Wabiif Sa'idoon nagaan bakka tokkotti arguun keenyayyuu hamma Ayyuun argamteen qixxee😢😢❤❤ uuff Ayyuu abboo suma maal goona bannaatish mul'adhu nun gubiin ani keessattuu araasiidha maa na gubdaa Please 😢😢😢
Said hayyuun akka qoosaatti nama si gattee baddu miti kan itti gaafatamuu sumaayyaadha maqaa balleessaa turtee memooriin fuudhame sun waan nagaafi miti intala kana matatiitiin kana godhanii Oduu dhiisaati lubbuun qaqqabanii maatiin Ishee warra akkamitti kan usanii ta'aa jirsnii?
Sayidoo dhiisii ijoollee biraatti deebi'ii ofirraa dhisii.rabbii walii isin hin qoodnee ta'aa dhiisii baqqa
ayuun baga bade
Wabbin qulquluu namati garii nama ❤❤❤❤ ayuun ofumashe bade ta uu hin olee garu rabbi qofa beka
Wabiif Sa'idoon nagaan bakka tokkotti arguun keenyayyuu hamma Ayyuun argamteen qixxee😢😢❤❤ uuff Ayyuu abboo suma maal goona bannaatish mul'adhu nun gubiin ani keessattuu araasiidha maa na gubdaa Please 😢😢😢
🙈🙈🙈🙉🙊🙊🙊filmiidha kun shakii hin qabu
Fayoo hin sobani dhisii ufiraa
Maltuu sii gubee hadhaa kakuu rabii hin mul'isinii
😅😅😅😅😅
I
Rabbi haa mullisu😢😢
Aniis Wallaahi lubbuun jiraachuu isiitu na yaaddeeysa😢😢
Rabbii hamuliisu
Tiktokiraa jirtii intaalii
Hiintaalii durumaayuu ergamaa gudaa of dubaa qabdii😢😢😢😢😢😢
Dhugaa ani dura soba sehe😢😢😢Abshiir rabbin waan jabaate sif ha laaffissu 😢😢😢😢😢yaa rabbi bara akkam kessa jirraa 😢😢💔💔💔
Yaa saido Rabbin sii haa qarqaru inshallah yaa Rabbi intala tana nagayan deebisii 🤲🤲🤲
Aboo ummata hin sobiin dhiisaa Rabbiilee hin jalatu waan birraa bareeda namani waa irra baratuu hojadha
Wayii ilmaa nama ajibumaa dhuga bifa nama beeku malee keessaa nama hin beekan jedhuutiree rabbii Obsa siiniif yaa keenu
As wr wb Akkami Sa'idoo Nagayaa fayyaadhaa dhimma dhuunfaa kiyyaaf sitti haajame Akkamiinin keessaan si'argachuu danda'a
Amshiir saidii Rabbii isiin haamilkesuu
😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😂atu abshir
Dubii kunii dhugummaa tatee moo Yaa rabbii koo naa basii garuu duraa sayido araa ture har'aa garuu naa gadisisee waa lamaa dhabe gidduti😌 wabii namaa miskiina ayizk yene wandem
Ayii Sa.ido 😢😢😢
😂😂😂😂ajabaa qabdu ittumaa citanii diramadhaa jetanii maa Uummataa burjeesitanii😂😂😂😂😂 waqaa kun diramadhaa lakii warii gotaani maati naafi ta'aa pilisii❤❤❤🎉🎉
Sif galleraa 😂😂😂😂
Qoyii akkamitti lubbumaan jirtii jettanii hasoftuu tik tok irraa sirbaa jirtuu malii kunii ummannii qorqqorroon
Dhuga jete yeroo tokko aruza amma hin bade fabayyamnii walii Bira jirtanii amma bifa kanii Akka fudhuu waluma lala oromo tooo😂😂😂
Dhuugaa Raabii saidoo bayee garaa naa nyaatee miskinaa ko waan meqaa waacii san hundaa sii basisiftee Adawaa kee gaamachiiftee Raabii dhabamaa isii haa godhuu tana jaazbaa😢😢😢 hintaala Haamilee sii caabsitee Mataan isii homaa hin tayiin garuu raabii sitiin debisiin😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Ati Rakko ishee bekta Lata dhukubuu dandaa'aa
