OMN: FICHEE KUTAA 1FFAA ( Fulbaana 11,2019)

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 19 вер 2024
  • Qophii Ayyaana Bara Harawa Salaale

КОМЕНТАРІ • 235

  • @birqiiintaalaoromtichasany744
    @birqiiintaalaoromtichasany744 5 років тому +33

    Gazexxeessa OMN kanaa bareeda Oromoo 😊bagaa geessan lammii koo barii baraa mishaa nuuf yaatu jawwe koo Umurii nuuf dheeraadhu ati ❤❤❤❤🙏

    • @ajmanajman5448
      @ajmanajman5448 5 років тому +2

      Wowwwwww baayyee bareduu ijara nuf hafii qashtii wani kooo baayyee namati tolluu Jabadha qeerroo Oromo Salalee Salalee kooo sin jalaladha luubbuu wani kooo

    • @birqiiintaalaoromtichasany744
      @birqiiintaalaoromtichasany744 5 років тому

      @@ajmanajman5448 Waan ofii Sanyii koo 💓💓💓❤✊

  • @jdhdhdjdjdh5968
    @jdhdhdjdjdh5968 5 років тому +6

    OMN በጣም እናመሰግናለ ምርጥ ዝግጅት ነው ክፋት ተንኮል የሌለበት የዋህ ህዝብ ነው ፈጣሪ ኦሮምያንና ህዝቦቿን ከክፉ ይጠብቅልን

  • @user-oo6co6nr2w
    @user-oo6co6nr2w 5 років тому +37

    እንደ ኦሮሞ እና ተጋሩ በባህሉ እና በማንነቱ የሚኮራ በዚህ ምድር የለም:: i love you oromo😍 from tigray

  • @ethiopianatbete9730
    @ethiopianatbete9730 5 років тому +1

    ኡፍፍ ሀገሬን ሰላየው ደስ ብሎኛል
    Galattoma baga ittin isin gahe ሳላሌ በጣም ነው የምወዳችሁ ዘርኚነት የለባችሁም እግዚአብሔር ኢትዮጵያን ሰላም ያደርግ ሀገሬ ሰላምሽ ይብዛ

  • @madinatarboosh1120
    @madinatarboosh1120 5 років тому +8

    Whwwww mashaalla akam namatti tolaa nayanni addaa salalee bagaa isiinin gayee baraa harwaa Oromoo koo hundaa keesanuu Lamii biyyaa kiyyaa akasums kaa biyyaa Ormaa jiruu hunduu bagaa waliin nuu gayee Omn Galtoom ijaa fi guraa umataa

  • @meyanyoutube2222
    @meyanyoutube2222 5 років тому +12

    ከ ወደ ወሎ. ነኝ ኦሮሞች ውስጤናቸው

  • @yeroonamma1989
    @yeroonamma1989 5 років тому +4

    I’m really happy to see my people practice their culture be themselves with no fear. This is what I call freedom more freedom to come

  • @sonangutama20
    @sonangutama20 5 років тому +19

    ishoo oromo koo akkas maale akkam issin irraa barredaa nuuf jiradha.

  • @samigetch9901
    @samigetch9901 5 років тому +42

    We're responsible to support our media OMN! so join the campaign to upgrade OMN subscribers atleast to 500k within one year! We should have to stand together to make a difference as always! If you agree on it invite others to this idea via different mechanism! Thanks for your genuine response 😍

    • @hey1232
      @hey1232 5 років тому

      OMN 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

    • @zamzamkaazim3357
      @zamzamkaazim3357 5 років тому

      Mashaall.mashaall

    • @zamzamkaazim3357
      @zamzamkaazim3357 5 років тому

      Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin

  • @haarmetoosinjalaadha8967
    @haarmetoosinjalaadha8967 5 років тому +5

    Wwwwwww salaalee koo bonsitoota waan hunddaa😘😘😘😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @weyagerang6489
    @weyagerang6489 5 років тому +1

    Bagaa gessan barra boqqa🌻🌻
    Salallee biyyaa gottawann akkastii jajjabewwan koo nuf jiradha
    Galattomma gazixxesiitonno OMN ija'a fi gurraa ummata

  • @tamiratlemma5511
    @tamiratlemma5511 5 років тому +6

    OMN , THIS IS A GOOD AGITATION AND PROMOTION TO THE PEOPLE OF SELALE. OMN, LONG LIVE. THANK YOU FOR YOUR UNRESERVED EFFORT.
    FROM 2LAMA.

