Wly Saboontu Umma tee Hin boochisin please Waanuma Fedhele Tahu Haati ofii Maraatu hin qabdu Wly Mana Nama dalayde Ka Abbaan Keesan isin bira hin Jirre isin gudifte Wly Ummaan te Hedduu isin Jaalati Osoo isin Jaalatu baate Umrii isii guutu isiniti Hin Taabdu Ture Kanaafu Ummaa te gara Laafuma isiitu kana Hundda godhe malee Hammeechafi miti Umma te Wanni Siif gayu Addunyaa tanarati Hin Argamu Biratti deebi Wly Siti Rifatti😢😢😢
Uuuuuuuufffff yaa raabii koo yaa sabontuu hadhaa tee hin maarachiini raabii soodadhu uma tee biiyyaa ormaa keessati hin maarachiini bilbilfi uma tee biiratii deebi.ii yaa sabontuu teenya 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😭😭😭😭Wlh Imimaanittin qabachuu Dadhabee Uuiuf😭😭😭 Kana Hundaa Ka Fidee Gurbattin Mustafa jedhan sanii bada Konka losha kana bada cogara Nama hin fakkanne Amshiir haadha Saboontu😭😭💔
Barumsaa ha bartu jetani jalale ishitin adan baftan ha baratu jetaa garuu one ishi cabsitanii maloo💔💔🥹🥹😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭rako jalala namuma jalaatetu bekaa😭💔🥹
Wly Saboontu Umma tee Hin boochisin please Waanuma Fedhele Tahu Haati ofii Maraatu hin qabdu Wly Mana Nama dalayde Ka Abbaan Keesan isin bira hin Jirre isin gudifte Wly Ummaan te Hedduu isin Jaalati Osoo isin Jaalatu baate Umrii isii guutu isiniti Hin Taabdu Ture Kanaafu Ummaa te gara Laafuma isiitu kana Hundda godhe malee Hammeechafi miti Umma te Wanni Siif gayu Addunyaa tanarati Hin Argamu Biratti deebi Wly Siti Rifatti😢😢😢
😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Cckj 7bb
Cckj 7bb
Cckj 7bb
Dhugaa jetee😢😢😢🥺🥺🥺🥺🥺😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔
Hadha sabontuu atii malif wan ishin jalattee ishi dhowataa oboletii kee qabsisi biyyaa galchii ishin musxafaa jalattii😢😢😢😢
Maaf qabsiftire duran isaan dabarte muca nih jalati usani itii kenani😢😢
Dhugadha 😢😢😢
Yaahdhofii. Sobotu
Hadha. Kebochisinii.
Debi. Rabii. Jedhii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Mucati Sabonatu sani heddu nati tolòti Mali ta ee mana batee ufii Sabonatu debiyii habatii ❤❤❤
rabbin siifatanuf waan akkanaa siifiddee obsii baredduu!😢😢🎉🎉❤❤😊😊😊
Yaa hadhaa sabbontuu maalumaa siif qaba ummata shararraa gurtuu san dhiftee ilmaan tee 2 waliin osoo jirattee 😥😥😥
Ijoollee si biraa sana hunda of biraa baasi dhumte kalaas😢😢😢
Yaa hadhaa sabntuu yeroo nu dhalaa ofira yasii jenu hun didee ama botee nu bichifta 😢😢😢😢😢 yaa sabontuu rabii jedhii dubadhuu😢😢😢😢
Dhuugaa keetii 😢😢😢😢😢
😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭
Yaa rabiii sabotuu manatii debisii ya rabiii 😭😭😭😭😭
Sababaa musixafaa demitee sabonituu yo dhugaa dubanee 😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔
Sabontu badii qabdiii uman isi gudifte asingese inobsitufi malif mana gadii fidii aka dhira sabontu rabii jedhii uma keinyadesin manati debii😢😢😢😢
yaa musaxafaan namaa hin tatuu Daimaa jalatee hin beenee jalalaa qabasiisatee abadii itii horatee abbaa manaa kiyaa fulaa duraa jetee sii abadatee hamilee isii cabasitee mee qalabii tamiin baratee galamaa geetii silaa yeeroo kanatii isidhafi kunuusatuu barabachiisaa garuu atii sabbooruu hin jalatuu osoo jalatee hamilee isii edaa turatee dinaa isii isiiratii fidee jaladhee jetee isii marachiitee haradhaa sobootuudhaa boruu siihii inshaa allah
Hin agartuu abadataan gafaa kanii mukataariin boochiisee dodeenii isaa booyichuumaa tatee atiilee karaanii sanuumaa
nasiimaan maratuudhaa yoo isiin ufataa siiraa yafatee qulaa gadii sii batiin anii hoomaa hin beekuu