Abshiri saidoo rabiin siifihaamulisuu wly garaa nagubatee ishallah imuulaatii wly anii duwaaii sii godhaajiraa baayee tooko naatii dhaagahmee 😭😭😭😭
Hadhabamtu garuu rabbi hamulisu ati ganaa ni amantaa saidoo keenya fidaaketi tabira fuudhi nutti agarsiisi wlh🎉🎉🎉🎉🎉❤
Saidoo isii rabiin haa muldhisuu,garuu Wlhi wobii dhisini miskina inii wlhi garaa na nyaate
Wlhi bada luqatu tana intala kafira ta soddaa rabii qabnee itti dhissiyu
Namaa bayee sibarbada fudhii tana qolla dhissi saree tana
Habibi isini durumaa bollaa sentu qopefaterti
Saidoo rabbii sihaa gargaarruu obboleessa kiyaa qallii Abshiir walahii dhugaa dubaachuf wanii kun hedduu nama gadisaa obsaa sif haa keennu
Wacii bayee baftee 😢😢😢😢😢😢😢
Mucayyoon lubbuun jiraachuun isheetu nama yaaddessa😢 dhugaa sodaadhe ykn ni dhukkaamssaan taha😢😢😢
Yaa rabbii maluma kuni 😢😢😢qanyii gudaa subahan allh 😢😢abshara rabbin ha mulisu jasba tana
Abashiri Abashiri Abashiri sidoo rabini sifi hagalachu abashiri Rabin dhuga kee Habasu dhugani hin bati Abashiri ishaalla ishaalla ❤❤❤❤❤❤
Wolahii.sahidoo.Atii.bayee namaa.Adatii.dhugaa rabii
Raabbiin isi ha milikeessuu inshaa Allah
Maatii naa tahaa rabbii yadaa muradaa isinii haa gutuu
Wallaahi namni dhugaa qaba yoomu namni isin hin amanu piraankiin keessan yoomu darba hin qabu nama hin komatina wallaahi 😭😭😭😭
Sumayani qara amara isin oromo si barbachisa ok 👍 hin galati ayuni ishaalla ishaalla abashiri Abashiri Abashiri ❤❤❤❤❤❤❤❤
Isin oromo malifi obolesa isha ka oromo malif akkant slaphiste
Rabbiin isii hin deebisin baalagee akka wolii. isin seeraa Islaamaallee ni cabsitan safuu oromoos ni balleessitan rabbiin isin haa balleessu dachii isaarraa.
Ayyu summayan sirrii itti godhuu hin oluu taanii rabbii iftuu
Dhugaa jeetee amarii hin amanamtuu akkaa isaa jiibituu itti gootee
😂😂😂😂😂😂
Warri cali jettani waan hin tane barresitani rabbi kessan ofirati sodadha☝️
@badiryaa1430 isaan rabiin hin sodatani kaa ilmaa namaa sobaa olani
Ayiiiiii rabbii kessan sodadha wan shaakii hin dubaniina wan ragaa ittii hin qabnee jedhaa rasiili kenaa saw sanii 😢😢😢
Rabbiin kadhatan nama hin hifannee ❤Rizqii barakaa qabdu harka keessan haa guutu🎉❤maatii naa tahaa🎉❤😢❤😢
Rabbiin isi hagachuu ❤❤❤❤❤❤❤❤nagayan
Ayyuuni oso wa'h tokko hin rakkathin caalhi hin jethu
ደግ አደረገች አንተ መጀመሪያ ለምን ልጆች እያለ ላላ ሴት ታገባለህ ጀዝባ ነህ ማርያምን ንንንን እልልልልል ደስ ብሎይኛል🙏💔
Rabbiin qalbiike hicabsin saydoo. Obsi sawaaba erratti argattaa❤❤❤❤
😅😅😅😅😅sila hin xumurtanii piraankicha keessan
Abashiri rabi si hagagaru rabin qabada ati rabumani sifi hagalachu
Rabiin sifihamulisuu Ishallaah
Sayido fii wabii❤❤❤❤ isin toko taha kanafuu ayuun ni argamtii inshalaa 😢😢😢😢❤❤❤
Rabbi habaasu seida suma ha gargaaru
