rabii congratulations obolesaa koo❤❤❤❤
Isuu nagayaan bakka deemtu gahi rabbiin siwajjiin haajiraatu
Wallaahi hojii mana namaa dhiiseen taa'ee imimmaan koo qaragachuu eegale obboleessa koo duras sirboota kee kanan dhaggeeffadha ture akkasumattis namummaa kee gaafan ilaaluu baay'ee nama amala qabeessa dhugaa baay'ee miira keessa na galchitan dhalli namaa kun wal jaalatee akkasitti gaafa jaalala waliif ibsu wanti kana caala miira keessan galchu hin jiru kanaafuu rabbi lafa deemtutti si biraan haafin nagaan bakka barbaadde gahe❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
Hama dhuma dawadhe imimaan qabachu dadhabe isaq bagaa Gamadee Hadhaf Abba kee Rabin umurii isani sif haa dhersuu 🥺🥺🥺❤️❤️
Micaan isaaq bira tau san hedu na bochise wly aka nama haati biraa demu jirtu tae😢😢😢biraleen akasuma hiriyaa dhugaa❤❤❤😢😢😢😢yero gababdu keysati wal isin ha garsisu insha allah❤❤❤❤❤😊
Mashallah mashallah mashallah Rabbii ammale nama garrii si ha godhu
Yaada muraada kee Rabbiin siif ha guutuu 🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢😢😢
Mee Namni Akka koo imimmaan qabaachuu dadhabe like tuqii😢
imimaan qabatuu dadhabee ani Artiisti isaaq zeenuu hedduu takka dinqisifadhaa nama halaaf amala qabuu jiradhuu jabaa keennaa❤❤❤
Isuu rabiin namaa ofisiii Fayed matii isaa Fayedu rabiin siihaa godhu 😢😢🎉🎉
Dhugaa dubbachuuf tanaan imimmaan koo fixadhee rabbii karaa nagahaa haa gochuufi milkaayi!
Gara nuballessiina nuti warrii biyya jiru garatu nubadee❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
wolyii imimaan qabachuun dadhaabee raabbiin isaa woojin hajiiraatuu😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Aammiiiiin Aammiiiiin 😢😢😢😢
Hedduu miira keessa galee booyuu ture wly jaalti haadhaafi abbaa,obboleettii,obboleessaa, firaa fi hiriyaa wajjiin guddatanifi wajjiin jiranii ulfina kabajaa qabaachuun maal akka ta'een baradhe galatoomaa. Obboleesa keenya Imala gaarii siif haa godhu, isiniis hiriyoottan isaa hiree isin haa bareechu ❤❤❤❤
mashallah baga rabbin si milkesse garuu matike dhageffadhen imimman qabachun dandenyee wly😢😢😢😢uuffff.raabbin yaadaf muradake sif gute wal sin hagaarsisuu😢😢
Wallaahi addaan bahuun kuni baayyee ulfaataa warri forx rabbii jajjaabina siniif haa kennu isa immoo yaadaafi muraada isaa rabbi isaaf haaguutu hedduun naboochise wly ❤❤❤❤
Wly heduu toko boyee jira obolesa koo gara nuu balesitee baye kara nagaya galii isha allha 😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbin nagayan bikka itii demu hageysu wallaahi heddu nu bochiftan akkasumati heddu gamanef Mashallah
Rabbi nagaan achiin si ha ga'u isaaq qophii keessan yeroo hedduu na gammachiisa ❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Dhugaa birraa heduu si jaaladha rabbii jecha yeroo heduu hiriyoota kee akka seena namati tahuti geegesita wly🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Rabbiin nagaan bakkaa yaade sii haa gahu obbolleessaa
Bayee garan na bade garuu bayee gammade isa beku badhus dhugaa rabbii jechooni hadhaaf abbaan isa jedhan yeroo dhageefadhu imimmaan dhiiqachatin lalee❤❤❤❤❤❤❤❤
Dargaggoota magaalaa aggaro hunda waliin jechuun nidanda'ama walitti dhufeenya qaba anilleen nin beeka Amala qabeessa guraba rabbi sihaa milkeessuu🎉
Anis nan beekani hiriyoota koo wajjinin fiilmii siif jecha san dalage naannoo keenyatti
Isaq zeenuu anis bakkuma jirutti imimmaaniin si geggeesse gara fuulduraattis carraa gaarii siif hawwa 🎉🎉🎉
Congratulation isaq zenu baga rabbin biya baqatuma kessa si base baga gammade birra dastu caltu isinis baka taka rabbin isin ha basu insha alhaa dua'i isinif gona abshir ❤❤❤❤❤❤❤
Lubbu ko matti na ta,ii
Heddu tokkoo naa dhagahame rabbiin tolche walitti isaan haa deebisu.