  • @nigelove8746
    @nigelove8746 5 років тому +2

    wowowooww salale biyyaa too hedduuu namatti tolaa nuuf jiraadha haluma kanaan itti fufaaa sanyiiwwan koo😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @ኦሮሞነትኩራትነው-ጘ1ኰ
    @ኦሮሞነትኩራትነው-ጘ1ኰ 5 років тому +7

    እንኳን ለአዲሱ አማት አደረሰቹ ቄሮ ቀሬ በርቱ 🌹🌹🌹🌹

  • @betiiyeemaremlejii9691
    @betiiyeemaremlejii9691 4 роки тому

    Uuuuuuuuuuffffiiiiiiii ayyaanii baraa kana gadaa ta.e oromo koo 😭😭😭😭😭🙏🙏🙏

  • @tsehayniguse6417
    @tsehayniguse6417 5 років тому +3

    aadaan oromoo baayee baayee namatti tolaa 💝💝💝💝💖💖💖💖💖💖💖 ayyaana gaarii isiinf haa ta'uu happy new year 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻

  • @godismyshepherd1281
    @godismyshepherd1281 5 років тому +40

    Me warra Salale tatan like nafkenna. OMN galata qabdu.
    Bokkan (roobe galgala)2
    Atu biyya kee jirta ani biyya koo yaade nan gala.... ua-cam.com/video/kG1MssoNrwI/v-deo.html mana kosi seena dawadha

  • @indianindian9238
    @indianindian9238 4 роки тому

    Wwooooooooo Bayyee Bayyee Das nama jedha salaale nuuf jiraadha Biyyaa Abbaa kootii

  • @beharuwammi744
    @beharuwammi744 5 років тому +6

    Bagaa gesaan b omn qopii akkani kan qophesuu keessanif galataa guddaa qabduu

  • @meriammeriam2636
    @meriammeriam2636 5 років тому +3

    Horaa bulaa
    BYyaadhaa
    Bagaa gechan
    2️⃣0️⃣1️⃣2️⃣🌻🌻🌻🌻🌻
    Uffffff biyyaa
    Ofi yaa gaadisaa garbu adun namaa hin argu🌳☘☘☘☘

  • @siifaanwol8192
    @siifaanwol8192 5 років тому +2

    Uuuuffffff ijoolee salalee qaqalii tiyya anis bagaan salalee ta'ee sinitin boonaa dhugaa

  • @ወይንወይንሸት
    @ወይንወይንሸት 5 років тому +1

    Yabiyakoo salalee bayee garidha umaa ofii jajabesaa gota byaa yabiyakoo💚💚💚💚

  • @masaratbaqale3458
    @masaratbaqale3458 5 років тому +3

    Yaa saba. Koo. Sin nu jiradhaa jabadha 👍❤❤

  • @sami5610
    @sami5610 5 років тому +9

    The Sun is shining on Oromoia happy to see you thanks to God

  • @tarikeayala7223
    @tarikeayala7223 4 роки тому +1

    Baga gessan oromoko🌻🌻🌻🌻🌻🌻❤️💗💝💗❤️💞💞🌻🌻❤️💗❤️

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406
    @bareduusalaleesanyiitaddee1406 5 років тому +1

    Wwwwwoooo salalee yaa biyya koo fageenyi bayyee naa bochisee baga Bara haraa nagan geessan

  • @abd22125
    @abd22125 5 років тому +1

    Wwoooww bayyee gammadee silaa akkaa salalee jiruuyuu bagaa betani salalee rakkolee bayyee qabdii akumas ayyasaa baraa harayaa kabajufi karaa dheraa kanaa qaxxamurtani manayuu kessanif gudaa galatomaa sin jedhaa garruu qubaa nuu qabadhaa dhamsaa kenyaa

  • @tesfayekebede9964
    @tesfayekebede9964 5 років тому +8

    WOW GRAT JOBS OMN.HAPPY NEWU YEAR ALL ETHIOPIAN PEOPLES::

  • @birhanialimo5532
    @birhanialimo5532 5 років тому +1

    Wowoaow baye namatii toltu Baga geessanii. Saba oromo dhigaa Koo🌻🌻🌻🥀🥀🌼🌼🌼🌷🌿🌾🌾🌲🌹🌻🌻🌻🌻🌻🌻

