@Matinaftaaa baname bula baname ola baqaa ani gafaa galuu nan hoisaadha male waqni nuu haa eguu yomu hundumaa bana tahe kiyaa yaa rabi ebifamii gudaa yaada keef ♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🫰🫰💝
@@DarartuuTashome waaqayyoo si ha egu hadho nuti of dhegne hin dandenye ha ta'u Garu ati yero qoda mitus shawori galtus waliti Jira tanan daqiqa 30 bani Kahi dursa osso hin senenin achi boda cufi seni
Galata waaqayyoo dura akka itti sodadhu an wan kana jela rafa ture amma gaaru galata waaqayyoo mati ko kan jirani kirayidha wanti hundi mana kesa miti baka biradha qoraxi wan hundayu
Maa hoo dhugaa fi soba waalale warri kani madaami tu ajeesedhu
Waqayoo nu ha eguu garuu nan galee utu ta'e mashinin bishaan ho'isuu idoo qabaa bakeraa akka mana kanatii malee mana kesaa mitii ganini isaa bakeraa kan bishan ho'isuu maltuu moo idoo shaworitii akka rakoo umuu godhayuu utuu ta'e bakeraa midhamee isan bodee bishan ho'atuu dhibaa malee
Rabii nuu haa tiksuu wolhii naa hin galee jechii kee 1lee bilayaa malee kaa banamee cufamuu hin arginee
Waqaayyoo nuu haa eguu 😢😢😢😢😢😢
Anan nafii liqesii jetee kenefii sodachaa jiraa😢😢😢
Wa'en birii garuu ido idoo qabaa malee mana kanaa wagaa 4 qabadheraa hama yonati doralaa 2000 ol biraa ka'en takkaati ergadhe mana lafaa bitachan ture bayee amanamuu dhugaa dubachuf
Fayoo naaf debis bareedu koo maal jechuudha afaan kee naaf hin gale akam gonare maqaa yesuusin 😭😭😭😭 nan nahe
Qoxari bishan ho'a jechudha
@Matinaftaaa akami gonare bishaan saati kana ni qora yaa rabi ati nuu egii
@@DarartuuTashome bante baay'ee hin Turin
@Matinaftaaa baname bula baname ola baqaa ani gafaa galuu nan hoisaadha male waqni nuu haa eguu yomu hundumaa bana tahe kiyaa yaa rabi ebifamii gudaa yaada keef ♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🫰🫰💝
@@DarartuuTashome waaqayyoo si ha egu hadho nuti of dhegne hin dandenye ha ta'u Garu ati yero qoda mitus shawori galtus waliti Jira tanan daqiqa 30 bani Kahi dursa osso hin senenin achi boda cufi seni
Maloo yeroo yutubii hojatuu foxaa ufadhuu matatii anii siii laliii jibaraa
Waqayyoo nuu haa eguu😭😭😭😭
Kan mana kana kessa hunduu bana oole bula hommtu hin dhamu dhugaa ibsanis yeroo hoo,as muqayyafinis hin dhamu 😢😢😢
Sakaanaa malii isa gubatii olii fanifamee
Mana finchanii kiyaa kesaa hin jiruu garuu yeroo tokoo tokoo mana fincani isani kesaa jiraa garuu kenyaa gargaraa jiraa sibilan
Garuu yeroo hundumaa banametum olaa sa,aa 24 gutuu
ani essuman dhaqaa kaa bishaa ho.aa malee dhiqachu hin danda.u hoo yaa rabbii
Amn😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💓💓💓💓
❤❤❤🎉🎉🎉 dhugaa kee jettee ebbifamii ❤❤
😢😢😢uuuuuuuuffffff
Uuufffff😢😢😢😢😢😢
Maatii naa tahaa❤kadhattanii rabbirra hin dhabinaa
Atillen naaf deebisi wal haa jabeessinu haraya you tubin koo
😢😢እግዚአብሔር ይጠብቃን
Ayii fayoo maaluma namati odesita😢😢
Baye galatomi fayo uuuuuuufff goftan nu ha tiksuu 🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲♥️
Warrii kaanimo madamituu mindda ji'aa 7 dhowatee jedhuu atoo esaa fiddee atii kuun silaa hih dadhabduu😮😮😮
Waqqayyo nu ya eegu malee dhuga ni ulfatta 😢ebbifamii fayyoo ko
An kanaan boda cufen dhiqadha dhugaa waqa akka fedhe nati ha qoru male
😭😭😭
Galatomii naa fi jiraa dbuu fayoo koo
Maati naaf ta'a obbolotta koo
eye dhuguma oisanii dhamsu wayya
😢😢😢😢❤❤
Ni karabe dhisi atis ni tabalashe jedhi😂
Sakana malidhaa ani hin bekkuu Dhugaa 😢
Isaan bishaan ho'isu mana fincaanii keessaaf maxbaqa keessaa
Galatomiii fayoo tenaa qali nama
😭😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲☝️☝️☝️☝️
😢😢😢😢😢🥹😭😭☝🏾😭 0:12
Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin
Galatomi guda fayoo 😢😢😭😭
Galata waaqayyoo dura akka itti sodadhu an wan kana jela rafa ture amma gaaru galata waaqayyoo mati ko kan jirani kirayidha wanti hundi mana kesa miti baka biradha qoraxi wan hundayu
Waa'ee birri ati jette akkam goonare Fayyoo Ani of birattin walitti qabachaa jira waggaa 2 dura Gara biyyaa deemee account baafadhe maatii kotti kennadhe yeroon dhufu Active miti jedhani ergan as ga'e account sun akka hin hojjenne dubbatani warri baankii maatii dhan deema active naa godha Jennan immoo yoo haati Account dhufte active nu gosiste malee jedhan didani. wanta godhu dhabeen maatii korratti waggaa tokko guutuu Birri ergeen lafa naaf bitaa yeroon jedhun ammaf waan biraa irra oolchinee jirra booda siif binna jedhan 😢 baayee aaree gubadhen wanta godhu dhabeen of bira kaa'uu jalqabe 😢
Arabnii hinsobdi isaan biri mana kessa hinka,ani
😢😢😢😢😢