Wollayii ituun hin beekin imimaan gurra na guutee isaaqa rabbin bakka gaaridhaan sihaa gahuu karaa isaalle sitti haa mullisuuwogga kudhan boodde achii na deebisee yaadaan
Karaa nagayaa Rabbin isa haa oofu 🎉🎉🎉🎉
Meme addara warri akka kooti bossan wly bayyee nah bosose😭😭😭😭😭❤❤❤❤❤
😢😢😢😢anu obsan dhabe
Namani akka Kiya imimman qabachuu dadhabdan jirtu 😢😢😢😢😢
Maasha allaah wly dhugumatti 😢😢hedduu na bochise hedduun isaafin gammade hundaafu bakka guddaa akka geessuus abdiin Garuu yeroo dhihotti akka maatii keetiin wal argitu rabbiin haala siif haa mijjeessuuMaatii keetiis umrii siif haa dheereysu
Abshiri nutileni Mira baye ulfata Tae keessaa nugalche garu isinimo jabadha isle jajabesa🎉🎉🎉🎉
Mashaa allaah Mashaa allaah ❤❤wly bayyee na bossisee😢😢
Ani Lee bohe dhisi dadhabe mati koo yaadadhe 😢😢😢
Isiin qofa biraa demne isuun nu waraa isin dawatule birale deme jira❤
Kofla isa dhabne jachu dha😢
Wallaay takka akka arraa booyee 😂😂😂 hin beeku isu keenya mukaa citaa fira siif haa godhu
Mashaa allaah nahudhu imimaman matii koo jabaadhu bro kiyyaa
Wlh hedo gamade garu Adda bohu keessaan Gara na nyate bira jala si hin amisin rabban😢😢😢❤❤❤❤
Wly hedduu naboochise aaahhh
Heddu nadhagahame sa'a meeqa booya ture💔 Obboleysa kiyya qaali akka yaada murada keti sif guute maati kanketi wajjin nagayan wal siha agarsisu carra gaarin sif hawwa nagayan dhaqi waan yaadde olitti aragadhu
Dura naatu comment godhe
Duura moo
Matti na ta,ii kottu
@@HadhaakalidiiManakiyaa-i4r hayyee waliif taana kootu
Dafi
Eyyeen @@موسىاروما
Mucan kun maalif akkanaa garaa nu gubee rabbin sii Haa milkeessu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Abo nu fixxanii bar gurbaa heddu jaallattani duai godhaa gaggessa hiriyyoota ajaaibati isin isinin jaalladha isinin dinqisiifadha
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wly Dhugaa isin Bira dhabuu kiyyati Hedduun Gaddee 😢😢😢
Ayyyiiii dhugaa rabbii na boochisee Rabbiin umurii waaliin isiin haa dheereessu 😢😢😢😢
maashaa Allaah maashaa Allaah maashaa Allaah maashaa Allaah hedduu namatti tola akkatti Wal gaggessun gammachuun wanti kana gahu hin jiru
Waly heddun boyee na bochiftee dhugaa ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤bagaa kana sigahe isu rabbi bakka demituti rabbi siduka hatahu
Waan jeenu hin qabnu rabbiin bakke deemtutti ngy di geessu issu
Rabiin umarii isafii hiriyotaa isaa
Rabbi bakka yadden siyya ga'uu obbolessa koo Maati garaami kanna rabbi uummurriii isani sifa dheresuu waani hawwii keti biraa gayyii❤❤❤❤❤ garaa na nyaatuu matin kee atile imimaani kessan gamachuti jijiraamee nagaani waali argaa❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
bayee nuu bochise hara isaq namani hin bohin jira jedhe hin yaduu wolahi nutis era Fagane jiraa abshir imala garii sif Haa tahuu ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉😭😭😭