Yaa rabbi uffi😢😢😢😢😢 rabbin haa galchu
Uuu sadii ama hin ga'uu phirakii kesan 😢😢😢nama dabarra dhugaa rabbii 😢😢
😂😂😂
Piraki miti
Dhugaa ketii 😂😂😂😂
Maquma isii kana dhiisa akka ajandaa godhatan barbaadi ifiifuu dhufti calisa isin wlh hattuu hammtuu rabbi sodaatu amala nafxanya qadi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
baraa Akami kessaa jiraa garuu nutii😢😢😢😢😢😢😢😢
Waalhi kun heeddu Nama dhiibba raaabbiin keeerii siiif haa godhu😢😢😢😢😢😢😢
Maatii naa tahaa rabbii waan akka malee isiniraa haa debisuu
Ayii Sayido Qaamaakee Saalla Kaakasaa Egiidaa Duribumaa Fuudhachuf Miisikini😂😂Ayu hojikee Sifii haalatuu Kkkkk😅Ayizo Broye yagaximal😮
Subna Allah 😢😢😢😢😢seid abshiirii numaa argamattii
S❤❤😢😢😢w❤❤😢😢Abshirii saidoi❤❤😢😢
Umrii dacha dachaa sihatursisu dhugaankee dadhabbiin tee haqni ke siif habahu inttala abbjuu tana irrafadhu yoonati mufate dhifama mataa isirabbiin haqabu❤
Namaa Sayidoo jaltuuu pels malooo Sabcryib naa godhaaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Balaan isii hafuutu sheeyxaantiti tana maqaanu ballesite oromoon diinatuu garaa hin jabaatu tun saido qulqqullu akkana sigoota ani habadu Abbaa qabeenya adunyaa sihagodhu🎉🎉🎉🎉
S😭😭😭😭😭😭😭😭
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😮😮😮😮😮😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Rabbiin siif hamuulisu saanyikkoo😢😢😢😢😢
Rabbiin yaa mulisuu inshallhaa 😢😢😢
Qabenya rabbi kenaa mli qabenyafii jirenya nma senani blesuni itala abrmtuu😢
Dhugaa miti waallah sobaa
Alaahi a'alam jedhi malee wollaah hin jedhin Yoo dubbi keesa hin beekin Rabbiin kakachuun waan qoosaati gaari miti
Akkamitti amanamtuu sila takka wan amanamtanuun hojatanii wan hin qabneef yomuu tesanii kattani piranki jetuu amanamuu hin dandesanu rakko keessani rabbiin duhahii summayya qebaleef ishii 👍
Saidoo Rabbin cinqii kanna kesaa si'aa basuu wallahii ofirra dhissi wa'ee mucayyo kanna ilmaan kettif jirradhuu adaraa 😢
Amma Utu Isheni Debbite Dhufte Dhugaa Hin Fudhini Itali Kini Jirenya Kee Balesiti
Ataa dubinii dhugaa dhaa yaa rabbii
Wlh sa'idoo akkuma Ani yaade jette yoo isiin achiin hafte ta warqii fakkaattu fuudhi❤❤❤❤
Alhmdulillah wly osso jarti qabduu maa shamara damatii keessa basufi itti demte wly Alhmdulillah wly
Aamashir rabii sii jiraa nama fayalesii kuunii inuumaa mokoraama hin yaadini matii ketiifi jiradhuu
Hin fudhiin kana xawalwaleee😢😢😢 mana kee digd😢😢 debii ijoleee ketttii😢
rabbi sinif haa lafisuu wly saidon gara nama nyaata😢😢
Mucaan mee lubbu man haa jiratu😢😢😢😢😢
Said hayyuun akka qoosaatti nama si gattee baddu miti kan itti gaafatamuu sumaayyaadha maqaa balleessaa turtee memooriin fuudhame sun waan nagaafi miti intala kana matatiitiin kana godhanii Oduu dhiisaati lubbuun qaqqabanii maatiin Ishee warra akkamitti kan usanii ta'aa jirsnii?