mee warii Sabootuu ❤fi musaxafaan waliin
jalataanii like Godhaa ❤❤❤
Mee ree Ammaa Fixaa fii nasimaa ilmaan karaa irraa gurtuu sun gutun nagahaan jirataa jiran wallahi 😢😢
Hadhaa sabontu obsii micaa kee barbadii malo mucaan tunì osoo atii lubbuun jirtuu akamitii sabontuu nama jalatuu dhabdii simutuu badii qabaa walahii maliif musaxafa kenuu diidee
Ashiri Hadha Sabotuu koo wolayi dhugaa Rabbii Umaa Sabotuu Lalee Hiboyee 😢😢😢😢😢😢
yaa sabbontu rabbii kee soddadhutti umma ketti debi.i qalbi hin cabsinitti
Abshiirrii ruhii tiyaa Rabbii Jiraa osbsii 💔💔💔 walyi Ani Haadhaa hin qabuu garu Haatii Namma hin Jalalau Abbaanis naamma hin Jalalatuu 😭😭😭
Uuuuuuuufffff yaa raabii koo yaa sabontuu hadhaa tee hin maarachiini raabii soodadhu uma tee biiyyaa ormaa keessati hin maarachiini bilbilfi uma tee biiratii deebi.ii yaa sabontuu teenya 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Uuuuuf sabontu bayye dogogoru jirtaa nutii hadha tenna walin belofne waliin rakanne carra jirutiif irra faganne yom arginaf cinqamna atii hunda dandetu tante jabefadhu malo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
😭😭😭😭Wlh Imimaanittin qabachuu Dadhabee Uuiuf😭😭😭 Kana Hundaa Ka Fidee Gurbattin Mustafa jedhan sanii bada Konka losha kana bada cogara Nama hin fakkanne Amshiir haadha Saboontu😭😭💔
🎉❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉sabontuu tiyaa rabbii jee ii manati debii sin jaladhaa dhugaa rabbii ❤❤❤ umaa sabontuu hin bohin humamiti ni debitii
Yaa saboontuu hadhaa lama hin argattin ta,ii ittii debbii rabbii jedhiin haattii ofii warqiidhaa wly dhuuggan hadhaa ar,adhaa hin argittuu gaafaa tokko siiti mul,dhata hadhaa kee hin boochisni hadaraa ❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Sabontun maaf waan akkana dalydi garuu akka abban isii lolaa jirule qaba qabdi maaf olii gadi demti akka gargar facastan feti😢😢😢😢😢😢😢
Sabintuu ayyii yaa imiman hadhaa guyyaa tokko si gafaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Abshir Adhaa sabontuu uuuuffee yarabii garaa kiyaa gubatee 😢😭😭😭😭💔💔💔
Ofumaa karaa demtuu karaa iraa guraa damati jirenyaa jibisiftee jalaale issi iraa fudhatan 😢
Dhuugaa keetii jalalatii..baka nmafa hin keeniituu 😢😢😢😢😢😢
Dhugaa jeete
Dhugaa keeti wlh 😢
Uuuuuuuf 😢😢😢😢😢😢😢😢😢yaa wara hadha nama bochiftu atilee boyi kaa inshlaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Amshii umi too rabuma jira inshlaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Amashirrii.rabbuma.jiraa❤❤❤❤❤
Amshiir raabiii jiraa sanboontu kotu debi ii ummatetiiiti😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢siif muulati yaa hadha sabontu akanatii hiin boyiin rabiin siin habarbaduu 😢😢😢😢😢😢
Hadha saboontu rabbi jedhi nasimaa san folisan qasisii biyyi galchi saboontun ni debitii in shallh 😢😢😢😢uuuuuff
Dhifamaa garuu hadhaa sabontuu ilmoo tee siyyumatu ittii baleessee ilmoo ketirraa gandaa fillatee ijoollee kee darartee osoo ishee lakkii yaa ummii tiyyaa jaraa kan of irraa basii siin jettee diddaa turtee har,aa tahii bohii kaa😢😢
Dhugaa jeete
Hadhaa sabontuu sabontuun musxafaa bayee jaalatii musxafaaf keni hin deebitii hommaa hin taatu sumatu badii qaba yeroo nasiman mana ke techee midhan ke nyaachaa jalallee intala teetii fudhatu ati zim jeetee lalta ogas ofiraa hin baftuu ati ofumaaf badii qabdaa sabontuun si kabajuuf zim jeete teeche ammas nasimaan midhaan ke nyaachaa intala ke arbsiti wan laftuu taatef jalallee ke sirraa fudhe jeete baga deemte sabontuun hin gubate siha meeqa siti himtee si kadhatee situ didee fira fira jeedhaa ole sabontuu tiya rabiin bakka jirtuuti fayaa sif ha keenu musxafaati deebihii herumi barumsa isa bira teeche fixataa ishii bayeen si jaaladha rabiin sif musxafaa tokko ha godhu
