Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Vedio kana Share like goodhaa Yaa Hordooftota kiyyaa Qaqaliwaan Galatooma
💓💓💓💓
Like kiyaa sheri nafi subscribe nafi gosisii umuu kanosi
Gabatuu qaloo kkkkkkk
👍🌹
@@asantioroo7165 Lubbu mati naftah
Yaa allaa Yaassin inuma argattee jaartii yaanni isii akka daymaa mi'aayu Alhamdulillaaha jedhi si'a 3
Bro kiyya matii naf tahi qomo ko please 🥰🙏
As wr wb kotuu subscribe naf godhi sanyii koo ❤️
kotuu matii naaf ta'ii sanyii koo
Matii walif haa tanu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wooooooow Wooooooow mashaa Allah mustee tiyaa walhi namni akkaa ketii hin jiruu walhi
Imimaan bakka nadhufee hin bekuu yaa musitariyaa Rabbii umirii isaan hadheresuu inshaa Allah 💔💔💔😭😭😭😭
Matii walif haa tanuu
Waalhi anilee akasumaa tatee
Biyyumatii rabbiin abbaa qabenyaa isiin haa godhuu 💗
Wly hedduu takka namatti tolti jaartiin tee jaartii zanana dur malee tan Amma miti maashaaalaah umrii waliin dheeradhaa❤❤❤❤❤❤❤
Yaa rabbii obsaa akka mustariyaa na keenni😥🤲yaasin kanajii.mustariya irraattin iyyiin guyya si bira fagaate si mul'aati
Maashaa Allah ❤️ Wallaahi waan gaarii jette ummu kaanuus
Walahi rabbin risqi ballo duniya akira itin milkotan Iain haa mikesu walin insha allah mustte tiya💕💕💕💕💔❣❣
Amiiiin Amiiiin Amiiiin
Maashaa.Allaah♥️♥️♥️♥️💞💞💞💞💞
She is so nice wlhi Mashahala she is strong woman Yasin hedu jabefadhu
Maloo matii naf tahi please qomo ko 🥰🙏
Matii walif haa tanii
@@hawiiorotube3988 kotu naf tahi borin sif debisa wan ofi
She is really dhalaan akkana adunyaa tanara heddu xiqaati
@@hawwiihawwii2995 kotu mati naf tahi qali ofi
Baka takka hin demina walyii biyuma ofi waya 😭☝️💞
Matii naaf tayyii mee pls
wollaahi ummu khanus baay 'ee naaf taate jirti ❤️
Mati naf ta ii jzk
Mustariyaa isaanii laachuu dhorkuu qaabdaa maalee firomsaa deemii duayii si gonaa jechuu hin qaabduu
❣️ Mashaa Allah wolahii sabrii Kee bayyee siirraa Gamadee ❣️ rabbiin siirraa haa jalatu Ok
Rabbi jaalalle akka yaasini kenne tana naafis haakenu tanuma akka isii bareedinaa amalaan wahundaan aaamin kofa naaja,aa adaraa!!
Wwww mashaallah mashaallah piraanki ajaaibaa heddu nama bohaarsa jabaadhaa keysaafu ummu kaanus jabaadhu hujiinte hujii fakkenyumma qabudha
Mashalaa umuu kanusii miskinaa tiyaa ♥️♥️💘
Mãâšhăã Alha Mustariya Nama garidha wly Rabbin wajiin Umrii isiin haa dherysuu inshaalaah 🥰💯
maashaa Allah hayyitti namaa jabaadhaa inshaa Allah rabbiin oltahee umrii teessan nuuf haa dheeressuu
Mashaa allah ummu kanuus wallahii bayye si ajaa'iibsifadha umrii nuf dheradhu jecha atii jette wan bayue qalbii nama cabsitii rabbin duressaa diiniif duniyaa isiin ha tasisuu
Mashaa Allah umri nuuf dheraadhu yaa habiti 🤲🙏❣️💞
😭😭😭😭😭. Eduu. Garaa. Naa. Nyatee. Walahii 😭😭😭😭💔
Abshiirr Rabii biyumaa tenya kesatii gudoo nuf ha kenuu Rizqii 💕💕🤲🤲
Mashaa allaah Mashaa allaah Mashaa allaah yaa hadhaa kanusii rabbiin umrii kee haa dheresuu sabontuu itallaa abbaa gadaa yaa abboo kanusii pirak kee bonbii dhosaa
Wlhi Yaasiin hoojinje Gaaaridha Garuu ijjoolee Birattii Waan Akkaana Hin Godhiina Xinsamuuf Gaarii mitii😢
