Shaarmarke hsdara dhamsaa qabuu kana akka arsitoni Kenya hudii UA-cam mata isanii banatu fii aritii tenya fii senna tenya akka gudatufi ummani gadda abba midinewu sanuma tokko tokkoti UA-cam mata isani qabani kenya malif hin qabane mee walii gudisinuu UA-cam mata kenya banane bakkani arsitoni kesatu biyya Alaa jiritani siritii dhagaa wanii isiin dammu kana
Yoo Vedio kanatti Gammaddan Like Share Comment Godhuu hin Dagatinaa Galatoomaa
Jollee biyaa totii naf jiradha Galatomi sharamake fi ayyantu tenya nuf jiradha jollee dire dawa tiyaa nuf gudadhu dire tiyaa ♥️♥️♥️
Ayyantuu tenya sila hugga takka si arkhe gammachun tiyya guttamte bareddu tiyya 😘😘
Waan Gaariidhatti Jirtta Haaluma kanaan itti fufi
Baye.ee namatti tolaa jabadha itti fufaa Diree Wood Galtoom
kulee sanyii oromoo
bayee baredaa ayyantuu
Ayyantu jalalaa naqabsistee ijii te nama harkifti karmarkee muniiris afferii😍😍😍
Wawwuuu hedduu bareda garuu Ayyantuu Yero adunyan akkanti Isportii hojatu kanti mal Furdin hangana gayuu Ayyantuu tenaa socho,ii
احمد غزاله ua-cam.com/video/oALDv24wsyc/v-deo.html Drama ajaiba Kana lalii
Ok
Wow wlhi hedduu takka barreedan sharmake boss and ayu teenya hedduu takka nama kofolchisten
Wly #Ayyntun ija Jââlâlâa ttiin nama lalatii Ani laluu dadhabee #Sharmarkee 💘❤️❤️💘😎
Sagantan keessaan baay’ee nama bashanansisaa jabadha ! I miss you all 🌎😍💝🌄✌️
direwood filannoo keenyaf madda bashanana keenyaa. sin jaalanna
Www anaa dura laalee like naaf godhaa
Drama ajaiba Kana lalii ua-cam.com/video/oALDv24wsyc/v-deo.html
Baenamttitola
Ayattii👍👍👍♥️♥️😘😘
😍😍 Wawa heedduu takkaa
ittiin BUHAREE tiiñ jirã SAGANTTAA TESSAN 😍😍
😍😍🤝
Dire wood joole Haawisoo afraan qaaloo jabadhaa
Mashaa Allah bayye baredani akkam
Hayyee direewood jabaadhu si jln!
Garuu ayyantun Osoo ufftaaniis aadaa oromoo leellifttee asirratti mul'attee
Shaarmaarkki Hedduu sibiraa bareeddi kana osoo sirreesitanii.
situu irraa jabadhaa wly anii dhugaa sehee jiraa
Maloo naa damaraa kalesaa banee itubii
Yoo muslima tate of siressii abbo obboletii yaa ummata muslima sheria islama hin cabsina xiqqa fi gudan
Wallahii shaarmaarkii sirraahin hafee
Nice wish shasheke qashti keep up one day will never dies 💞
Shamaarke fi sabban ke eddun diqisfadha kessuma shamaarke
Wow heddu namatti tola haluma kanan itti fufaa
Heedu namati toola nu jabaadha
Hayyee mee Ayyaantuu ja'i malee.hayyee gaa ayyaantuu teenya jattee interview hin gaafatin. On top of that adeemsa seeraa fi akkaata interview'n itti godhamu eegaa deemaa please.interview irratti mee ayyaantu jaalalatii si qabdee ni beeytii ja'anii gaafachuun wallaaluu adeemsa gaafii fi deebisaa(interview) kheeysan mullisa.
Mee ayyantuu gama jiruu dhuunfaa teetitti achi dabarra. jireenya khee kheeysa wanni nu taphachiistu ni jirti.haala jaalalaa fi bultii ilaalchisee ja'aniiti haala professional taheen qimamaa itti godhanii akka nama hawwatutti gaafatan.malee akkaataan interview kheeysanii garuu heedduu nama saalfachiisa.
Waggaa dheeraa kana guutuu aartii oromoo guddisurratti bobbaatanii,wareegama yeroo fi leecalloo taasistanii akkataa interview itti godhamu bifa hawwataa fi boharsaa taheen gaafachuu wallaaluun kheeysan nama ajaa'ibsiisa.
Yaada namaatiis fudhadhaa hujitti hiikuuf ijibbaata godha.
Gararaas Heddu galatoomi dhugaa
@@officialkadirmartutv440 kun qeeqa.nama qeequuf dirqama aartiif gumaacha godhuun narra hin jiraatu. Akka hanqina jiru sirreeyfatanii fuula duraaf kana caalaa hojjataniif isaan gargaara. Atiis wanni si maraachee akkanatti namaa ala si baase gorsaa fi qeeqa namaa fudhachuu dhabuu kheeti.namni beeka qeeqaa fi gorsa namaa maadalee eega xinxale booda gama irraa wayyaatti jiga.
@Birra Media hujii isaanii tufadhee miti.akka nama Harargeetti namoota kheenya kan aartii irratti hirmaachaa jiru waan gaariin akka as bahaniif onnee itti horuufi.nama qeequun dogongora jiru san akka sirreeyfataniif ni gargaara ja'ee waaniin amanuuf. Warri direwood dhiifama naaf godha isin xiqqeeysuuf miti.isin caalaa namni aartii oromoo guddisuuf itti dhama'e hin jiru.
