Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Wow like your ♥️♥️♥️♥️♥️♥️🇪🇹Ethiopian kenya Adawan kenyaa Abban biyaa nu'i general habtamu lammu 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 i am oromo first
Hojii bareedaa hojjachaa jirta jabaadhu
ሀብትሽ እኔ ደግሞ ሰፍ ብዬ ላይ ሲል ገና ነው ሱስ ሆነብኝ ተከታታይ ድራማ ነው በጉጉት ፕሮግራም ክን የምጠብቀው ኑሪልኝ 💪💪💪እወድሃለሁ
Maqa leenco kana IRRAA Jijira kijiba dha Kun
Kkkkkkkk dhuga kanuma hooggansi keenya
Welisa fi artisti oromo kabajama fi jalatama habtamu lmma rabbin umri si ha dheresu jabadhu abshir
አቀራረብክ በጣም ደስ ይላል ሲያምርብህ አቦ ይመችህ !!
Qaxalee keenyaa haabtamu baayyee natti tolteraa jabaadhu!❤️❤️❤️
Yooyyaa yooyyaa qaxaalee keennaa Haabtamuu Nuuf jabbaadhuu .
Habtesh go ahead !I like it ur Gengelcha
Baga nagaa nuu dhuftee jaanartiichaa keenyyaa Habtee keenyaa
Dhugaa ketii habtishaa Kenyaa warii bilixiginaa kunii hamumaa samuu handaqoo iyuu hin qabanii lencoo. I batii nothing. Nothing 😉😉 kessaa bateef majii gatee haa dhabnii jedhaa makimakisii oromoo thanks habtee 💚💓💚👍🤣🤣🤣🤣
MistuukooMaatii naf ta’ii haadhokoo
@@funnyethiopianvideo1238 tolee sanyii koo
Habtee guddaa galatoomi, waa'ee oromoof ciistee hin bultu....mucaa caalaa camadaa jedhamu asiin ga'uukeef ulfaadhu.Much respect 4U
Jecha ittiin si ibsinu hin qabu habtee,umurii dheeraan siif hawwaa!
Dhugaa umuri dheradhuu dhugaa oromotuu jajesee lenco
Waaqumti hubaana isaanif haa kenuu malee maal jenaa ebbifaami dhugaa habtee
Dhiiraa Koo Baga dhalattee Habtish
Habtee baredadh ginglchan kan caala cime iti fufu qaba hsan lenco baye nama jibisisa
Hasfooni namicha nama ajabi'a yaa rabbi fokkata 😡😡😡jabadhu abbaa gingilchaa habtee keenya ❤️❤️❤️👍👍👍
ንገራቸው በደንብ
Abo nuf tattee dhugumaa
Habtamuu qophiin qaanqee show bay,ee namattii tolaa jabadhuu ittii fufii
ሀብትሽ ይመችክ ጀግና የጀግና ሰር ጀግና ከጀግና በላይ ምርጥ ሰው ይመችክ
Atti nuuf Qarroo keenya Habte
DHUGUMAAN ATI ABBAA GINGILCHAATIM! NATTI TOLTEETTA, KEEP IT UP.......
wow guddaa galatomii Habte yaada sirrii dha yaanni kee bro biyyaa miti mukti jala boqotaniyyu kabaja guddaa qaba kun xiqqachu dha
Qaxale keenyaa bagaa nagaa dhuftee leencaa sanyii Koo Habtashii ,, 💪💪💪💪💞💞💞
Nujiradhuu.qallii namaa bagaa kenyaa tatee nuu.jiradhuu
Baayyee namatti tola nuuf jiraadhu habtaaamu gooti gootumaa
Bagaa nagaan nuuf dhufte habtee koo 🤝♥️💚♥️Jaarsii dullomee dubbiin jalaa badee laata saafuu! 🤔🤦 Rabbii guddiise debbise nama hin xiqqeessin maaloo!🤔😁
Waqaayyoo sii haa ebbisuu jabadhu.