Maashaaalaah wly ati tan jannataati insha'Allah jaartiin haala abbaan manaa ishee jaallatuun duutte tan jannataati rabbi sin jijjiirin❤❤❤❤
She is strong women walhii ummu kanus tanna qaceeloti jabeefadhuu yassin
Mashaaaa alla mustariyee aka ati namati toltuu jechuu kee hundii aka dawamaa mi.awaa❤❤❤❤heduu sii jaladhaa wly umurii sii haa dheresuu rabiin mati kee wajiin
Dhisii yaa Abu kanus ummu kanus ofittin mufachisini ples😭😭🙄 mustariha my love 🥰
Kotu me subscribe naf godhi bro kiyya please 🥰🙏
As wr wb kotuu mati naf ta'ii sanyii koo ❤️
Lubbu mati naf tahi
Michu malee muchan hinjiru yasin 🤣🤣👍😎❤ I love you mustariya habibti
Yaa anu dhugaa seennee Waalhi boyyee ummuu kanusii dhugumatti namaa garii mashaallaah tabarkallaah rabbiin woliin umrii isiin haa dheresuu inashallaah Keyrii wojiin ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa allha hadha mana teee jabefadhu walahi bro
Woyoo Malo dubarti ogetii dhaa ebifami dhuga baye sinjaladhaa😍😍😍😍😍😍💕💕💕💕💕
Yaa miskinaa too haadhaa khanus tiyaa Garaa naa nyatee wlh 😭😭😭❤❤❤❤❤
Mashaallah. Mashaallah. Miskinaa. Mustariya👍👍👍♥️❤
Wayoooo Ummu kanuusuu Bareduukoo Yasiin hojii keesanii nyadhaa lammanii keesanuu 😁😁😁😁😁😁😁😁😁🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
wayi ummuu kanuus miskina kiyyaa gorsituuf obsituu hundaa dandessuke yasiin 🥰🥰🥰🥰
Imimmaan na boochifte ummu kaanus umrii kee rabbi haa dheeressu ukti tiyya
ما شاء الله تبارك الله زوجه قويه الله يسعدك يا ام مكانس نفر اشتغل في بلد هو يتغير ولكن الى رحت من بلدك لم تتغير
Dhuga keti wly habibti 😢😢😢😢😢🎉🎉❤❤
Yaa Rabbii yaa Allah jaarti Akkanaa tannaa naaf keeni Tann bildhafte Akkanaati yaaduu !! Umrii dheeradha waalin
Wallaahi jaartii gaarii qabda Rabbisiif haadhiisu❤❤
Maashaallaah umaa kanos obsaa qabdaa rabbin wajjiin umurri isiin haa dhereesuu innishaallaa
Mustaariyy mashallalh tabrakallh horra buull ♥️♥️♥️💞💞
Masha'allah ❤❤❤aahlaan qaali baga nagaayan dhufte asuman gara mana kiyya koottu
Wolahi pranki nama bochissu😭😭😭umm kannus bayyee garaa nama nyatti❤
Musrtiya respect 👌🙏💔 mashaa Allah taabarakaallah ❤️ ♥️ jabbadu ilntala dhugamatti musariyan gara naa nyaate wly j ofii abba jabbeffata baga dhorkte
Umataa qalii aswrwb jitaa jituu Mashaalaa Mashaalaa Mashaalaa Mashaalaa Mashaalaa Mashaalaa
Mati nafi tahi #kadijaa🫶
Wwwwww masha Allah tabarkallah umma kanus jabadhu wolahi ati jabadudha qashit too rabbif jechu isini jaladha y💔 rabbin wojjin umur isini haa dheresuu nahalani gudate masha Allah tabarkallah kanus mafi huqate biyyatu hin tanefi moo wolahi bayyee nati tole pirankin kuni jaladha jajabo kenya
Mashaallah mashaallah ummu kanus
Ummu kanus misikna tiyya rabbi yadaaf murdaa kee siif haa gutuu abaa nama kee wolin 😘❤🙏
Maashaa Allah walhii dubartii jabduu jeechuun taan
Maashalla Tabarakall yaasiin heduu sii jaaladha wly raabbiif jechaa attii nama haadha mana kee jaalatufi kaabaju raabbiin naale abba mana akka keetii kana akka naf kenu abdii raabbii bira qaba inshallah sif hadhaa kanusile wolin umrii isin haa dheresu🥰🥰🥰🥰
As wr wb sahibi hin kakatin Wallahi hin jain kijiban Mashallah Rabin jarti titi fi atis Umri baredu faya isinif godhuu