Abshiiiiir ummaa😢😢😢😢 Rabbiin walitiin isin ha debiisuu Sabontuu debihii Hamaa hadhaan ofii wantii namaa gahuu hinjiruu Adduniyyaa kanarraa waluumnii siniin xabatiin
😭😭👆
Sabboontuu please gara manaa deebi'ii ummaa tee ka hundaa hin yaachishiin bar haadha ofii lama hin argatanii gara ummaa teetii deebi'ii 😢😢😢😢😢
Uufff yaagara hadhaa namni Akka haadha ofii essa jira way lama namaaf dalatti haati sabotuu ummatee bochiftee hin milkoftu ummatee hin bochisin wallahi imimaan qabachuu dadhabe
😭😭😭😭😭😭Abshiir hadhaa sabuntuu hunduu nii dabraa inshaala hin debbitt yoo rabbii jedhee hin boyyinii wolyyii wontii akkaa dhalee namaa cabsituu hin jirtuu
Subaana Allah ilmoo haadha nama biraa Caluufi ennu laata isii
Yoo namni sitti himu dhaagessu umaata baalaguman biyyaara yaafte manati of gurrte miccaayyoo mana baate nu durraa sitti hima turree hundaafu rabbiin manati haa deebisu 😢😢
Hadha abbontu sumatu sabontu dhamasara dhuga rabbi ummu balage sana mana kessa yaasi ilmanke guddifadhu yero namni sin jedhu hin dhagessu
Uuuuuuufff yaa Rabbii Atii Hundaa Dandayadha Ilmon Haadhan Waalin Baredii Walitii Isan Debisi يارب العالمين 🤲🤲🤲🤲🤲
Uuuuuuuuufffff 😭😭😭😭😭 garaa lafumani qilee nama bustii yaa rabbi
Uuuufff yaa garaa dhalee Sabboontuu Rabbii jedhii Hadhaa tee hin Arsiin garaa mana deebii pls😢😢😢❤❤❤❤❤
yaa Sabotuu cubaa haadhaa siiqaabdii deebiii baakaa jirtuu deebii😭😭😭😭😭
Walhii ani aka wani bira jirti boyee sabontu rabi jedhii hadha ketii dawali hiren qoda rabiti imimani qabachu dadhabee ya rabii
Sabontu Qaalbii cabse Musxafalen waa heeduu itti waal gaahe Abshiir umma teenya😭
Sabontu aka abban keh sababa kehtif wal lolani ini hikuu barbadamo situ mana ofe jenii yoo ama sababa ketin hikee boda shenan sira batii😢😢😢😢
Sabboontuu mana harmee keetti deebi ii hin boochisin garaa dhalaa. Imimmaan isii siif hin toluu 😢😢😢
hadhaa sabontuu rabi jedhi musxafadhaf kenif barumsaa jetee jalalee ishitin adan hin fageesinaa rabi jedhati nu bochisinaa 💔💔💔💔🥹🥹🥹🥹😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Uuùuuuuuufffffiiii s😢😢😢😢😢😢😢😢Mustafa 😢😢😢😢
Sabotuu rabbiin sodadhuu hadhaa tee😢😢😢😢😢😢
Amiiiiiiiiiiiiiiiii h Amiiiiiiiiiiiiiiiii h. 😢😢😢😢😢😢😢😢😢🤲🤲🤲🤲🤲🤲😥😥
Rabbiin si ha gargaruuu 😢
Isuma dhuga demteyi ani piranki se ee wayo gara hadha 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Amishiriii haadhaa saaboontuu Rabini yero gaabadu keessati sihaa deebisuu😭😭
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔😭😭😭😭🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Sabon tu Rabin sodadhuu hadhaa kee bochiftee rabin sigafataa😢😢😢😢
Ayyii jazaan Ammaa oltee hin bultuu 😢C❤❤
Abshirii ummu ko 😢😢😢😢😢😢garuu situ badee qabaa ijolee bakaa fiduu hin bekuu shamaraa manaa guraa
😢😢😢
Aaaaaah yaa Garaa haadhaa💔💔💔😭😭😭😭😭😭
Rabbiin bakka jirtuttis isii haa eeguu bi'iznillaahil kariim ☝️🤲
Ammatti nagahaan wolitti ISIN haa deebisus Inshallah bi'iznillaahi ☝️🤲😢
Yaa Raabii kiyaa nuu baasii attii😢😢😢😢😢😢😢yamaan san kesatii qoyamaan dhabatee
😢😢😢😢uuuff maloo bayyee imimaa qabachu dhabee
Sabontuu hadhaa tee hin rarasinii bilbilif garan dhalaa badadhaa hadaraa bilbilifi😢😢😢😢