Dhugaa rabbii imimmaan koo qabachuu dadhabee isiin hundayyuu rabbiin biyyaa baqa kana keessaa isin haa baasuu
Dhugaa rabbi hiryumaan kessan bayye nama ginafisisa jabbaadhaa ❤❤❤
Rabiin nagadhan waliti isin debisuu inshallhaa Esuu qalii nama 😢😢🫶
Wollahi mira kiyya tohachuun dhadhabe isu baka demteeti Rabin siwoliin hajiratu muca biyya ko❤
Wallahi essuu kiyya Rabbiin nagayaan sihaa gessu
Ashirii inshallah ❤❤❤❤❤
Isuukoo anu si waliinan boo'e! Rabbi bakka deemte hundatti si waliin haata'u! Jabaadhu qaxalee namaa
Isaqa🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤ rabbii bakka yadee ga,I abshir habibii
Dhugaa dubbachuuf ani isinuma woliin booyaa ture imala milkii isaaf haa taasisu Isinis galatoomaa hiriyoonni isaa hundumti keessan 🎉🎉🎉🎉🎉
Bagaa gamadee karaan milkii sifii haa ta'uu
Wly imiman qabchuu dadhabee😢😢congratulations 🎉🎉
Rabbin ijaa naagaan waallaa sin arrgisissuu maati jaalaalaa maati kee rabbin uummuurisani sifaa dheereessuu yaa isaaqa
Wawo bagga Rabiin simmilkkese❤❤🎉🎉
Wly hedduu takka na'dhagjyaame nagiyaa sitti hato'u🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
heddu takka garaa nu balleesite 😭😭😭😭😭baga carra kana argatte sin jedha 🎉
Amshiir rabbi si walin haa jiratu😢😢😢😢
Uuuuuffff nami akkakooti video kanan boo boochan jirtu wollahi an IMIMMAAN QABACHUUN DADHABE❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Isoo karaa nagaa milkaayi diiniif duniyaan yeroo muraasatti
Biyyaa namati wal barun salphadha garuu addan bahun hedduu olfataa ayii cairo wan hedduu nu barsifte 😢😢😢 wagga 10 ara yaadadhe hundafu well come brother isaq
Ahiii.woollahii.imimaanqabachuundadhabee.rabbii.umriii.jarra.dherresee.woliitii.isiin.hadeebisuu😢😢😢❤❤
Isuu koi nagaan dhaqii wly imiman qabachuun dadhabdee😭😭😭😭😭😭😭
Imimaan qabachuu dadhabee dhugaa rabbii artitisti isaaq zeeynuu jabaa nama jabadhuu karaa keyrii sif ha tahuu bro
Wlh dhuga dubbachu demu isati gammachu gudaati natti dhaga,ama akkasumas forx kessa is dhabuuleeti nigadda Kanaafu Kara nagaya rabbiin siif hatochu sin jedha isuuyye bay,e si jaalnna❤❤🎉🎉
Namni akka ko imimman harcaasaa hamma dhumaa daawwattan qofti like naa tuqaa
Walahii anakaa
Wly akka malee gara naa baddee 😭😭😭😭😭
Aniyu akasi wly😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Umuurii dheraadhuu tiruuko sanyi nuf jiraadhu baraa dheraa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
isuu koo bayyee garaa nuu baleesitee mee worii video kunii isn bochisee akkaa ko😭😭😭😭😭🥹💔 👍 godhaa
Wolhi ani garaa nanyate😢😢😢
Dhugaketi 😢
Wollayii Anisii imimanii qabachuu dadhabee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Wly Bly garwn na badee 😢💔🥹🫡
Wly imimani qabachu dadhabee😢😢
Wlh bayy'ee na bossisee😭😭😭 mee warii sagantaa kun isinittii gallee👍godhaa
Mashaallaha tabalaka bagaa raabbin biyyaa baqaa saani kessaa isaa baasee isinlee raabbin yaada murdaa keesaa isinfi guutee achii keesssa isin haa basuu inshaallahaa
