I’m from Tigray & supports Oromo freedom from any repression power’s!!!!Oromos paid priceless amount for current Ethiopia 🇪🇹 we all deserved freedom and self rule,Tigrayan are ready to die for Oromo freedom 💪💪💪.We will never Neftegna comes to rule again the Democratic Ethiopia 🇪🇹!!!! Neftegna Ethiopia is gone for good and will never return👌
Do you have the guts to come here and talk about Freedom! Do you think we forget what you did to us the last 30 years? You know how many fam members I lost.. you fuckinh parasite 🖕🏽
አንተ ልጅ ምን አይነት መታደል ነው ድምፅህ በጣም ያምራል ጉልበት አለው አኔ ፈሪዋ እንኳን ያንተን ሙዚቃ ስሠማ ደፋር የሆንኩ ይመስለኛል እማምላክ ትጠብቅህ
Fathima ሰላማችው ይብዛ Fathima ደስ የሚል ኮመንት ልክ ነው
Fathima ሰላማችው ይብዛ Fathima
Peace Bro. Love Ur Job
Boru j
Betikikil migerm dimtsi gulbet yalew dimtsi new
I’m from Tigray & supports Oromo freedom from any repression power’s!!!!Oromos paid priceless amount for current Ethiopia 🇪🇹 we all deserved freedom and self rule,Tigrayan are ready to die for Oromo freedom 💪💪💪.We will never Neftegna comes to rule again the Democratic Ethiopia 🇪🇹!!!! Neftegna Ethiopia is gone for good and will never return👌
Please share my channel for tigrayan brothers thank you
@@LagatafoStudio already done👍
Do you have the guts to come here and talk about Freedom! Do you think we forget what you did to us the last 30 years? You know how many fam members I lost.. you fuckinh parasite 🖕🏽
Oromo forever
😊
The way I love and enjoy this song you can not imagine, am from Djibouti 🇩🇯🇩🇯
Our blood is same kushitic brother ❤❤❤❤
❤❤❤❤
Leencicha Ilma Bultumee An Waanan siin jedhuuyyuu hin qabuu Waaqayyoon Umurii kee haa dheereessu!👌❤WBOkoo
Wowwwww 💚❤️💚
Atis goota goota caalu Caalaa sabboonaa sabaa! Itti himi akkanati leenca sanyii leencaa!! I am proud of you our hero Chala Bultume!
ጫላ ሁሌም ድምፅህን ስሰማ ልዩ ስሜት ይሰማኛል ስወድክ እኮ ምን ልሁን ኦሮሞ + ኦሮሙማ i love you for ever 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😢😢😢💪💪💪💪💪💪💪💪
Tig Tig ኦሮሞ + ኦሮሙማ = ፍቅር ነው ማሬ እኔም እንደዛው ዘፈኑን ስሰማ ውስጤ ይደውልብኛል
Tig Tig We love you .
falmatu haqaa itii qabadaa
جابر رشيد maal jete naf hin gale
ኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡ
ድጋሜ ድጋሜ ድጋሜ
ኮራው ኦሮሞ በመሆኔ
ጫላ ብልቶሜ ምርጥ ዘፈን ነው በርታ
Oromoo koo jabadhaa
Oromoo First hanna
Oromoo First በትክክል ኦሮሞነት ኩራት ነው ይመችህ/ሽ
Bayee namatii tolaa
Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa.
Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . ua-cam.com/channels/NyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ.html
maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.
Calaa. Bultuumee. Jajabbinaa. Siif
Hawaa. Jabadhu
woooowwwwwwwooowwww caalii keenya baay'ee baay'eee baay'eee bareeda bulii turii umrii dheeraadhuu rabbiin dheebbuu nuu haa baasuu waanta jedhuu qabuu bagaa keenyaa taatee kana caalaa jechaa sii ibsuu hin qabu
Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa.
Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . ua-cam.com/channels/NyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ.html
maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.
0romo Wbo woww caala kenaa gudisee namati tolaa mayaa orom metastatic💞💞💞💞
0romo Wbo wwwwww callaa jabadhuu
I am oromo but i can't speak i love oromo music and i am proud oromo people
You need to make effort.