  • @MMm-rm5gi
    @MMm-rm5gi 5 років тому +2

    🥰🥰🥰❤❤🙈 biyyaa koo na yaddachiftanii 🥰🥰

  • @bashaddulema1415
    @bashaddulema1415 5 років тому +5

    Ameen baga waluman nuu gayeeeeeeeee

  • @monakk2219
    @monakk2219 5 років тому +4

    Uuuuuff maal isinif ta'u oromoo koo 💚❤💚💪

  • @hannabekele2595
    @hannabekele2595 5 років тому +1

    OMN galatoma Bagaa ittin singayee Sabakoo Oromo marwaa 🌻🇾🇪🌻2012 🌻🌻galatoma Caalutufi Abrhami bayee baredu ❤❤❤🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @bizunesh1228
    @bizunesh1228 5 років тому +2

    Wwooo baye gara naama hamesitu fiche biya ko sii yade

  • @yeroonamma1989
    @yeroonamma1989 5 років тому +4

    OMN keep up the good work you are doing 👍🏽👍🏽

  • @hey1232
    @hey1232 5 років тому +2

    Bagaa Geessani Oromoo-koo .... THANK YOU OMN💕😍🌻❤😍💕❤

  • @dagnetadesse9373
    @dagnetadesse9373 5 років тому

    Qophiin Ayyaana Qaammee hedduu namatti Tola.Garuu Maqaa "Shawaa kaabaa" jedhu san gara Godina Salaalee jedhutti geeddaruuf, Bulchiinsi Godina Sanaa itti yaaduu qaaba

  • @sanyiihachaluhundessa3529
    @sanyiihachaluhundessa3529 5 років тому +6

    HAPPY.NEW.YEAR.OMN

  • @meronmestawote2376
    @meronmestawote2376 5 років тому

    respcte salale people betami destelalachewu jegenawoche

  • @girmareta4460
    @girmareta4460 5 років тому +1

    BRAVO gaazexeessitooota OMN baay'ee namatti toltu dhugaa waaqa

  • @urgessaedecha7243
    @urgessaedecha7243 5 років тому +1

    uuuuuuuuuuuuf!saba koo!ijoollee Taddee Birruu bagaa gessaan...

  • @yeshewalij6757
    @yeshewalij6757 5 років тому

    Wow bayye namati tola ijoole salale kan senan hin dagane umuri dheera nafi dheraa

  • @heywet
    @heywet 5 років тому +4

    Beutiful Oromo gazetegna🌷🌷🌷🌷🌷

  • @fatimafati5861
    @fatimafati5861 5 років тому +1

    Jabadha omn tokkuma ciisaa oromo dinaa karaa hin keeni

  • @sarakokobe2977
    @sarakokobe2977 5 років тому +10

    Wow Oromo koo💚❤💚

  • @oromiyaajituu5724
    @oromiyaajituu5724 4 роки тому

    Baga nagayaan debitaan OMN💕💕💕💕💕💕💕💕💕💞💞💞💞❤️❤️❤️❤️❤️☑️☑️☑️💯💯💯💯💯💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

  • @amalkaakour4074
    @amalkaakour4074 5 років тому +1

    Baga gesaan lammii koo kaan biyyaa keessa kan biyyaa alaa hundumtii keesaan barii bara nagaa bara jalaala fi tokkuma bara jijiiraama siif haa tahuu

  • @firaoldefera5895
    @firaoldefera5895 4 роки тому

    Salale yaa biyya koo biyaa gotota biyaa koromi kesaa kenyaa hin bekani biyuma yara nuu seti ormi kesatu gazexesaa abrami biruu nufi jiradhuu biyaa Kenya dhufte nuu wajini nuu qephesufi ketifi oromuma kenyafi ni bonaa saba ko oromo gadaa qufa fi gabbina ofkala gala

  • @hey1232
    @hey1232 5 років тому +8

    Oromokoo Stay Togather ......"Togather We Are Stronger"💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

  • @nanatikiyyu4940
    @nanatikiyyu4940 5 років тому +1

    Galatomaa dhugaa addaa kenyaa badee nuf debistani 😘

  • @oromtitishaawakaabashaggar5503
    @oromtitishaawakaabashaggar5503 4 роки тому

    Wwooww barumaa baran namaa dabarsuu isin yaa goodhuu💓💓💓💓

  • @shimalisfikadu7087
    @shimalisfikadu7087 5 років тому +4

    Omn keenyaa jechaa ittin ibsamutu hin qabdu 💔💔💔💔💔💔💔💘💘💘💘💘💘💘💘💘

  • @buzuneshshebo9233
    @buzuneshshebo9233 5 років тому +2

    Uuuuuffff Maloo Dhugaa Adaadhumaa Durii san Nuuf wayyaa 💕💕❤❤❤💕💕💕🌻🌻🌻😍😍😍😍

  • @munas.abdella3906
    @munas.abdella3906 5 років тому +1

    I love my innocent Oromo people!!! Not the thereng( resist one )! Gebada ejole Oromo keep your Ethiopia 🇪🇹 up !!