Leencoon waan haasa'u hin beeku
Habtish Leenccoo Batti maqaa obbolesatiin daldalachaa turee malee keesi issaa hofaaburkutahedhaa amma karaan sun waan fashaleef daldalaa karaa birraati boba'ee bakkee Oromoott iphaatee issaafi wayylootanssaaf bal'atee keessa garmmama kanafu dhimaa achii dhaqeef irranfatee rakkoo hirbaa issa dhorkee xeebe issa durii caala Leencco albaatti ta'u issa mirkaneesee yoo kufaan hin haafnee akkasi barechachuaa, akkuma atti jeette yoo qabsoon akka inni jedhee taatee warri matti meqaa dhabnee mali dhabnee gidirra dangaa hinqabnee agaree haajenuree yaa xuurunbee jedhee shamsuun diramaa hojeetuu tokkoo.
Safuu,safuu maal sila abiyi nama akkamii of jala naqatee oromootti taphataa jira.Mee laalaa waan leencoon xibaaru, lukkuu, abbaa garaa, abbaan gadaa Sheraton dhufee... tuu leencoo.
nagaan nuuf koottu
Anaa dhufu baga nagaan jiraatte sanyiikoo
Wow itti muddi ega baga jirate Habte
Habtee saliya sami si gingilchitee bar hin argiinee ati😁😁😁
Yoom ?
Hi Habtish!!!!
Habtee kiyya ginginlchii jabadhuu
Akagaritii.nu.gingilchii.nafxnyaa
abatamuu sanyii koo dhugaa ketii
Lencoo Bati qoshsha tultula woshatam banda abbaa garaa
Good jobs habtish balance of true
hoji cimaa hojechaa jirta haftish
Yeroo sanis Kan dhoorgamu finfinnee keessatti wayaa/uffata #Abbaa_Gadaa osoo hin taane Alaaba oromooti
Free jawee
Baay'ee bareedaadha itti nuu fufi jeneraal
Kkkkkkkkkkhhhhhh ajaaiba obbo lenco
Habtamuu heddu na gamachiste vidiyo kana laalen ture sifin ergaa jaen tuure akka ginigilchitanif garuu atu dhihesite ulfadhaa jajabadhaa
Thank you,sir!
Oh namichi marateera lafen jeneraloota salganni isaan komata dhugaa
Jabadhu mee oso kokifu barbanne nuu kolifisifitte
ሀብትሽ ጀግና 😍😍😍😍😀
Yaa Habtaamuu. Uulfaadhu. Dhugaa jette. Leencoo Baatii kun gadi galtuu akkasii ta'uu isaa hin beekuun ture. Safuu.
Jabbadhuu hafteekoo
Waa nyatu dhabee lenco jiruu itii qalayee
Brgaden Jeneral habtamu lamuuu
Oromoo original 💪💪💪💪💪👍
Lagana gaba mitiLagana nyataati
Baay'ee gaariidha qaaxalee keenya jabaadhu kun hunda qara sirritti gingilchi
jiraaaaaaaaaaadhu nuuuuuf Habtaamuu Lammii
Akkatti kijiba biyya bulchina jedhu garaa ufii bulchutti jiruu hojii bilxxiginna mo ah . Rabbi isaan haasalphisu
Namatti tolaa
Lencho Bati abbaa garaa qoshsha banda
No mistake they all are abbaa garaa period.
Jabaadha ❤❤❤❤
Habtee Daraartuun ummata keenya biraa galata guddaa qabdi warra ishee wajjiin jiru osoo hin irraanfanne jechuu kooti . Amma Lagannaan Nyaataa xumurame . Abiyoot fi jaleewwan nafxa ---.. nyaa yaaddoo cimaa keessa galan .
Good jabadha
Lagannaa Gabaamoo Nyaataa
Leencoo Albaatii jedhi
Jabadhuu waan ofii
Welcome to Haphatamu lamu lencaa kenyaa itii mudii kanaa✔✔😍😍❤❤💚💚💚❤❤❤❤💚💚💚❤❤❤ dulachaa gadaa iraa deminaii senaa ofii irafatee balanii isatii haa bu,uu Lecoo bati👎👎👎👎❌❌❌🚫
WELCOME HABTAAMU 👍🏽👍🏽
wowwww
❤❤❤💯💯💯👍🏻👍🏻👍🏻✅✅✅
Obbo leencoo akka itti haasawu wallale malee Oromoon hundinuu obbolaa dha.