Wly ani osso boyyu lalee xumure😭😭😭😭😭😭😭
Maashaa allah ❤❤❤❤❤garuu hedduun boohee dhugaa nama akkaan dinqisiifadhu baga milkoofte dhugaa hedduu garaan na nyaate yeroon arge abbaa fi haadha isaa hay jiruu biyya ormaa😭😭😭
😢😢😢
Wanumaa facafatee hamatee Isaap zeenuuu congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
57:32 😭😭Jaalala namni biyya namaa kessa jiru walif Qabu kanuma arkee bekka dhuga arra heeduu naa bochistani Rabbin Nagayan ha gessu isinillee yaada kessa isinif Rabbin haa gutu Rabbif jechan isin jaladha dhuga kiyya ❤️❤️❤️
😢😢😢😢😢😢 dhuga jadidi❤❤❤
Rabbin sibira Haa jiratu baaye toko gara nama boresa maatin
Rabbiin karaa nagaa siyaauf obboleessa kiyya dhugaa rabbi an osoo booyu mataan na dhukkube
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu wallaahi garaa nama nyaattuuuu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
😢😢😢
An waantaan si dhammu quranna kee cimsadhuu😢😢😢
Mee namnii aka kiyatii imiman qabachu dadhabdan jirtanii😢😢😢😢💔💔Rabin nagayan sii ha geysu insha alha abshir abshir 😢❤
Dhuga keeti
Ee wolhii 😢
𝐀𝐧𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐚𝐤𝐚𝐬𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐥𝐥𝐡𝐢😭
Anisi baay'ee booyee maattii kiyyaa natti fakkate
Wly isini wajinin bayu ture haalanin gamadef Isaaq zeenu akka male boyaa ture dhuga rabbi
Seena namaaf akkas boo'ee hin beeku dhugaa rabbii.
Keessattu kan haati isaa gammmadee isumatuu as gahee jette sanatuu na boochise dhugaa.
Waanin jedhuun dhabe rabbin bakka ati deemtuti si haa milkeeysu Haadha fi Abba kee rabbin umrii siif dheereyse atis nama tola itti oolu si haa godhu❤❤
MashaaAllah wallahi isiin ummata seenaatii imimman koo qabachuun dadhabee
bayee gamadee garu yeroo matii isaa argu bayee bohee karaa nagaa sif hawaa isuu ko🎉❤❤❤❤
Imimmaan qabachuun dadhabe😭😭😭😭😭 rabbiin siwoliin haa ta'u bro
Yaa Rabbi anii imiman qabachu dadhabee wlyhii
Mashaallah baga Rabbi sii milikesee matii kele ummir sifi dherese holi isn ha gayuu😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢
Mucaa biyyakoo Rabbiin si haa milkeessuu imimmaanin jalqabeen imimmanin xumure😢😢😢😢😢😢
dhugaa Rabbii Wanni Hanga har'aa Na Boochise Jireenyi kiyya keeysatti Muraasa Anu Qofa moo Laata😢😢😢
😔😭
😢😢😢
Dhuga ani diqa hin bonee😂😂😭😭😭
Dhugaa gara nama raasa😢😢😢😢😢
Immimman qabachu daadhabbee way haadhaa fi abba jalaalla biyya ❤❤❤🎉🎉
Nama heduu jaladhuu isaqi bagaa waqayoo si milkessee🎉🎉
Masha Allah rabbii yadaa muradaa isaa haa gutuu nama namni jalatuu rabbiis ni jalataa ❤❤❤❤❤❤
Yarabi immimman koooooo uuuuf karaa nagaa demi isu ko congratulations 🎉🎉
Abshiir obsii isuu ko bagaa Rabbiin biyaa baqaa kesa sii basee jabadhuu matii ketis Rabbiin umrii sif haa dheresuu 😢😢❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
😭😭😭dhuga hadhaaf abba namumma birra hin jirre bekka obboleessa koo Rabbiin nghn wol isiin haa agarsisu