  • @MebrateMekonen
    @MebrateMekonen 4 місяці тому

    Woow wow Salaalee biyya abbaa koo

  • @urjiishawaa7617
    @urjiishawaa7617 5 років тому

    Wowowow OMN bayee baredaani bagaa gessani hundii kessaa oromoo koo❤❤🌻🌻

  • @kidyalexo350
    @kidyalexo350 5 років тому +8

    OROMOOKOO💖

  • @sifannorommyaasifann5550
    @sifannorommyaasifann5550 5 років тому +2

    Wowow Oromoo koo nafii jiradhaa ilove

  • @epsartyiiihgffgjepsa3132
    @epsartyiiihgffgjepsa3132 5 років тому +2

    WOW baga ittiin isiin gahe salaalee biyyaa koo

  • @bashaddulema1415
    @bashaddulema1415 5 років тому +6

    Wwwwwwwwwwwo baye namati tola baga itin sin gaye lammii koo

    • @ajmanajman5448
      @ajmanajman5448 5 років тому +1

      Wowwwwww baayyee garidha Jabadhu namati tolaa qashtii qeerroo Oromo biiyyii koooo

  • @Alem18649
    @Alem18649 Рік тому

    Oromoo🎉🎉🎉❤❤❤❤❤ is jalaaladhaa 🥰🥰🥰🥰🥰

  • @jshsjsjsjshhs7061
    @jshsjsjsjshhs7061 5 років тому +7

    Jabadha.lamikoo

  • @emebetemebet1468
    @emebetemebet1468 5 років тому

    omn በአገ ሚዲያ ኬኝ ታተኤ ሰላሌ ብየ ጎታ ኩን ኢሰ ድራት ፌቼ ዴሜ ከነ ገባሴኤ ጀዋረ ባዬ ሲጃለነ።

  • @sonicblast2767
    @sonicblast2767 5 років тому +1

    Baga Bara harawatti efatti batan salale kengaa

  • @seenaadufaa370
    @seenaadufaa370 5 років тому

    Wwwwwwwoooooo baayee namaatii toltuu bagaa walumanuu geenyee namaa baraa dhufuu nuu haa tasisuu oromookooo

  • @wsaswsws4320
    @wsaswsws4320 5 років тому +2

    Baguma oromiya jirta oromiya salale baye sijaladhu baga gesani ayana oga

  • @sarakokobe2977
    @sarakokobe2977 5 років тому +12

    Eelelelelelele 💚❤💚💋💋💋💋💋💔💔💔💔💔💔💔

  • @መሲነኝየእናትልጅ
    @መሲነኝየእናትልጅ 5 років тому +4

    Woow fiche biyatooo ❤❤❤❤❤❤❤

  • @bayisetadasaa1303
    @bayisetadasaa1303 5 років тому +7

    Bagumaa Oromoo ta. Ee jiradha lamii koo

  • @hannabekele2595
    @hannabekele2595 5 років тому +1

    Amiin Amiin Abooti hayoli kenyaa Amiin🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻💚💛❤🇾🇪🇪🇹

  • @debritufeyisa6008
    @debritufeyisa6008 5 років тому +3

    Wowwwwwwwww bayee namati tola

  • @lencomoti58
    @lencomoti58 5 років тому +1

    My selale love you my grand parents place

  • @solomon5376
    @solomon5376 5 років тому +4

    Lammiin Oromoo martinuu OMN bukkee dhabbeen utuu qabna!!

  • @nigistibirhanu1390
    @nigistibirhanu1390 5 років тому +4

    Wwwwwwwwwoooooo biyaaa kooo uuupphaaaa

  • @tiyashewa8818
    @tiyashewa8818 5 років тому

    Kuraamale koo yaa Kuraamale salaale biyya tiyya hamtuun sin arrgiin biyya abbaa koo

  • @hireemucaattiasaasa7698
    @hireemucaattiasaasa7698 5 років тому +1

    Bagaa geessani oromoo koo

    • @hey1232
      @hey1232 5 років тому

      Amen....Oromokoo

  • @chuchuyaye9199
    @chuchuyaye9199 5 років тому

    Ejolle salale shawa 👍

  • @fatimafati5861
    @fatimafati5861 5 років тому +1

    Jabadha gotota oromo

  • @madeenamohammad6687
    @madeenamohammad6687 4 роки тому

    😭😭😭😭 waaaaaaaaaaah biyaakooooooo

  • @tigisalemu5008
    @tigisalemu5008 5 років тому +2

    Shawakoo akkam baredu🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @derejejote8687
    @derejejote8687 5 років тому