Mashaallah yaa umuu kanosii habibiti tiyaa obisa qabida wly rabbin adunyafii akiratis adani isn hin basin inshaallah si jalidha one kora umu kanusi habibiti tiyaa
Maloo subscribe naf godhi matii naf tahi please sanyi ofi 🥰🙏
Umi tiya wlh Amala qabatee koo umu kanus💞💞💞💞💞💞
Mash llah mash llah mash umuu kanus yani kee baredaa jabadhuu ❤❤❤❤🌹🌹🌹😥😥😥
Asumaan matii naf tahii sanyii ofi qalii Bonni
Wly ummu khaanus miskiina rabbi rizqii bal'oo isinitti hacabsu
Miskinaa tiyyaa💔😢Masha allah mustariyaan dubarti jabdudha jabeffadhu yaa yasin
S
ጀግና ሴት👍👍👍💞💞💞💞💞😍🙏
Mashalhaa ijaraa hafaa qaliiwan tiyaa 💯 heduu Tokoo natii toltaan rabbiin umrii isin haa dheresuu woluman isn lachuu bayee isn jaladhaa matii jalalatiii isn lachuu rabbiin isnif ilmaan tesanis umrii isin haa dheresuu
@@abdiimybaalee885 maloo matii naf tahi please qomo ko anis sin debisa 🥰🥰🙏
Ati ule male jedhe yasin maal jechudha hin rukuta moo? Piraki akana dhisa nama dabara😍😍😍😍
Wwwww.mashaa.allaah mashalaa allaah.masha ijara.nufi.hafi
Yaassino masha Allah wallahi jaarti ajaiba fi obsa qabettii qabdaAmma dura Gaafa isii yaman jirtu prank gootes ni yadatta miiRabbin umrii wajji isin haa dharessu ❤️
Firoo masha allah baga nagayan rabbii sigalchee
Maloo subscribe naf godhi matii naf tahi please qomo ko 🥰🙏
Mashaa Allah mashaa Allah❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha Allhaa ❤MISATAA RIYAA👌😭😭😭😭😭
Lubuukoo sabcryb naa godhii matii nafiitayii
@@shumbeetunaaa sif godhera bor naf debisi
Kkkkkkk miskini nyatamte hardha🤣🥰🥰🥰🥰🥰
Subahaan Allah pirankii jetee rabbi jedhii jetaa yaasin
Firoo baga rabbiin nagayan si galche🐅🐅🐅
Kotu me subscribe naf godhi matii naf tahi please sanyi ofi 🥰🙏
Rabiin umurii kessaan wolini issiin haa dheresuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yaa rabbi anaaf illee jaartii akkaanaa ta nuuf yaaddu naa kenni
Masha Allah ummu kanus🙏🏽❤️❤️
Waaooooyy misakinaa yaa haayatii🌹🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷💞💞💞💞💞💟💞💞💞💞💞
Misikina ummu kannus😍😍😍😍😍habbibi😍😍😍😍
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Yaa Rabbii malii Abbaa kanus uuuufff piranki jetani marachitanii umkanus 💔💔💔🥰🥰🥰
Wly dhanan hagana taka jiru kesatii rako fi balo dadesii piiraki akan gara nana nyatii ummu kanus jaabiina isi garte yaasiin ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wantii hundumtuu yeroo mamataaisaa qaba. BeekanaBaga gammaddan!JirraAkkasi
Masha allah mustariya ❤❤❤❤❤❤
What a strong women MashaAllah
Ayiiii.uma.kanus🌹🌹💔💔💔
miskiina walhii umuu kanuus 😭😭😭😭❣️
Haya bada boo anuma arku jirtan sahe wlh😂😂😂😂😂
maashallaha Rabiinnumurii wajiin isin hadhersuu🥰🥰🥰
huji kee yassin 🥰🥰🥰🥰👌👌
wollahii hin deemtuu jeette hadhaa manaa garii wollahii atti ummu fanuus jiraadhu
as wr wb ummu kaanos maashaallaa dubariti jabduudha dhiga keesa kiyya heduu gammade dinyaa dhifnee akiraa dalaganna jetee rabbin imaanaa sif haa kennu bakkumma ati irraa dedebitee woyee akiraa maqadhofte nantu bakka ijoodha.☝️👌
Masha alla wly wly Yasmin sinin mallu ati dhalla fakenya namaf tatu