It's not good not to know your first language kindly
የኔ ምርጥ ኦሮሞ ድምፅህን ስወድልህ እኮ
ዘፈንህ በሙሉ ትልቅ ታሪክ ያለው ነው ውድድ የኔ ኦሮሞ።
Sifan Phonetastic we love you thanks
Menidenaw yemilaw
@@maremdawed7286 zzzz xasxaxxßßßssssssßssxs
C
የሚለውን ባላውቀውም በጣም ያዛዝነኛል። ደስ ይላል በርታልኝ
ብሰማው ብሰማው የማልጠግበው ሙዚቃ እፍ ትላቅ ሚስጥር ያለው ለየት ያለ ሙዚቃ ይመችህ ዘፍነኸዋል
ኦሮሞነት መታደል ነው ጫላ የኛ ጅግና
❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Foozee💓💓💓👍💓💓💓🇪🇹🇱🇧🇱🇷
I'm from Tigray I love Oromo and the music
But the music is against your atrocities !!
🖕🖕🖕🖕But you really hate the historical amhara people
@@wariotedecha9197 maybe he doesn't understand the content of the song 😂
@@guyomamo7129he is juntes
Where is tigiray
Caalaa sanyii dhiiraa
Nuuf jiraadhu ilma
Dhiiraa.ergaan qabu
Yoo siif jiraadhu qeerroof
Qarreen abdii sirraa qabu
Ammas hojiin kee kan
Biyya san keessatti sadarkaa
Gudda gahe sirba keetii kanaafuu
Nuuf jabaadhu.
i am not oromo but i love caalaa bultum songs they are fantastic.
እንኳን ተወለድኩ ኦሮሚያ ምድር ላይ ይመችህ ጫላ ኮ akkasitan si beeka goota koo baguma keenya taate
Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa.
Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . ua-cam.com/channels/NyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ.html
maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.
falmatu haqaa 😍😘
Wawww nice Oromo music keep it up our brother
የፊንፊኔ ኦሮሞ ነኝ የዘፈኑ ትርጉሙ ባይገባኝም ዝም ብዬ ደግሜ ደግሜ አዳምጠዋለሁ። ቄሮ አምቦ ጃራ አባ ገዳ ከሚሴ ዋቆ ጉቱ ጅማ ኦሮሞ።....
እንካንም ተወለድኩ ከኦሮሞ ኦሮሚያ ለዘላለም ትኑር
😮😮😮
አሜን አሜን
dammaqinsa egii dina alagaan kolfa nama cinina yaa afuftu mal fokkorii qilinxo gale jira kormii caaliyee oromoo ta'u kotii nan gammada me warri oromo ta'u kesaniti gammadan liken naf ibsa isin jaladha ijoole oromooooooooo qomookooo
Good Job! I'm proud of U. LOVE OROMUMA .VICTORY FOR OROMOS!
I am from Tigray and I am interested in this song I downloaded ✊👊🌳
wow baayyee kan namtti toluu fi nama ajaa'ibuudha jechooti ati fayyadamtu .Galnnii koo Bilisummaa siif hawwa
Nuuf jiraadhu Qabsaaha keenya hedduu sijaaladha ❤❤❤
Akkasi qeeransoo koo jajjabee ilma sabaa heddu nama hawwata jabaadhu
Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa.
Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . ua-cam.com/channels/NyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ.html
maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.
What a powerful voice and message thank God for our incredible artists. Oromumaaa is incredible.
Well come back my hero! Jechaan ittiin si ibsu hin qabu caaliyee wish u long live!
Imanan siharkaa jiraa falmadhuu dhalooni qubbeee dhugaa jettee qabsoo oromtootaa waqqayyoon haa milkessuuu
uuuufffeee lenca kiyya maalansiifgodha rabbumti umrii kee nuuf haadheeressu leenca kiyya . nadheen abbaanfete afuuftus itti fufe ati lencakiyya dhiira dhiira olii sinjaalladha lammiikiyya.
Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa.
Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . ua-cam.com/channels/NyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ.html
maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.
Onest oromo artist 👍 peace and Love ,wining sprit always with you all🐓
wooow caala keenya heddu siin boona hojii gaarii hojetaajirta hanga yoona jabaadhu Korma sabaaf dhalate
Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa.
Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . ua-cam.com/channels/NyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ.html
maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.
Caala, is the best of best singer ; lovely Oromo boy !
Fikadu Lemmu we love you thanks
I`m addicted to this song. Just can`t get enough.
ህዝበ ኦሮሞ በገዳ አምላክ ዳግም ወደ ጨለማ ላሌመግባት ኢትዮጵያን በሰላም ጠብቋት፡፡ በተለይ እርስ በርስ መዋደድ መደጋገፍ የግድ ይላለል፡፡
ዘፈኑ ምን እንደሚል ገብቶሃል ? አሁንም መከፋፈልን ነው የሚሰብከው
Maashaallaah bagaa rabbii issiin gamachisee yaa oromoo tiyyaa gamadee gamadaa bilisummaa harkkaan qabanee jabadhaa qeroo nufii jiradhaa🙌🙌🙌💪💪💪💪❤❤❤❤❤👏👏👏👏👏👏💋💋💋💋💋💋💋💋💋👄👄👄👄👄👄👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌
zalikaa Abduramani oromiyaa harmee abduramani namaa dhugaa jeteni bilisumani oromooo tenaa 💗💘💗❤💙👄💓🌙😏☺😶🙄☝🌷🌷🌷🌷
Qeerramsoo kiyya baay'ee natti toleera jabaadhu.Abdii danuu sirraa qabna.
Hafuuftuun hojiin ishee hafuufuudhuma.
Leenca dhiiraa baroodi sirraa bareedaa.....umurii nuuf dheeradhu.
ars tay samarNasser617rbxditontonltahuynglalu
I am lucky to be Oromoo
😂😂😂😂😂
ኦሮሞ@ ማንነትsel የለውምama አላሉምwit ፕ መስፍንgebregiorgis4901
Caalaa Leenca sabaa gaafa eennummaa keef quuqamtee saba keetiif dhamaatee waan gaari gaarii gumaachitu kabajnii fi jaalalli siif qabdu akka ibidda kosii lixeetti gadi seenee dhiiga wal nu gaha. Namni itti fayyadama jechoota kee xiinxallee, yeedaloo fi walaloo sirboota kee keessa jiru sirritti caqase uf wallaalaanuu uf bara, sabas ni bara ! Galatoomi umrii dheeradhu !
ድል ለኦሮሞያ ህዝብ
Ahmeddin Abdurhman አሜን
Di
keep it up our true freedom fighters with motivational music of struggle. Jajjabaadhaa Jajjabeewwan keenya
nuuf jiraadhu, ilma akka kee rabbi gudeeda kee keessaa nuuf haa baasu."akkanatti diina ummata keenna hollachisi kaa."
ጫላ ቡልተም ድምፅክ ውሥጤ ነው እካንም ኦሮሞ ሆንክ ኦሮሞነቴ ኩራቴ ይመችክ ደም የኔ 😘😘😘😘😘
Waw caalaa keenyaa gaachanaa ummataa hedduu galanni kee bilisumna haa ta'u. Warri sirba kana ilaltan like gochuu hin dagatinaa😍😍
Quuqamaa saba keenyaa ibsite 👍👍
Wwwwwwwwww jabadhuu lammii koo ijii dinaa sii argin 💪💪💪💪❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💘💘💘💘
Tegaro and oromo legend ❤❤❤ iam from Dubai
💪💪💪💪❤❤❤umrii dheeradhu qomoo koo galanni kee bilisumma haa tahuu ija adawa irra hafi
ድምፁ ቅላፄዉ በጣም ያምራል። ጆሮ ላይ ሁሌ ያቃጭላል።
Jiradhuu jaganaa namaa uphaaa caaaa kiyaa korommi biyyaa ufitiffi du'uu dhugaa ketti uuuuuuuu😘😘😘😘😘😘💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪❤💖
Ok
Nuuf jiraadhu Caala koo, si jaallata sabni kee Dhiroo.!