Yaa alla imimani qabachuu dadhabee dhugaa rabii congratulations obolesaa koo❤❤❤❤
Isuu nagayaan bakka deemtu gahi rabbiin siwajjiin haajiraatu
Wallaahi hojii mana namaa dhiiseen taa'ee imimmaan koo qaragachuu eegale obboleessa koo duras sirboota kee kanan dhaggeeffadha ture akkasumattis namummaa kee gaafan ilaaluu baay'ee nama amala qabeessa dhugaa baay'ee miira keessa na galchitan dhalli namaa kun wal jaalatee akkasitti gaafa jaalala waliif ibsu wanti kana caala miira keessan galchu hin jiru kanaafuu rabbi lafa deemtutti si biraan haafin nagaan bakka barbaadde gahe❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
Hama dhuma dawadhe imimaan qabachu dadhabe isaq bagaa Gamadee Hadhaf Abba kee Rabin umurii isani sif haa dhersuu 🥺🥺🥺❤️❤️
Micaan isaaq bira tau san hedu na bochise wly aka nama haati biraa demu jirtu tae😢😢😢biraleen akasuma hiriyaa dhugaa❤❤❤😢😢😢😢yero gababdu keysati wal isin ha garsisu insha allah❤❤❤❤❤😊
Mashallah mashallah mashallah Rabbii ammale nama garrii si ha godhu
Yaada muraada kee Rabbiin siif ha guutuu 🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢😢😢
Mee Namni Akka koo imimmaan qabaachuu dadhabe like tuqii😢
imimaan qabatuu dadhabee ani Artiisti isaaq zeenuu hedduu takka dinqisifadhaa nama halaaf amala qabuu jiradhuu jabaa keennaa❤❤❤
Isuu rabiin namaa ofisiii Fayed matii isaa Fayedu rabiin siihaa godhu 😢😢🎉🎉
Dhugaa dubbachuuf tanaan imimmaan koo fixadhee rabbii karaa nagahaa haa gochuufi milkaayi!
Gara nuballessiina nuti warrii biyya jiru garatu nubadee❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
wolyii imimaan qabachuun dadhaabee raabbiin isaa woojin hajiiraatuu😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Aammiiiiin Aammiiiiin 😢😢😢😢
Hedduu miira keessa galee booyuu ture wly jaalti haadhaafi abbaa,obboleettii,obboleessaa, firaa fi hiriyaa wajjiin guddatanifi wajjiin jiranii ulfina kabajaa qabaachuun maal akka ta'een baradhe galatoomaa. Obboleesa keenya Imala gaarii siif haa godhu, isiniis hiriyoottan isaa hiree isin haa bareechu ❤❤❤❤
mashallah baga rabbin si milkesse garuu matike dhageffadhen imimman qabachun dandenyee wly😢😢😢😢uuffff.raabbin yaadaf muradake sif gute wal sin hagaarsisuu😢😢
Wallaahi addaan bahuun kuni baayyee ulfaataa warri forx rabbii jajjaabina siniif haa kennu isa immoo yaadaafi muraada isaa rabbi isaaf haaguutu hedduun naboochise wly ❤❤❤❤
Wly heduu toko boyee jira obolesa koo gara nuu balesitee baye kara nagaya galii isha allha 😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbin nagayan bikka itii demu hageysu wallaahi heddu nu bochiftan akkasumati heddu gamanef Mashallah
Rabbi nagaan achiin si ha ga'u isaaq qophii keessan yeroo hedduu na gammachiisa ❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Dhugaa birraa heduu si jaaladha rabbii jecha yeroo heduu hiriyoota kee akka seena namati tahuti geegesita wly🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Rabbiin nagaan bakkaa yaade sii haa gahu obbolleessaa
