wooow!! you made it bro.!! You're now speaking ! ,my hero .I'm already group 3, c'mon man,don listen to those of damn people you're ambassador of christ . i can't thank you enough, deech ko , your posts are amazing i really appreciate you especially your commitment for christ from your childhood until today you are brave ,,please please i hope you even speed up your posts and advice than ever !!!!!!
Nuuf buli Ati Dassee Keenya Siin dhugaatu Si keessa jira Ammayyuu Ayyaanni Siif haa baay'atu ❤
Dasaata namaa waaqayyo atti ebbifamii dachaa dachaa.dhugadha baromsaa kee bayyee garaa nama cibsaa dhugadha Ogumaa waaqayyo biraa taheeni gutmii👍❤️❤️❤️📖💪🙏💌📖👈
Waqayyo Bara fi Maa tike Haa eebbisu barsifni nadamaskeragalatom
Kkkkkk tajaajilaaf ajjaajilaa eebbifami dasta
Dastishoo ulfaadhu! 🙏
Akkasitti itti nuuf himimee mana manatti namni rakkate!😂😂😂
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Ati jiruu keetti jabaadhu Oobboleessa keenya Gatiin kee waaqayyoo biraa dachaa dha namni Dhugaa dubbatu namoota tokko tokko biratti fudhatama dhabuyyu umarratti
Siif gaariidha Abbaa Dhugaa biraa jabaadhu gorsa keettiis, Tajaajilaa keettis, Faarfanna keettis Oggimman waaqayyoo dachaa Siifaa baayi'atu💕🙏🙏
Ani garee 3ffaa keessan jira Jaboo koo nuuf jiraadhuu ❤️❤️❤️
Galaatomii ebifaamii🙏😍
Ameeeen Eebbifamaa Eebbifamaa 👏💕💚❤️😂🙏💐
❤❤❤❤continue!!!
Ati kennaa warra karaa qajeelaaf haqaaf kennameeti. Sin jaaladha Dastaakoo
Dasee ebbifamii itti nuu fufii
Waaw eebbifami jabaako
Ebbifamii brother!
❤❤❤💚kumaa jiraadhu dhugaa 🥰🥰🥰😍😍😍❤❤💯💯💯❤❤❤🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣maarrta koo dhugaa maali sif taa'u me ati galatomii I love you so much
You are important to this Generation 💯,,,
Do not give up please God will pay you back 🙏
ሰላም ለንተ ይሁን ወንድማችን ደስታ ጥሩ መልስ ጆሮ ያለው ይስማ ተባረክ አንጀት አርስ ንግግር ነው
dhugaatu si dubbachiisa warri jecha nama gammachiisuu dubbachuu jaallatan kabaja/beekamtii warra barbaadanidha.Faarfataa Dastaa ammayyuu hubannaa fi ogummaan ittuma siif haa dabalamu!!!!!!!!
YOU ARE BEST PERSON .
Imimmaantu ijaa na dhumeen kolfa Dastaa 😁😁😁😁
Galatoomi Dastaa.
Eebbifami ! Siif galteetti dubbiin!
Tolee Ebifami
Qalii namaa nu jiradhuuu si jalannaa
Hojii kee ibbo 😁😁😁😁😁
Eessa dhaqeen kolfa maaloo
wooow!! you made it bro.!! You're now speaking ! ,my hero .I'm already group 3, c'mon man,don listen to those of damn people you're ambassador of christ . i can't thank you enough, deech ko , your posts are amazing i really appreciate you especially your commitment for christ from your childhood until today you are brave ,,please please i hope you even speed up your posts and advice than ever !!!!!!
Garee 3ffadha eebbifami
Thanks
Maali Dastoo Dhiifama jechuun word’n arraba kee irraa bahu anaaf utubaa lafee jireenyakoo utubeera utubaas jira so ati jabaadhu inni rafu itti fufee haa rafu achumaan hafuun jiraafi
'uffata qorraa itti haa dabalatan!haa rafan'jabaadhu Ati,""sareen yoo dutteyyuu ani deemsa koo ittan fufaa jedhe gaalli'' jedhama.QAJEELOTNI YOO CALLISAN BIYYI NI BADDI jedha macaafni.
😭😭😭😭😭
Kkkkkk ajjajilaa kkkkkkkkkk
No sirridha jechii kee dhifama kan malitti haa deman rajjii sobdu kan barbadu haa demu atii ebifaami garuu yeroo tokko tokko waan sirreefatus qabda dasta keenyaa sii janna
Itti cabsite naaf jiradhu dhuga
Nagaani Waqaayyoo sifi hata.uu Iyesusi kirstos si wajin Jira dhaqi Macaafa Farfannaa 14. Dubifadhu
Abddi qabddanitti gaamada
😁😁😁😁😁😁😁😁
🤣🤣🤣❤
𝙹𝚊𝚋𝚊𝚍𝚑𝚞
🤣🤣🤣🤣🤣
𝙳𝚑𝚒𝚏𝚊𝚖𝚊 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚑𝚊𝚏𝚒𝚒 𝚖𝚊𝚝𝚊 𝚍𝚑𝚒𝚛𝚊
𝙵/𝚝𝚊 𝙳𝚊𝚜𝚘 𝚖𝚊𝚊𝚝𝚒 𝚗𝚊𝚏 𝚝𝚊'𝚒𝚒
Thanks
𝚆𝚘𝚠𝚠𝚠𝚠 𝚑𝚘𝚓𝚒𝚒 𝙶𝚊𝚊𝚛𝚒𝚒 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚝𝚊 𝚔𝚘𝚛𝚖𝚎
Thanks
Thanks
Thanks
Thanks
Thanks
Thanks