Wayoo caalaa lubbu kooti olitin sijaaladha yoomun fb irrati suurake ilaluu immimaan miti dhiigan booyuf ka'aa 😭😭😭garuu wanti jedhama jiruu kun osso hojikee miti ta'ee nati tolaaa garuu hojike tanan balleessitita rabbi hojiike hin goodhiin caalaa 💔💔😭💔💔👍🖤🖤💙🧡🧡🧡
Wayyooo sirba warraaqsaa onnee namatti hortu
Sabboonaa keenya caalaa bultume goota keenya jabaadhu sii jaalanna
የኛ ጀግና ሺ አመት ኑርልን ዘፈኖችክ ኡሉም የማይጠገቡ ናቸው
I can`t get enough of you !!!! Madly in love with his voice
i am not oromo but i realy love this songs
wowowowo bayyee namatii tolla caalla jabadhuu qeroo koo rabbii sin gargaru imimama lolee fi dhigaa ololee bakka dhugaa yaa olchui amalee👍👍👍
wow
caalaa
nicaalata
bilisumaa
jiraadhu
sabona
kiyaa
ilmaan
oromoo
ummaata
kiyaa
ta.u
akanaa
ta.ubatusi
maali
jiraa
ilmaa
biyaa
koo
waalirraa
nuyabuchu
ilmaan
hadhaa
tokko
Wowow lencaa kenya galanikee bilisuma😍💜💝😍😍😗😗💋
sin gitan Nagaraa guddaa galatoomi qomookoo
Galatara hafi sanyitoo😍
Lamii ko jiiradu wan ofii koo
im wollo oromo ilove this song
Leencii akka ketii kun osoo baayyate. shanyii dhiraa jiraadhuu umrii dheeraa 💪💪👍👍👍
Jabaadhu dhiiroo
Still goat 🎉🎉❤
እዚ ያመጣኝ ቄሮ አርሲ ላይ ያረገው ተቃውሞ መኪና ህዝቡን በዚ ሙዚቃ አጅቦ ሲጨፍር ነው ፡
I m from djibouti and i love oromia people i listing this song for revolution oromia
Love our father is kush❤❤❤
Yomiyu hin bonaa nuti oromoon Qerrookoo nafijiraadha Rabiin ijaa hamturaa isiina hambisuu👏👏👏👏❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Baga nagaan dhufte Qeerransoo. Sirba yeroo waliin deemudha namatti tola. Jabaadhu bilisummaan dhiyaatte yaa gurbaa!
wow Jajabbee jabadhuu sanyii koo gallanii kee bilisummaa siifii haa ta'uuu
wawoo bay,ee bareda calaa sabona oramoo jiradhu
Nuuf jiraadhuu waan ofii
Hundii keessanu galata gudda qabduu akkanatti jajjabeessu qabna wellisitota keenyaa cinna haa dhabanu👍👍👍👍👍👍👍
Dhugaa dubbachuuf ati sirbii kee hundii kan haala yerooti fi seenaa oromoo waliin wal qabatudha.jirachuu Caalaa bultumee shanyii goota 💪💪💪💪💪💪
Woooooww umurii nuuf dheeradhuu goota sabaa
Caalaa leencaa keenyaa ijii dina sirra haa qabuu waqayyoo jiradhuu umurii dheeraa sabbona koo ❤💚❤
Nuuf jiradhu gootakeenyaa umrii dheeradhuu itti fuufii
Samsung Samsung has
woooooow sabonakenyaa nuf jiradhuu Oromiyaa kan kenyaa atis ilmaa oromtichaa ijji amtun sin argin 👍👍
wowwww caalaa bultume ijaa dinaa irraa haafii umrii dheeraa siif hawwa jabadhuu abdii sabaa galannii kee bilisummaa oromoo haa taa'uu
On repeat ....feeling motivated 👏🏾
WooooooooW nuuf jiraadhuu goota koo 😍😘😘😘😘😘
Uuuuuufffeee oromoo koo💔💔💔Calee koo nuf jiradhu Lecaa sanyii Lecaa ija dina sira haqabu ❤💚❤
Caliyee koo waqaayoo umirii kee nuuf haa dheresuu jabadhuu waqaayoo sii wajiin haa ta'uu ❤❤❤❤❤❤❤❤🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
ሳይገባኝ ዘፈኑን ወደድኩት እንኳን ኦሮሞን ወያኔን ያንሳሳል
very god
I love Oromo people i am from Madagaskar
Please share it
thank you Agew, kimant damot nations
Kan jecha kee irra sagaleen kee qaxalee kenyaa ❤💚❤WBO koo
Wawww bayyee namatii tolaa jabaadhuu itti fufiii gaalanii kee bilisummaa haa ta'uu sanyii leenca❤❤❤❤🌷🌷🌷🌷💝💝💝💝👏👏👏👏👌👌👌👌💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Caalaa, Koo, Oromootichaa, Sayii, Taadee, Biiruu, Jabadhuu, 😍😍😍❤️❤️👍👍👍💪💪💪💪👈
Zubayii
Zupahii
Power message......never every give up....lets go qerro🤛🤛🤛🤛🤜
I'm From America 🇺🇸 I love oromo music❤
dhugaa keetii nafi jirrdha bay'ee dhugaa waqayyooti damma qeerroo koo sanyii wani ofii wayoo oroma jabadhu 🌷🌷❤❤❤👌👌👌🖒🖒❣💔💔💔
Caalaa Bultume akkuma durii bakka sabni kee itti si eegu ol taatee argamte horii buli.
