Caltuun mashaa Allah tabaraka Allah jarsa ishii qabatuu malee hin loltuu kanafu jabefadhuu hajinabiyyan amoo yo jarti tee seran hijaba iti godhii achi boda waee jartii fudhu dubataa garuu C❤❤ hin arsiin bultii te hin balesiin😢😢😢😢
Caltuu Rifensii ke ni mulata Sharbii Gudoo ufadhu Muktara Mucati Gara Qabduu hin Rifachisin yo Aka malee Rifatee ilomon irh batii Pirankii Akan dhisaa dhaa😭
Muca. Gara qabdu kana hunda dhabde sila tesisu qabda amo piraanki hanga isiin dessuti dhiisi bayye nama gadisifta muktar guyyan ati haadha mana kee gammchiftu guyyaa rabbiin haalan sirra gamadu bar😢
Muktri rabbin soda wani bira siin hin jedhu mucati gara qabdi baay'e dhabtun gari miti maa itti taaphata isiin duran hin betu akkana hin godhin prank jete ishee akkanatti dhabaa olun mali yaa abo😢
Malii Caltuuu tiiyyaaa dhifamaa walini Hijabaa kee tolchadhuuu Giftii ko harri adunyaadha boruu akiradhaa😭😭😭
Saah
Eee walayi 😢😢😢
Maashaallah abbaan komenti tana baresitte
❤❤❤❤ jzkeyraan
Eeee dhugaa keti😢
Pirankki jechaa waa meeqa balesitan mutaaris Haaji nabiyyi harkaan qabata caltulleen rifeensa qullaa kaameraa duratti harama wallahi ❤❤❤
Mata qulaa jirtu yaa i godhina abbo
😅😅😅😅😅
Lakki caaltuu miti ta qulla jirtu
Woyyoo calittunii obisa qabiddii wolahii billahii 😭😭😭😭 oso anattii meshA manna kesa hunda cacabisee fixxee uuuuuuuuuu calittunii gobazii tiyaa obisa qabbettii woyittii ❤ mashaaaaaalllllaah mashaaaaaalllllaah mashaaaaaalllllaah ♥️♥️💚😊
Hojii kee mukatar mucatii misikin rifachiftee Hojii kee mukatar 😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤
Mutarii caltunii dimaa kanaranuu garaa qabadii hinii rifachisinii ❤❤😢
Nama Salfattee Kabbajja bettii wly maasha Allah Arsittii ♥ ❤❤
Uuuuffii mucati garaa qabdii wan pirskii jedhsmu dhisii muktar rabbuma ilmo sii kene jedhii😢😢😢😢
Akkaa hinaaffaa shammarran arsiitif caaltuun nagayaa maashaa Allah marraa obsa qabdii
Obsaa qabadii isinii amaa mataa lamaa pirankii akkanaa dhisaa ijolee hin maratanii😢😢❤❤ uuuuuuufffff yarbii
Yaa Obsaa caltuu intalaa rabbi waa mara fayyee mashaal ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wallaahii sirrii miti isiin garaa qabdii kunsuu qabda malee riifachisu hin qabdu dhugaa Rabbii
Waleeykumusalaam Warahmatullah wabarakatuh
Mati naf tahi
As wr wb caltuu habibtii moorma qullaa demuun harrama hijaabaa kee tolfadhuu😢😢😢
Caltuu tiyaa masha allah Rabiin nagayan sii ha hikuu 😘😘bayyeen siijalladhaa❤❤❤❤
Wallaahi caaltuun miskinaa osoo Ana tate qaxaan miyyoo sanileen qabadhee gigirii busee 😂
Muktar.& caltu. Mashallha. Ilma. Keri. Rabin. Isinir. Haa. Basun. Garu. Muktar. OShe. Ira. Jalali. Naa. Qabe. Nafi. Gafadhu❤❤❤❤❤❤❤
Muktar hojiikee nyadhuu walahii
Caltuu miskinaa 😢😢😢😢😢
Muktar miyo Gara qabdii arsuu gudisiin😂😂😂
😂😂😂😂
Mashaa Allaah Caltuu sutee ko qashti kabaja qabeti jabefadhu muktar mucati da’ima I
Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah jabadhaa rabbiin waliif isiin haa dhisuu
Rifeesa kee siirtii cuufadhu habibitii tiyya
Misikinaa tiyaa calitutuu ❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂
As wr wb muktra. Tube bayee SII jaladha sif hadhaa mala tee. Duranit dursee waliif isiin hadhisuu. Wajiin turaa. Muktar Akka nama tokkootii namin Garra qabuu pi. Nama rifachiisuun iratii hin hojatiin sijala midhamtii ok dhamsii kiyya kanuma
Dubartii garatii batuu hin rifachisanii 😢😢
mashaala mashaala mashaala mashaala mashaala mashaala mashaala mashaala mashaala
Catuu si jalalaa si kabanyaa...rifesaa.dhogsadhu.🎉🎉🎉
Wwwwww maashaa. Allaah ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️. Love you ❤️ 😍 💖 ❣️ 💗 💓 ❤️
Masha allah Mashaa allah Mashaa allah Mashaa allah
Wly mukatar oso anati kabalasa cili li sitti godha😂😂😂hoji kesani mo garu wani ulfata tatef hin rifachisini yaa akki
garuu pirankii walirra dalagati garummo osoo isiin gara qabduu pirankii irrati dalaguun kessan sirri miti osoo rifatte kufte ykn aartee kuftee rakkodha wanna akkana irra of qusadhu8 yaa muktaar safuwaan yeroo Ayyan gara qabuu pirankii 9rra hin dalaguu jedhe ture malif yoo jettan gara qabdii midhamuu dandessi na jala jedhee kanafuu safuwaan irra wa barachuu qabda atille❤❤😢
Wly caalatuu ni kanumaa micayoo tolee jeetee qaafatee duutee caaltuu miskinaa lee damma lee maasha Alhaa ❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Mashalhaa mashalhaa calituu hin rifachisinaa argaa kesaan ijolatiin nanaa🙄🙄🙄❤❤❤
Yaa Muktar Waa lama sif hima caltuu pirki hin godhini malfi yojete 1ffa sijalaatii 2ffa garaa qabdii garrimiti sitii rifati❤mashaalla umri dherra walin turaa kuyesaa sah ❤
As wr wb akami nagayaa jitaani bagaa jiratan kaa mutar birakii calatu irraati hin dalagin hagaa isni lamaa tatuti rifachisuu hin tayuu ofeganoo godhi sijaladha ❤❤❤
Garuu pirankii erati hin dalagini gara dhaa wan qabduf hin tauu ishii❤❤❤
Dhiisi maloo garaa qabdii miskinna tiyyaa Caaltuu Uffaatta lee qamaa kee akka mul'dhaannee uffaadhu bareeduu tiyyaa
Hhhhhh hojjii kessaan nyadhaa
Mashallaa rabbii sin dhiisu rifate jirti.
Caltuun mashaa Allah tabaraka Allah jarsa ishii qabatuu malee hin loltuu kanafu jabefadhuu hajinabiyyan amoo yo jarti tee seran hijaba iti godhii achi boda waee jartii fudhu dubataa garuu C❤❤ hin arsiin bultii te hin balesiin😢😢😢😢
Prank kun bodaa bultii kessaan kessaa rakkoo fidaa sodaadhee yaa ummata 😢😢😢
Caltuu Rifensii ke ni mulata Sharbii Gudoo ufadhu Muktara Mucati Gara Qabduu hin Rifachisin yo Aka malee Rifatee ilomon irh batii Pirankii Akan dhisaa dhaa😭
Hay caaltuu hojii kee nyaadhu Muktaar keenyaa rabbiin waliif isiin haa dhisuu ❤❤
Muca. Gara qabdu kana hunda dhabde sila tesisu qabda amo piraanki hanga isiin dessuti dhiisi bayye nama gadisifta muktar guyyan ati haadha mana kee gammchiftu guyyaa rabbiin haalan sirra gamadu bar😢
Muktaar dhifama wajjiini caaltu morma qulaa midiyaara hin fidini
Prank akan dhisaa garaadha qabdii shaagaa miti🎉🎉
Nagaan Waqayyoo manaa kanaaf yaa bayatuu bagaa Nagaan Dhuftaan qaliwaan koo caltuu miskinaa tiyyaa ❤
Mashalaa caaliyee miskinaa tiyaa 😢😢❤❤❤❤
Jadid keenya qaali ❤❤❤❤❤❤
mukatarii caltuu ratii piranikii hin hojatin dhugaa rabii misekinaa aregatee itii tabataa mitii❤❤❤❤
Ayii mucatii miskinaa 😢😢 Yadaa kesee hujiikemo miktar
Walhi gara nama nyatii caltun 😢😢😢
Yaaaa muktar😅😅😅😅😅😅😅😅😅