Bayee garan na bade garuu bayee gammade isa beku badhus dhugaa rabbii jechooni hadhaaf abbaan isa jedhan yeroo dhageefadhu imimmaan dhiiqachatin lalee❤❤❤❤❤❤❤❤
Dargaggoota magaalaa aggaro hunda waliin jechuun nidanda'ama walitti dhufeenya qaba anilleen nin beeka Amala qabeessa guraba rabbi sihaa milkeessuu🎉
Anis nan beekani hiriyoota koo wajjinin fiilmii siif jecha san dalage naannoo keenyatti
Isaq zeenuu anis bakkuma jirutti imimmaaniin si geggeesse gara fuulduraattis carraa gaarii siif hawwa 🎉🎉🎉
Congratulation isaq zenu baga rabbin biya baqatuma kessa si base baga gammade birra dastu caltu isinis baka taka rabbin isin ha basu insha alhaa dua'i isinif gona abshir ❤❤❤❤❤❤❤
Lubbu ko matti na ta,ii
Heddu tokkoo naa dhagahame rabbiin tolche walitti isaan haa deebisu.
Wollayii ituun hin beekin imimaan gurra na guutee isaaqa rabbin bakka gaaridhaan sihaa gahuu karaa isaalle sitti haa mullisuuwogga kudhan boodde achii na deebisee yaadaan
Karaa nagayaa Rabbin isa haa oofu 🎉🎉🎉🎉
Meme addara warri akka kooti bossan wly bayyee nah bosose😭😭😭😭😭❤❤❤❤❤
😢😢😢😢anu obsan dhabe
Namani akka Kiya imimman qabachuu dadhabdan jirtu 😢😢😢😢😢
Maasha allaah wly dhugumatti 😢😢hedduu na bochise hedduun isaafin gammade hundaafu bakka guddaa akka geessuus abdiin Garuu yeroo dhihotti akka maatii keetiin wal argitu rabbiin haala siif haa mijjeessuu
Maatii keetiis umrii siif haa dheereysu
Abshiri nutileni Mira baye ulfata Tae keessaa nugalche garu isinimo jabadha isle jajabesa🎉🎉🎉🎉
Mashaa allaah Mashaa allaah ❤❤wly bayyee na bossisee😢😢
Ani Lee bohe dhisi dadhabe mati koo yaadadhe 😢😢😢
Isiin qofa biraa demne isuun nu waraa isin dawatule birale deme jira❤
Kofla isa dhabne jachu dha😢
Wallaay takka akka arraa booyee 😂😂😂 hin beeku isu keenya mukaa citaa fira siif haa godhu
Mashaa allaah nahudhu imimaman matii koo jabaadhu bro kiyyaa
Wlh hedo gamade garu Adda bohu keessaan Gara na nyate bira jala si hin amisin rabban😢😢😢❤❤❤❤
Wly hedduu naboochise aaahhh
Heddu nadhagahame sa'a meeqa booya ture💔 Obboleysa kiyya qaali akka yaada murada keti sif guute maati kanketi wajjin nagayan wal siha agarsisu carra gaarin sif hawwa nagayan dhaqi waan yaadde olitti aragadhu
Dura naatu comment godhe
Duura moo
Matti na ta,ii kottu
@@HadhaakalidiiManakiyaa-i4r hayyee waliif taana kootu
Dafi
Eyyeen @@موسىاروما
Mucan kun maalif akkanaa garaa nu gubee rabbin sii Haa milkeessu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Abo nu fixxanii bar gurbaa heddu jaallattani duai godhaa gaggessa hiriyyoota ajaaibati isin isinin jaalladha isinin dinqisiifadha
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wly Dhugaa isin Bira dhabuu kiyyati Hedduun Gaddee 😢😢😢
Ayyyiiii dhugaa rabbii na boochisee Rabbiin umurii waaliin isiin haa dheereessu 😢😢😢😢