abshiri jabadhuu😭😭😭♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Yaa musxafa yoo rabbiin sii umee sodhatee mucha kaana jaallallan hin midhinii defadhu aboo yoo rabbiitii amanatee siin jaalladhaa jetee qalibi isii cabesiitee nasima kalesaa argiitee jetee hadha isii kaana gaataa qalbin dubaritn akkaa birichikoti yaa sabotuu hadha kee qalibi cabesiin manati debisee yaa oboleetii tiyaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Mucayoo musixafaa jalatee satuu sobotuu gaaraa gubee gara hadha ishii irra kan kutachisee micayoo musixafa jalatee sanii siraa fudhee kaa Mali fida nanin jetee tetii sobatuun bayyee garaa ko na mararateeeeee❤❤❤❤
Barumsaa ha bartu jetani jalale ishitin adan baftan ha baratu jetaa garuu one ishi cabsitanii maloo💔💔🥹🥹😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭rako jalala namuma jalaatetu bekaa😭💔🥹
Abshiir umma tiyya homan taatu 😢😢
Abshir Raabbii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Abashirii😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Numani boyee uffffffffffff yaa sabontuu garanii nudadhabee rabumjedhi Debi manatii😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Sillaa shalle biyaraa dadhabsifte bate maa manati naqate mucaa ciqitaa ofiraa basu dadhabde atti mashakila fetaa male
😢😢😢😢😢😢 hayyii hadha tanna uffiii sabontu bakka jirtuu udhadhuu😢😢
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
My Mom 😢😢😢😢😢
Obsiii umaa sabonatuu numaa galati pls garan nabadee Abshiri numaa galatii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Uuuuuuuuuuuuufiiiiii Yaa Rabii kiyaa 😢😢😢😢😢😢😢
Abshirii hadhaa Sabotuu Atii Nasimaa qabsisifte biyaa hin bufutuu isituu mucaa kee sabiyii milaa tokon dhabee hoo yokan gurban Musxafa jedhamuu dhufee siraa haa basuu
Nasimaf musxafatu Sabontu onee Cabsee mataa Nanessee mucaan hin dhiphaate hin ciqamtee waan gotuu waan Qabaatu dhabdee😢😢
Abshiir hin darbaa giftiikoo 💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭
😢😢😢😢😢😢😢😢😢 yarabii kiyaa
Yaa hadhaa sabontuu Atii yeroomaa sabontuu nuwajin jiraachuu wayaa Moo jetee wanii isiin jetuu ilimoo kotii jetee tufatee biraa kutuu batee kunii simudatuu tureee hundafuu rabii hamulisuu sabontuu 😢😢😢😢Dhamisaa sidhamuu bulitii kee jabefaadhuu wanii innii sijedhee fudhuu umata ufraa yasii jiradhuu ilimoo kee wajin jiradhuu yeroo jenuuu didee lamaaf wanii isinn jalanee manaa ketii dhiftee jechaa ilimoo ketii dhagayuu didee amaa humaa jenuu rabii sabontuu manatti hadebisuu obsii hundafuu 💔💔💔😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Walhi wajin bohe😢😢😢 wayyyiiiii kani aka hadha esa argata manati debi rabi kedhi hadha te hin bochisin 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Abshirii❤❤😢😢😢😢😢
😭😭😭😭😭😭😭😭Abshiir Abshiir ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
rabiin sif ha mulisuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Uuuuuuuuuuffffffffffffffff Dhugaa Rabbii bayee Gara nama nyaatuu Uuuuuuuuuuffffffffffffffff maloo mee warii betani manati debisaa😢😢
😭😭😭 wly sii lalle imiman qabatu dadhabe uuuf 😭
Sabontun yoo rabbii sodatee hadhaa tee bochisinii uuuuuuu 💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Waalhii ossooma video laalu imiimaan gaa naaqe😢😢😢😢😢
Uuuuffee 💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭
Micàatii Rabbi sodadhuu.deebii.huduu..niirabaa..😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Abshiir hin debitii hin bohini hadha sabontuu 😢😢
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Mashaallah ❤❤❤❤❤❤mashaallah ❤️ 😍 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Uuu uufffiiii abshirii rabbiin manatti siif haa deebiisuu dhala isiin hin fenne ufii irraa baasii yaa haadha sabontuu
Abshir yaa hadhaa too😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