Muktri rabbin soda wani bira siin hin jedhu mucati gara qabdi baay'e dhabtun gari miti maa itti taaphata isiin duran hin betu akkana hin godhin prank jete ishee akkanatti dhabaa olun mali yaa abo😢
Sirii mitii pirakii iratii hin hojatinii calatuu hagaa gafaa desutii rabii ngh haa hikuu ❤
Ana jadudi na koflchisee😂😂😂😂😂🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Dubaratii ilimo garaa qabadu pirankii hin gadhan kana baradhu garamale yero rifte ishifi garii mitti
Mashallaah mashaa Allah 👍🥰🥰👍👍🥰🥰
Caltuun misikina wlhi Silaa na tatee isiin fixaa
Caaltiyee miskinaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
Ayiii mucatin miskina gara na nya ti hdara dhisa itin xabati na😿🥰
wanii..akkanaa..dhisii..ucatii..garaa..qabduirtii..wly..sirii.mitii..hin..rifatii..miskintoo..caltuu❤❤❤❤❤❤❤❤️❤️❤️💯💯💯💯
Mashallh mashallh anatu isa heruma isa qariqara san
Oshelee Rabiin haihirufii insha allah
Mashaa alh tabarakalaa ❤❤❤❤❤❤❤
Jabaa dhuu caltunuii maasha Allah
Eegaltanii moo girrii girrii mana keessa❤🎉
Hoji keessan nyadhaa muca gaara qabduu akkan gotanii
Caltu jechu masha allah jabadu namati wly ❤❤❤
Misakinako. 😥😥caltuuyee❤️❤️❤️❤️
❤❤❤ amiishiirii caaltiyee ati maahabubaadha taa sii caalatu jirtuu
Miskinaa caltu wly walif isin hadhisuu😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Marikina caaltuu❤❤❤❤
Jadid 😢miskina
Osoo isiin akkanati jirtuu rabbi isin hin dhisui
Maashaallah maashaallah
calituu koo miskina koo 😢❤❤❤❤
Mati naf tahi
maalii rifasisita maloo
dhifamaa garu hijaba tolfadhu hijaba wajii barredaa❤❤❤❤
dhugaa ketee Caltu 😢❤❤❤
Mashaa Ahlla ❤❤❤❤❤❤😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Pirank ishii garaa qabdurratti hin dalagin Muktar.
Hay caltuu hojii kee nyaadhu mutaar keen yaa rabbni waliif siin Haa dhisuu
Mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Jirenya qalofte keessati jarati lamata abajunu hin yadin mukatari 🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah rabbii caltuu🎉🎉🎉😂😂😂😂😂
Mati nafi tahi
Woshe fii jafee kolfaa mucuqii nugotee😂😂🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Mutarii amanaa caltuu dhisinii mee misikinaa wolhii
miskinaa tiyaa caltiyee mukatarii huji kee moo mucatii Onee dhabatee ❤❤💔💔😁😁😁😁😁❤❤♥️♥️
❤❤❤❤❤❤❤
Hedduu ittin boharee Jira. Sitti haa baratuu
yaa callatuu tiyaa yoo as batuu ufadhuu dafii ijaa namaatifii sif hin tolluu
😢😢😢yaboo rabii jii dhisii akan hin godhin 😢😢😢😢
Muktar yeroo prank gootuu egaadhuu .yeroo jaartii garaa qabduu rifaanadha rakkoo irraa bu'uu dandeetii egaadhu
Mauktiri Hin rafachisini xaurumtii parkini iti bayisinii ❤
Miskinaa tiyaa❤❤❤❤
Mucattii adabaa qabduu balleesitee qullaa bassaa jirtaa
Dhuga rabbi mali kun prank akkan dhisa ishi garaa qabdi garii miti misikin caaltu koo intalaa adaba qabdu baye nat toliti 💔💔💔💔😢😢😢😢😢no prank
Rabbiin sodadhuu wan eshee nasisuu iratii hin hojatinii malif jenan akka nama kanii wal jaalatanii hin turee wan taefaa itii dhagahmaa 😢😢😢😢
Mashalahaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉😂😂😂😂
Caaltuu miiskinaa dhugaa🥺🥺🥺 hojii keesan nyadhaa 🤣🤣🤣🤣
Caltuu teenyaa nufi jiraadhuu arsiitii too❤❤❤