Gararaas Tube mee Bilbila kee ergii Wal haa Qunamnu
@@SharmarkeAdan adeeroo an bar dirreen biyya tiyya 2ffaa turte.an warra dadari garuu dirree waggaa 5'f gama roga fayyaatiin hojjachaan ture.akka carraa tahee garuu an amma biyya kheeysa hin jiru.
+16126074084
kutaa 3 ffaas itti fufaa obboleettii tul nuuf taatee jirtii
Wawwwaw heduu namatii tolla dhugaa rabbii itti fufaa
hedduu namatti toola masha Allah ijoole tenyaa galatoma nuf guddaadha ❤❤❤🙋♀️🙋♀️
Sis Drama ajaiba Kana lalii ua-cam.com/video/oALDv24wsyc/v-deo.html
💙
Maashaa allah
Yaa ayyantuu teenya atiin tun naaf taatee wallay
Jabadhu kiliphii bareeda tokkoo hojadhuu
Wow dasii jetuu😘😘😘
Subscribed nafi godha
Namatti tola jabaadhaa!
Hayyantuun akkam bareeddii wayiiii
Waw waw waw isitu sira dhandiya
Ayyantun jalala nama qabsifttii dhuga.qashti.
Wowwwww hedduu namattii tolaa jabadhaa ❤❤
💙
Direwood heduu takka jaalana garuu direwood arsitoo kenya hudafi akka UA-cam mata isani qabatani akka nuuf banatani nuuf himafi
Baayyee nama tola jabadha
Shaarmarke hsdara dhamsaa qabuu kana akka arsitoni Kenya hudii UA-cam mata isanii banatu fii aritii tenya fii senna tenya akka gudatufi ummani gadda abba midinewu sanuma tokko tokkoti UA-cam mata isani qabani kenya malif hin qabane mee walii gudisinuu UA-cam mata kenya banane bakkani arsitoni kesatu biyya Alaa jiritani siritii dhagaa wanii isiin dammu kana
Mee Sirbaa Ayyantuu fi fadii san Dirrewood Irra nuuf gadlakisaa
natoltanitu jabba dhaa 😂❤💚❤💚👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
Natu dura laale. Subscribe naaf godhaa
Jabaadhu Lammi kooooooo
Heeduu bareeduu mashaa Allah
Direwood isin jallanna galaatomaa
Shaarmaarken irraa reebamee jira ayyaantuu tana
Dire wood hedduu namatti toltan
Aayyaantuu amma qamaa baftee jirtaa hin dandesuu shagoyyee
Heeduu namatii toola jabadha
qaaliiwwan ilmaan oromoo eeeee akkas
Sharmmarke munir shafi tokoo maa as hin bafnee
Wow ayyantu jalallii sirra naqabee ♥️😘
Ayuu mashallah sagalee aja'iiba qabada sabonum ke caalaa namati tolla nuf jarraadhu takkiti dire
Hedun gamadee galatomaa Diree wod
Jabaadha💕❤️💚❤️
maalfakkati hinbareduu oromoon ufaat akkasi hinufaatu
Wahiii Direwood l love you
Aadaan kee maqaa keeti mallllattoo teeti itti jabaadhu
Wwwwwwwwwwww jajabaadha
Ya salam
Artist Ayyantuu tofiq tenya heduu takka sii jaalalan garuu arsitoni biyya alaa irra gudani maliif UA-cam hin bane wanii heduu naa yachisuu garuu mee sumara qabii UA-cam mata ketti nii qabdaa yoo dasse atilee arstito Kenya biyya Alaa jiruu hidati dhamisaa gabaa qabuu naaf dabisifi mee arsitoni oromo hudii akka UA-cam mata isaa qabatuu naaaf dabarisii naaf him hadara
Wwwww jajabadhuu
Direwoood 😘sin jalana
Mashaa allah
Mashaa allah
ayyantu ijaa kullaa ijaa hamtuu siraa ha qabu baredu sin wal baruu dhaf yadaa guddaan qaba
artist sharmarkee bayye galatomi artistota kenyaa jajjabefachu qabna gudda galatomaa
Natu dura lale
Mamad Amad eyyen situ dura lale garu osso homa caqsii natu lale ma jetan garu arga kesan kkkkkk
Ayi ayyu tiyya tiqo qansi kaa baredu koo
Masha umri dhertu
artist teenya intala oromoo baayyee namatti tolta garuu uffannaan kee akkuma maqaa keetii osoo bareedee baayyee namatti tola
Jabadhuu
Qeensa muradhu
Ayuyyee
sirraa barachuu demmaa
Hedduu sagalee qabdi dhugaa
Artisti hangafa halo dawe
Ayuye baredu
Anatuu isin dura lallee
lamaan keessanuu baayyee dandeessuu galatoomaa waliin toltanii
Sharmarke ayyantu sirra bekha
Jabaadha oromoo to
Das namaa gotan Harargee to 💘💘😘
Aboo sharmarkee intala gaaffiin qarxam gote kaa
wow jajjabadha dire wood
Waay sagalee
❤❤❤❤❤❤❤Lubu😊😊😊
Obboleetti sattaradhu
Shermarkee.nii.gabbatee.mashAllaah
Sii irraa danda'a
😂 " Anaa bareysu fedhe" Sharmarkeen maala ya'anii edaan
Baay'ee namatti tola
Sporti hojjedhuu furdinaa kee qannasi fullii keetiif jismiinke adda jiraa akka wal sii qixaaxu
Wwwwwww namati tolha
Qara lama Kan walitti dhufe
Wowwwwww 👍 👍 👍
Wwwaw heduu bareduu
albee dha mo qensa suni ayyantu
Hay namichi dafqe kkkkkk😂😂😂
Hawwii leemman 😁😁😀😀😀😀😀