Umu kanus mashallaah tabarakaah Raabin umuri ke ha dheresu galatomi qali nama yada gaari qabda dhuga keti yo Raabin nama duromse male biya bahun nama duromsu Abshir asumati Raabin ins ha duromsuu
Rabii isinif ha kenu risqii dhuma qabnee
Wly baayye sijalladha umu kanos ko atti nama gaarridha namni aka ketti bayya chun barredadha obssa qabda jabadhu qaali nama
Ee miskina Ummu kanus garaa Nama nyaatta😭😭😭😭😭😍😍
mashaaalllaaah mashaalllaah tabarakallaah umukanus ❤❤❤❤dhugaa jete wolahiii biyinam biyuma namatii
No hin tahu😭😭😭
Matii naa ta please sanyii
Kanus miskina cucumahee💔💔💔❤️❤️ ko uufffee
Mikina walahi ummu kanus walahi yasin jabbefadhu mustariya 💞💕💕💕💔💝💝
www mustii tiyyaa qallii na marartee walahii🥰🥰😭
Ummu koo gara naa nyatte wallahi 😭😭
Wallaahii mustriyyaa ati namaa jabdudhaa rabbii adunyyaa akiraa si haa gamchisuu rabbii abba qabenyyaa si haa godhutii abba manaafi jolee ke waliin ❤️❤️❤️❤️
Uuufff ummuu kanuus miskinaa tiyaa wly naa bochiftee akataan issiin ittii kadhatuu mashaa allaah waliin umrii issiin haa dheereysuu😢🥰
Kara isiinii haa gabahbsuu👍👍👍
mashaa allaah dhuga hadha mana garii ummu kanusi

Miskinaa tiyyaa💔😢
Masha allah mustariyaan dubarti jabdudha jabeffadhu yaa yasin
S
ጀግና ሴት👍👍👍💞💞💞💞💞😍🙏
Mashalhaa ijaraa hafaa qaliiwan tiyaa 💯 heduu Tokoo natii toltaan rabbiin umrii isin haa dheresuu woluman isn lachuu bayee isn jaladhaa matii jalalatiii isn lachuu rabbiin isnif ilmaan tesanis umrii isin haa dheresuu
@@abdiimybaalee885 maloo matii naf tahi please qomo ko anis sin debisa 🥰🥰🙏
Ati ule male jedhe yasin maal jechudha hin rukuta moo? Piraki akana dhisa nama dabara😍😍😍😍
Wwwww.mashaa.allaah mashalaa allaah.masha ijara.nufi.hafi
Yaassino masha Allah wallahi jaarti ajaiba fi obsa qabettii qabda
Amma dura Gaafa isii yaman jirtu prank gootes ni yadatta mii
Rabbin umrii wajji isin haa dharessu ❤️
Firoo masha allah baga nagayan rabbii sigalchee
Maloo subscribe naf godhi matii naf tahi please qomo ko 🥰🙏
Mashaa Allah mashaa Allah❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha Allhaa ❤MISATAA RIYAA👌😭😭😭😭😭
Lubuukoo sabcryb naa godhii matii nafiitayii
@@shumbeetunaaa sif godhera bor naf debisi
Kkkkkkk miskini nyatamte hardha🤣🥰🥰🥰🥰🥰
Subahaan Allah pirankii jetee rabbi jedhii jetaa yaasin
Firoo baga rabbiin nagayan si galche🐅🐅🐅
Kotu me subscribe naf godhi matii naf tahi please sanyi ofi 🥰🙏
Rabiin umurii kessaan wolini issiin haa dheresuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yaa rabbi anaaf illee jaartii akkaanaa ta nuuf yaaddu naa kenni
Masha Allah ummu kanus🙏🏽❤️❤️
Mati naf ta ii jzk
Waaooooyy misakinaa yaa haayatii🌹🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷💞💞💞💞💞💟💞💞💞💞💞
Misikina ummu kannus😍😍😍😍😍habbibi😍😍😍😍
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Yaa Rabbii malii Abbaa kanus uuuufff piranki jetani marachitanii umkanus 💔💔💔🥰🥰🥰
Lubbu mati naf tahi
Wly dhanan hagana taka jiru kesatii rako fi balo dadesii piiraki akan gara nana nyatii ummu kanus jaabiina isi garte yaasiin ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wantii hundumtuu yeroo mamataa
isaa qaba.
Beekana
Baga gammaddan!
Jirra
Akkasi