Jiradhuu Habtamuu keenyaa
Akkasi jabadhu
Jebadhu habtish kenyaa
👏👏👏
Hello wellecom
Welcome habtemu lemu koo 👍
haasawa kana gara afaan ingiliffaatti osoo jijjiirtee hedduu gaariidha, jarri haa dhagahanii
itti mudi
Galatoomi qaxxaallee ...
Lagannaa nyaataa.
Laganna nyaatati!
Galatoomii
Obbo leencoo 😎🤣🤣🤣🤣
Yoyyaa jane 🖐🖐🖐
Akkanumatii ittii nuuf fuufi
Only wow
leenchoo obbaatii
General keenya nuuf jabadhuu
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Welcome qaanqee Show 👍🏻👍🏻
Jiraadhuu
Habtish baay'ee namatti tola.garuu sagantaan kee kun midea OMN/Gadaa bilisummaa chanell irratti osoo sagantaadhan dhiyaate.
Giinglchaa👂👂👀👍👍👍🥰🥰
Warra bilxiginna kana dhiiga lammi kan dhangala'u fi imimaan keenyatu maraache kararra maqsaa isaa safuu quba tokko namati qaba sadi garuma isaa deebi'iu
Ashkaraa kan woyaanee heddu jira! Yes America is nothing!
Galatoma ❤️❤️❤️💪💪💋💋🙏🙏🙏
kan garaa malee kan maqaa yoom isaan dhibe.
Wow like your ♥️♥️♥️♥️♥️♥️🇪🇹Ethiopian kenya Adawan kenyaa Abban biyaa nu'i general habtamu lammu 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 i am oromo first
Hojii bareedaa hojjachaa jirta jabaadhu
ሀብትሽ እኔ ደግሞ ሰፍ ብዬ ላይ ሲል ገና ነው ሱስ ሆነብኝ ተከታታይ ድራማ ነው በጉጉት ፕሮግራም ክን የምጠብቀው ኑሪልኝ 💪💪💪እወድሃለሁ
Maqa leenco kana IRRAA Jijira kijiba dha Kun
Kkkkkkkk dhuga kanuma hooggansi keenya
Welisa fi artisti oromo kabajama fi jalatama habtamu lmma rabbin umri si ha dheresu jabadhu abshir
አቀራረብክ በጣም ደስ ይላል ሲያምርብህ አቦ ይመችህ !!
Qaxalee keenyaa haabtamu baayyee natti tolteraa jabaadhu!❤️❤️❤️
Yooyyaa yooyyaa qaxaalee keennaa Haabtamuu Nuuf jabbaadhuu .
Habtesh go ahead !I like it ur Gengelcha
Baga nagaa nuu dhuftee jaanartiichaa keenyyaa Habtee keenyaa
Dhugaa ketii habtishaa Kenyaa warii bilixiginaa kunii hamumaa samuu handaqoo iyuu hin qabanii lencoo. I batii nothing. Nothing 😉😉 kessaa bateef majii gatee haa dhabnii jedhaa makimakisii oromoo thanks habtee 💚💓💚👍🤣🤣🤣🤣
Mistuukoo
Maatii naf ta’ii haadhokoo
@@funnyethiopianvideo1238 tolee sanyii koo
Habtee guddaa galatoomi, waa'ee oromoof ciistee hin bultu....mucaa caalaa camadaa jedhamu asiin ga'uukeef ulfaadhu.
Much respect 4U
Jecha ittiin si ibsinu hin qabu habtee,umurii dheeraan siif hawwaa!