    Omg is our hero

  • @seenaakoo2900
    @seenaakoo2900 5 років тому

    Salaalee tiyya biyya goota sanyii Taaddee birruu uuff si yaadeeeeee

  • @qashitaseamaa8878
    @qashitaseamaa8878 5 років тому +1

    biyyaakooo akkam namati tolaaa

  • @ኦሮሞነትኩራትነው-ጘ1ኰ
    @ኦሮሞነትኩራትነው-ጘ1ኰ 5 років тому +1

    የሰላሌ ሰዱላ የት ነህ 😙

  • @kadijahalami2216
    @kadijahalami2216 5 років тому

    MashaaAllaha MashaaAllaha Galatoomma biyya kiyyaa

  • @zedzed55hatta63
    @zedzed55hatta63 5 років тому

    OMN jabaddu itti fufiie

  • @madinaintalaxiqii5488
    @madinaintalaxiqii5488 3 роки тому

    Ayyyiii yaa baraa sani

  • @መደምደሚያበቀለ
    @መደምደሚያበቀለ 5 років тому +2

    Omn አዎ ማወቅ አለብህ አንተ ውስጥ የሌለችው ኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋህዶ እስዋ ናት ፊደሉን ቀርፃ በአላትን ቀርፃ ሸንሸና ቁጥርን ቀርፃ የሰጠችው ይህን ማወቅ አለብህ😎 aaaassssiiiidddd እደዚህ ያለ ፊደል ለአማራ ለትግሬ ለኦሮሞ ለደቡብ ወዘተ ተረፈ አልሰጠችም ይህ ምትጠቀመው ፊደል ባለቤትነቱ የእንግሊዝ እንጅ ያንተም አይደለም ያንተ ሀሁ ነው አይ ይህን አልፈልግም ካልክ የራስህን ቀርፅህ ለህዝብህ ስጠው ያኔ ጎበዝ ትባላለህ😎

  • @osmanalsaied476
    @osmanalsaied476 5 років тому +1

    Heeduu Naamaatii Toollaa
    Fallidhanaa Gaffaa Loonii tooli faamee hiin Jirruu
    Daabo Boobeesaa maqaa Kaffinee

  • @kopay8382
    @kopay8382 5 років тому +1

    I respect ya shwa oromo we love u am Amhara

    • @naolDori
      @naolDori 4 роки тому

      Shawa oromoo blow yelam oromoo oromoo ya tullama oromoo nacho

  • @zedzed55hatta63
    @zedzed55hatta63 5 років тому

    Wow i live you oromiay farist

  • @asamanuabarra8358
    @asamanuabarra8358 5 років тому +1

    Wwwwoo baaýy.ee namati tolaa ❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚❤❤❤❤

  • @tgabebe4094
    @tgabebe4094 5 років тому +3

    Baga geessani hundii keessani

  • @kadijahalami2216
    @kadijahalami2216 5 років тому

    MashaaAllaha MashaaAllaha Ammmiiiin Ammmiiiiiiin Ammmiiiiiiin Ammmiiiiiiin inshallaha

  • @ننت-ك3د
    @ننت-ك3د 5 років тому +1

    OMN isin jaalanna

  • @astergizaw7473
    @astergizaw7473 5 років тому

    ፍቄ ሀገሬ ተመቻቹኝ እዛ በሆንኩ ኖሮ

    • @astergizaw7473
      @astergizaw7473 5 років тому

      ፍቼ ሀገሬ ባህላችን ሲያምር

  • @adanozaz1796
    @adanozaz1796 5 років тому

    Wwwwww bayee baredaa bagaa gessan

  • @kikitop6478
    @kikitop6478 5 років тому

    Enanet kebitoch meche new sewu mitihonute

    • @seenaakoo2900
      @seenaakoo2900 5 років тому

      አንቺ አህያ ምንሽ ተነካ እዚህ ምን አመጣሽ ቆሻሻ

  • @tegestcherinet7994
    @tegestcherinet7994 5 років тому +1

    እዲህ ሥትሆኑ ያምርባችሀል ዱላችሁን ለጭፈራ ሥትጠቀሙበት በርቱ ባህል ያኮራል አያሣፍርም

  • @clickcell5672
    @clickcell5672 5 років тому +1

    Bagaan lammii keessani ta'ee waww