maashaa Allaah maashaa Allaah maashaa Allaah maashaa Allaah hedduu namatti tola akkatti Wal gaggessun gammachuun wanti kana gahu hin jiru
Waly heddun boyee na bochiftee dhugaa ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤bagaa kana sigahe isu rabbi bakka demituti rabbi siduka hatahu
Waan jeenu hin qabnu rabbiin bakke deemtutti ngy di geessu issu
Rabiin umarii isafii hiriyotaa isaa
Rabbi bakka yadden siyya ga'uu obbolessa koo Maati garaami kanna rabbi uummurriii isani sifa dheresuu waani hawwii keti biraa gayyii❤❤❤❤❤ garaa na nyaatuu matin kee atile imimaani kessan gamachuti jijiraamee nagaani waali argaa❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
bayee nuu bochise hara isaq namani hin bohin jira jedhe hin yaduu wolahi nutis era Fagane jiraa abshir imala garii sif Haa tahuu ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉😭😭😭
Dhugaa rabbii imimmaan koo qabachuu dadhabee isiin hundayyuu rabbiin biyyaa baqa kana keessaa isin haa baasuu
Dhugaa rabbi hiryumaan kessan bayye nama ginafisisa jabbaadhaa ❤❤❤
Rabiin nagadhan waliti isin debisuu inshallhaa Esuu qalii nama 😢😢🫶
Wollahi mira kiyya tohachuun dhadhabe isu baka demteeti Rabin siwoliin hajiratu muca biyya ko❤
Wallahi essuu kiyya Rabbiin nagayaan sihaa gessu
Ashirii inshallah ❤❤❤❤❤
Isuukoo anu si waliinan boo'e! Rabbi bakka deemte hundatti si waliin haata'u! Jabaadhu qaxalee namaa
Isaqa🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤ rabbii bakka yadee ga,I abshir habibii
Dhugaa dubbachuuf ani isinuma woliin booyaa ture imala milkii isaaf haa taasisu
Isinis galatoomaa hiriyoonni isaa hundumti keessan 🎉🎉🎉🎉🎉
Bagaa gamadee karaan milkii sifii haa ta'uu
Wly imiman qabchuu dadhabee😢😢congratulations 🎉🎉
Rabbin ijaa naagaan waallaa sin arrgisissuu maati jaalaalaa maati kee rabbin uummuurisani sifaa dheereessuu yaa isaaqa
Wawo bagga Rabiin simmilkkese❤❤🎉🎉
Wly hedduu takka na'dhagjyaame nagiyaa sitti hato'u🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
heddu takka garaa nu balleesite 😭😭😭😭😭baga carra kana argatte sin jedha 🎉
Amshiir rabbi si walin haa jiratu😢😢😢😢
Uuuuuffff nami akkakooti video kanan boo boochan jirtu wollahi an IMIMMAAN QABACHUUN DADHABE❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Isoo karaa nagaa milkaayi diiniif duniyaan yeroo muraasatti
Biyyaa namati wal barun salphadha garuu addan bahun hedduu olfataa ayii cairo wan hedduu nu barsifte 😢😢😢 wagga 10 ara yaadadhe hundafu well come brother isaq
Ahiii.woollahii.imimaanqabachuundadhabee.rabbii.umriii.jarra.dherresee.woliitii.isiin.hadeebisuu😢😢😢❤❤
Isuu koi nagaan dhaqii wly imiman qabachuun dadhabdee😭😭😭😭😭😭😭
Imimaan qabachuu dadhabee dhugaa rabbii artitisti isaaq zeeynuu jabaa nama jabadhuu karaa keyrii sif ha tahuu bro
Wlh dhuga dubbachu demu isati gammachu gudaati natti dhaga,ama akkasumas forx kessa is dhabuuleeti nigadda
Kanaafu Kara nagaya rabbiin siif hatochu sin jedha isuuyye bay,e si jaalnna❤❤🎉🎉