Dhugaa umuri dheradhuu dhugaa oromotuu jajesee lenco
Waaqumti hubaana isaanif haa kenuu malee maal jenaa ebbifaami dhugaa habtee
Dhiiraa Koo Baga dhalattee Habtish
Habtee baredadh ginglchan kan caala cime iti fufu qaba hsan lenco baye nama jibisisa
Hasfooni namicha nama ajabi'a yaa rabbi fokkata 😡😡😡jabadhu abbaa gingilchaa habtee keenya ❤️❤️❤️👍👍👍
ንገራቸው በደንብ
Abo nuf tattee dhugumaa
Habtamuu qophiin qaanqee show bay,ee namattii tolaa jabadhuu ittii fufii
ሀብትሽ ይመችክ ጀግና የጀግና ሰር ጀግና ከጀግና በላይ ምርጥ ሰው ይመችክ
Atti nuuf Qarroo keenya Habte
DHUGUMAAN ATI ABBAA GINGILCHAATIM! NATTI TOLTEETTA, KEEP IT UP.......
wow guddaa galatomii Habte yaada sirrii dha yaanni kee bro biyyaa miti mukti jala boqotaniyyu kabaja guddaa qaba kun xiqqachu dha
Qaxale keenyaa bagaa nagaa dhuftee leencaa sanyii Koo Habtashii ,, 💪💪💪💪💞💞💞
Nujiradhuu.qallii namaa bagaa kenyaa tatee nuu.jiradhuu
Baayyee namatti tola nuuf jiraadhu habtaaamu gooti gootumaa
Bagaa nagaan nuuf dhufte habtee koo 🤝♥️💚♥️
Jaarsii dullomee dubbiin jalaa badee laata saafuu! 🤔🤦 Rabbii guddiise debbise nama hin xiqqeessin maaloo!🤔😁
Waqaayyoo sii haa ebbisuu jabadhu.
Leencoon waan haasa'u hin beeku
Habtish Leenccoo Batti maqaa obbolesatiin daldalachaa turee malee keesi issaa hofaaburkutahedhaa amma karaan sun waan fashaleef daldalaa karaa birraati boba'ee bakkee Oromoott iphaatee issaafi wayylootanssaaf bal'atee keessa garmmama kanafu dhimaa achii dhaqeef irranfatee rakkoo hirbaa issa dhorkee xeebe issa durii caala Leencco albaatti ta'u issa mirkaneesee yoo kufaan hin haafnee akkasi barechachuaa, akkuma atti jeette yoo qabsoon akka inni jedhee taatee warri matti meqaa dhabnee mali dhabnee gidirra dangaa hinqabnee agaree haajenuree yaa xuurunbee jedhee shamsuun diramaa hojeetuu tokkoo.
Safuu,safuu maal sila abiyi nama akkamii of jala naqatee oromootti taphataa jira.Mee laalaa waan leencoon xibaaru, lukkuu, abbaa garaa, abbaan gadaa Sheraton dhufee... tuu leencoo.
nagaan nuuf koottu
Anaa dhufu baga nagaan jiraatte sanyiikoo
Wow itti muddi ega baga jirate Habte
Habtee saliya sami si gingilchitee bar hin argiinee ati😁😁😁
Yoom ?
Hi Habtish!!!!
Habtee kiyya ginginlchii jabadhuu
Akagaritii.nu.gingilchii.nafxnyaa
abatamuu sanyii koo dhugaa ketii
Lencoo Bati qoshsha tultula woshatam banda abbaa garaa
Good jobs habtish balance of true
hoji cimaa hojechaa jirta haftish
Yeroo sanis Kan dhoorgamu finfinnee keessatti wayaa/uffata #Abbaa_Gadaa osoo hin taane Alaaba oromooti
Free jawee
Baay'ee bareedaadha itti nuu fufi jeneraal
Kkkkkkkkkkhhhhhh ajaaiba obbo lenco
Habtamuu heddu na gamachiste vidiyo kana laalen ture sifin ergaa jaen tuure akka ginigilchitanif garuu atu dhihesite ulfadhaa jajabadhaa
Thank you,sir!
Oh namichi marateera lafen jeneraloota salganni isaan komata dhugaa
Jabadhu mee oso kokifu barbanne nuu kolifisifitte
ሀብትሽ ጀግና 😍😍😍😍😀
Yaa Habtaamuu. Uulfaadhu. Dhugaa jette. Leencoo Baatii kun gadi galtuu akkasii ta'uu isaa hin beekuun ture. Safuu.
Jabbadhuu hafteekoo
Waa nyatu dhabee lenco jiruu itii qalayee
Brgaden Jeneral habtamu lamuuu
Oromoo original 💪💪💪💪💪👍
Lagana gaba miti
Lagana nyataati