Rabinii sii haa mudhisuu subanaa alhaa
Rabbii isiin haa gargaaruu inshaallaa 😢😢
Waallahii rabbumanii kerii sifii haa muritesuu sharii siraa haa fagesuu saidoo
Subhaan Alhaa😢😢😢😢😢😢😢😢 mucaattiin anii yeroo baayyee isaa isiin akkaa sheyiixaaana umaata Kaabala dhaan naamatii fiigduun nagumaa ta,uu ishee shaakkee😢😢😢😢😢😢😢
Yaa Saayiidoo raabbiin siif haa waakalamuu😢😢😢
wollahi miskiin cubbuu sumayyatu sirratti wojate nama hin miidhinaa rabbirraa miidhan isinittidhufa😢
Saidoo misikinaa kiyyaa rabinii obosaa sii haa kenuu inshaa Allah 😢😢😢😢
Abshirii in.argamtii.Insha.hallah😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Ani gafa wabi irti piraki ojadha jate sidon aba qabenyati jate sanin shake😢 dhuga rabi
Subhaan Allaah Bayyee namaa dhibaa
Amshiir sayidoo rabbi haa argaamsisuu🎉
Sumyaa duaaii godhatee Raabiin hin debiisiin
Sih Jaladhaan Sobbaa durrumaa Sumaya Haqaa qabaa waalahi jaratin nama cuphifti 😢😢😢🎉🎉🎉❤❤❤ Sumaya Love you ❤ jarti dhuga taa sobaa akkanumaa kinoo😊😢😮😮
As wr wb sido sumaya fi umari haraka kesa qabani wolayi sumayani umarin wolin hasaya jirati umari qabi hin dhisini wolaii
Abshiir rabbi dhugaa kee haa bassuu
Yo dhugaata’e Manuma Matiisii soqaa barbaada matiisiitu dhokseta’a Allahuwaalam
Yoo dhugaa tatee Habibii umarifii firaa sumayyaa kaa jettuu san shakkii Nama ittii bitamee ballessee mucattii😢 sumayyaa akkaanaa dalagaraa
Dhugaa wayiin tuqaan ta,u dhabuu umanii sirii itti gochuu oluu dhugaa rabiii😢😢😢
Subahan Allah ya rabbii 😢😢😢😢😢
Mubee ati isani jiduu bahii kuni dubinin waa dhabatuu mitii jirenyaa kee jiradhuu
Durumayuu sitii bitamtee sayidoo kiyaa amshirii 😢😢😢😢
Silaa saido ati hadha mana summaya qabada malatu sii rakkise ufii irraa dhisii gara ilmo keeti debbi yoo fayya qabate saido 😢😢😢sila garu ati fayya qabada ijoole tate ti debbi waan jabbate kuliyu rabbii siif haa lafisu
Garu kan kaan hundaa sitti fide mube dhaa 😢😢😢😢ati ama gara ilmo keetiti debbi dubbii dhisiii
Akkasumatti dhisaan demuun essaa jiraa ree isiin baduus taa biraa fudhuun dirqamaa ammaa😢
Kan mucaati suuta Ani Wabii fi sih bakka tokko arguu kiyyati heddu gammade❤❤
Yoo dhugaa tatef waan aja'ibati kun😢😂
Keeyrii inshaa'Allah 😢
Rabbi ha muldhisu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢Tokkofaa ati tasagabayi hin cinqamini😢😢😢😢😢😢😢😢
Wobin miskinaa wly sayido dhisi 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Ya saidoo Rabbiin obsa siif haa kenu
Amshriiii rabbini haa mulisuu 😢😢😢
Wl as wr wb wollaahi shakinni kiyaa gudaani sumayyaani nama ithi gothe ayyuu bakkaa addathi aggadduu hin ollthu bayyee shakke sumaaya
Yaa rabbii koo maalii waan kun .😢
Maatii naaf taha mee😢😢
yaa saido koo yaa obbolleessa kiyaa maalumatu sii mudaate ato erga gaafa sii baranuti taka rakon toko siimudatee hibeeku 😢😢😢😢😢rabiin furmaata sif hagodhu rabiin mucaati hamuldhiisu wolahi uuuuffffeeee 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Ajaa'ibuma Kun Rabbiin haa laafisu yaa Sa'idoo.
Worri Asi jala Yaatanii Safuu Sumayyaattu akkana Si godhe jettan Safuun kan maaliiti Shari'aan ni Eeyyamaa. Waan Shari'aa faallessu woyii dalage Moo inni? Lammaffaa Fuudhutu Sa'idin Baasni Bahe moo ??!! Ajaa'iba qabdan.
Wly rabbini sifi halfissu🤲
Waqayyoo sin hagaragar dhuga Baye nam ajiba 😭😭😭😭
Pls rabbii jedhaa wabii kana hin cinqinaa 😢😢😢 uuuuff
Ammas fudhuumaa feta gaara ilmaan keetii debiihuu hin yaaduu subaa an allaa raabii of siihaa beekssisuu🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲☝☝☝☝☝
Dhugani hin qalaxii mallee hin cixuu miskinaa Rabbii ijolee walini biyyaa namati gateee Beraa maratee wali marataa Ati wallahi durani namani akka saido jaladhuu hin jiruu amma garuuu 😊 😢😢😢
Akaasii raabiin waan kee laafa buulchee saaidoo siitii baaga saree duraa maliif caaltuu iraatii murteesiitee rabiin sirti murteesse