Hanga jaaladhu hin beeku caalaa Kana jiraadhuu malee maal siif tahuu dandaha qeerransoo Koo 😘😘😘♥️♥️♥️♥️♥️🔥🔥
Jabadhu gaa yaa sanyii gotaa nufii jiradhuu❤💚❤💚❤💚❤💚❤❤🐅
saboonaa oromoo koo abbaan feete ammaa kee hin geessuu Leencaa baddaa jalduu koo gaalanii kee bilisuummaaa haa tahuu goota onnee abiidaa
Qeerranso Atii haayyudhaa jabadhuu sijalana
wwwwwww uuuuuuuufii dhugaa keetii sanyiiii ufiii guddaa galatomii leencaa sabbafi dhallatee oromoon keenaa bayee sii jallataa caliyyee galaani kee bilsumaa haa taa'u qomoo koo ❤ ❤ ♥♥💪💪👍👍
Caaliyee saanyii mootii baga rabbii bilisummaa argite gota gota caluu dhalotaa qubee👍👍👍👍👍
Am from SNNP but i love this music
Wow jajjabee jaabadhu sanyiikoo gaalannikee bilisummaa haa ta'u!
Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa.
Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . ua-cam.com/channels/NyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ.html
maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.
Jiradhu umurii dhera caalaa kenya
Girma Bulto Eyeen hakanaama Lee saayi oromo😘😘😘😘
Girma Bulto ahiii yaadhiiraakoo
Girma Bulto dhugaa jete ni bilisumani sabotuu oromo 👄👄👄☝💜💙❤💜💜💗💓❤☺😶😗🌷🌷
Wowowwwwwwwooowweww caliyee jajabee koo nuuf jiradhuu galanii kee bilisummaa haa ta'uu
lencaa sabaa nuuf jiradhu caaliyyee sanyii goota jajaabee qaroo keenya umrii nuuf dheraadhu sanyii koo😍😍😍😍❤❤❤❤❤💚💚💚❤❤❤
Kan akka bakar waare ibro shaxa caala lenca ko💗💚👍👍🖒🖒💙
wowowowo maashaa LALAH jabadhuu leecaa oromoo ijaa hamtun sin argin yaa calaa onee finininaa😢😢😢👍👍👍💪💪💪
ይመችህ ጫላ ቡሉቱሜ የኦሮሞ ጀግና
Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa.
Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . ua-cam.com/channels/NyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ.html
maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.
faxish obse faxish www
faxish obse faxish oro
Caalaa fii hacaluu bagaa keenyaa tatan jiradhaa laammii koo ❤❤❤❤👍👍👍👍
uyuuuuuuuuuufffffffyiiii waaqayyoo Gooftaan koo hamma dhumaatti si haa dhaabu oboleesa keenyaa Nuuf jiradhuu jaabadhu u qoomo koo....
Wwoowwoow
Leencaa Koo
koo Nuuf Jiraadhu !!💓💓💓👍👍👍
F Qeeroo jabadhuu